ะœะธั€ ัะตะณะพะดะฝั ั "ะฎั€ะธะน ะŸะพะดะพะปัะบะฐ"
ะœะธั€ ัะตะณะพะดะฝั ั "ะฎั€ะธะน ะŸะพะดะพะปัะบะฐ"
ะขั€ัƒั…ะฐโšก๏ธะฃะบั€ะฐั—ะฝะฐ
ะขั€ัƒั…ะฐโšก๏ธะฃะบั€ะฐั—ะฝะฐ
ะะธะบะพะปะฐะตะฒัะบะธะน ะ’ะฐะฝั‘ะบ

๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐ˆ๐’๐๐Ž๐Ž๐‘๐“๐ˆ๐ˆ avatar
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐ˆ๐’๐๐Ž๐Ž๐‘๐“๐ˆ๐ˆ
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐ˆ๐’๐๐Ž๐Ž๐‘๐“๐ˆ๐ˆ avatar
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐ˆ๐’๐๐Ž๐Ž๐‘๐“๐ˆ๐ˆ
โ€‹
๐Ÿšจ OFFICIAL: Deeggartoonni Barsaa 4,130 ta'an bor gara Milanitti imaluun garee kanaaf deggersa tapha walakkaa xumuraa Inter Milan waliin taasisan irratti ni hirmaatu.
Bara kana kilabichaaf deeggartoota dirree alaatti rikoordii GUDDAA ta'a. ๐Ÿ”ต๐Ÿ”ด
๐Ÿ”ฅ
Juud Beeliinghaam yeroo hunda waa'ee guddummaa jireenya Maadriid, aadaa kilabichaa, magaalattii fi akkaataa jaalala haaraa kilabii kana keessatti argate Trent waliin haasa'aa ture jechuun gaazexeessaan Xaaliyaanii Fabrizio Romano gabaasa kana irratti dabalee ibseera. +

[Faabriiziyoo Roomaanoo].

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
Taphattoonni kilabii tokko waliin waancaa baay'ee injifatan:

๐Ÿ† Ryan Giggs โ€” 13
๐Ÿ† Thomas Muller โ€” 13
๐Ÿ† Gary Neville โ€” 12
๐Ÿ† Francisco Gento โ€” 12
๐Ÿ† Manuel Neuer โ€” 12
๐Ÿ† Paul Scholes โ€” 11
๐Ÿ† Lionel Messi โ€” 10
๐Ÿ† Gianluigi Buffon โ€” 10
๐Ÿ† Pirri โ€” 10

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
๐Ÿšจ Arsenaal fi Maanchistar Siitiin Roodriigoo fudhachuuf fedhii qabu.

Riyaal Maadriid Yuuroo Miliyoona 100n gurguruuf yaadaa jira.

Jijjiirraa kana irratti maal jeetuu?

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ
@ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ
@ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
Ruben Amorim Maanchistar Yunaayitid keessatti istaatiksii liigii kanaa

Taphoota 23
6 injifateera

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI
- Gaafa leenjisaa Baayermuunik ta'ee fudhate itti qoosee Namni garuu of mirkaneeffachuuf waggaa tokkoo ol itti hin fudhanne.๐Ÿ†๐Ÿค™

แด ษชษดแด„แด‡ษดแด› แด‹แดแดแด˜แด€ษดส ๐Ÿ‘

SHARE
@ODUU_ISPORTI
SHARE
@ODUU_ISPORTI
Waggaa 12 duraa guyyaa har'a ture Roobiin Vanpersii Astoon Viillaa irratti Hatrick dalaguun waancaa pirimiyeerligii ingland yeroo 20ffaa Maanchister Yuunayitid akka injifatu tasisee

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
Kylian Mbappรฉ dreaming of those Trent assists ๐Ÿ˜

@oduu_isporti
BREAKING : Lewaandoksiin tapha champions league Baarseloonaan inter waliin Qaban keessatti haammatameera

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
Baayermuunik yeroo 34ffaaf shaampiyoonaa Jarmanii yoo ta'u bara kana taphoota Bundesliigaa lama qofa mo'amaniiru.

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
Taphattoota kilabii isaanii waliin waancaa hedduu injifatan

Raayan Giigs waancaa 13

Toomaas Muular 13 waancaa

Koomaan 13 waancaa

Meesii 12 Waancaa

Nuer 12 waancaa
Taphataan urjiin sarara duraa garee biyyaalessaa Ingilaandi fi Baayer Muunik Harry Kane seenaa isaa keessatti yeroo jalqabaatiif waancaa injifate.

Haarii Keen hongee waancaa Tootihnaam fi Garee biyyaalessaa Ingilaandi waliin isaa mudate barana Baayer Muunik waliin waancaa Bundaasliigaa Jarmaanii milkeefachuun dheebuu baheera.

Haarii Keen galchii lakkoofsisuu irraatti taphataa mudaa tokkollee hin qabne akka ta'e beekamadha.

@oduu_isporti
@oduu_isporti
Nkuunkuu fi Cheelsiin ganna dhufu gargar bahuuf akka jiran gabaafameera.

๐Ÿ“‘Madda [FabrizioRomaano]

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
#Raawwate

Trent Alexander Arnold Gara kilaba guddichaa Addunyaa Riyaal Maadriditti imaluuf waliigaleraa

@oduu_isporti
@oduu_isporti
Trent Alexander Arnold

HERE WE GO !

Fabrizio Romano
Odeeffannoo Gaddisiisaa:
Taphataan #Brentford duraanii #Filiip_Hoofmaan osoo tapharra jiruu miidhaa hamaa lubbuusaaf dhabsiisuu malu isa mudatuu odeeffannoowwan amma bahan gadda waliin ibsaa jiru. Filiip Bundesliga keessa Bochumiif kan taphatu yoo ta'u miidhamichaan lafeen laphee kan cabee keessa bu'ee fi qaama sirna hargansuus hojii ala akka godhe himame. Ijaan ilaaluuf waan nama mararuuf itti haguuganii kaameraa jalaa dhoksuun dirree keessaa fuudhanii hospitaala geessaniiru. Kilabichi waan jiru isin beeksifna jedhee ibsa hatattamaa baaseera.

@oduu_isporti
@oduu_isporti
Aleeksaandar Isaa'ak bara kana Niiwukaastil:

๐ŸŸ๏ธ Taphoota 40
โšฝ๏ธ Goolii 27 galcheera
๐ŸŽฏ 6 mijeessee kenneera

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI
Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa Kibxata dhufu Inter Miilaanii fi Baarseloonaa gidduutti taphatamu irratti murteessaa [Siimoon Maarsiniyaak ]

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI
โ™ก ใ…ค ย โŽ™ใ…คย ย โŒฒย ย ย ย ย ย ย  โœ‰๏ธย ย ย 
ย ย  หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โœOusmane Dembรซlรซ Miidhama isa mudate irraa fayyuudhaan tapha Roobiitiif ni gaha jedhamee Jira.
Tapha Eeggamaa Premier League Ingiliizii Torbee 36ffaa!!

๐Ÿ”ด
Liivarpuul VS Arsenaal๐Ÿ”ด

๐Ÿ“†
Wiixata/Caamsaa 3

๐Ÿ•ฐ Galgala Saa'atii 12:30 irratti

โ›ณ Anfeild Raod Stadium

TAPHA EEGAMAA KANA ENYUU INJIFAATAA?

LIVERPOOL ๐Ÿ‘

ARSENAL โค๏ธ

QIXA ๐Ÿ‘

Tilmaama kessaan comment Jala nuuf ka'aa ๐Ÿ™

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
โœ…Moysis Kaaseedoo badhaasa isaa lamaan waliin.

๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„:โฏโฏ @ODUU_ISPORTI
โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ ใ…คย โšก๏ธใ…คย ๐Ÿ”—ย ย ย ย ย  ๐Ÿ™…โ€โ™‚๏ธย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘ย ย ย 
หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แต˜โฟแตแต˜แต—แต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—
Moyis Kaaseedoon taphataa cimaa Cheelsii bara dorgommii kanaa ta'un filatameera.

Dabalataan filannoo taphatoota Cheelsin taphataa cimaa bara dorgommii kanaa ta'un filatameera.

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI
Arsenaal taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 5 darban keessaa 1 qofa injifate ๐Ÿ’”

Bournemouth Mo'ameeโŒ

Kiristaal Paalaas waliin walqixa๐Ÿค

Ipswich Injifannooโœ…

Brentford waliin walqixa๐Ÿค

Evertan waliin qixa ๐Ÿค

SHARE
@ODUU_ISPORTI
SHARE
@ODUU_ISPORTI
Maresca:-
-Qabxii sadi galmeessineerra, yeroo kanatti taphicha injifachuun nu barbaachisa ture

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI
Shown 1 - 24 of 8 167
Log in to unlock more functionality.