22.04.202520:45
Obsi!
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu.
Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa
👇
https://t.me/DanbaliiJ

Reposted from:
@MALKAA_MILKII 💜

18.04.202516:27
Daa'ima xiqqoo tokkotu akka tasaa konkolaataa keessatti dubartii ulfaa argitee. Itti dhiyaattee ulfashee kana yeroo dheeraaf erga ilaaltee booda gaaffii gaafatte.
#Daa'ima: Inni garaa kee keessaa kun maali?
#Dubartii ulfaa: Mucaa dha.
#Daa'ima: Mucaa gaariidhaa?
#Dubartii ulfaa: Eyyee, mucaa gaariidha.
#Daa'ima : Maaliif nyaatteree?!😂😂
Kan isiniif galee 😂😂😂
💥 @MALKAA_MILKIII

18.04.202515:09
Daqiiqaalee xumura guyyaa jumu'aa booji'achuu irraa dagataa hin ta'in. Obboleewwan kee haajamoo du'aa'iin hin dagatin.»ღ
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ
17.04.202519:31
Gorsa Hariiroo Saalqunnamtii Hiriyaa kee Waliin Qabdu Fooyyessuuf"
❤🌿Fedhii walii keessan hubadha
❤🌿Walqunnamtii saalaa irratti hin ariifatin
❤🌿Jalqaba Zoonii isiin si'eessu keessaa wal tuttuquu fi walitti erga kakaastani booda eegala.
❤🌿Yaada abbaa manaa kee sirritti dhageeffadhu
❤🌿Qulqullina ofii Eeguu: Qulqullinni dhuunfaa hawwata saalqunnamtii fi mijataa ta’uu keessatti gahee murteessaa qaba. Atii fi abbaan manaa kee lamaan keessan iyyuu qulqullina gaarii akka qabaattan mirkaneessaa.
❤🌿Sochii qaamaa yeroo hunda gochuun, nyaata madaalawaa nyaachuu fi dhiphina to’achuun fayyaa waliigalaa fi fayyaa saalqunnamtii kee irratti bu'aa gaarii fiduu danda’a.
Fayyaan faaya!!🥇
💧💧💧💧
❣️❣️❣️❣️
❤Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun

Jaalala♡Qulqulluu💖

17.04.202513:29
Nama namni tokko jaalala keessa bakka isa kaayyatu dhabu namni tokko immoo ana malee hin qabu jadheeti itti caffaru jira.
Jaalala keessatti percent caalu wal faallaadha. Tokko siif hirriiba dhaba, ati immoo nama biraaf ofii kee dhabda.
Yoo wal siif qunnamte immoo yaa bada anaa...🥰

17.04.202513:18
#Sirbaan jaalattee sirbaan hin hiikin! 💍
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ
18.04.202520:03
Jarana Ayyaanni Inni Dhufaa Jira Jettan Kun Lafamoo Makiinaan Dhufaa Jira Mee Kaanee Itti Adeemnaa😁🥱
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ
18.04.202516:26
Dhiiroo ayyaana kanaaf mee lukkuun bitadhaa, qarshii lama lama naaf ergaame namoonni group kana jala jirtan hundi keessanu. Maalo osoo sin jirtanuu ayyaana shiroon baasa moo! Mee jedhaaka waaqumaaf jedhaati👈👈⭐️⭐️⭐️👈👈
https://t.me/DanbaliiJ
https://t.me/DanbaliiJ
18.04.202515:09
Jaarsa fi jaartiin bishaan tokko irraa waraabamani jechun san maal jechudha sa guys.?😳https://t.me/DanbaliiJ

17.04.202519:31
16.04.202521:07
🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴🏴
Reposted from:
Danbalii jaalalaa❤️🩹

18.04.202519:03
♥️Jaalalaa dhugaan si bitee♥️
❣️Oksiijiini irraa argattaa biqiltuu bishaan obsiii maaliif narraa baqattaa koottuu dharraa na baasii
❣️Waayee keetii katabaa Mee eessaa irraa jalqabuu sumaaf jeedheen dadhabaa walaleessee hin dadhabuu gameettii haadha jaalalaa luuccee rifeensii daggalaa yaadaan ganaama galgaala❣️
Nama jaalataniif cabuu koottuu Mee na wal'aanii simalee homaan qabuu miidhamarraa na baraarii ❣️
❣️
Qorichaa isaa kan ta'uu dhukkubni koo si beekaa qaama keessa Nan bahu narraa ballessi sin eegaa❣️

18.04.202516:19
የኔ ንግስት እንዴት አድርጌ የልቤን ላሳይሽ ምን ያህል እንደምወድሽ? ለካ ከልብ
ሲያፈቅሩ አንደበትም ይታሰራል የልቤን የሚገልፅ ቃል ስላጣው ነው ዝምታን
የመረጥኩት ብቻ ቢያንስሽም የልቤ ንግስት ልበልሽ
ናፍቀሽኛል Ste😍
https://t.me/DanbaliiJ
ሲያፈቅሩ አንደበትም ይታሰራል የልቤን የሚገልፅ ቃል ስላጣው ነው ዝምታን
የመረጥኩት ብቻ ቢያንስሽም የልቤ ንግስት ልበልሽ
ናፍቀሽኛል Ste😍
https://t.me/DanbaliiJ
18.04.202514:18
GUYYAA JIMAATAA
Hunda kan qabe qaban; hunda kan bitu hidhan; Ilma Waaqa jiraataa hidhan; dheekkamsaan harkisan; Innis jaalalaan duukaa bu'e; warra qalaniin duratti akka hoolaa garraammii hin dubbanne; fuula jaalala gad of qabummaan guutamee booda isaanii hordofsiisanii fudhatan!
Angafoonni ergamootaa sodaa fi hollannaadhaan fuula isaa dura kan dhaabbatan waltajjiirra dhaaban; Dhiifama cubbuu kan taasisuun cubbamaadha jedhan; Warreen murteessan irratti kan murteessu isa irratti murteessan; Suraafeliif gonfoo kan gonfachiisu gonfoo qoree gonfachiisan; Kiruubeliif uffata kabajaa/surraa kan uwwisu uffata diimaa itti uwwisan; tuutni ergamootaa sodaa gonkaan kan sagadaniif, dorsisuudhaaf fuldura isaatti jilbeeffatan!
Gad of qabuun akkasii gad-of-qabummaa akkamiiti? Obsi kun hundi obsa akkamiiti? Kana hunda callisuunis callisa akkamiiti? Hamma kana hunda nama jaalachuunis jaalala akkamiidha? Jaalalli Ilma Waaqayyoo teessoo isaa irraa gadi buuse hanga du'aattis geessise!
Isa yakka hin qabne akka yakkamaatti fannisan. Isa madda jireenyaa ta'e cubbamoota wajjin lakkaa'an! Harkawwan Addaamiin hojjetan fannoorratti mismaaraan waqaraman! Maaloo miilonni gannata keessa deddeebi'an fannoorratti waqaraman!
#Maaloo! Afaan fuula Addaamitti afuura jireenyaa 'if' jedhe homxaaxxee dhangaggaa'aa hadhooftuun makame dhuge! Maaloo! Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamiiti? Hidhii akkamiiti? Laphee akkamiiti?
Dhukkubbiin gooftaa jaalalaa yammuu dubbatamu lapheen gargar hirama; yaadnis ni rukutama; lubbuunis ni raafamti; foonis ni dadhaba. Kan hin duune du'e; du'a balleessuuf du'e; du'oota fayyisuuf du'e! Namoomni isa jaallattan bo'aafii😭
#Yohaannis_Af_warqi
Uummanni kiristiyaanaa marti keessan baga guyyaa harraa fannifamuu G/K/I/K nagaan geessan!

17.04.202519:00
Amala hin qabdu
Bifa hin qabdu
Muudii hin qabdu
Mudhii hin qabdu🤞
https://t.me/DanbaliiJ
Bifa hin qabdu
Muudii hin qabdu
Mudhii hin qabdu🤞
https://t.me/DanbaliiJ
17.04.202513:27
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️#join
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
❤️❤️❤️❤️#join

16.04.202520:09
Na keessa buufatte
Doonii jaalala haqaa
Laphee kootti kuufatte
Kiyyaan siif baasa maqaa
Utubduu jireenya boruu
Haadha gurbaa kooti
Taliila burqaa carii
Jabduu intala mooti
Hirkoofi hiree barii
Haadha Biyyaa kooti
Waan mara ittin dhiise
Situ qalbii koo darara
Ol utaalee gadi ciisee
Kanaafan jecha sarara
Atis nagaan naaf olli
Argaa-keet na marara
Yoon jechuu dhiise
Jaalala keet na hadara
https://t.me/DanbaliiJ
Doonii jaalala haqaa
Laphee kootti kuufatte
Kiyyaan siif baasa maqaa
Utubduu jireenya boruu
Haadha gurbaa kooti
Taliila burqaa carii
Jabduu intala mooti
Hirkoofi hiree barii
Haadha Biyyaa kooti
Waan mara ittin dhiise
Situ qalbii koo darara
Ol utaalee gadi ciisee
Kanaafan jecha sarara
Atis nagaan naaf olli
Argaa-keet na marara
Yoon jechuu dhiise
Jaalala keet na hadara
https://t.me/DanbaliiJ
18.04.202519:02
♥️Jaalalaa dhugaan si bitee♥️
❣️Oksiijiini irraa argattaa biqiltuu bishaan obsiii maaliif narraa baqattaa koottuu dharraa na baasii
❣️Waayee keetii katabaa Mee eessaa irraa jalqabuu sumaaf jeedheen dadhabaa walaleessee hin dadhabuu gameettii haadha jaalalaa luuccee rifeensii daggalaa yaadaan ganaama galgaala❣️
Nama jaalataniif cabuu koottuu Mee na wal'aanii simalee homaan qabuu miidhamarraa na baraarii ❣️
❣️
Qorichaa isaa kan ta'uu dhukkubni koo si beekaa qaama keessa Nan bahu narraa ballessi sin eegaa❣️
https://t.me/DanbaliiJ
❣️Oksiijiini irraa argattaa biqiltuu bishaan obsiii maaliif narraa baqattaa koottuu dharraa na baasii
❣️Waayee keetii katabaa Mee eessaa irraa jalqabuu sumaaf jeedheen dadhabaa walaleessee hin dadhabuu gameettii haadha jaalalaa luuccee rifeensii daggalaa yaadaan ganaama galgaala❣️
Nama jaalataniif cabuu koottuu Mee na wal'aanii simalee homaan qabuu miidhamarraa na baraarii ❣️
❣️
Qorichaa isaa kan ta'uu dhukkubni koo si beekaa qaama keessa Nan bahu narraa ballessi sin eegaa❣️
https://t.me/DanbaliiJ

18.04.202515:21
"Namni tokko namoota biroo meeqa haa qunnamuu, yoo dhugumaan si jaalate, miirri inni siif qabu hin jijjiiramu. Jaalalli dhugaa hatamuu hin danda'u! ❤️👌"
Akka inni akkas tahuuf;
1. Akka namni takkaa isa dhungatee hin beeynetti isa dhungatuu beekuu qabda.
2. Akka namni takkaa qaama isaa kunuunsee hin beeynetti isa kunuunsuu beekuu qabda.
3. Nama hundaa ol isaaf xiyyeeffannaa kennuu dandahuu qabda. (Yeroo inni haasahu haasawa biraa dhaggeeffatuu dhiiftee isuma qofaaf gurra kennuu, taa'umsaa fi deeminsa ammas qulqullina isaatiif isaa ol yaaduufii qabda....)
4. Yoo inni yaaddawe maal dhabde jettee osoo hin gaafanne waan akka niiraa faa kennuufii.
5....
Yoo kana goote abbaan fedhe sirraa fudhachuu hin dandahu. Keessaafuu tokkoffaa hanga sadaffaa faa.

18.04.202513:16
I am very sick. Please pray for me🤲
16.04.202520:08
Egaan kana booddee
Gatii lubbuuf lubbuu laattee
Naaf ba'aa koo erga baattee
Ni dhuftaa kee ala laalee
Ni haftaa kee faa wallaalee
Sin gaafadhu halaalarraa
Imala keef karaa saaqèe
Raaree garbummaa daakee
Galma keenya karra dhugaa
Tokkoosaatti wal agarraa.
Walaloo ✍️ Borifan 🥰🥰
Gatii lubbuuf lubbuu laattee
Naaf ba'aa koo erga baattee
Ni dhuftaa kee ala laalee
Ni haftaa kee faa wallaalee
Sin gaafadhu halaalarraa
Imala keef karaa saaqèe
Raaree garbummaa daakee
Galma keenya karra dhugaa
Tokkoosaatti wal agarraa.
Walaloo ✍️ Borifan 🥰🥰
Shown 1 - 24 of 130
Log in to unlock more functionality.