Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
MUL'ATAA KEENYA avatar

MUL'ATAA KEENYA

Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!
TGlist रेटिंग
0
0
प्रकारसार्वजनिक
सत्यापन
असत्यापित
विश्वसनीयता
अविश्वसनीय
स्थानЕфіопія
भाषाअन्य
चैनल निर्माण की तिथिSep 09, 2021
TGlist में जोड़ा गया
Feb 16, 2025
संलग्न समूह

समूह "MUL'ATAA KEENYA" में नवीनतम पोस्ट

से पुनः पोस्ट किया:
ጠቃሚ ቻናሎች 💚✨ avatar
ጠቃሚ ቻናሎች 💚✨
💬 ከ 17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል 🔜

የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ ነው ተወዳደሩ
⬇️

በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ  ረሀብ መች አመተ ምህረት ነበረ


👀 ትክክለኛውን መልስ ምረጡ ⬇️
📌𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐚𝐛𝐨𝐯𝐞 𝟏𝟎𝐤📌
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
Zimbaabuwee keessatti osoo saamicha baankii irratti raawwataa jiruu, saamtuun baankii kun nama baankii keessa jiru hundaan: "Hin socho'inaa. Maallaqni kan Mootummaati. Jireenyi kee kan kee ti." jedhee akeekachise.

Namoonni baankii keessa jiran hundi callisanii ciisan. Kunis "Mind Changing Concept (Yaada Sammuu Jijjiiru) " jedhama, Akkaataa yaada barame jijjiiruu.

Giiftiin tokko haala miira nama kakaasuun minjaala irra yeroo ciiftu saamtuun sun: "Maaloo qaroomi! Kun saamicha malee gudeeddii miti!" jedheen.

Kunis "Being Professional (Ogeessa Ta'uu)" jedhama. Waan leenjifamte qofa irratti xiyyeeffadhu!

Saamtonni baankii yeroo gara manaatti deebi'an saamtuun quxisuun saamtuu isa angafaan "Obboleessa guddaa, maallaqa meeqa akka arganne haa lakkoofnu" jedhe.

Saamtuun angafaa akkana jedhe: "Ati baay'ee gowwaadha."

Maallaqni baay'ee waan ta'eef lakkaa'uuf yeroo dheeraa nutti fudhata. Halkan kana oduun TV hangam akka baankii saamne nutti hima!"

Kunis "Experience (Muuxannoo)" jedhama. Yeroo ammaa kana gahumsa waraqaa caalaa muuxannoon barbaachisaadha!

Saamtonni erga deemanii booda hogganaan baankii kun supparvaayizara baankii sanatti dafee poolisiitti akka bilbilu itti hime. Garuu supparvaayizarichi: "Turii altakka! Doolaara miiliyoona 10 baankii keessaa ofii keenyaaf baafannee, doolaara miliyoona 70 kan kanaan dura baankii irraa saamne sanatti daballa" jedheen.

Kunis "Swim with the tide (Dambalii wajjin sochoo'i) " jedhama. Haala mijataa hin taane gara faayidaa keessaniitti jijjiiruu!

Suppervaayizarichi akkas jedha: "Ji'a ji'aan saamichi yoo jiraate gaarii ta'a."

Kunis "Killing Boredom (Nuffi Ajjeesuu)" jedhama. Hojii kee caalaa Gammachuun Dhuunfaa barbaachisaa dha.

Guyyaa itti aanutti oduun TV akka gabaasetti doolaarri miiliyoona 100 baankii irraa fudhatame.

Saamtonni irra deddeebi'anii lakkaa'anii lakkaa'anii, garuu doolaara miiliyoona 20 qofa kan isaan argatan. Saamtonni kun baayyee aaranii akkas jedhanii komatan: "Lubbuu keenya balaaf saaxillee doolaara miiliyoona 20 qofa fudhanne. Hogganaan baankii doolaara miiliyoona 80 fudhate . Hattuu ta'uu caalaa barachuun wayya fakkaata!" jedhe.

Kunis "Knowledge is worth as much as gold! (Beekkumsi hamma warqee gatii qaba!)"

Haala kana hunda booddee Hogganaan baankii fi supparvaayizarri hundi isaanii kolfaa fi gammadaa jiru!!

Credit: Mandara Linkedin Irra

@MALKAA_MILKIII
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
Jireenyi gabaabduu dha waan taateef jireenya nama kan biraa jiraachuudhaan of hin qisaasessin!
DANDEETTII kee faana dorgomi!🧠

@MALKAA_MILKIII
🎀 በቅርብ ተከፍቶ በጣም ብዙ ሰዉ የወደደዉ  ቻናል  ለመግባት JOIN የሚለዉን በመንካት  ተቀላቀሉን  ❣🔐🗯™️

https://t.me/+KQ_JMYAo44s2Njc0
https://t.me/+KQ_JMYAo44s2Njc0
से पुनः पोस्ट किया:
HudHud Promotion🕊🕊 avatar
HudHud Promotion🕊🕊
💎በቴሌግራም ምን አይነት እስላምክ┐
│ቻናል ይፈልጋሉ ⁉️ሁሉን አቀፍ ቻናል
በዚህ 𝐅𝐎𝐋𝐃𝐄𝐑 ይገኛል[𝐉𝐎𝐈𝐍]👇

▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁▁ ▁
│🌹ሀዲስ እና ቁርኣን【JOIN📮🄷ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹የነብዩ (ሶ.ዐ.ወ) ታሪክ【JOIN】📮🄳ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹የሰሃቦች (ረ.ዐ) ታሪክ【JOIN 】📮🄷ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹የ ደጋግ ሰለፎች ታሪክ【JOIN 📮🅄ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹 ኢስላማዊ ብይን【JOIN 】📮🄳ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹ጥያቄዎችእናመልሶች【JOIN 📮🅆ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹እስላማዊ ህይወት【JOIN 】📮🅅ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹እስላማዊ አስተምህሮት【JOIN📮🄴ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹ሴቶች በ እስልምናን【 JOIN】📮🄰 ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
🌹ማራክ ንግግሮች【 JOIN 】 📮🄳  ይንኩ
▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁ ▁
┐🎐እንደ ምርጫው መርጦ ይቀላቀሉ 🄳🎐┌
▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂┐
┌🟠𝐀𝐝𝐝 ሱናናናና 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 🟠

        👇👇👇👇
🛰WAVE :-@HudHud_waver
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
Jecha addunya kana irra qaali kan ta'e👇🤪

I LOVE YOU &MADE IN CHINA

😂😳😳😳

💥 @MALKAA_MILKIII
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺ 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐖𝐚𝐥 𝐇𝐚𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐧𝐮𝐮

1. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐅𝐚𝐣𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐙𝐮𝐡𝐫𝐢𝐢, 𝐌𝐚𝐠𝐫𝐢𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐟𝐢
𝐢𝐬𝐡𝐚𝐚'𝐢𝐢 𝐆𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮
2. 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐂𝐢𝐢𝐬𝐢𝐧
3. 𝐇𝐢𝐫𝐫𝐢𝐛𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐧
4. 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐁𝐢𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐢𝐧!
5. 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧
6. 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞 𝐔𝐟𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐒𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢
7. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐎𝐥 𝐇𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐧
8. 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐅𝐢𝐧𝐜𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐓𝐮𝐟𝐢𝐧
9. 𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐂𝐢𝐥𝐞𝐞𝐧/ 𝐊𝐚𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐑𝐢𝐠𝐢𝐧/𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐧
10. 𝐀𝐳𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐢𝐧
11. 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐢𝐧𝐜𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐢𝐧
12. 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐢𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐞𝐞𝐦𝐢𝐧.
13. 𝐈𝐢𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢

𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐖𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐞 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 𝐍𝐮𝐮 𝐇𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮

𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐆𝐎𝐂𝐇𝐔𝐔𝐍 𝐍𝐔
𝐇𝐎𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀.
⤵️
🎯 @MALKAA_MILKIII
से पुनः पोस्ट किया:
ᴅ.ᴡ ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ 🫧 avatar
ᴅ.ᴡ ᴘʀᴏᴍᴏᴛɪᴏɴ 🫧
🌀 ለዩንቨርሲቲ እና ለ Highschool ተማሪዎች ብቻ የተከፈቱ በኢትዮጲያ የመጀመሪያዎቹ ቻናሎች 🖤✨

Add your channel 👉 @Darkwave1
से पुनः पोस्ट किया:
HudHud Promotion🕊 avatar
HudHud Promotion🕊
📢እናኋኸበር ከሁድሁድ ዋቭ 📢
🕊ሁድሁድ ዋቭ በአራት[4⃣]ዘርፍ ቻናሏች
ዋቭ መስራት ጀምራናል ስንላችሁ
በደስታ ነው‼👇👇

1⃣ኛ የእስላማዊ ሱና ቻናል🕌
2⃣ኛ የአካዳሚክ ትምህርት ቻናል📚
3⃣ኛ የሀላል ሥራ ቻናል💸💴እና
4⃣ኛ የቴክኖሎጂ ዘርፍ ቻናሏን🛰

♻️ማሳስብያ🚦
📛ከ5⃣0⃣0⃣Subscribers በላይ ቻናሎችን
ያለምንም ክፍያ⛔️በፎልደር እንሰራለን!!

1𝐬𝐭 𝐅𝐨𝐥𝐝𝐞𝐫:
https://t.me/addlist/ADIco8IdBshlYmVk
2𝐧𝐝 𝐅𝐨𝐥𝐝𝐞𝐫:
https://t.me/addlist/i4V_-6ZT7WJhNDk0
👇👇👇👇   
🚦🅸︎🅽︎🅱︎🅾︎🆇︎🅼︎🅴︎💌👇҉꙰҉
🛰ωανє;-@HudHud_waver👈አዋሩኝ
🎉 የምስራች አሁን online ላላችሁ ብቻ ጥያቄ ና መልስ ልንጀምር ነው ✨

1️⃣ ለወጣ 500 ብር ካርድ 🎁
2️⃣ ለወጣ  250 ብር ካርድ 🎁
3️⃣ ለወጣ  100 ብር ካርድ 🎁

Wave @Teka_marketing

👉 ዝግጁ ከሆናችሁ ጀምር የሚለውን ይጫኑ 👇
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
Haadha manaa fi Abbaa warraa
Ishee🧑:-wanti nyaata mu hin jiru
qarshii naaf kenni jettee.
Innis qarshii 100 qofa itti kennee deeme.Yeroo galu wanta hunda bittee isa eegde.

👨isa:-qarshii eessaa fidde?

🧑ishee:-dhiirota saditu qarshii 1000 siif kennina laaftoo guddaa sanarra bahi naan jedhaniin bahee argadhe.

👨‍🦰isa:- maaloo maaloo maaloo Paantii kee laalufi mee kan akkas siin jedhan.

🧑ishee:-ani mee abshaala akka isaan Paantii koo hin ilaallef ofirraa baasan kore.

👨‍🦰Isa:-🙉🙈🙉🙈🙉🙈🙉🙈🙉🙈🙉👊👊👊👊

@MALKAA_MILKIII
ለፍሲካ profil ይፈልጋሉ

रिकॉर्ड

21.04.202511:46
11.8Kसदस्य
16.02.202523:59
0उद्धरण सूचकांक
11.04.202512:16
534प्रति पोस्ट औसत दृश्य
17.02.202517:03
77प्रति विज्ञापन पोस्ट औसत दृश्य
11.02.202511:22
150.00%ER
11.04.202512:16
4.84%ERR

विकास

सदस्य
उद्धरण सूचकांक
एक पोस्ट का औसत दृश्य
एक विज्ञापन पोस्ट का औसत दृश्य
ER
ERR
MAR '25APR '25

MUL'ATAA KEENYA के लोकप्रिय पोस्ट

05.04.202510:38
Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan; of beektes murtoo hin murteessitu.
O people, is there a better opportunity than this? And yet you say you are not lucky? By Allah, if you have Islam, then you are truly lucky.🥺😀

يَا أَيُّهَا النَّاسُ، هَلْ هُنَاكَ فُرْصَةٌ أَفْضَلُ مِنْ هٰذِهِ؟ ثُمَّ تَقُولُونَ إِنَّكُمْ غَيْرُ مَحْظُوظِينَ! وَاللَّهِ، إِنْ كَانَ لَدَيْكُمُ الْإِسْلَامُ، فَأَنْتُمْ مَحْظُوظُونَ حَقًّا.

ٱلْـحَـمْـدُ لِلَّٰهِ عَلَىٰ نِعْمَةِ ٱلْإِسْلَامِ🥺🥰
Namoonni hamma sammuu isaanii bilchaachaa deemu ykn dandeettiin yaaduu isaanii dabalaa deemu carraan maraachuu isaanii guddaadha. Maraachuuf sammuu yaadu (dandeettii) qabaachuu si barbaachisa.

Nama hojii hin qabne dhiba'aa maraatu argitanii beektuu? Maraachuuf dandeettii yaaduu qabaachuu qabna. Waan hin qabne akkamitti fidda? Dhabuuf dursa qabaachuu qabna.
#MULA@mulata_keenya
13.04.202515:15
Haala keessa jiranii fi haala keessa darban adda baasanii beekuuf dandeetti hubachuu, yaadachuu fi xiinxaluu ykn gamaaggamuu gaafata.

Yoo yeroo wanti of harkaa qabdu si huqqisee ,wanti yeroo abdattu si furdisa ta'e , haalichi dhugoomsituu  ykn ibsituu waan abdattuu fi qabdu saniiti.Keessoon kee waan of harkaa qabu caalaa waan abdachaa tureef bakka kennuu ibsa.

Kanaafi kan Oromoon "Waan argatanirra,kan abdatantu caala"jedhuuf
से पुनः पोस्ट किया:
JECHAMOOTA avatar
JECHAMOOTA
04.04.202516:33
#Biyya_Ethiopia kana keessatti sodaa tokko malee jiraachuu kan danda'u
Nama du'e qofaa na amani obboleessoo
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Eid Mubarak! Everyone !🌙✨ Wishing you peace, happiness, and countless blessings on this special day. May your home be filled with laughter, your heart with gratitude, and your life with prosperity. Enjoy the celebrations with your loved ones! 🕌😊
16.04.202501:11
𝐖𝐀𝐀 𝐒𝐀𝐃𝐈𝐈


✧𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐈𝐟𝐚 𝐖𝐚𝐚
𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚

➪ 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐟𝐚 𝐡𝐚𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚.
➪ 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐢 𝐢𝐟𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐢 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚.
➪ 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐟𝐚 𝐠𝐚𝐛𝐫𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚.

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮
!
➪ 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚
➪ 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚
➪ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐦𝐚𝐚

✤ 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐚 Sadii 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐢𝐢!
➪ 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
➪ 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮
➪ 𝐃𝐮'𝐮𝐮

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮!
➪ 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚
➪ 𝐄𝐞𝐛𝐛𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨
➪ 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚

✤ 𝐘𝐚𝐚 𝐋𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢𝐟 𝐓𝐚'𝐢𝐢!
➪ 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟 𝐭𝐚'𝐢𝐢
➪ 𝐃𝐚𝐝𝐡𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐥𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚'𝐢𝐢
➪ 𝐃𝐚𝐝𝐡𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐨𝐟𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚'𝐢𝐢

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐚𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧!
➪ 𝐊𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞
➪ 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞
➪ 𝐀𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞

✤ 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐮!
➪ 𝐄𝐞𝐛𝐛𝐚
➪ 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚
➪ 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚

✤ 𝐈𝐥𝐦𝐢 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚!
➪ 𝐊𝐚𝐧 𝐨𝐟𝐢𝐢𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮
➪ 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮
➪ 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮𝐝𝐡𝐚.
✤ 𝐉𝐚𝐚𝐫𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐖𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢𝐢!
➪ 𝐎𝐛𝐬𝐮𝐮
➪ 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐮𝐮
➪ 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚.
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
21.04.202514:27
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺ 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐫𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐖𝐚𝐥 𝐇𝐚𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐧𝐮𝐮

1. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐅𝐚𝐣𝐫𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐙𝐮𝐡𝐫𝐢𝐢, 𝐌𝐚𝐠𝐫𝐢𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐟𝐢
𝐢𝐬𝐡𝐚𝐚'𝐢𝐢 𝐆𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮
2. 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐂𝐢𝐢𝐬𝐢𝐧
3. 𝐇𝐢𝐫𝐫𝐢𝐛𝐚 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞
𝐃𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐧
4. 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐁𝐢𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐢𝐧!
5. 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐡𝐞 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐍𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧
6. 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞 𝐔𝐟𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚 𝐒𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢
7. 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐎𝐥 𝐇𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐧
8. 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐅𝐢𝐧𝐜𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐓𝐮𝐟𝐢𝐧
9. 𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐂𝐢𝐥𝐞𝐞𝐧/ 𝐊𝐚𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐢𝐧 𝐑𝐢𝐠𝐢𝐧/𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐧
10. 𝐀𝐳𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐢𝐧
11. 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐟𝐢𝐧𝐜𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐢𝐧
12. 𝐊𝐨𝐩𝐡𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐢𝐦𝐚𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐃𝐞𝐞𝐦𝐢𝐧.
13. 𝐈𝐢𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐉𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢

𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐖𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐞 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐮 𝐍𝐮𝐮 𝐇𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮

𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐆𝐎𝐂𝐇𝐔𝐔𝐍 𝐍𝐔
𝐇𝐎𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀.
⤵️
🎯 @MALKAA_MILKIII
से पुनः पोस्ट किया:
MIIRA JECHOOTA avatar
MIIRA JECHOOTA
29.03.202515:27
#Eidalfixri
Ayyaanni Iid al-Fixrii 1446ffaan guyyaa boruu, Alhada akka kabajamu ibsame har’a Sa’udii Arabiyaatti ji’a arguun akka kabajamu beeksisee jira.

@MIIRA_JECHOOTA
07.04.202516:52
#Abshiir


Yaa kan Rabbiif jecha
Obsu rakkoo hunda
Abshiir yaa akhii koo
Gaaf tokko gammadda

Rakkon bifa qabaatte
Yoo si fakkattelle
Akka hin fagaanne
Rabbii keerra yoomille
24.03.202520:42
#Ethiopian waan ariyan malee waan galchan tana
Tanzaniaattu dadhabde galte😋 🤣 🤪 🤪 🤪 🤪 🤪 🤪
से पुनः पोस्ट किया:
@MALKAA_MILKII 💜 avatar
@MALKAA_MILKII 💜
30.03.202516:38
🌎🌍
Bilbilli keenya --- Funyoo hin qabu
Bilacheessuuf --- Ibidda hin qabnu
Konkolataan --- Furtuu hin qabu
Nyaanni --- Fatii hin qabu
Dargageessi --- Hojii hin qabu
Hiriyummaan --- Hiika hin qabu
Hogganaan --- Safuu hin qabu
Jalaalaaf --- Onnee hin qabnu
Barnootni --- Gatii hin qabu
Daa'imni --- Egumsa hin qabu

Wanti hunduu hin qaburratti waliif galameera garuu hanga ammatti
Abdiin keenya --- Dangaa hin qabu.
Akka Dhugaatti --- Ani wanuman jedhuhu hin qabu.
😂🙊😂🙊😂🙊😂🙊
Share😂@MALKAA_MILKIII🤣
Share😂@MALKAA_MILKIII🤣
06.04.202508:58
Chiikii text ke ilaaltee dhiiftu block godhi isheen abbaa manaa qabdi😃



😁😂 🚫
09.04.202508:56
Miilli guyyaa jooraa oolee fi yaadni guyyaa bo'aa oole halkan galaana abjuu daakaa bula

.
READY 📚 every day
Thank you for the 11,000 subscribers to the Telegram channel!
Thank you so much to my Telegram subscribers for providing good feedback. I love how you people uphold me, and it’s a lot to me.👉❤️😍🥰
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।