05.04.202515:35
WAA SADII BEEKHAA NAMA GOOTI
••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1: Beekhatti Dhihaachuun
2: Seenaa Qorachuun
3: Dubbisanii Hubachuun
• Wanni Akka Waa Sadii Hin Jiru !!!
1: Akka Barumsaa Gammachiisaan
2: Akka Gabrummaa Jibbisiisaan
3: Akka Du’aa Gaddisiisaan
• Waa Sadii Ittiin Hin Boonin Boru Dhabuu Dandeessaa
1: Qabeenyaan hin Boonin, Boru Dhabuu Dandeessaa
2: Barumsa Qabduun Hin Boonin Boru Irraa Duutaa
3: Fayyaan Hin Boonin, Boru Dhukkubsachuu Dandeessaa
• Waa Sadii Hin Wallaalin
1: Eessatti Akka Deemtu
2: Maaliif Akka Deemtu
3: Maaliin Akka Deemtu
• Waa Sadii Waa Sadii Waliin Tolti
1: Jaalalti Gammachuu Waliin
2: ilmoon Haadhaa Waliin
3: Biyyi Bilisummaa Waliin
Yaa Rabbi Hamtuu Nurraa Qabii Kheeyrii Hunda Walitti Nuuf Qabi.
Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Godhaa Waliif Raabsaa
By: Dr. Ibsaa Dhugaa
https://t.me/ibsaadhuga

24.03.202509:45
Shown 1 - 2 of 2
Log in to unlock more functionality.