Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Burqaa Ispoortii avatar
Burqaa Ispoortii
Burqaa Ispoortii avatar
Burqaa Ispoortii
✅Waggaa 11 keessatti kilabii waancaa Awurooppaa liigii guddicha sia 6 injifachuu danda'e Riyaal Maadriid 🙌

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
''Tapha xummuraaf tilmaamni xiqqaa nuuf kenamee yeroon itti taphanu kanaan booda hin jiru. Deemsi keenya bareedaa ture kilaboota gurguddaa lama gaggeessine jirra. ''

''Tapha xummuraan Arsenaal ykn PSG keessa kan filannu hin jiru, akkuma kana duraa kilabii cimaa waliin taphanna.''

''Taphatoota kee jijjiiri osoo naan jettee enyunu hin jijjiiru Lamiin Yaamalin ala.''

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Laawtaaroo Maartineez Shaampiyoons Liigii bara dorgommii kana.

🏟️ Tapha 13
⚽️ Goolii 9
🎯 Asisti 1


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Tapha deebii walakkaa xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa boru taphatamu

04:00 🔰 PSG Arsenaal waliin

Agg 1-0

Halkan gaarii❤️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Taphatoota Intar Milaan .

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
06.05.202521:39
Inter Barsaa gudii godheera🔥🔥🔥🔥
✅Garee PSG tapha Arsenaaliif qophaa’e.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Goolii heedduu kessumeessine kun fudhatama hin qabu. Dhimmaa kana ilaaluun tapha Elkilaasikoo fi Laaliigaa kan injifannu ta'a.

Ronaald Arohoo

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🔥 QARSHII DHAAMSAA (CASH-OUT) - INJIFANNOO KEETIIN SIRRIITTI ARGADHU! 🔥

Injifannoo kee dhabuu hin qabdu! MedaBet tiin:
✅ Taphaa keessatti qarshii kee dhaamsi
✅ Jijjiirama dhumaa irraa of eeggannoo
✅ Qarshii injifannoo dhaamsaa argadhu

👉 Qarshii kee sirriitti dhaamsi!
Amma makaa: Medabet.et

Maatii injifattoota keenya keessaa ta'aa:
📲 Telegram :- https://t.me/medabetet
📗 Facebook :- http://fb.com/profile.php?id=61567785653630

#MedaBet #QarshiiDhaamsaa #InjifannooDhaamsaa
<strike>Yaan Soomeer</strike> Yaan Simbirroo😁

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Taphatoota Baarseloonaa erga taphani dhumate .

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
06.05.202521:39
Chaw Chaw Barsaaaaaaaaaaaaaaa
✅Garee guutuu Atleetik Kilaab torbee kana Manchistar Yunaayitid waliin taphatu.

Taphattootni sarara fuunduraa sadeen Saantee, Nikoo Wiliyaams, fi Inaakii Wiliyaams tapha kanaan ala ta'aniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
B / R FOOTBALL fuula miidiyaa hawwaasaa isaanii irratti.😁

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Baarseloonaan erga waancaa Shaampiyoonsi Liigii injifate waggan 10 lakkaawame jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
✅Tapha walakkaa xummura Shaampiyoons Liigii Awurooppaa goolii heedduun iratti lakkaawame.

Livarpuul 7-6 Roomaa goolii 13
Inter Milaan 7-6 Baarsaa goolii 13

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Tapha deebii walakkaa xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa.

⏱Xumurame
Inter Milaan 4-3 Baarseloonaa
⚽️L. Maartineez 21' ⚽️Gaarsiyaa 54'
⚽️H. Chalanigulu 45+1' ⚽️Olmoo 60'
⚽️Acherebi 90+4' ⚽️Raafinhaa 88'
⚽️Faartesi 99'

Agg 7-6

Intar Milaan xummuraaf darbuu isaa mirkaneefateera

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
06.05.202521:37
+2
✅Livarpuul sarara ittisa harka bitaa iratti Bornmaawuz irraa Miloos Kerkeez fudhachuuf filannoo isaanii jalqabaa taasisanii hojechaa jiru. Jijjiirraan kun yoo milka’u baate Ait Nuurii Wolvis irraa fudhachu danda'u jedhameera.

#Mirror

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅Ergaa Lamiin Yamaal fuula Instaagraamaa iratti maxxanse.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
✅️Taphata cima taphichaa.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii
Andre Onanaa fula Instagramaa iratti

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
06.05.202521:40
Kun tapha Walakkaa xummuuraa Shaampiyoons Liigii Awuroopaati
06.05.202521:37
Baarsaan galuufika yaasaba
Shown 1 - 24 of 14 160
Log in to unlock more functionality.