19.04.202520:21
Itti cabdee itti kuftu malee kaayyoon akka salphaati Galma hin geessuu!
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Reposted from:
Abjuu dhugoome

09.04.202517:57
•
✓ Dhiifama Godhi,
Namas Hubadhu,
Garuu Hin Gowwoomin.
•
✓ ይቅርታ አድርግ.
..ሰውንም ተረዳ
ነገር ግን ሞኝ አትሁን!!!!
•
✓ Dhiifama Godhi,
Namas Hubadhu,
Garuu Hin Gowwoomin.
•
✓ ይቅርታ አድርግ.
..ሰውንም ተረዳ
ነገር ግን ሞኝ አትሁን!!!!
•
05.04.202514:45
Nama gabaabaaf #Text
Dheeraa barreessuun nama
Sana tuffachuudha!💥🤣🤣
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Dheeraa barreessuun nama
Sana tuffachuudha!💥🤣🤣
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
30.03.202516:49
🌙✨ Eid Mubarak!! ✨🌙
17.03.202521:04
Dhagaa namoonni sitti darbatan hunda walitti qabii kuusi. Booda Gamoo jireenya kee fi Masaraa Bulchiinsaa kee ijaaruuf itti fayyadamta. 📚🤟🤟🤟🤟
Barreeffamni koo yoo isinitti tole reactions (🔥👍🏼🥰) tuqi.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Barreeffamni koo yoo isinitti tole reactions (🔥👍🏼🥰) tuqi.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
11.03.202502:16
Yeroof,obsa nama barbaada malee wantii hin darbamne hin jiru..... imalakee hin dhaabin!......
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
16.04.202516:35
#Gaadidduun dhiira maallaqa qabduu dhalaadha adeero
Guraa sii calaw brother
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Guraa sii calaw brother
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
07.04.202520:08
Dhamsa
• Fageessii ilaali!
• Iddoo oolmaa kee filadhu!
• Kiiloo namni irra si kaa'uun of hin madaalin!
• Hamma har'a geessuun osoo hin taane lafa bor ga'uuf jirtuutti of safari!
Yoo akkas goote gatii kee bartee jirta jechuudha🤝
Egaa
Kan gatii isaa guddisus
Kan gatii isaa xinneessuus abbaadha.
Barreeffamni koo yoo isinitti tole reactions (🔥👍🏼🥰) tuqi.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
• Fageessii ilaali!
• Iddoo oolmaa kee filadhu!
• Kiiloo namni irra si kaa'uun of hin madaalin!
• Hamma har'a geessuun osoo hin taane lafa bor ga'uuf jirtuutti of safari!
Yoo akkas goote gatii kee bartee jirta jechuudha🤝
Egaa
Kan gatii isaa guddisus
Kan gatii isaa xinneessuus abbaadha.
Barreeffamni koo yoo isinitti tole reactions (🔥👍🏼🥰) tuqi.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
05.04.202508:05
Nama Wajjiin Hanga Jiraattu Akka
Burcuqoo Ta'hif Yoo Si Cabsan Muri! 💥🗡️ 🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Burcuqoo Ta'hif Yoo Si Cabsan Muri! 💥🗡️ 🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Reposted from:
MUL'ATAA KEENYA

26.03.202520:55
Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha.
17.03.202509:42
Ati lafa itti si hamatan sanatti
hin argamne taanaan,
hamattoonni kee mo'amanii
galuun ifa !
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
hin argamne taanaan,
hamattoonni kee mo'amanii
galuun ifa !
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
23.02.202517:49
Waan dandeessu qofaa akka dandeessu jechaan hin taane gochaan agarsiisuudha.
Waan dandeessu hojjedhu, waan dandeessu ammumma murteessi hojjedhu.
Eessatti akka dhalatte dhageessee beektus, eessatti akka duutuu fi akkamiin akka duutu hin beektu, garuu akkamiin akka jiraattuu fi eessa akka jiraattu murteessuu fi irratti gahee taphachuu dandeessa.
Dhimma kee irratti gahee kee bahachuun diramakeeti.

11.04.202516:28
Zigaal godhuun Aada teenya
Kan nu dhiisees diina keenya jatte namtittiin
😋🤪🤣😁🤗🤪🤣😋
Akkam jirtan ummata?
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Kan nu dhiisees diina keenya jatte namtittiin
😋🤪🤣😁🤗🤪🤣😋
Akkam jirtan ummata?
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
06.04.202515:15
Jaalala bara kanaan qabamuurra birrii hattee miliishaan qabamuu wayyaa jedhee Namichii🤣🤣🤣
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
04.04.202516:31
#Biyya_Ethiopia kana keessatti sodaa tokko malee jiraachuu kan danda'u
Nama du'e qofaa na amani obboleessoo
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Nama du'e qofaa na amani obboleessoo
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Reposted from:
MIIRA JECHOOTA

20.03.202523:28
💳Jireenya Dhuunfaa Keessan
Dhuunfaa Taasifadhaa.✍️
✅ Gaa'ela gammachuu keessan miidiyaa hawaasaa irratti hin beeksisinaa
✅ Bu'aa ba'ii ijoollee keessanii Social media irratti hin beeksisinaa
✅ Bittaa qaalii
keessan miidiyaa hawaasaa irratti hin beeksisinaa
Dhugaan jiru... 👇
✅ Namni hundi siif gammaduuf hin deemu
✅ Yaadonni "Nice" isin argattan irra caalaan isaanii sobaa qofa
✅ Ija👁 hamaa siifi maatii kee irratti qofa harkifta
✅ Jireenya kee keessatti namoota hinaaffaa qaban hawwataa jirta
✅ Suuraa keessan eenyu akka save godhee update keessan check godhu hin beektu
✅ Dhuga kana fudhachuun si barbaachisa sababiin isaas jireenya kee, maatii kee, gaa'ela kee fi hojii kee balleessuu danda'a.
Jireenyi dhuunfaa kee dhuunfaatti haa hafu.

💟@MIIRA_JECHOOTA
💟@MIIRA_JECHOOTA
16.03.202501:20
"Nama gargaaruuf dirqama qarshii heedduu qabaachuu hin qabdu; sammuu duroomeef Onnee qulquluu fi gara laafessa ta'e qabaachuun qoftii ga'aadha"
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Reposted from:
MUL'ATAA KEENYA

22.02.202512:37
Jireenya keessatti seera salphaa 3:
1. jaalalli gocha barbaada.
2. imaanaan ragaa barbaada.
3. dhiifamni jijjiirama barbaada.
1. jaalalli gocha barbaada.
2. imaanaan ragaa barbaada.
3. dhiifamni jijjiirama barbaada.
10.04.202509:13
JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:
- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.
- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi. Ofin tuffatiin.
- Akka duutus hin dagatiin.
- Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.
- Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.
- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi. Ofin tuffatiin.
- Akka duutus hin dagatiin.
- Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.
- Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Reposted from:
Abjuu dhugoome

06.04.202507:21
Mul'ata malee -> ni kufta
Dandeettii malee -> bu'a qabeessa hin taatu
Karoora malee -> bu'aa hin argattu
Walsimannaa malee -> hin tarkaanfattu
Kaayyoo malee -> abdii ni kutatta
━━━━━━━━━━━
https://t.me/QaroomaAdunyaa1

01.04.202512:34
🔥Bilbila Shamarranii fuutee contact Jala gaafa seentu
📞 Gamachuu shufera
📞 Girmaa baajaji
📞 Ashabbir Ambulaansii
📞 Garramuu bajaaji
📞 Abdii Keyboardistii
📞 Alamuu bajaaji
📞 Birqee Wiiggii
Hinuma rakkanneem bara kanajarana🤪
📞 Gamachuu shufera
📞 Girmaa baajaji
📞 Ashabbir Ambulaansii
📞 Garramuu bajaaji
📞 Abdii Keyboardistii
📞 Alamuu bajaaji
📞 Birqee Wiiggii
Hinuma rakkanneem bara kanajarana🤪
Reposted from:
MUL'ATAA KEENYA

18.03.202523:04
Sammuu hidhamaan addunyaa hiikkamaa keessa jiraachuu irra qaamaan hidhamanii sammuu hiikkamaa qabaachuu wayya.
14.03.202523:36
#Siif Jedhee Addunyaa kana Nan Gubaa Jedhe
Aduun Yeroo Ji'aa Janajanu😂
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Aduun Yeroo Ji'aa Janajanu😂
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
22.02.202509:58
"...Ani abjuu qaba; abjuu anniisaa ani hin beekne anaaf maddisiisee guyyootiin simachuu hin feene keessatti akkan gammadu taasisa...
Utuu abjuu koo hin jirree, tahee? "
Fuuldurri kan warra bareedina abjuu isaaniitti amananiiti.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Utuu abjuu koo hin jirree, tahee? "
Fuuldurri kan warra bareedina abjuu isaaniitti amananiiti.
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫
Shown 1 - 24 of 26
Log in to unlock more functionality.