𝐅𝐄𝐙𝐀𝐊𝐈𝐑 𝐃𝐄𝐖𝐀🫀
𝐓𝐚𝐰𝐛𝐚𝐚 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢'𝐮𝐮𝐟 𝐇𝐚𝐪𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐟𝐢𝐫𝐫𝐚𝐧 𝐓𝐮𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢.
TGlist рейтингі
0
0
ТүріҚоғамдық
Растау
РасталмағанСенімділік
СенімсізОрналасқан жері
ТілБасқа
Канал құрылған күніБер 24, 2025
TGlist-ке қосылған күні
Бер 24, 2025"𝐅𝐄𝐙𝐀𝐊𝐈𝐑 𝐃𝐄𝐖𝐀🫀" тобындағы соңғы жазбалар
Қайта жіберілді:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

19.04.202517:09
☆. 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒄𝒊𝒏𝒒𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 seente seerota 𝒌𝒖𝒓𝒏𝒂𝒏 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂𝒅𝒉𝒖💋💋
𝑰𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒔
القواعد العشر للتعامل مع الشدائد:
@1𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝒂𝒕𝒊 𝒌𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒖 𝒌𝒐𝒑𝒉𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒐𝒔𝒐𝒐𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒆 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒘𝒂𝒋𝒋𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒂.
القاعدة الأولي( لست وحدك)
@2𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒎𝒖𝒅𝒂𝒕𝒖 𝒌𝒂𝒎𝒖𝒖 𝒕𝒂𝒑𝒉𝒂𝒂𝒇 𝒚𝒌𝒏 𝒔𝒊𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒐𝒔𝒐𝒐𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒆 𝒊𝒄𝒄𝒊𝒕𝒊𝒊 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 beekne 𝒘𝒂𝒉𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒇 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒇𝒊𝒅𝒂.
(لا يقدر الله شيأ إلا لحكمة).
@3𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝒏𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒃𝒖'𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒂 𝒔𝒊𝒊 𝒇𝒊𝒅𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊 𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒔𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒔𝒖 𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒂𝒂 𝒒𝒐𝒇𝒂. 𝑰𝒔𝒂 𝒎𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒂𝒃𝒅𝒂𝒕𝒊𝒏.
(جالب النفع ودافع الضر هو الله، فلا تتعلق إلا به.)
@4𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒔𝒊𝒎𝒖𝒅𝒂𝒕𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒎𝒆𝒆 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒎𝒆 𝒎𝒂𝒓𝒕𝒊𝒏𝒖𝒖 𝒔𝒖𝒎𝒂 𝒎𝒖𝒅𝒂𝒕𝒂.
☆𝑾𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒅𝒖𝒓𝒂 𝒔𝒊𝒕𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂𝒉𝒊𝒏 𝒐𝒔𝒐𝒐 𝒂𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖𝒏𝒊𝒔 𝒔𝒊 𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒖𝒖𝒇 𝒔𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒕𝒆 𝒌𝒂 𝒔𝒊𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒖 𝒎𝒊𝒕𝒊.
(ما أصابك لم يكن ليخطئك، وما أخطائك لم يكن ليصيبك)
@5𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝑴𝒂𝒂𝒍𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒅𝒖𝒏𝒊𝒚𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒖𝒈𝒖𝒎𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒃𝒂𝒅𝒉𝒖. 𝑫𝒉𝒖𝒈𝒂𝒂𝒏 𝑫𝒖𝒖𝒏𝒊𝒚𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒈𝒂𝒍𝒕𝒆 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒂𝒏 𝒂𝒅𝒖𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒂𝒂𝒌𝒊𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊𝒔 𝒃𝒐𝒒𝒐𝒏𝒏𝒂 𝑨𝒓𝒈𝒆𝒏𝒕𝒂.
(إعرف حقيقة الدنيا تستريح)
@6𝒇𝒇𝒂𝒂:𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒂𝒏𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒆𝒉𝒂𝒂 𝒚𝒌𝒏 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂 𝒕𝒐𝒍𝒊.... 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒖 𝒌𝒂𝒚𝒓𝒖𝒎𝒂𝒂𝒇𝒊 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒊.......
(أحسن الظن بالله )
@7𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝑭𝒊𝒍𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒂𝒕𝒊 𝒖𝒇𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊 𝒇𝒊𝒍𝒂𝒕𝒕𝒆 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂...... 𝒌𝒂𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒇𝒊𝒊𝒍𝒆𝒆𝒕𝒖 𝒚𝒐𝒐𝒎𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒄𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 fi 𝒇𝒊𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂..
(إختيارك الله لك خير من إختيارك لنفسك)
@8𝒇𝒇𝒂𝒂:𝒉𝒂𝒏𝒈𝒖𝒎𝒂 𝒅𝒖𝒌𝒌𝒂𝒏𝒕𝒊 𝒋𝒂𝒃𝒂𝒂𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒊𝒇𝒏𝒂𝒏𝒏𝒊𝒊 𝒚𝒌𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒔 𝒂𝒔 𝒅𝒉𝒊𝒉𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒂. 𝑯𝒂𝒏𝒈𝒖𝒎𝒂 𝒒𝒐𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏𝒏𝒊 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒇𝒖𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏𝒏𝒊𝒔 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒉𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒂.
(كلما اشتدت المحنة قرُب الفرج)
@9𝒇𝒇𝒂𝒂:𝑨𝒌𝒌𝒂𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒄𝒊𝒏𝒒𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒃𝒂𝒉𝒂 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆𝒆, 𝒂𝒌𝒌𝒌𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒃𝒂𝒂𝒕𝒖𝒖𝒇 𝒉𝒊𝒏 𝒄𝒊𝒏𝒒𝒂𝒎𝒊𝒏 𝒚𝒌𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒉𝒊𝒑𝒉𝒂𝒕𝒊𝒏.. 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊 𝒕𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒇𝒆𝒅𝒉𝒆 𝒌𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒔𝒂𝒎𝒎𝒖𝒖𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒚𝒂𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆𝒏 𝒃𝒂𝒍𝒃𝒂 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒃𝒂𝒏𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂'𝒆𝒆𝒇...
(لا تفكر فى كيفية الفرج، فإن الله إذا أراد شيأ هيأ له أسبابه بشكل لا يخطر على بالك.))
@10𝒇𝒇𝒂𝒂: 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒇𝒖𝒓𝒕𝒖𝒖𝒏 𝒇𝒖𝒓𝒎𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂, 𝒇𝒖𝒓𝒕𝒖𝒖𝒏 𝒃𝒂𝒍𝒃𝒂𝒍𝒂 𝒄𝒖𝒇𝒂𝒎𝒕𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝑯𝒂𝒓𝒌𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒕𝒖 𝑮𝒂𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝑮𝒂𝒍𝒈𝒂𝒂𝒍𝒂 𝒅𝒆𝒅𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒕𝒆𝒆 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒂.....
(عليك بدعاء من بيده مفا تيح الفَرَج)
𝑺𝒉𝒂𝒓𝒆_𝒋𝒐𝒊𝒏
👇👇👇👇👇👇👇👇
🎯 @Caayaadiinaalislaam
🌷🌷 𝑱𝒐𝒊𝒏🌷🌷
Қайта жіберілді:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

16.04.202512:39
☆. 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐨𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 😂😂😂
☆. 𝐀𝐛𝐛𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐨𝐥𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐟𝐢𝐱𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧😂😁😁😁😁😁😁😁
[𝐚𝐬𝐭𝐚𝐠𝐟𝐫𝐢𝐥𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡]
🎯 @Caayaadiinaalislaam
☆. 𝐀𝐛𝐛𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐨𝐥𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐟𝐢𝐱𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧😂😁😁😁😁😁😁😁
[𝐚𝐬𝐭𝐚𝐠𝐟𝐫𝐢𝐥𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡]
🎯 @Caayaadiinaalislaam

Қайта жіберілді:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

15.04.202519:36
#𝐛𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚𝐚.......
☆. 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐜𝐚𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐦𝐚𝐬𝐣𝐢𝐢𝐝𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚.
☆. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐧𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢.
🎯 @Caayaadiinaalislaam
☆. 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐜𝐚𝐫𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐦𝐚𝐬𝐣𝐢𝐢𝐝𝐚 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚.
☆. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐥𝐦𝐞𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐧𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢.
🎯 @Caayaadiinaalislaam

Қайта жіберілді:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

26.03.202505:46
Pireezdaantiin mana marii fi Jiilli Faawundeeshiinii Ulamaa'ota Afrikaa dhimmoota waliin wajjiin hojjachuu danda’an irratti mari'atan.
Ramadaana 26/1446 H
@Caayaadiinaalislaam
Pireezdaantiin Mana Marii Waliigalaa Dhimmoota Islamuummaa Itoophiyaa Doktara kabajaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Mootii Morookoo Muhammad Jahaffaa, Faawundeeshiinii Ulamaa'ota Afrikaatti, Jila dursaa kutaa faayiinansii Saakiilii Huusayiiniin durfame waajjira isaaniitti simatanii haasofsiisaniiru.
@Caayaadiinaalislaam
Pireezdaantichi turtii jila kana wajjiin taasiisaniin, faawundeeshiinicha wajjiin yeroo itti aanu keessatti hojjachuun akka danda’amu irratti marii bal’aa taasisaniiru.
@Caayaadiinaalislaam
Faawundeeshiiniichi,wal dorgoommii Qura’aanaa fi sochiiwwan Islaamummaa kanneen biroo irratti muuxannoo kan qabu waan ta’eef manni marichaa faawundeeshiinicha wajjiin dhiyeenyatti akka hojjatu, pireezdantiin mana marii dhimmoota Islaamumma Itoophiyaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa maricha irratti mirkaneessaniiru.

25.03.202514:10
Islaamummaan Rabbiif bitamuudha
@Caayaadiinaalislaam
__
Amantiin fedhinnaa kee Rabbiif akka kennituu fi qajeelfama isaa akka hojirra oolchitu si ajaja. Rabbiin akkana jedha: (Dhugumatti amantiin Rabbiin wajjiin jiru Islaamummaadha) [Aal- Imraan 3:19]
Ayaanni kun hiika hedduu qaba, garuu inni hunda caalaa sirrii ta’e, dhugaan amantii Rabbiif bitamuudha. Amalaa fi duudhaa jala jirtaa? Seera bu’uuraa kee hordoftaa moo fedhii kee hordoftaa? Mala samii moo seera lafaa hordofta? Amantiin bitamuudha. Amantiin jireenya ilmaan namaa sirreessuu fi eenyummaan kee maal akka ta'e si barsiisa. Eessaa akka dhufte, maaliif akka dhuftee fi eessa imalaa akka jirtu sitti hima. Ati amantaan hundi amantaa dhugaati jettee yaadde taanaan dogoongortee jirta. Isaa dhugaa qorattee, hubattee, addaan baafattee hordofuu qabda. Amantaan tokko amantaa dhugaati jedhamee amanamuudhaaf, jalqaba dandeettii sammuu dhala namaa wajjiin waliif galuu qaba. Macaafa qulqulluu yeroo dubbiftu yaada jalqabaattu diigamaa dhufa, garuu Qur’aana yoo dubbifte ijaaramaa, ifa siif ta’aa dhufa. Kanaafuu, Amantaan Rabbiin biratti fudhatama qabuu fi qormaata kamiiyyuu dabre Islaamummaa qofa.
@Caayaadiinaalislaam
.Amantaan Rabbiin biratti fudhatama qabu Islaamummaa akka ta'e ragaan Qur’aana kabajamaa ni mul'isa. Ani kitaabbilee amantaa garagaraa hedduun dubbise keessaa; Qur'aana qofa keessatti amantaan Rabbiin biratti fudhatama qabuu fi Rabbi ilmaan namaatiif jaalate jedhu dubbatame. [The evidence of the Holy Qur'an shows that the religion acceptable to Allah is Islam. I have read many different religious books; Only in the Qur'an is the religion acceptable to Allah and loved by Allah for mankind mentioned.]
@Caayaadiinaalislaam
Oddeeffannoo dabalataaf channel Kan join godha
👇👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam

25.03.202507:54
𝐅𝐄𝐙𝐀𝐊𝐈𝐑 𝐃𝐀𝐖𝐀🫀
Ganama Yeroo Hiribaa kaatu Hunda Wa shanan kana ofiin jedhi
1: ani Gaariidha
2: ani sana gochu nin danda'a
3: Rabbiin ana waliin jira
4: ani Mo'aatadha
5: Guyyaa arra kun kan kooti.𝐅𝐄𝐙𝐀𝐊𝐈𝐑 𝐃𝐀𝐖𝐀🫀

24.03.202522:19
Yoo hin Amannes Beekuu qabda!
@Caayaadiinaalislaam
Qabxiin ilmaan namaa hundi beekuu qaban wajjiin walqabatee qabxiilee hedduu kaasuu barbaada. Tariitii Namoota beekumsa hin qabne hedduu fayyaduu danda'a. Kan hubannoo qabaniifis dabalata ni ta'a. Akkkasumas Namoonni hin beeknes beekuu qaban. Garuu amanuun waan biraati.
@Caayaadiinaalislaam
1ffaa: Islaamummaa fi Madda Islaamummaa
@Caayaadiinaalislaam
Islaamummaa fi madda Islaamummaa beekuu barbaannaan Qur'aanaa fi Hadiisota sirrii ta'an xiinxalaan dubbisuu fi beekuu nama gaafata. Waa'ee Islaamummaa yoo dhageettu jalqabarratti sammuun kee gaafii siif kaasuu danda'a. Islaamummaan eessaa dhufte? jechuu dandeessa. Gaaffii gaarii ta'a. Hanga deebisaa isaa argattutti qorannaa kee itti fufuu qabda. Maddi amantaa kanaa Rabbiin biraayi, kun deebii isa sirriidha. Akkamitti jettee gaafachuu dandeessa?
@Caayaadiinaalislaam
Islaamummaan amantaa Rabbiin biraa dhufeedha. Erga Rabbiin biraa dhufuun siif mirkaanaa'ee jiraatee, bakka itti dhugaa ta"uunsaa dubbatame barbaadda. Kanaafis baay'ee cinqamuu nama hin barbaachisu. Deebisaan Qur'aanaa fi Hadiisota Sirriidha. Qur'aana kabajamaa keessatti Maddi Islaamummaa Rabbiin biraa ta'uu wajjiin walqabatee haala armaan gadii kanaan haa hubannoo ykn haa qorannuu...
@Caayaadiinaalislaam
Qorannoo 2ffaa
@Caayaadiinaalislaam
-Islaamummaan amantaa Rabbiin ilmaan namaa irratti uumeedha. Kana jechuun ilmaan namaattu Islaamummaa irratti dhalatan jechuudha. Quraanni akkana jedheera:
@Caayaadiinaalislaam
Amantaan Rabbiin ilmaan namaa irratti uume Islaamummaa dha, uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru. Santu amantaa sirriidha. [Suuraa Ruum 30:30
@Caayaadiinaalislaam
Mee jecha Afaan Arabaa "Fixraa" jedhu haa ilaallu. Fixraa jechi jedhu; jacha afaan Arabaa yommuu ta'u, Hiikni isaa immoo uumama jechuu ta'a..
@Caayaadiinaalislaam
Jechi "laa Tabdiila" jedhu kana yoo xiinxalinu, kana jechuun uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru jechuu ta'a. Icciitiin keewwata kana keessa jiru, fakkeenya tokko fudhannee haa ilaalluu, kiristaanummaa keessatti Daa'iimni tokko dhiira ta'ee yoo dhalate, Guyyaa Afurtama booda kiristaanummaa kaasan, Dubartii yoo taate immoo guyyaa 80 booda kiristaanummaatti geeddaran. Sababbiin kanaa; Yoo odoo kiristaanummaatti hin geeddarre kan dhiifamtu taate "Daa'imni sun muslima tahuu waan amananiifi. Kanaaf jecha Rabbiin (swt) uumaa Rabbii akka hin jijjiirre akeekkachiise.
@Caayaadiinaalislaam
Ergamaan Rabbii (Sallallaahu Aleeyhi Wosallam) sahiiha Bukaarii keessatti akka ibsametti, Daa'imman hundi yeroo dhalatan Islaamummaa irratti akka dhalatan ibsanii jiran, Garuu dhiibbaa Haadhaa fi Abbaatiin gara Amantaa birootti geeddaramu jedhan. Aadam irraa eegalee hanga har'aatti namoonni guutuun Islaamummaa irratti dhalachaa har'a gahan.
@Caayaadiinaalislaam
Oddeeffannoo dabalataaf join Godhaa barakallaahufikum
👇👇👇👇👇👇👇👇
@Caayaadiinaalislaam
@Kuusaa_Mammaaksaa
@fezakirdewa
💫💫💫💫💫💫💫💫💫

24.03.202509:07
Namni Awwaalamaa jiru kun suma!!!
■■■■■■■■■■■■■■■■■■■■■■
@Caayaadiinaalislaam
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu Obboloota koo ♡♡♡♡ ♡♡♡♡
@Caayaadiinaalislaam
Duuti beellamaan hin dhuftu, karoora ati galmaan gahuuf fuugdu hin ilaaltu, yoo ati duute maatiitu harka namaatti hafa hin jettu, qophiidhaaf yeroo siif hin laattu!!
@Caayaadiinaalislaam
Otoo kan awwaalamaa jiru kun si tahee hoo
Mee waan yoo fuula Rabbii keetii qunnamte dhiyeeffattu maal harkaa qabda?.
@Caayaadiinaalislaam
Obboleessa koo bareedaa, obboleettii tiyya bareedduu imalli keenya hunduu gara aakhiraati, imaltuun galaa hin qabne kadhattuu taati, aakhiraa karaa seennaan kadhaan hin jirtu.
@Caayaadiinaalislaam
Amma yeroo qabna, yeroon Ramadaana, yeroo itti galaa baay'ee qopheeffannudha. Ati gamna taanaan halkan tokkotti ibaadaa waggaa 83 olii shaqqalachuu dandeessa.
@Caayaadiinaalislaam
Package Ramadaanaa Bonus ajaa'ibaa !!!
@Caayaadiinaalislaam
Guyyoota kurnan Ramadaanaa kana tasuma sekendii takka hin qisaasessin, qara'i, aalaati, zikrii godhi, du'aa'ii jabeeysi, xiqqoo qabduun rakkataa gargaari, ilama namaaf fuula toli, jama'aa hin hafin, salaanni shanan waajibaa tokko sin darbin.
@Caayaadiinaalislaam
Sadaqaa jaariyaa kan akka jaarmaya masjidaa fi madrasaa faa dhageenyaan dhaqqabadhu, gatii sanbuusaa tokkoo haa taatu maaliif birrii takka(1) hin ta'in keessa buufadhu, sun aksiyoona keeti jiraattus duutus bu'aan isaa yeroo hunda siif gala.
@Caayaadiinaalislaam
Haraam irraa akkaan fagaadhu, midhaa namaa irraa baqadhu, akka Rabbiin hin jaalannee fi bakka Rabbiin hin jaalanne hin dhaabbatin.
@Caayaadiinaalislaam
Nuti hamma kana of eegnaan Allaahn immoo rahmata isaatiin nu tiksa, nu gargaara, nuuf barakeessa.....
@Caayaadiinaalislaam
Leenca koo galaan ganda aakhiraa bafa kanaan shaqqalamti.
@Caayaadiinaalislaam
Rabbiin warra kheeyrii fi ibaadaa irratti umriin dheerattu, warra khaatimaan toltu, warra gaaddisa arshii jala taa'u, warra nagayaan jannata seenu nu jaa taasisu!!
@Caayaadiinaalislaam
Aamiin Aamiin Yaa Allaah
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

24.03.202508:46
𝐅𝐄𝐙𝐀𝐊𝐈𝐑 𝐃𝐀𝐖𝐀
Daqiiqaa Tokko Keessatti Wantoota kanneen
gochuu dandeessa
------------------------
Daqiiqaa 1 keessatti maal gochuu akka
dandeenyu beektuu?
-----------------
1. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Faatihaa yeroo 5
qara'uu ni dandeenya. Kanaanis mindaa 7000
argachuu dandeenya jechuu dha.
----------------
2. Daqiiqaa 1 keessatti suuraa Iklaasii (QUL
HUWA ALLAH ) yeroo 15 dubbisuu ni dandeenya.
Kunis Qur'aana Juuzaa 30 harka 5 akka
kattamutti nuuf qabama.
--------------------
3. Daqiiqaa 1 keessatti Nabiyyii jaalatamaa
keenya (s.a.w) irratti yeroo 20 salawaata buusuu
ni dandeenya. Kanaanis Rabbiin nurratti
salawaata 200 buusa jechuu dha.
--------------------
4. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 25 "Subhanallah,
walhamdulillah walaa ilaaha illallah wallahu
Akbar" jechuu ni dandeenya. Jechotni kunneen
immoo jechoota Rabbiin biratti irra jaalatamoo
ta'anii dha.
----------------
5. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 50 "Subhaanallah
wabihamdihii, subhaanallah Al-aziim" jechuu
dandeenya. Jechootni lameen kunneen jechoota
arrabarratti jechuudhaaf salphoo tahanii dha kan
garuu madaala Rabbii irratti ulfaatoo fii Rabbiin
biratti jaalatamoo tahanii dha.
---------------------
6. Daqiiqaa 1 keessatti yeroo 100 "Astegfurullah"
jechuu dandeenya. Istigfaara gochuun immoo
jaalalaa fii araarama Rabbii argachuuf akkasumas
Jannata aseenuuf sababa nuuf tahuu danda'a.
--------------------
7. Daqiiqaa 1 keessatti harka keenya gara
gubbatti olqabnee "Yaa Allah!" jechuudhaan waan
meeqaa-meeqa Rabbii keenya kadhachuu
dandeenya yaa obboleeyyan Islaamaa.
----------------
Obboleewwan Muslimaa, haa hubannuu! Umriin
keenya jechuun bu'aa ida'ama sekondiiwwaniitii
fii daqiiqaawwanii tahuu isaa yoomuu
irraanfachuu hin qabnu. Kanaaf yeroo keenya
qaalii tahe kana seeraan itti haa fayyadamnuu!
------------------
Rabbiin guyyaa tokko keessatti sekondiiwwan
86,400 nuuf kennee jira. Mee qananii
laakkawamee hin dhumne kan Rabbiin nurratti
ooleef sekondii tokko fudhannee
"ALHAMDULILLAH" jechuun Rabbii keenyaaf
galata haa galchinuu!
-------------------
Alhaamdulillah
_
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

24.03.202508:29
﷽
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ🌹🌹
وعن جابر رضی الله عنه قال:
📝قال رسول الله ﷺ🥰🥰:- مثل الصلوات الخمس کمثل نهر,جار,غمر.في بیت احدکم یغتسل منه کل یوم خمس مرات.رواه مسلم.
🍃 JAABIR IRRAA ODEEFFAMEE .ERGAMAAN RABBII🥰🥰 ﷺ . AKKANA JEDHAN📝 :- fakkiin salaata shananii akka fakkii laga yaa'aa,guddaa, mana tokkoo keessanii keessatti argamuuti,ka dhiqatu isarraa guyyaa hunda yeroo shan.muslimtu gabaase.
kanaaf wuduu'a kee waliin gahi dhiqadhu niyyadhuu akka ma'siyaa sirraa dhiqee qulqulleesu.🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺

24.03.202507:59
Yaa ilma nama dilii ofitti hin baay'isiin har'a
lubbuu tee gammachiisuf jette guyyaa baachu
dadhabdu dhufa.
Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan, hundii
kessanuu tiksitoota waan tiksitaan irraa nii
gafatamtaan guyyaa qiyaamaa jedhan.
~ Umrii kee irraa
~Beekumsa kee irraa
~Yeroo kee irraa
~Fayyaa kee irraa
~Qabeenya kee irraa
~Jarsii jartii irraa
~Jarsaaf jartiin Ilmaan irraa
~Mootiin motummaa isaa irraa
~ Ni'imaa rabbin siif kennee hunda irraa kan
akka, ija, gurra, arraba, harkaa, lukaa fi k. K.f
irraa gaafatamuuf jira.
Ergamaan rabbii ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ akkana jedhan
guyyaa qiyaamaa namni hunduu dilii isa morma
irraati baate dhufa hoggaa siraaxa irraa darbu
ulfaatina dilii isa irraa kan ka'ee warri diliin
isaanii heddumaate qaamni isaanii ciccite dhume
ibidda jahannamitti kufan jedhan
Subhaan Allah irraa heduun nama of
dagannee jira akkuma fedha keenyaati waan
barbaane dubbannee waan barbaane ilaallee
waan lubbuun teenya nu ajajee hunda hojachaa
jirra rabbiin akka keenya hin laaliin malee.
Yaa Ahbaabii of haa yaadanu har'uma akka
qormaani fuuldura keenya jiru guyyaa san gaabiin
bu'aa hin qabu
Yaa Rabbii si malee maaltu dilii araramuu
danda'aa ati nuuf araarami xiqqoo fi guddoo dilii
teenya yaa Allah.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️

24.03.202507:54
𝐀𝐒𝐒𝐀𝐋𝐀𝐀𝐌𝐔 𝐀𝐋𝐀𝐘𝐊𝐔𝐌 𝐖𝐀𝐑𝐀𝐌𝐀𝐓𝐔𝐋𝐋𝐀𝐇𝐈𝐈 𝐖𝐀𝐁𝐀𝐑𝐀𝐊𝐀𝐀𝐓𝐔𝐇
Рекордтар
20.04.202523:59
111Жазылушылар24.03.202523:59
0Дәйексөз индексі26.03.202516:33
141 жазбаның қамтуы25.03.202523:59
30Жарнамалық жазбаның қамтуы21.03.202504:09
66.67%ER20.03.202516:33
14.94%ERRКөбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.