Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Oro liverpool avatar

Oro liverpool

On this channel
👉 only about Liverpool news and play also match
TGlist rating
0
0
TypePublic
Verification
Not verified
Trust
Not trusted
Location
LanguageOther
Channel creation dateAug 31, 2024
Added to TGlist
Mar 14, 2025
Linked chat

Latest posts in group "Oro liverpool"

Reposted from:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
Today's venue 📍
DEGGERTOONNI CHELSEA HUNDI KEESSAN BAGA GAMMADDAN

CHANNEL CHELSEA QABANNEE ISINII DHIFNEE JIRRAA. MAARREE ISINIMMOO BAKKA "JOIN" JEDHU TUQUUN ITTI DABALAMA ODUULEE CHELSEA IRRAA BARADHAA

CHANNEL KANA KEESSATTI ODEEFFANNOOWWAN CHELSEAN WAL QABATAN KANNEEN AKKA

🔷☞🔹JIJJIIRRA TAPHATTOOTA CHELSEA
🔷☞🔹SEENAA TAPHATTOOTA CHELSEA
🔷☞🔹TAPHA KALLATTIIDHAAN
🔷☞🔹FI KANNEEN KANA FAKKAATAN

💙💙💙💙CHELSEA💙💙💙💙
Can't wait
🚨Conor Bradley n taphataa cimaa waggaa garee biyyaalessaa Northernireland jedhamuun badhaafamee jira.

✅️ Badhaasichas wiirtuu Leenjii AXA keessatti kan inni harkaan gahate

Congratulations ❤️ 🎊 👏
Reposted from:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!! 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2684
Reposted from:
ABDII OROMOO avatar
ABDII OROMOO
Ayyaana kanaan guyyaa kolfaaf bohaartii qabaachuu barbaaddu taanaan ammuma channel gadii join godhaa guyyaa gaariis dabarsaa.

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
Mat. 28
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵........., "Isin Yesusin isa fannifamee ture akka barbaaddan anuu beeka. Hin sodaatinaa!
⁶ Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!

✞✞Baga guyyaa yaadannoo gooftaa keenyaa yesuus kiristoosii bara 2017 nagaan geessaan.✞✞

            ✞✞Ayyaana gaarii✞✞❤
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
              ✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
              ✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
"Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keeyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame" Isa. 53 : 5

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi Baga guyyaa Yaadannoo Fannoo Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!

https://t.me/oro_liverpool21
https://t.me/oro_liverpool21
Reposted from:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2673

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
Varjil Vaandaayik waliigaltee hanga bara 2027 Liivarpuul keessa isa tursiisu mallatteessee jira.
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂

Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
🙏Gaaffii har'af qabanne xumurreerra

➩ 4 keessa hamma argattan reaction dhaan agarsiisaa👇
0.😭
1.😁
2.👍
3.👏
4.❤

⚜Waan nu waliin turtaniif galanni keenya guddaadha


🔉Guyyaa gaarii qabaadhaa.


⚡️share
@oro_liverpool21 🔔
🔞 viidiyoo sukaneessaa kana kanneen umuriin keessan 18 gadi tahe akka hin ilaalle!! 🔞

Records

17.04.202514:38
4.2KSubscribers
13.04.202513:57
600Citation index
22.03.202523:59
271Average views per post
22.03.202523:59
271Average views per ad post
17.03.202514:42
66.67%ER
22.03.202523:59
8.74%ERR

Popular posts Oro liverpool

13.04.202517:10
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
Arnold 😭😭😭

Liverpool Arnold fedhiin kilabicha gadhiisuu isaa waan olaanaa taheef Taphataa keenya Biraadliif kontiraata waggaa dheeraa dhiyeessuuf jedha maddi keenya.
16.04.202518:35
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
30.03.202504:26
💎GIVE AWAY NI BARBAADDUU?
Tapha Newcastle fi M.United taasisaa jiran tamsaasa kallatti sagaleen hordofuuf chaanalota armaan gadii join godhaa!! 👇👇
Bara kana primerlegue inglandin kilabin dirre ala
Taphate hin injifatamin live qofa. 💪
Addatti dhiira akkasii Liverpool keessaa qabaachuun gootummaadha yeroo takka #vandick jabaa qabnu nuuf Haa jiraatu

We have amazing 👏 😍 #captain
Reposted from:
ABDII OROMOO avatar
ABDII OROMOO
05.04.202510:16
Dorgommii kana na injifachiisaa react qofq naa gochuun. Jalqaba liinkii gadii seentu sana boodaa comment koo daboo academy jedhutti isin geessa isa react gootu galatoomaa ammuma deemaa. https://t.me/Giveaways_Place/25?comment=280
01.04.202520:21
HARMEE KEE NI JAALLATTA TAANAAN....
SEE MORE
SEE MORE
13.04.202515:23
Chaanaalii kana keessatti :-


☞︎| Farafannaa Haaraa Fi Kan duraa
☞| Sirbootaa Haaraa Fi Kan duraa
☞| Seenaawwaam gootootaa oromoo
☞| Suuraawwan gootootaa oromoo
☞| Jechoota , Mamaksaa ... Gargaraa ni argattuu


REACT GOCHUUN NU JAJABESSAA

Join Chanal 👇👇

https://t.me/Oro_Art12

https://t.me/Oro_Art12
WALIIN AARTII KEENYAA HAA GUDDIFNU
2️⃣7️⃣ Goals
1️⃣7️⃣ Assists

Mo leads the way ahead of our return to Premier League action 📈

Goiticha egyptif react godhaa maaloo❤
Liverpool Waancaa Premierlegue milkeeffachuuf qabxii 2 qofa barbaada
07.04.202520:40
Akkam jirtan maatin chanali
Oro Liivarpuul har'a an admin kessaan waan tokko akka na gargartanifan dhufe
Innis:- dorgommii tokko irratin hirmadhe comment
Like baay'ee qabu badhasa kana injifata. Kanaf linki gadi kanan senun commenti
"Come on reds "jedhu like naaf godha akka injifanus abdi gutun issin irraa qaba

Linkin kunoti 👇👇👇
https://t.me/Giveaways_Place/25?comment=556
13.04.202514:56
Xumurameeraaaa 🔥❤️❤️‍🔥🥰🎊
Andy Robertson erga own goal godhee goolii nutti galcheen booda baay'ee kan naheedha

Deeggartoota Liverpool fi taphattoota akkasumaas leenjisaa keenya illee rifachiiseera

Kana hundumaa virgil vandick goolii galchuun gammachuutti jijjiireera.

Liverpool forever ❤️ ♥️ 😍
Log in to unlock more functionality.