Islaamummaan Qaroomina!
Chaanaala kana irratti Dhugaa,Cimina fi Qaroomina addunyaa keenya keessatti Islaamummaan qabu hubatta. Gara tamsaasa keenyaatti makami! Yaadaaf @Journalist_Farid_Fira
tiktok.com/@faridfira7
tiktok.com/@faridfira7
TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापितविश्वसनीयता
अविश्वसनीयस्थान
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिБер 26, 2024
TGlist में जोड़ा गया
Лист 05, 2024संलग्न समूह
समूह "Islaamummaan Qaroomina!" में नवीनतम पोस्ट
23.04.202513:28
Qur'aannis ta'ee Bibliin Iisaan (yesuus) ergamaa Saba israa'el qofaaf ergame ta'uu isaa nutti himu.
Oromoo keenya maaltu cinqeen ree?
Mee ragaa jenne haa ilaallu!!
وَرَسُولًا إِلَىٰ بَنِي إِسْرَائِيلَ أَنِّي قَدْ جِئْتُكُم بِآيَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ ۖ
Gara ilmaan Israa’iilittis ergamaa [isa godha]“Ani dhugumatti Gooftaa keessan irraa raajiidhaanan isinitti dhufe.
Quran 3:49
Bible irraa
👇👇👇👇
Maatewos 15
22 Kunoo, dubartiin Kana'aan tokko naanna'aa biyya sanaatii dhuftee sagalee guddaadhaan, "Ilma Daawit, gooftaa koo! Intalli koo hafuura hamaadhaan qabamtee jirti, anaaf maari!" jette.
23 Yesus garuu sagalee tokko iyyuu isheef hin deebifne. Bartoonni isaa yommus gara isaa dhufanii, "Ishee nu booddeedhaa iyyaa adeemtu kana, waan isheen barbaaddu godhiifii of biraa deebisi!" jedhaniin.
24 Inni immoo deebisee, "Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badan duwwaaf malee hin ergamne" jedheen.
©@Journalist_Farid_Fira
https://t.me/Islamumanqaromina

22.04.202514:28
ابن تيميا رحمه الله تعالا.....
Qalbiiwwan Dhugaa fi...Du'aahiwwan Gaariin......Meeshaa lolaa hin moo'amneedha.....!🌹
https://t.me/islamumanqaromina
Akkana jedhan🫀👌
Qalbiiwwan Dhugaa fi...Du'aahiwwan Gaariin......Meeshaa lolaa hin moo'amneedha.....!🌹
https://t.me/islamumanqaromina
19.04.202512:34
Nabi Muhammadii Jiini bakka lamatti dhoohuu isaa dhageettanii jirtuu...?
Ergamaan keenya jaallatamoo fi kabajamoon Nabi Muhaammad (s.a.w) dinqiiwwan gurguddoo gara garaa kumaa (1000) ol hojjatanii jiru...
Mu’ujizaalee Nabi Muhammad ﷺ keessaa Ji’a bakka lamatti dhoosuu isaaniiti. Sahiiha Bukaarii 3781, Sahiiha Muslim 2802
Mu'ujizaawwan harka Ergamaa keenyaa irratti hayyama RABBBIItiin hojjatame bal’innaan beekuuf Kitaaba |دلائل النبوة للبيهقي | kana dubbisaa....
Erga barruu tana dubbistee xumurteen booda Ergamaa kee irratti salawaata
buufadhu...🧡
صلوات ربي وسلامه عليه
© Ifaa Dhugaa

19.04.202511:22
🫀
Abbaa manaa fi Haadha manaatu wal lolanii.....Qabeenya addaan qoodatanii wal hiikan....Haati manaas birrii ishee gahe sanaan Hoteela maqaan isaa....
Jettee bante...Abbaan manaas kana argee.....Aaree innis ishee fuunduratti hoteela bane...👌Hoteela kana maqaan isaa yoo maal ta'e bareeda.😁
https://t.me/islamumanqaromina
Seeqadhaa me😁Seequun sunnaadha🥰
Abbaa manaa fi Haadha manaatu wal lolanii.....Qabeenya addaan qoodatanii wal hiikan....Haati manaas birrii ishee gahe sanaan Hoteela maqaan isaa....
Hoteela seeqannaa😁
Jettee bante...Abbaan manaas kana argee.....Aaree innis ishee fuunduratti hoteela bane...👌Hoteela kana maqaan isaa yoo maal ta'e bareeda.😁
Hoteela..ilkaan kee sirraa haa yaa'uu 👌😁😁
https://t.me/islamumanqaromina

19.04.202504:31
Ukhtiiii..........🫀
🍁Nyaata sitti tolu...filattee nyaattaamii....?
Maarree uffata jannataaf ta'u maaltu filatuu si dhoorge🥺
Akka nyaattuf:akka dhuugduf:akka namoota fitnaa itti taatuf....miti kan rabbiin si uumef....😥
waan uumamteef hin dagatin.....!
🌸Rahmaan Towbaa sirraa fi anarraa qeebaluuf...guyyaa kana nuuf dabale....
Maarree atis itti yaadii ..Qophaahi..!
Qabna uffata kabajaa isa rabbiin nuuf buuse.....mee maaltu irraa hafee innuu guutee nuuf buusee.🌸👌Alhamdulillaah
🌹
🌹The best cloth of the world:-that
used for both....Nation(for dunya...as same as for akhira):-is ...Hijab&nikab....😍you can prefer it........Fashion🙄...with them🥰
Nafsiin hundi Dua dhandhamtuudha ‼️
Filannoon keeti.....!
Oolmaa Gaarii....Ahbaabii🥰🌺
https://t.me/islamumanqaromina

19.04.202503:33
MORNING REMEMBRANCE 🌅
اللَّهُمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ عِلْماً نَافِعاً, وَرِزْقاً طَيِّباً, وَعَمَلاً مُتَقَبَّلاً
O Allah, I ask You for knowledge that is of benefit, a good provision, and deeds that will be accepted.
أَسْتَغْفِرُ اللَّهَ وَأَتُوبُ إِلَيْهِ
I seek the forgiveness of Allah and repent to Him. (100 times during the day.)
اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبَيِّنَا مُحَمَّدٍ (عشر مرات)
Oh Allah, we ask you for peace and blessings upon our prophet Muhammad. (Ten times)(The Prophet saw said: "Who recites blessings upon me 10 times in the morning will obtain my intercession on the Day of Resurrection".)

Zikr is healer of heart problems!
से पुनः पोस्ट किया:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION

18.04.202518:28
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!
𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!
Ads: 👇👇
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk

18.04.202514:42
#Dubbisi_hanga_xumuraatti!🙏😍
Akkuma beekkamu Namni ustaazota kanaa wajjin suuraa irratti mul'atu Kun nama maqaan isaa #Abdii_Raggaasaa jedhamuu fi Dhiheenya kana Rabbiin fedheefi Amantii islaamummaa fudhateedha.
Asirratti waanan jechuu barbaade tokkotu Jira. Innis yaada namoonni hedduun dhimma nama kanaatiin walqabsiisanii dubbatanu irratti ibsa gabaabaa kennuudha.
Namni Kun erga islaamummaatti dhufee as beekumsa amantichaa sirriitti beekuu baatus, hanga danda'een beekamtii isaa fayyadamee ta'us nama dhiibbaa uumaa jiruudha.
Kana irratti namoonni baayyeen "lakkii inni dhugaan amanee osoo hin taane beekkamtii ofii daran guddifachuuf"jedhu.
As irratti amantiin Islaamummaa maal jetti laata kan jedhu mee waliin haa ilaallu..
•Akka Islaamummaatti nuti waan ijaan agarre tokko lakkii kun sobadha jechuu hin dandeenyu.sababni isaas keessoo namaa kan beeku rabbiin qofa waan ta'eef. Kana jechuun namni tokko gubbaan isaa gaarii ta'uu gaafa agarru namni kun waan lama keessaa tokko ta'a.yookaan akkuma agarru gaarii ta'a.Yookaaan ammoo faallaa ta'ee argama.
©Walumaagalatti keessoo namaa hin beeknu.kana irratti mee hadiisa tokko wajjin haa ilaallu!!!
•Usaamaa ilma zayid (RA) akkana jedhe. "Ergamaan Allaahaa ( ﷺ ) gara Huraqa gosaa juhayinaa jedhamanutti nu erge. Ganamaan iddoo Laga isaanitti isaan irratti duula ganameeffannee/ganamaan Itti baanee Anaafi mucaan Ansaaraa tokko mucaa Jara irraa ta'e tokkotti marsine. Yeroma kana mucaan Itti marsine Kun Jecha Laa ilaaha illallaah(haqaan gabbaraamaan Alaahaa malee hin jiru)jedhe. Kana inni jennaan mucaan Ansaaraa na wajjiniin ture sun dhiisee deeme. Garuu Ani immoo E*boo kootiinan war*ane hangan ajj££setti.
Sana booda gara madiinaatti Akkuma deebineen dhimmi Kun Rasuula rabbii bira ga'ee rasuullis ﷺ akkas naan Jedhan. "Yaa Usaamaa Erga inni Jecha Kana jedhee ajj££ftaa?
Anis bar yaa Rasuula rabbii ﷺ inni Jecha kana kan inni jedhe, ittiin lubbuu ofii hambifatuu/du*a jalaa ooluufiin jedheen. Ammas rasuulliﷺ: irra deebiidhaan "Yaa Usaamaa Erga inni Jecha Kana jedhee ajj££ftaa? Naan jedhani. Dubbii kana irra deddeebi'anii yeroo hedduu jedhani hanga Ani Osoon har'a kana ammallee Muslima ta'uu dhabee maal qaba jedhee hawwuu ka'u tokkotti.
Odeessa biroo keessatti immoo "bar Ani kan Ani Ajj££seef Jecha sana Meeshaa sodaateetiin jedheen".
Sana booda rasuulli rabbiiﷺ: " sila ati Onnee isaa dhoostee dhugaaf jechuufi sobaaf jechuu isaa ilaalteettaayii"? Jedhaniin...
Egaa hadiisa kana irraa kan hubannu. Nuti Waan ijaan agarru beekna malee Waan qalbii keessaa hin beeknu jechuudha.

18.04.202514:41
17.04.202512:51
#Dubbisiitii_Share_godhi!!
•Akka macaafni kiristaanotaa dubbatutti Eenyummaan yesuus inni sirriin Ergamaa waaqaati malee Waaqa miti.
Mee Keeyyatoota muraasa armaan gadii kana waliin haa ilaallu!!
" Yesus immoo, "Nyaanni kan koo jaalala isa na ergee gochuudhaaf hojii isaa raawwachuu dha. "
(Yohannis 4: 34
(Yohannis 5 )
------------
36 Isa Yohannis cuuphaan dhugaa ba'e irra caalaa kan dhugaa anaaf ba'u qaba; hojiin abbaan koo akkan raawwadhuuf dabarsee anatti kenne baay'ee dha; hojiin ani hojjedhu kunis abbaan akka ana erge dhugaa anaaf in ba'a.
37 Inni ana erge abbaanis immoo ofii isaatii anaaf dhugaa ba'eera; isin utuu inni dubbatuu sagalee isaa takkaa hin dhageenye, bifa isaas argitanii hin beektan.
38 Isin isa abbaan ergetti hin amantan; kanaaf dubbiin isaa garaa keessan keessa hin turu.
" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti."
(Yohannis 17: 3)
#Hub...Kuni Akka ragaaf ta'uttin fudhadhe malee hedduutu Jira.
•Mee Amma immoo Iisaa(yesuus) Ergamaa rabbii ta'uu ragaa qur'aaana irraa muraasa haa ilaallu!!
Iisaan (yesuus) Ergamaa rabbii ta'uu isaa ragaa qur'aaana irraa
مَّا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ ۖ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انظُرْ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti.Haati isaas akkaan dhugoomsituudha.Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan.Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali.Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali.
يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لَا تَغْلُوا فِي دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ ۚ إِنَّمَا الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ اللَّهِ وَكَلِمَتُهُ أَلْقَاهَا إِلَىٰ مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِّنْهُ ۖ فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ ۖ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ ۚ انتَهُوا خَيْرًا لَّكُمْ ۚ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ سُبْحَانَهُ أَن يَكُونَ لَهُ وَلَدٌ ۘ لَّهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا
Yaa abbootii kitaabaa! amantii keessan keessatti daangaa hin dabrinaa; Rabbi irrattis dhugaa malee hin haasa’inaa.Ilmi Maryam, Masiih, Iisaan ergamaa Rabbiiti; jecha Isaa (ta'i jedhu) kan Inni gara Maryam darbeedha.Ruuhii (uumaa) isaa irraa ta'eedha.Rabbiifi ergamtoota Isaattis amanaa“Rabbiin sadihi” hin jedhinas.Isarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (ta'aa)Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofa.Inni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e.Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan Isaati.Hirkoodhaafis Rabbiin qofti ga’aadha.
#Hub... Kunis Akka ragaaf ta'uufani malee Keeyyatootni qur'aaanaa Ergamaa rabbii ta'uu isaa ibsan kitila.

RAFIIQUL ISLAAM 🇸🇩

16.04.202513:42
Ustaaz #Husu_Negn Congeagulations 🎉🎉🎉
ከአፋር ክልል መጅሊስ የምስጋና ምስከር ወረቀት
እናመሰግናለን ❤
Woraqaa Ragaa Galataa Majlisa Naannoo Affaar Irraa
Galatoomaa ❤️
Ustaaz Husu Negn
🎯 @Rafiiqul_Islaam

16.04.202513:22
•Garaagarummaa hedduu jireenya buyya duuniyaatii fi Aakhiraa gidduu jiru keessaa tokko, Addunyaa irratti hojjattee itti dadhabdee sana booda kasaaruu dandeessa. 👌😭😭😭
•Gara biraan Osoo hin hojjatinis hattees ta'u Akka carraa argattee duroomuu dandeessa.
•Garuu Aakhiraatti Waan hojjatte dhabdee hin kasaartu. 👌😍😘
Gaarii hojjattu jannata.badaa hojjattu immoo Azaaba(Nagaa nu haa baasu rabbi).
https://t.me/Islamumanqaromina
•Gara biraan Osoo hin hojjatinis hattees ta'u Akka carraa argattee duroomuu dandeessa.
•Garuu Aakhiraatti Waan hojjatte dhabdee hin kasaartu. 👌😍😘
Gaarii hojjattu jannata.badaa hojjattu immoo Azaaba(Nagaa nu haa baasu rabbi).
https://t.me/Islamumanqaromina
16.04.202513:12
Tolinna islaamummaa hubachuudhaaf Wanti kan biraan haa hafuu, mana fincaanii yoo ilaalteyyuu gahaadha👌👌
https://t.me/Islamumanqaromina
https://t.me/Islamumanqaromina
से पुनः पोस्ट किया:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION

16.04.202511:00
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮?
What channels do you want?
ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ?
Namoonni Channel Keessan Keessa Irratti Admin naaf kennitannii keessa Hin Jirre Keessaan Na Qunnamaa.
Free Waver: @Rafiqul_Islaam

रिकॉर्ड
23.04.202523:59
2Kसदस्य22.03.202523:59
450उद्धरण सूचकांक19.04.202518:16
337प्रति पोस्ट औसत दृश्य19.04.202518:16
386प्रति विज्ञापन पोस्ट औसत दृश्य30.11.202423:59
50.00%ER23.01.202519:06
20.73%ERRअधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।