Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Burqaa Ispoortii avatar
Burqaa Ispoortii
Burqaa Ispoortii avatar
Burqaa Ispoortii
✅️Tapha har'a galgala Arsenaal fi Kiristaal Paalaas taphatan irratti Arsenaal kan injifatamu yoo ta'e, Liiverpuul osoo taphni shan isaaf hafuu shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Ingilaand bara dorgommii 2024/25 ta'uu isaa ni mirkaneeffata.🤯

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Laamiin Yamaal taphoota Laaliigaa Ispeen 19 daban iratti goolii tokkoo qofa lakkoofsise.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨Injifatoota tapha Vachuwaalii Betman qophesse🚨

💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵💵

💵 1ffaa birrii 250
💵 2fffaa birrii 150
💵 3ffaa birri 150
💵 4ffa hanga 10ffaa birrii 100
💵 11ffaa hanga 15ffaa birrii 50

⏰ Guyyaa hunda sa'aatii 7:00 irraa kaasuun ni badhaasna.
⚠️Tapha 1 qarshii 10nin yeroo taphatan qabxii 1 ykn tapha 5n qarshii 2n yeroo taphatan qabxii 1 argattu
❓ Fakeenyaf qarshii 100n yoo taphatan qabxii 10n argattu jechuudha.

✈️ Telegram 🌐 FACEBOOK 
🌐 INSTAGRAM  🌐 TIKTOK

             www.betman.et

          🔴 🔤🔤🔤🔤🔤🔤 🔴
✅Veenishees Juneer waligaltee haaraa waggoota shaniif Riyaal Maadriid keessa isa tursiisu mallatessuuf dhihaateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Baarseloonaan qabxi 7 Laaligaa dursu eegale jira

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Viktor Goykaresh bara kana tapha 53 irratti gooli 72 irratti kallattiin hirmaateera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
🎙Kana beektu

🏆Fastkeno Betman gubbaatti hanga birrii 2,000,000 injifachuu akka dandessan 🏆


✈️ Telegram         🌐 FACEBOOK 
🌐 INSTAGRAM    🌐 TIKTOK

——-> Play Responsibly 21+<———

   👉 www.betman.et   

🔴🔤🔤🔤🔤🔤🔤🔴
✅Jorjinhoon ganna kana Arsenaal akka gadhiisu nii eeggama.

Filamingoon taphatichaaf fudhchuuf feedhii qabu karoora isaaniis isaaf ibsaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
👉Register on 1xBet using code: QWE

👉Make your first deposit to get up to $130!

+18 Begambleaware.org

Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2
Full Offer 👉 bit.ly/47ECIX2
✅️Maanchistar Siitiin taphoota 15 darban Astoon Viilaa waliin dirre isaa irratti taasisaniin hanga amma osoo hin moo'amin deema jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Gareewwan gurguddoo Awurooppaa keessa garee tapha tokko irratti yaali heddu taasisan.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Taphata sarara ittisa Maanchistar Siitii Nuunez guyya kaleessa tapha 76 booda gooli galche jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Kilabootni Piriimiyerliigii Ingilaandiin sadarkaa 2ffaa hanga 5ffaa qabatanii jiran hundinuu bara dorgommii kana liigichaan injifannoo kudha saddeet wal qixa injifachuu dandaa'aniiru. 🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Maan Yunaayitid Caamsaa 26 bara 1999 wancaa sadee injifate.

✅Maatiyaas Kunyaan guyyaa tokko booda bara 1999 caamsaa 27 dhalate. Amma Maan Yunaayitidif mallatessuuf dhiyaate.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Kilaboota yeroo hedduu Piriimiyerliigii irraa gara shaampiyoon shiippiitii gadi bu'an:

1 Leester Siitii yeroo 13
2 Beriinghaaam yeroo 12
3 Weestbroomiich yeroo 11
4 Maanchister Siitii yeroo 10

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Haalandi fi Roodri tapha kaleessa irrati .

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅Tapha guyya har'a taphatamu.

💠Piriimeer Liigii Inglaand

04:00 🔰Arsenaal Paalaas waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Maarkus Raashfoord garee top 6 irratti:-

●Maanchistar Siitii irrati ☆gooli 7
●Liverpuul irratti ☆goolii 7
●Cheelsii irratti ☆gooli 6
●Arsenaal irratti☆ gooli 6
●Tootinhaam irratti ☆gooli 6

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Haarii Keen taphataa jalqaba Bundasliigaa Jarmaniin tapha 60 taphatee goolii 60 lakkoofsise ta'eera.😤

Guys bara kana waancaa isaa jalqabaa nyaachuuf waan jedhu fakkata.🥹

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
''Wantoonni tokko tokko jiranis Cheelsiin bara gaarii dabarse''

Enzoo Maareska

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Livarpuul jijjiirraa Darwiin Nuneezif Yuroo miliyoona 5 kaffaluuf jira.

Livarpuul yeroo Darwiin Nuneez fudhatu Livarpuulif tapha 50 Piriimeer Liigii iratti yeroo taasisu Yuroo Miliyoona 5 kaffaluun irraa eeggamu waligaltee isaa keessa jira.

Nuneez yeroo ammaa tapha 49 dhabbiin Livarpuuliif jalqabuun taphateera, tapha tokko qofatu isa hafa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Pep Gaardiyoolaa kaleessa gammachu isaa yeroo ibsatu.🤫

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅️Peedrin tapha guyya kaleessa Baarseloonaa fi Maayorkan taphatan irratti taphataa cimaa taphicha ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅Baarseloonaan goolii Daanii Olmoon lakkoofsiseen Maayorkaa 1-0 injifachuun garaagarummaa qabxii 7n Laaliigaa Ispeen dursuu eegaleera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
दिखाया गया 1 - 24 का 11854
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।