Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر avatar

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
TGlist рейтингі
0
0
ТүріҚоғамдық
Растау
Расталмаған
Сенімділік
Сенімсіз
Орналасқан жері
ТілБасқа
Канал құрылған күніJul 25, 2019
TGlist-ке қосылған күні
Mar 10, 2025
Қосылған топ

Рекордтар

09.03.202509:17
13KЖазылушылар
05.04.202523:59
100Дәйексөз индексі
03.01.202523:59
9881 жазбаның қамтуы
03.01.202523:59
1.1KЖарнамалық жазбаның қамтуы
15.03.202523:59
5.58%ER
20.03.202502:01
7.28%ERR

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر танымал жазбалары

21.04.202510:32
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
الحمدلله رب العالمين
ثم الصلاة والسلام على رسول الله ﷺ


🫶Jaalala jara sanii moo.....?!

✍🏾Gaaf tokko ergamaan rabbii salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi abii ayyuubal-ansaarii bira qubatan.
✍🏾Gaafni kun gaafa rasuulli saallaallahu Aleyhi wasellam hijraaf gara madiinaa godaanan ture.sana booda Abii ayyuub tajaaajilaa rasuulaa tahee isa tajaajila...gaaf tokko nyaata qullubbii(shunkurtii adii)🧄wajjiin hojjataniii rasuulaaf kennan...rasuullis nyaata osoo hin nyaatin akkuma dhufetti deebiseef.....
✍🏾Abuu ayyuub rifatee maali?yaa ergamaa rabbii maaliif nyaatuu dhabde jedhee gaafate? Rasuullis salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi akkana jedhaniin "ani nyaata qullubbii qabu hin jaaladhus hin nyaadhus sabaabaan isaa ani malaa'ikoota wajjiin haasawa waan taheef malaa'ikoonni hafuura qullubii hin jaalatan jedheen"
🤌🏽Abii ayyuub_alansariin akkana jedhe....Anillee kana booda qullubbii hin nyaadhu ati waan hin nyaanneef jedhee rasuulatti fakkaate.....amala rasuulaa fudhate.....eega guyyaa saniitii takkaa qullubbii nyaadhee hin beeku jedha.

💐Saallaallahu Aleyhi wasellam

Share👇

https://t.me/tafak_or
19.04.202511:15
Bismillahi Arrahman Arrahiim
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على اشرف المرسلين سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين

🍂Salaanni manjafiqada nama rabbitti amaneeti....
Namni makiinaa fudhatee imaltuu bahu tokko yoo waraqaa hayyamaa hin qabaatin....keellaa bahu hin danda'u..
🍂Keellaa #aakiraa taruufis salaata qabaatuun barbaachisaadha.
🍂Beeki....!
♡ Salaanni hirre si jalaa facaate walitti qabdee sii fiddi.
♡salaanni raahaa fi gammachuu jiruu duniyaati.
♡salaanni fayyaa tee sii tiisiti.
♡salaanni gara rabbiitti gabricha dhiheessiti.
♡Salaanni waan jalqaba guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamnu.
♡Salaanni darajaa ol nama fuuti.
♡Salaanni qulqulleessituu qaamaa qalbiiti.
♡Salaanni ibsituu fuulaati.
♡salaanni nama dhoorgiti shiraa fi sharrii namatti yaaduu... hamtuu fi waan fofokkattuu dalagurraa.
♡salaanni Utubaa islaamummaati( ﷴﷺ)
🍂Gaaf tokko ergamaan rabbii salawaatu rabbii wa salaamuhuu aleyhi akkana jedhanii sahaabaa gaafatan:-
"mee naaf himaa osoo lagni bishaanii mana keessan dura yaa'ee guyyatti yeroo shan irraa dhiqattanii, xuriin namarratti ni hafaa? ! Jedhaniin....
"hin hafu" jedhan sahaabonni
ergamaan rabbiitis kuni fkn salaata shananiiti jedhaniin
🍂Akkuma yoo bishaan mana kee jala yaa'u guyyarraa shan dhiqattee xurii sirratti hin hafne... salaata shanan ati salaattuun ma'asiyaan tee dhiqamti jedha rasuulli rabbii ﷺ
🍂salaanni ma'siyaa kee siif dhiiyxi....
♡Namni salaata hin qabne fuulli isaa gurraacha'ee qalbiin isaa ajoofti.
♡Rizqii isaatu harkaa baraaxaya.
♡tasgabbii dhaba., jiruu gammachuu hin jiraatu

Salaanni teenna kana hunda nuuf tahaa jirtii garuu.....?!


share👇👇


https://t.me/tafak_or
10.04.202518:24


✍Marti waan dachirraa dachimaa bar....!!!
🌿Har'a siif dhiitee firaasharra gadi ciiste malee...gaaf tokko dachii jalatti siif dhiiti
🌿Har'a ifaa💡ibsatta dachii gubbaatti....boru immoo dalagaa teetu ifaa siif taha dachii jalatti...
🍃Waan boru ifaa siif tahu dabarfadhuu rafi....👇🏻

🌸AZKARA HIRRIBA DURAA

Share🫵

https://t.me/tafak_or
21.04.202513:11
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
الحمدلله رب العالمين
ثم الصلاة والسلام على رسول الله ﷺ
🌺Balbala waa hundi jiran dhuftee dhodhoytee......waan yartuu fi xixiqqoo hin gaafatin!

🌸Ee isa yoo namaa kenne homaa irraa hin hir'anne....isa yoo si dhooggate homaa isaa hin dabalamne san dura teettee waan xixiqqoo hin gaafatin🤲

Share🍂

@tafak_or
05.04.202515:48
✍️ Yeroo hundaa akka Rabbiin Iimaana isaa irra gadi isin dhaabu Rabbiin kadhadhaa, miila keessan jala mucucatu jira waan taheef uf hin amaninaa.

Yoo Rabbiin gadi nun dhaabnee, boolla halaakaa keessa seenna..!

Rabbiin gadi nu haa dhaabu.
@tafak_or
15.04.202518:26
☆☆﷽☆☆
🍂 Ahibbatii fillaah🥰........
🍂Meeqatu dhukkubsatee hospitala ciisaa jira....anaa fi Ati garuu fayyaa qabnaa siree fi afaa keenya gaarirra ciisaa jirra.
🍂Meeqatuu nyaata dhabee agabuu bulaa jira anii fi Ati garuu waa nyaannee dhuuynee quufnee rafuuf deemaa jirra.
🍂Meeqatu kitaabota #azkaara irraa jedhan dhabee rakkataa jira .....Anaa fi Ati garuu mobile keessatti waa heddu osoo qabnuu qara'uu dhabnee rafaa jirra..
@Asumaanuu zikrii hirribaa isin yaadachiisuu fedha
تصبحو على خير 🌹

Share👇👇


https://t.me/tafak_or
19.04.202518:58
☆☆﷽☆☆
♡الحَمْدُ ِلله رب العالمین ثم الصلاة باالسلام تلتقی علی الرسول القرشی الختم♡


♤Ikwaanii fillaah.....
♤Yoom deemna, sa'aa kam deemna, dammaqaa moo rafaa taanee deemna,Biyya keessatti moo biyyaa baanee deemnaa, rabbi jaalachiisnee moo dallansiisnee deemna.... 😢Wlh eennullee hin beeku... akkatti duniyaa tanarraa godaanuuf deemu.
♤Garuu addunyaa tana gadi dhiifnee deemuun akka hin oollee ni beekne tolfannee, faayamnee, rabbi jaalachiisnee deemuuf qophaa'utu nu dhibe malee😢
♤Bar silaa qophoo ammuma yeroo rafuu deemnu tanarraa eegallaa osoo yaada akkanaa sammuu keessaa qabaannee... garuu #manaama/@Abjuu goonee bira tarre malee amrii aakiraa tana.
♤Bar silaa azkaara hirriba duraa jennee... yoo hirribni nu hin dhufin... zikrii gaggaarii osoo jennu hirribni nuun deema ture... garuu nuti mobile kenna #keellaa boruu jajjaba san nu jalaa awwaalee daganne malee amriiwwan aakiraa.
♧Lakki ani itti hojjataa jira dalagaa isinillee jechutti hin jiru.... 👇
♧"Maaliif akkana taane, ni bannaa, boru salphannaa, koottaa haa sirreeffannuu jechutti jira. "

Yaa rabbi keessa keennas gubbaa keennas sodaa teetiin nu faayi🤲
@Aamiin🥹

#Azkaara_hirriba
duraa🫵😳🔔

share👇👇👇


https://t.me/tafak_or
18.04.202517:12
♥️Ergamaan Rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam takkaa harka isaatiin nama dhahee hin beeku
Durba,kaadima.eenuullee dhahee hin beeku yoo jihaada keessti taate male......
😢Anaa fi sihi hoo harka namarratti ol fuudhuu kana eessaa finne?
Mee daa'ima meeqa tumte dubartoota meeqa dhoyte..muslima meeqa wajji wal loltanii wal tumtan...?!
🍂Akkana hin turre haalli mohammed salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi

🍂 Gaafii......!
Osoo namni tokko si miidhee maal goota nama san....waan fedhe haa tahu garuu miidhaa sirraan gahe akkam goota?!


Share✔️

https://t.me/tafak_or
17.04.202514:04
👉 Ammas dogongora hedduun arge tokko isiniif sirreessaa..!!

✍️ Namoonni hedduun Nabiyyallaahi Aadamii fi Hawwaan wanti Jannatarraa baafamaniif sababa mukattii sana nyaataniif jedhan. Jechuun akka waan adabbiidhaaf Rabbiin buuseetti yaadu, Rabbiin erga towbaa isaanitti deebi’ee booda kan Jannatarraa gara dacheetti bu’aa isaaniin jedhe mitii..?!
Kanaafuu akkamitti isaan achirraa bahuun akka adabbiitti ilaallama ?

Kanaafuu gaafii akkanaa kana yoo gaafatamtan Rabbitu beeka jedhaa bira kutaa, bu’iinsi isaanii iccitii gurguddaa hedduu uf keessaa qaba, garuu iccitii sana keessa adabbiidhaaf wanti jedhu hin jiru waan taheef..👍

Sababaa fi adabbiin waan garagaraati..!!
👇

https://t.me/tafak_or
18.04.202503:07
16.04.202515:34
Bid’aa gadaa teenya keessa faffacaate keessaa takka qur’aana qabachiisanii wal kakachiisuudha..🔠

✍️ Waan akkanaa maaf barbaachise, Rabbiin kakannaan, qur’aana qabatanii kakachuutti wanti hajamsiisu takkallee hin jiru..!
✍️ Qur’aana qabatee nama kakate, warroota nu dura dabran keessaa -Sahaabotarraa eegalee-nama tokkoo hin garres hin dhageenyes..!

Jzk keeyran waan akkanaa kan hedduu waan jiruuf, bakka argitanitti irraa dhoorkaa..!

https://t.me/tafak_or
20.04.202516:17
✨Bismillahi Arrahman Arrahiim
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم ✨


مشآءالله عليكم 😇
🍂Yaalii gaafii qur'aanni makluuqa moo miti jedhurratti yaaliin keessan bareeda.☝️
🍂Ibsi isaa gabaabinaan kana fakkaata.....
🍂Dhugaadha rabbiin uumaa waa hundaati aayanni ati fiddees bareeda garuu... mee aayata...
وأوتيت من كل شيء ولها عرش عظيم...
Jettu tun akkami?!
👌Waa hundaa kennemte jechuu osoon taane,waan mootumaaf nama barbaachisu irraa haga takka kennamte jechuudha.malee nabi suleymanuu isii caalaa kenname.
🍂Kaanaafuu rabbiin waan uumamaa ta'e maruma uume qur'aanni immoo uumamaa miti...#Ragaan kiyyas.....👇
✨ سورة التوبة ٦:آية
✨سورة بقرة ٧٥: آية
✨سورة الزمر ٥٢:آية
✨سورة الكهف ١١٠:آية.......
👌Ayatoonni kunniinii fi kkf qur'aanni #kalaama rabbii tahuu nuuf ibsan..kanaafuu... Qur'aanni #KALAAMULLAH
🍂Ani ka jedhu gaafa nuti aayata kana hunda qur'aanni kalaama Rabbii tahuu irraa barannu Ati hin #rafte moo hin #hafte kan amma na mormituuf😂😁 jettee ifirraa deebisata warra karaa kanaan deeman

Share👇

https://t.me/tafak_or
20.04.202507:12
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
ثم الصلاة مع سلام دائم على الرسول القرشي الخاتم🌹


🍂Mee haa jennuutii....ani muslima haa jennu....isinis muslima.....
✍🏾Ani akkanatti amana qur'aanni makluuqa.jedha.....
Daliilli/ragaan kiyya qur'anrraa....
"الله خالق كل شيء ".
(السورة الزمر ٦٢آية)
👌🏾Rabbiin uumaa waa humdaati kanaafuu qur'aanallee rabbiitu uume....
Kanaafuu qur'aanni #uumamaadha{makluuqa}

👌🏾Isin hoo maal jettu moo....na faalleessitu moo na deeggartu?....!


#tafak_or
16.04.202518:43
Bismillahi Arrahman Arrahiim
🌿 Alhamdulillah guyyaan ima deema halkan ganama,halkan,ganama jechaa deema.....kan laalamu ATI isa keessa maal dabrfatteedha.
🌿Hadhi guyyaan roobii yoo ta'e...waan ati dabarsiteen galmeen guyyaa hadhaa cufama walh ثمwlh torbee dhufu maqatu wal fakkaatee roobiin dhufa malee roobiin hadhaa guyyaa qiyaamaa qofa deebi'a.
🌿Kanaaf guyaan boru #kamisaa dha.guyyaa dalagaan namaa ol baatu...osoo nuti sooma qabnuu dalagaan teenna ol nuuf haa baatu @soomaa!...jechuun dhaamsa kiyya.

🌹عن أسامة بن زيد رضي اللّه عنه: أن النبي صلى الله عليه وسلم كان يصوم يوم الإثنين والخميس ،فسئل عن ذلك فقال إن أعمال العباد تعرض يوم الإثنين والخميس ،واحب ان تعرض عملي وانا صائم..... رواه أحمد وأبو داود وصححه الألباني

@tafak_or
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.