Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
22.04.202516:57
✋Nagaattigaa Yaa Foonii Amma Fulbaana Tokkootti🥹😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
20.04.202517:28
Hayyee Warri Sobdanii Qodaa Soofiitti Biiraa Dabarfattanii Dhugaa Ooltanis Baga Geessanka😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
20.04.202507:35
Chiikonni naa barreessuu didde,naa bilbiluu didde hinjedhina har'a mana keessa gudgud jedhu busy dha isaan😁😁😁😁😁😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
19.04.202511:52
#bilbilaan
#an hello bareeddu koo akkam naga keedha
#ishe naga
#an sila siif bilbilaan tureem maaliif kaasuu dhiistee
#ishe hin arginee
#an erga argitee maaliif naa deeibisuu dhiistee
#ishe irraa hin qabu
#an maalii erga irraa dhabdee call back naaf hin ergituu
#ishe Nan dagadhe
#an kan kana dagattee anayyuu na dagatta jechudham.
#ishe beekamadha
#an 😭😭 dhiisiga ano birri Ayyaana siif ergu jedheenii si bilbilaa turee account kee ergi jedhe.
#ishe 😁😁 ano si qoruufan jedhe malee onnee koo keessan si malee homa hin Qabu
#an kkk anis si qoruufan jedhe malee kiisii koo keessa homa hin Qabu😁😁😁😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
12.03.202520:39
Kaleessa biiroo turee akkuman galeen dadhabee waanan jiruuf dafee irbaata koo nyaadheen rafe utuu asii achi hin galagalin bulee yeroon ganama ka'een haadha manaakootiin biiroon deema ciree naa fidi yeroon jedhuun iddoo eda bultee dhaqii nyaadhu naan jetteem😁😁😁😁😁😁😁😁😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
12.03.202505:04
Xiyyaara ofuuf =Barachuu Qabna
Iphone Bitachuuf=Qarshii Qabaachuu Qabna
Milishaa tahuuf hoo=???🤣🤣🤣😅
Xumuraa Comment 👇😅

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
21.04.202509:35
Oduu simbirttuu madoo 126 fi stiraappoo 173 guyyaa klessa xiggiitti otuu rukutani harra zero waan ta,ani jiranif sagalee atanuf sabaa😁😁😜
20.04.202516:23
Deggertoonni Liverpool chaanalli odeeffannoo Liverpool sa'atii 24 isin biraan gahu banameera...ammuma join godhaa itti dabalamaa!! 👇👇

Share 👉@Oro_liverpool26
Share 👉@oro_liverpool26
Deleted20.04.202513:54
20.04.202506:06
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!! 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2684
18.04.202518:45
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!! 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2669
12.03.202518:15
Paantiin Waggaa 4f kaawwadhe hantuutan qabamee achi buutensaa dhabame😭

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
11.03.202514:24
#Seera_tapha_kubbaa_miilaa_bututtuu (#qirqibbii)
*#Jireenya_ijoollummaa_addunyaa_duraa**
#Kutaa_1ffaa
-----------------------------------------------
🍡 Taphni kan eegalu kubbaa ol dhiituudhaanidha!

🍡Abbaan murtii hinjiru, kan dhufe hundatu taphata. Taphataan hundi Abbaa murtiiti.

🍡 Namni furdaan goolii eega.

🍡 Taphni kan xumuramu yoo taphattoonni hundi dadhabanidha!

🍡 Abbaan kubbaa yoo beela'e, dadhabe yookiin aare kubbaa isaa fudhate gala, taphnis nidhaabbata!

🍡 Yoo adabbin argame goolii eegaan jijjirame taphataa cimaan bakka bu'a!

🍡 Goolii kan eegan dabareedhaan. Kunis daqiiqaadhaan yookiin nama dadhabe jijjiruudhaan.

🍡 Taphattoonni ciccimoon lama garee tokko hinseenan. Abbaan kubbaa garee cimaaf taphata.

🍡 Hundumtuu taphaataa fulduraa, gidduufi ittisaati. Iddoo qabatee kan taphatu goolii eegaa qofadha.

🍡 Iddoo qabatanii taphaachuun hinjiru, kan iddoo qabatee dhaabatu gaafa dadhabu qofaadha.

🍡 Yoo namni miidhame, yaalamee taphaata deebi'a osoo hintaane gara manatti gala.

🍡 Koornaan (kubbaan alatti) yoo walitti aansee si'a sadii bahe, adabbii rukkuttaa dhumaa /ligooree "penalty" tti jijjiirama.

🍡 Namni takkaa xaxamee kufe, namicha isa kuffise yoo xaxee kuffise seeradha, adabbiis hinqabu.

🍡 Kubbaan bahuu (offside) kan jedhamu hinjiru. Taphataan fuulduraa goolii eegaa garee faallaa bira, yoo inni as bahes duuba dhaabachuu danda'a.

🍡 Taphattoonni lama yoo wal kuffisaniifi yoo abbaan balleessaa wallaalame, abbaan seeraa dugda taphattootaa walitti galagalchee kubbaa dugda gidduu kaa’eefii sagalee yookiin afuuftuu (fiishkaa) afuufa.
--------------------------------
#Kutaa_2ffaa itti fufa!
Guyyaa Ayyaanaa worri ati mana irraa kireeffatte siwaamuu gaafa didan mana isaanii deemtee.........Qarshii keessan kan woggaamoo kan ji'a jahaa isiniif kaffaluree 😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
Deleted20.04.202517:07
20.04.202512:48
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
Reposted from:
DAMBALII ISPOORTII avatar
DAMBALII ISPOORTII
“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera!”
— Mat. 28:6

Maatiin DAMBALII BEEKUMSAA marti keessanuu Baga ayyaana yadannoo du'aa ka'u gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe ayyaana gaarii isiniif haa tahuu.🥰

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
18.04.202515:45
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2673

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
12.03.202515:04
Bilbili kee.......

Daataan isaa banaaadha nan sobe oromoo?? 😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
11.03.202510:10
Ijoo waanan yeroo darbe ta'e dhageessaniittuu gaafa Mar 8 jaallallee kootiin dogoggoreen baga guyyaa ayyaana dubartootaa geesseen jedheeniim eenyutu nu araarsaa maaloo😄😄😄😂
21.04.202507:02
👉Ayyanadha Jettani Miillan Baatani Worri Jilbaan Galtanis Baga irraa haftanka🙉
🍻🥃🍷

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
20.04.202508:11
Jaalalleen koo isheen waggaa darbe wajjin taphaachaa turre ganamaan kaatee text akkas jedhu na ergite " kottu har'a wal nyaannaa " naan jetteem yoona kottu wajjin nyaanna jechuuttimoo ml yaaddeetu..😁😁😁😁

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
Deleted20.04.202513:54
19.04.202516:46
Sagantaa gaaffiif deebii sa'atii 3:20 irraa eegalu.. kan chaanalli DAMBALII BEEKUMSAA qopheesse irratti hirmaadha!!

Join gochuun qophaaha ta'a!!👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2685
18.03.202505:28
Isa ittin haantuuta🐀 qaban bituu deemte gaafa isaan 500 sin jedhaan
.
.
.
.
.
Erga qabe boodde seeratti dhiyessa moo?? 😒

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
12.03.202514:31
Dubartii fi Bluetooth abbuma itti dhiyaatetu connect godhataa!! 😉

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
11.03.202504:44
Gargaara konkolaachisaa taatee osoo hojjechaa jirtu chiikin ati ani pilotdha jettee ittiin wal-barte sun gaafa si argitu:

Ingiliz Ingiliz Jerman Jerman
Shown 1 - 24 of 27
Log in to unlock more functionality.