

21.04.202503:56
Arsenaal kaleessa Ipswich waliin tapha taphateen kubbaa harkaa %79 to'atee taphateeraa kunis bara kana tapha Piriimiyerliigii irratti kubbaa dhibbeentaa ol'aanaa tahuun galma'eera.
https://youtube.com/c/OroArsenal
❝𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞❞
@Oro_Arsenal
https://youtube.com/c/OroArsenal
❝𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞❞
@Oro_Arsenal
16.03.202515:59
Kun Bot Odaa Electronics dha Nama 1 yoo invite gootan Birr 2 argattu...hanga hojjettan walitti qabaachuun yeroo feetan baafachuu dandeessu
Of hin dabarsinaa!
📛 Per Refer: 2 Birr
🔍 Your Referral Link: https://t.me/OdaaElectronicsPay_Bot?start=1597601868
Of hin dabarsinaa!
📛 Per Refer: 2 Birr
🔍 Your Referral Link: https://t.me/OdaaElectronicsPay_Bot?start=1597601868
16.03.202515:23
London Maali jettan?😂
16.03.202515:21
Niwaanerii 🔥
16.03.202515:16
Arsenaal amma ittisaa jira
16.03.202515:08
Daqiiqaa 80


16.04.202514:48
Kana gochuun isaanii waanuma hin oolleem! 😂


16.03.202515:58
Hanga Torbee 2 Taphni Arsenaal Xumuramee jira
Tapha Biyyoota booda Fulham waliin kan Taphannu ta'a
Tapha Biyyoota booda Fulham waliin kan Taphannu ta'a
16.03.202515:23
+3
16.03.202515:19
Saakaafi Haveert dirreetti argamaniiru
16.03.202515:13
Daqiiqaa 86
16.03.202515:06
Maartiineeliin miidhama waan keessummeesse fakkaata


16.03.202516:22
Try harder😅


16.03.202515:56
#JT12 🔥
16.03.202515:23
Xumurameeeeeeee
16.03.202515:19
Daqiiqaa 4 dabalame
16.03.202515:11
Carraa arganne haala gaariin hin jirru
16.03.202515:06
Ethan Ethan Waan guddaa sirraa eegna Sabni Miiliyeenni kuni


16.03.202516:00
Waggaa 22 Booda yeroo Jalqabaaf Tapha 3 Dirree keenya irratti walitti aansuun Chelsea injifannee jirra!
16.03.202515:23
Xumurame
16.03.202515:21
Daqiiqaa 1 hafe
16.03.202515:18
Odegaard bahee Tiyeernii Seeneera
16.03.202515:09
Kubbaan kan keenya
16.03.202515:06
Niwaanerii Seenee Maartiineeliin bahe
Shown 1 - 24 of 736
Log in to unlock more functionality.