Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
DAMBALII ISPOORTII avatar
DAMBALII ISPOORTII
DAMBALII ISPOORTII avatar
DAMBALII ISPOORTII
🚨 Jorjiinhoon ganna kana Arsenaal ni gadhiisa jedhamee eegama.

Flamingos taphataa kana mallatteessisuuf yaada isaanii dhiyeessaniru.

➛ [Faabriiziyoo Roomaanoo]

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
🚨 New

Arsenal toomaas paarten kilabicha keessa akka turu nii barbaadu..dhimmicha irrattis maree eegalaniiru.

[David_Ornstein] 🥇

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Psmas is the best platform for those who are interested but haven't started yet. Start today and you will make a lot of money.
👆👆👆👆👆👆👆👆

Registration bonus 95 birr
Daily check-in 5 birr
Minimum deposit 300 birr
Minimum withdrawal 100 birr
Commission 25-3-2%
Withdrawal fee 15%

Click this link to register.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://psams.cc/reg.html?c=RCIKJV
Customer Service Manager
@Samsung02A
Telegram Group
https://t.me/GalaxySamsung0012
Ajab!! 🙄

✔️ Oduun kun akkas jedha....Bara 1987 biyya nezerlanditti baratootni qormaata bahiinsaa bayoolojii fudhatanii turan irra deebiin akka qoraman taasifamuufi...sababni isaas, qormaati kun yeroo kennametti haala g/garaan waan hatameefidha...kunis kan bira gahaame waggaa 38 booda...

✅ Egaa yeroo sanatti qormaata kana kan fudhatan martuu irra deebiin akka qoramaniif waamamaniiru...kan kanaan ala dipiloomaan isaanii guutuu akka hin taane gabaafameera...!!

Waggaa 38 booda irra deebiin qoramaa osoo isiniin jedhanii maal jettuu....??

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
👆Wanti isin suuraa irratti argitan kun yeroo taankiin dhuka'u sagalee isaa callisiisuuf meeshaa gargaarudhaa...👊

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Ruusawiyaanonni 🇷🇺 aadaa Dubbisa osoo hin taane.....Araada dubbisaa qabuu!!

✅ Uummatni biyya ruusiyaa araada kitaaba dubbisuu qabaachuudhaan akka addunyaatti beekamoodha....akka qorannoon gaggeeffame agarsiisutti uumatni biyyatti osoo kitaaba hin dubbisin guyyaa akkasumaan oolan hin qabanii!!

✅ Suuraan kunillee edit waan godhame isinitti hin fakkaatin.....kuni suura qabatamaa uumanni biyyatti osoo baabura keessa dhaabbatanii kitaaba isaanii dubbisaanii suuraa kaafamedhaa.... 📷

➡️Wal-hamachuun hin jiru, Hinaaffan hin jiru, dubbisaaf dubbisa qofa!! 🫡

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
🚨 Victor Osimhen ganna kana karoora Maanchistar Yunaayitid keessa hin jiru.

[🎖 Deevid Orenstein]

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Taphataan sarara fuuldura Manchester Siitii fuula Snapchat isaa irratti suura inni maxxansee!! 😅

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Haaland Bara jalqabaa Man city keessattii Fi Mbappe bara jalqabaa Madrid keessatti.🥶🥶

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
💪Namichi lammii Awustiraaliyaa JARRAD YOUNG atileeti akka lakkoofsa Awrooppaatti June 19, 2020 sa'aatii 1 keessatti push-up 2919 hojjechuun riikardii addunyaa cabsuu danda'eedha....

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Reposted from:
DAMBALII ISPOORTII avatar
DAMBALII ISPOORTII
18.04.202518:13
Gaaffii har'af qabanne xumurreerra 🙌

5 keessa hamma argattan reaction dhaan agarsiisaa👇
0.😭
1.😁
2.👍
3.👏
4.😍
5.❤

Waan nu waliin turtaniif galanni keenya guddaadha 🙏🙏

Halkan gaarii❤✨

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔
2Qorontos 5:14 "Tokko hundumaaf du'ee..."


✔️ Hordoftoonni amantaa kiristaana marti baga guyyaa yaadannoo fannifamu goofta keenya iyesuus kiristoosin nagaan geessan...🙏

Ayyaana gaarii!!..❤️❤️

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
✅ Jurgen Kiloop bakka Kaarloo Anchelootii bakka bu'ee Riyaal Maadriiditti akka Leenjisuu himamaa ture, garuu akka The Telegraph gabaasetti faallaa kanaati.

Leenjisaan Jarman Jurgen Kiloop hamilee leenjisummaatti deebi'uuf qaban du'eera jedhee.

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Pedri gonzalez lopez taphata cimaa laaliga ji'a kanaa ta'uun filatameera!! 🔥

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Taphattoota karoora Ruben amoorim keessa hin jirre...👇

❌ Rashford
❌ Gaarnaacho
❌ Kaasemiiro
❌ Saancho
❌ Antooni

|:|MIRROR|:|

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
19.04.202516:14
Akkam ooltan maatiin @Dambalii_beekumsaa 🙌

✅ Har'a galgala sa'atii 3:20 irraa eegale miseensa kuma soddoma galuu keenya sababeeffachuun jala bultii ayyaanan, saganta gaaffiif deebii badhaasa qabu isiniif qabannee dhufaa jirraa....

Sa'atii 3:20 irraa eegale wal-argi chaanala keenya @Dambalii_beekumsaa irra haa ta'u!! 🫡

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
18.04.202515:41
Guyyaa Guutuu kolfaa ooluu hin jaallattuu??...

Chaanala keenya Join gochuun kolfaa oolaa.kolfuun umurii dheeressaa👇👇

https://t.me/Dambalii_Kolfaa/103
Dani oolmo bara kana barseloonaaf 🇪🇸

⚽️ Goal 10
🎯 Assist 5

Impact! 🔥🔥

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Burunoon fuula IG isaa irratti pediriidhaaf...

"😍👏"

Share | @Dambalii_ispoortii
Share | @Dambalii_ispoortii
Harka fuune akkam jirtu maatiin chaanala keenya marti...🙌

✅ Chaanala keenya kana irratti odeeffannoo sport wal-irraa hin cinne 24/7 isin biraan gahuuf gareen chaanala keenya qophii isaa xumuree isin biraan baha jiraa...

Tajaajilawwan nuti laatnu keessa muraasni...👇

Odeessa haarawaa:
👉 premier league England
👉 Laligaa Ispeen
👉 Bundisliigaa Jarmanii
👉 SeriA Italy
👉 Liigii Faranasaayi 1
👉 Tapha kallattiin
👉 Oduu jijjiiraa fi kkf
➡️Ispoortii Afaan keenyaan haa hordofnuu....

[Chaanala keenya kana kan adda godhu taphoota eegamoo torbanii tamsaasa kallatti sagaleen dabarsuu eegalu keenyadhaa....]

Nu waliin ta'un lafa waliin gaha.....❤️🙏
👉 Bara 1920 dura daa'ima tokko kara mana poosta walii erguun nii dandaa'ama turee...🥹

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
✔️ Abba manaa ishee yeroo hunda dugdatti baatte mana yaala geessiti...."Hiibbaa" jedhamti dubara ganna 32 yoo taatu...haadha ijoollee 3ti.....waggaa 6 dura abbaan warraa ishee dhukkubaa g/garaan rakkachaa kan ture yoo ta'u....sababa kanaafis miilli isaa lamman hojii ala ta'u......

✅ Sababa kanaafis abbaan warrraa dubara kanaa....guyya guyyaan mana yaala deeme ogeessota fayyaan hordofamuu qaba turee...haati warraa isaa kunis na waliin itti fufu hin dandeenyu osoo hin jedhin....yeroo hunda dugdatti abbaa warraa ishee kana baattee gara mana yaala geessiti......

✅ Abbaan warraa ishee kunis nama biraa barbaadadhuu ani sin hiika jedhee ture.....isheen garuu yaada isaa kanatti tasuma walii galuu hin dandeenye.....Waa'e haadha warraa isaa kana yeroo dubbatu akkas jedhaa: 🗣

"Haati koo ji'a sagal garaatti na baatte, haati warraa koo garuu waggaa 6 dugdatti na baatte".....


Jaalala akkamidha kun.....❤️❤️

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
16.04.202508:51
New platform, new opportunity, seize the opportunity for a better tomorrow
HUAWEI 5G is a high-quality online work platform dedicated to creating a high-income platform for low-income people and people with dreams. To help you get a satisfactory income, please set the following goals:

1️⃣ Invite 1 new member to join your team every day and become a formal member.

2️⃣ Guide 1 B-level member to invite work every day to help them increase their income.

3️⃣ Help 1 B-level member to increase their income by renting high-yield products every day.

Remember, you are here to make money, not to waste time. If you don't work hard today, your income will not change tomorrow.

Channel link: https://t.me/huawei5G_investors

Registration link: https://www.hw5ginvestors.com/?invitation_code=37A93
Shown 1 - 24 of 111
Log in to unlock more functionality.