tapswap community
tapswap community
Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
tapswap community
tapswap community
Notcoin Community
Notcoin Community
Whale Chanel
Whale Chanel
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸 avatar
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸 avatar
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸
​
07.05.202510:26
🌴የሚያጓጓ ምርፅ እድል🌴
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
👉ታላቅ የዳዕዋ ውድድር
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
👉ለወንዶች ከ3 ደቂቃ ያልበለጠ ሪከርድ ዳዕዋ
🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴
👉ለሴቶች ከ8 መስመር ያልበለጠ ግጥም
💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐
🧳ርዕስ፡ በተወዳዳሪው ምርጫ
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
💼ሽልማት ከ1 እስከ 3 ለወጡ ለሁለቱም ፆታ ተወዳዳሪዎች የ/100/50/25/ ብር ካርድ ያሸልማል
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🪑ተወዳዳሪዎች የሚላክላቸውን ሊንክ ሼር በማድረግ 👍 ላይክ በማስደረግ እና የነብያት ፋና ቤተሰቦችም ላይክ ሲያደርጉ በላጭ ድምፅ ያገኙ አሸናፊ ይሆናሉ።
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀
🎛መልካም ዕድል።
👇👇👇👇👇👇👇👇
📻📻ለመመዝገብ፡
👉
@Mmuhhammedd
👆👆👆👆👆👆👆👆
🛖🛖🛖🛖🛖🛖🛖
ወደ ቻናሉ ለመቀላቀል
🎧🎧🎧🎧🎧🎧📡📡📡📡📡
👇👇
https://t.me/teaching_of_all_prophets

ሼር በማድረግ እናሰራጨው ጀዛኩሙሏሁ ኸይር ባረከሏሁ ፊኩም
Reposted from:
GINGILCHAA DHUGAA avatar
GINGILCHAA DHUGAA
07.05.202501:33
RABBIIN OFIIN NUTI (إنا) JECHUUN

Rabbiin Qur’aana Irratti “Nuti” Jedhe Dubbata, Allaah’n Meeqa?

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ
Namotni Kiristiyaanaa Baay’een Yeroo Waa’ee Sadan waaqa tokkichaa/Tirinity/ስላሴ ilaalchisee Yaadni kun Ragaa Macaafa Qulqullu akka hin qabnee fii Macaafni qulqullun kan barsiisu tokkichummaa Waaqaa qofa akka ta’e yoo mirkaneessinuuf. akkasuma Nabiyyoonni hundi kan barsiisan toohida yookiin tokkichummaa Rabbii Qofa akka ta’e yoo Barsiifnu. Gaafii Armaan gadii kana kaasu.
Gaafii:-“Eegaa Ergamtoonni Hundi kan barsiisan Tokkichummaa Rabbii Qofa yoo Ta’e Rabbiin Qur’aana irratti maaliif “Nuti” jechee dubbata?” jedhu. <> jennee yoo gaafannu. nuun jedhu. Sillasee/tirinity’n maali?>> jennee yoo gaafannu. <> nuun jedhu. kanaafuu Akka yaada isaaniitti Gooftaa keenya Allah’n “Nuti” jedhee yoo dubbatu Sillaase wajjiin ta’eeti jechuudha.

<strike>~</strike>*DEEBII*<strike>~</strike>~
Jechi Afaan Arabaa “Nuti إِنَّآ” jedhu Hiika Lama qaba.
1ffaa:-Hedduu Wajji ta’anii Dubbachuuf Gargaara.
2ffaa:-Qaama Tokkoo ibsuuf kan gargaaru Ta’ee maqaa kabajaa kan Of guddisuuf oolu dha.
Kanaafu Gooftaan keenya Allah’n Waa’ee Ofii isaa yoo dubbatu “Nuti إِنَّآ ” jechuun isaa kan Argisiisu Sadi Ta’uu isaa Akka Hin Taanee karaa Afuriin ilaaluu ni dandeenya:-
①.☞Akka Lakkoofsaatti Yoo fudhanne Sadi qofatti waan hin dhaabbanneef.
Jecha “Nuti إِنَّآ “jedhu Lakkoofsa Heddutti yoo hiikne sadi qofatti hin dhaabbatu. 5,7,9,…ta’uus ni danda’a waan ta’eef. Garuu Sillaaseen sadi qofa yoo ta’e jechi “Nuti” jedhu dirqama sillaasee hin argisiisu.

②.☞Karaa Amantiitiin Qur’aannis yaada isaanii kana Waan Mormuuf:-
Jechi “Nuti” jedhu Osoo Sadi ta’ee Aayaatooni Qur’aanaa jecha kana Hin Mormu ture. Keewwatoota kanneen irratti Yaada isaanii kana faalleessuun isaa jechi “Nuti” jedhu sillaasee Akka Hin Argisiifne Ifa Godha:-

(فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ ۖ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ ۚ انْتَهُوا خَيْرًا لَكُمْ)
[سورة النساء 171]
“Rabbii fii Ergamoota isaattiis Amanaa. “Rabbiiin Sadihi” hin jedhinaa.”(Nisaa’i 4:171)

Inumayyuu Amantiin Akkasii Amantii Kaafir*tootaa akka ta’e nuuf hima:-

(لَقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ ثَالِثُ ثَلَاثَةٍ )
[Surat Al-Ma’idah 73]
“Isaan “Rabbiin Sadaffaa Sadeeniiti” jedhan dhugumatti kafar*aniiru.”(Maa’idaa 5:73)

Akkasuma Qur’aanni Rabbiin Ala Osoo Rabbiin Biraa jiraatee Dachii fii samiin ni badu turan jedhee barsiisa:-

(لَوْ كَانَ فِيهِمَا آلِهَةٌ إِلَّا اللَّهُ لَفَسَدَتَا ۚ فَسُبْحَانَ اللَّهِ رَبِّ الْعَرْشِ عَمَّا يَصِفُونَ) [الأنبياء 22]
“Odoo isaal lamaan (Samii fii dachii) Rabbiin malee gabbaramtoonni biraa jiraatanii Lamaan isaaniituu ni badu ture.”(Anbiyaa’ 21:22)
Sababni isaas Akkuma Biyyi Piresedaantii lamaan Bultu hin jirre, Isoo Rabbiin Tokkoo Ol ta’ee inni tokko Isa biraa irratti Ol aantummaa barbaaduuf jecha Makhluuqa isa tokkoo yoo jalaa fixu inni kaaniis akkasuma osoo godhanii waanti makhluuqa ta’e hundi ni dhabamti turte.

√Yeroo kana Uumamni hin jiraatu:-

(مَا اتَّخَذَ اللَّهُ مِنْ وَلَدٍ وَمَا كَانَ مَعَهُ مِنْ إِلَٰهٍ ۚ إِذًا لَذَهَبَ كُلُّ إِلَٰهٍ بِمَا خَلَقَ وَلَعَلَا بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يَصِفُونَ)
[المؤمنون 91]
“Rabbiin Ilma hin godhanne. isa waliiniis gabbaramaan tokkoyyuu hin jiru. (Odoo jiraatanii) silaa gabbaramaan hundi waan uumeen deema. Gariin isaanii garii irratti Ol Ta’u turan. Rabbiin Waan isaan itti fakkeessan (Hunda) irraa Qulqullaa’e!”(Mu’uminuun 23:91)

(قُلْ لَوْ كَانَ مَعَهُ آلِهَةٌ كَمَا يَقُولُونَ إِذًا لَابْتَغَوْا إِلَىٰ ذِي الْعَرْشِ سَبِيلًا)
[الإسراء 42]
“Jedhi:” Odoo akka isaan jedhan isa waliin gabbaramtoonni biraa jiraatanii, silaa gara Abbaa Arshiitti Karaa barbaaddatu turan.”(Al Isaraa’ 17:42)

③.☞Ergaa Qur’aanaa kan Walii Galaa.

Rabbiin(s.w) Qur’aana keessatti waa’ee ofii yeroo dubbatu Akkuma “Nuti” jedhee dubbatu “Ana” jedhees dubbata.
06.05.202519:27
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

Ads: 👇👇👇👇
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
06.05.202518:26
┌─────────────────
|
|🕌ብዙ ሙስሊም ወንድም እና እህቶች
     የሚገኙባቸውን ቻናል ልጠቁማችሁ 🙌
🗯ስለ ቻናሎቹ ከጠየቃችሁኝ👇

🧬ኢስላማዊ አስተምህሮት 📝
🧬አጫጭር ሀዲሶች📚
🧬ቁርዓን 📖
🧬ቁርዓኖችን ያጣቀሰ መልዕክት 📜
🧬የንፅፅር ቻነሎችን 🔎
🧬ኢስላማዊ ታሪኮች📕
🧬ጥያቄ እና መልሶች ❔
🧬የተለያዩ መረጃዎች🚨

📌ሁሉንም ለማግኘት
#OPEN ⤵⤵👇
|
────────────────
ቻነል ለመሳደግ
@Selluhi
06.05.202514:44
✨የቻናሎች እድገት ስራ (WAVE) በአዲስ
መልክ
#ኢስላማዊ_ቻናሎችን በማሰባሰብ
ለመስራት ተዘጋጅተናል።
🌿ውድ የኢስላማዊ ቻናል ባለቤቶች
ለቻናላችሁ ተደራሽነት ለምንሰራው ስራ
ቻናላችሁን በማስገባት ተጠቃሚ እንድትሆኑ
እንጋብዛችኋለን🙌

🌿ለእይታ የማይረብሹ ዲስኮች
🌿በቀን 1 ወይም 2 ዲስክ
🌿ኢስላማዊ Content ብቻ

🚨ቻናላችሁን ለማስገባት 👉
@selluhi👈 አዋሩኝ🚨

✨ለመመዝገብ የተከታይ ብዛት

ፎልደር ⓵ (200+)ተከታይ
ፎልደር⓶ (500+)ተከታይ
ፎልደር ⓷ (1000+)ተከታይ
07.05.202511:33
𝐇𝐨𝐰 𝐎𝐥𝐝 𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮?
𝐔𝐦𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚𝐚?

@Rafiqul_Islaam
07.05.202508:17
ከዚህ በመቀጠል በሸይኽ አቡዘር ሀሰን አቢ ጦልሀ ሀፊዘሁሏህ ተቀርተው የተጠናቀቁ ደርሶች pdf ተገጥሞላቸው ከስር ተጭነዋል ለአለም አቀፍ ማህበረሰብ በማሰራጨት አግዙን አሏህ ይቀበለን::

✅ አዲስ የተጠናቀቁ ኪታቦች በሸይኽ አቡዘር ሀሰን አላህ ይጠብቃቸው
💫💫💫💫
#አቂዳ 👇
ثلاثة الأصول
1ኛ የኡሱሉ ሰላሳ (ሰላሰቱል ኡሱል)
2ኛ ኪታቡ አት– ተውሒድ  ሊሸይኽ ሙሀመድ  ብን አብደል ወሃብ
كتاب التوحيد
3ኛ  "አዕላሙ ሱና "ሙሉ
أعلام السنة المنشورة
4ኛ  ሸርሁ ሱና ሊል በርበሃሪይ
شرح السنة
4ኛ  አል አጅዊበቱል ሙፊዳህ
الأجوبة المفيدة
5ኛ  መስዓለቱ ዑዝር ቢል ጀሕል
مسألة العذر بالجهل
6ኛ አል መውሪዱል ዓዝቡ ዙላል 
المورد العذب الزلال
7ኛ አል አቂደቱል አጡሓዊያህ
العقيدة الطحاوية
8ኛ ሉምዓቱል ኢዕቲቃድ
لمعة الإعتقاد
9ኛ አል በራሂኑል ሙረሰዓህ
البراهن المرصعة
10 አል አቂደቱል ዋሲጢየህ
العقيدة الواسطية
11 በሰዎች ላይ የ "አል-ጀርህ እና አት-ተዲል" ኢማሞች ንግግር በኢጅቲሃድ ላይ የተመሰረተ ሳይሆን በመረጃ ላይ የተመሰረተ ነው።
أقوال أئمة الجرح والتعديل في الرجال من باب الإخبار لا من باب الإجتهاد
ለኸድር ኬሚሴ የተሰጠ ምላሽ
ሙሉ ደርስ
12  የኪታቡ ስም = "ኪታቡ አት– ተውሒድ  ሊሸይኽ ሙሀመድ  ብኑ አብደል ወሃብ "ሙሉ ደርስ" ከአል ቀውሉል  ሙፊድ ማብራሪያ ጋር
كتاب التوحيد مع التعليق من كتاب القول المفيد
13 መሳኢሉ አል-ጃሂሊያ
مسائل الجاهلية
14 መንሃጁል-አንቢያእ
منهج الأنبياء
15 ከሽፉ አሽ-ሹቡሃት
كشف الشبهات
16 አል ኡሱሉ አስሰላሳህ (አዲስ)
ثلاثة الأصول( جديد )
17 ቀዋዒዱል አልአርበዓህ
القواعد الأربع
18 አል ቀሲደቱ ላሚያህ
القصيدة اللامية
19 የالدرة المضية
ሙሉ ደርስ
20 ኢጅማዑል ኡለማዕ
إجماع العلماء
21ኛ አል˙ከሊማቱል ሂሳን ፊ′በያኒ ዑሉዊራህማን
الكلمات الحسان في بيان علو الرحمن
22 ሁክሙ ተስዊር

#ፊቅህ

1 ሹሩጡ ሶላት
2 መጃሊሱ ሸህሪ ረመዷን
مجالس شهر رمضان

#ቀዋኢድ_አልፊቅሂያ 👇

1ኛ ነዝሙል ቀዋኢድል ፊቅሂያህ
نظم القواعد الفقهية

#ኡሱል_አልፊቅህ 👇

1ኛ አልወረቃት
الورقات
2ኛ ተስሂልጡሩቃት ፊነስሚል ወረቃት
تسهيل الطرقات في نظم الورقات


#ተርቢያ እና #አደብ👇


#ሀዲስ 👇

1ኛ  የ አርባዒን ሓዲስ
الأربعون النووية
2 አርበዑነ-ነወውያህ (አዲስ)
أربعون النووية  (جديد)
3 ቡሉጉል መራም ሚን አዲለቲል አህካም
بلوغ المرام من أدلة الأحكام

#ሙሰጠላሁል_ሀዲስ 👇

1 የ نخبة الفكر
ሙሉ ደርስ
2ኛ መንዙመቱል በይቁኒይ
منظومة البيقونية
3ኛ ቀሶሱሱከር ነዝሙ ኑኽበቲል ፊከር
قصب السكر نظم نخبة الفكر
4ኛ ቀሲደቱ ገዘልያህ ፊ አልቃቢ አልሀዲስ
قصيدة الغزلية
#ሲራ 👇


#ነህው 👇

1ኛ አነ—ሕዉል ሙስተጧብ ክፍል ①
النحو المستطاب الجزء الأول
2ኛ አነ—ሕዉል ሙስተጧብ ክፍል ②
النحو المستطاب الجزء الثاني

#ሶርፍ 👇
#አል_ኢምላ 👇
#መንጢቅ👇
#በላጋ👇
#አል_ቁርዐን_ወኡሉሙሁ 👇

1ኛ  መንዙመቱል ሙቀዲመቱ አል ጀዘሪይ
الجزرية
2ኛ  ቱህፈቱል አጥፋል
تحفة الأطفال

3ኛ  ሙቀዲመቱ ኡሱሉ ተፍሲር
مقدمة أصول التفسير

🧳
የነብያት ፋና የአለም ብርሃን የጀነት ስንቅ
🛖
📲 አጠቃላይ ፕሮግራሞቻችን በሶሻል ሚዲያ ለመከታተል:-

🗞️ በ Telegram~Channel ⤵️
📎 🌴
የቴሌግራም ቻናል
ጀይን👇👇👇
https://t.me/teaching_of_all_prophets
https://t.me/teaching_of_all_prophets

✍በአቡ ሀኒፋ ሙሀመድ ሀፊዘሁሏህ  የተዘጋጁ
Reposted from:
GINGILCHAA DHUGAA avatar
GINGILCHAA DHUGAA
07.05.202501:33
(وَإِذَا أَنْعَمْنَا عَلَى الْإِنْسَانِ أَعْرَضَ وَنَأَىٰ بِجَانِبِهِ ۖ وَإِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ كَانَ يَئُوسًا)
[الإسراء 83]
“Yeroo Ilma namaa Ni’imaa keenyaan qanansiifne, gara galeeti cinaa isaatiin dhugaa irraa fagaata. yeroo hamtuun isa tuqes, abdi murataa ta’a.”(Israa’ 17:83)

√ "Aayaatu Toohiid/Aayatoota Waa’ee Isa qofa gabbaru"

Rabbiin(s.w) Qur’aana keessatti waa’ee toohidaa/isa qofa akka gabbarru yoo nuuf himu iddoo tokko irratti illee “Nu” gabbaraa jedhee hin dubbanne “Ana Qofa”, “Anuma Qofa Sodaadhaa”… gabbaraa jechuu dhaan malee. fakkeenyaaf:-
A.”At-Taqwaa” Sodaa.

(الْيَوْمَ يَئِسَ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْ دِينِكُمْ فَلَا تَخْشَوْهُمْ وَاخْشَوْنِ )
[سورة الماءدة 3]
“Har’a warri kafaran amantii keessan irraa abdii muratanii jiru. isaan hin sodaatinaa anuma (qofa) sodaadhaa.”(maa’idaah 5:3)

(فَلَا تَخْشَوُا النَّاسَ وَاخْشَوْنِ)
[سورة الماءدة 44]
“Namoota hin sodaatinaa Ana sodaadhaa.”(Maa’idaah 5:44)

B.”Al-Raahbaa” sodaa keessaa.

(يَا بَنِي إِسْرَائِيلَ اذْكُرُوا نِعْمَتِيَ الَّتِي أَنْعَمْتُ عَلَيْكُمْ وَأَوْفُوا بِعَهْدِي أُوفِ بِعَهْدِكُمْ وَإِيَّايَ فَارْهَبُونِ)
[سورة البقرة 40]
“Yaa Ilmaan Israa’iil! Ni’imaa kiyya kan ani ittiin isin qananiise yaadadhaa. Waadaa kiyyaas guutaa; Aniis Waadaa keessan nan guutaa; #Ana qofaas sodaadhaa.”(Al Baqraah 2:40)

(وَقَالَ اللَّهُ لَا تَتَّخِذُوا إِلَٰهَيْنِ اثْنَيْنِ ۖ إِنَّمَا هُوَ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ فَإِيَّايَ فَارْهَبُونِ)
[سورة النحل 51]
“Rabbiiniis “gabbaramoota lama hin gofhatinaa. Dhugumatti, Inni Gooftaa tokko qofa #Anuma qofa sodaadhaa” jedhe.”(Nahli 16:51)

C.”Ad-Du’aa” kadhaa.

(وَقَالَ رَبُّكُمُ ادْعُونِي أَسْتَجِبْ لَكُمْ)
[سورة الغفر 60]
“Gooftaan keessan ni jedhe:” #Na kadhaa; isiniifiin awwaadhaa.”(Ghaafir 40:60)

D.”As-Sajid” Sagada.

(وَمِنَ اللَّيْلِ فَاسْجُدْ لَهُ وَسَبِّحْهُ لَيْلًا طَوِيلًا)
[سورة الإنسان 26]
“Halkan irraallee #isaaf salaati; halkan dheeraas isaaf (salaata laylii) salaati.”(Al-Insaan 76:26)

E.”Al-Ibaadah” Waaqeeffanna.

(وَمَا أَرْسَلْنَا مِنْ قَبْلِكَ مِنْ رَسُولٍ إِلَّا نُوحِي إِلَيْهِ أَنَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا أَنَا فَاعْبُدُونِ)
[سورة الأنبياء 25]
“(Yaa Muhammad!) Si Dura ergamaa irraa tokkoyyuu “Ana malee dhugaan gabbaramaan hin jiru; kanaafuu #Ana (qofa) gabbaraa” jechuun wahyii gara isaatti buufnu malee hin ergine.”(Al Anbiyaa’ 21:25)

(إِنَّ هَٰذِهِ أُمَّتُكُمْ أُمَّةً وَاحِدَةً وَأَنَا رَبُّكُمْ فَاعْبُدُونِ)
[سورة الأنبياء 92]
“Dhugumatti isheen kun amantii keessan amantii tokkittii dha. Aniis Gooftaa keessanii #Ana (Qofa) gabbaraa.” (Al Anbiyaa’ 21:92)

(يَا عِبَادِيَ الَّذِينَ آمَنُوا إِنَّ أَرْضِي وَاسِعَةٌ فَإِيَّايَ فَاعْبُدُونِ)
[سورة العنكبوت 56]
“Yaa gabroota kiyya warra Amantan! Dachiin kiyya Bal’oodhaa, #Anuma qofa gabbaraa.”(Al-Ankabut 29:56)

④.☞Raga Biraa.
Jechi “Nuti” jedhu Qur’aana keessatti Rabbiif Qofa Osoo Hin taane kanneen biroos akka itti fayyadaman nuuf ibsameera. mee Aayaata itti aanu kana haa ilaallu:-

(فَانْطَلَقَا حَتَّىٰ إِذَا لَقِيَا غُلَامًا فَقَتَلَهُ قَالَ أَقَتَلْتَ نَفْسًا زَكِيَّةً بِغَيْرِ نَفْسٍ لَقَدْ جِئْتَ شَيْئًا نُكْرًا)
[الكهف 74]
“Hanga Mucaa Tokkotti dhufanitti deemanii achumaan isa (Mucicha) ajjeese. (Muusaanis) “Sila ati lubbuu qulqulluu lubbuu (ajjeesuun) ala ajjeeftaa? dhugumatti, ati waan fokkotaa hojjatteetta.” jedhe.”(Kahfi 18:74)

(وَأَمَّا الْغُلَامُ فَكَانَ أَبَوَاهُ مُؤْمِنَيْنِ فَخَشِينَا أَنْ يُرْهِقَهُمَا طُغْيَانًا وَكُفْرًا * فَأَرَدْنَا أَنْ يُبْدِلَهُمَا رَبُّهُمَا خَيْرًا مِنْهُ زَكَاةً وَأَقْرَبَ رُحْمًا)
[سورة الكهف 80 – 81]
“Mucichi immoo, haadhaa fi abbaa isaa mu’umintoota. Nutis (Yoo guddate) jallinaa fi kufriidhaan isaan haguuguu sodaanne. Gooftaan isaanii (ilma) qulqullinaan isa irra caaluu fi rahmatattis irra dhihoo ta’e bakka isaaniif buusu feene.”(Kahfi 18:80-81)

Aayatoota sadeen kana keessatti seenaa kana hubanna:-
Muusaa(a.s) Osoo Karaa Adeemaa jiruu Khadir wajjiin wal argee akka wajjiin adeemu kadhatee wajjiin adeemuu jllqaban. Osuma Wajjiin Adeemanii karaa irratti Dargaggeessa tokko argan. Khadiris Dargaggeessicha ni ajjeesa. Muusaanis Iccitiin waan hin galiniifif “Lubbuu homaa hin balleessin ajjeeftaa?” jedheen.
Reposted from:
🌿 avatar
🌿
06.05.202519:25
በቻነላችን ስም ለናንተ         ✨✨✨✨✨
የተሰጠ ስጦታ🎁              ✨✨✨✨✨

          ✍     
           የቀለም ጠብታ💧  
     
                የተሰኘውን  ይህን ምርጥ
                  ቻነል ተጋበዙልኝ🙌        

@asqelem
☆☆﷽☆☆
🪵 Gaafa masjida jum'aaf deemu....
🪵Dhiironni eega imaamni #kuxbaa jalqabee imaamaa fi mudawwaraan faayamanii ol duudan sanniinirra waan ajaa'ibu hin qabu
🪵Boo osoo galmeen kan bareedinaa fi mudawwaraan dura nama aansan tahee.....miskiinni uffatuma qabu uffatee saffaa jalqabaairra taa'u sun ni miidham ture.....
👌 Alhamdulillah garuu dubbiin akkasii miti.
🪵Nama jalqaba masjida seenetu galmeeffama malee uffataa fi imaamaan namaa bakka hun qabu.
🪵Hhhh an kan gaafii natti ta'u galmeen malaa'ikaa haa hafuu....osoo qabalee wahii eega galmeen galmaahanii waa fudhataan jiraatee....eega namni fudhatee galmeen cufame....yoo dhufte ni argattaa?!.....
🪵Kanaaf eega malaa'ikaan galmee cufatanii kuxbaa dhaggeeffachutti seenan dhuftee maali bu'aan.
🪵Of surreesi..... jalqaba irratti arkamuuf yaalii godhi..gaaf tokko mindaan isaa siif dhiyaataa.!!!

Share👇👇👇
https://t.me/Latah1T
06.05.202514:40
የትኛው ነው አምልኮ ሚገባው ⁉️ 🤔
      
“እግዚአብሔር ሰማይንና ምድርን በስድስት ቀን ስለ ፈጠረ፥
#በሰባተኛውም_ቀን_ከሥራው_ስላረፈና_ስለ_ተነፈሰ፥ በእኔና በእስራኤል ልጆች ዘንድ የዘላለም ምልክት ነው።”
  — ዘጸአት 31፥17

                        ቁርዓን
وَلَقَدْ خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا فِي سِتَّةِ أَيَّامٍ وَمَا مَسَّنَا مِن لُّغُوبٍ
ሰማያትንና ምድርን በመካከላቸው ያለውንም ሁሉ በስድስት ቀናት ውስጥ በእርግጥ ፈጠርን፡፡
#ድካምም_ምንም_አልነካንም። (📚ሱረቱል ቃፍ 38)

ሰማያትን እና ምድርን ከፈጠረ በኃላ ደክሞት ያረፈውን ወይስ ምንም ድካም ያልነካውን⁉️🤔

          መልሱን ለህሊና


   
Reposted from:
🌿 avatar
🌿
07.05.202511:16
በቻነላችን ስም ለናንተ         ✨✨✨✨✨
የተሰጠ ስጦታ🎁              ✨✨✨✨✨

          ✍     
           የቀለም ጠብታ💧  
     
                የተሰኘውን  ይህን ምርጥ
                  ቻነል ተጋበዙልኝ🙌        

@asqelem
Reposted from:
GINGILCHAA DHUGAA avatar
GINGILCHAA DHUGAA
07.05.202501:33
Haa ta’uu malee garuu Qur’aana guutuu keessatti ,Suraa Fatihaa irraa eegalee hanga suuraatu Naas iddoo jiru keessa iddoo inni “Nuti” jedhee itti dubbate hunda walitti qabnee yoo ilaalle hundinuu Tola(Ni’imaa) Rabbiin(s.w) ilmaan namaa irratti Oole “Aayatu Ni’imah” yeroo itti ibsuu fi tarreessu qofa irratti akka ta’e hubanna.

Kadhannaa fii Ibaadaa(waaqeeffanna) “Aayatu At-tohiid” ilaalchisee iddoo tokkottillee “Nuti” yookiin Nuuf sagadaa, Nu gabbaraa, Nu Abboomaa jedhee hin dubbanne. iddoo kanneen irratti Rabbiin(s.w) kan dubbate “Ana” jechuun Qofa dha. Jecha “Nuti إِنَّآ ” jedhu iddoo Tola Nama irratti Oole ittiin ibsu qofa irratti fayyadamuun isaa Guddinaa fi Kabajaa Ittiin ibsuuf ta’uun ifa dha.
Mee Akka Fakkeenyaatti Aayatoota Armaan gadii Haa ilaallu:-

√ "Aayata Ni’imaah/Waa’ee Tola Nama irratti Oolee"

Rabbiin(s.w) Iddoo Ni’imaa ilmaan namaa irratti Oole itti ibsu irratti “Nuti” Jechuu dhaan Ramaddii Tokkoffaa Danuudhaan fayyadamuun Guddinaa fii Kabajaa isaa ibsa.
Fakkeenyaaf:-
A.”Ja’alnaa Lakum” Isiniif Goone.

(وَلَقَدْ جَعَلْنَا فِي السَّمَاءِ بُرُوجًا وَزَيَّنَّاهَا لِلنَّاظِرِينَ)
[سورة الحجر16]
“Nuti Dhugumatti samii keessattis Urjiilee Gurguddaa Taasifnee, Namoota ilaalaniif ishee miidhagsiner Jirra.”(Hijir 15:16)

(وَجَعَلْنَا لَكُمْ فِيهَا مَعَايِشَ وَمَنْ لَسْتُمْ لَهُ بِرَازِقِينَ)
[سورة الحجر 20]
Ishee Keessatti Waan ittiin Jiraattanii fi waan isin isaan hin soorre (Beylafoota) isiniif goone.”(Hijir 15:20)

(وَجَعَلْنَا اللَّيْلَ وَالنَّهَارَ آيَتَيْنِ)
[سورة الإسراء 12]
“Halkanii fii Guyyaas Mallattoowwan lamaan Taasifnee jirra.”(Al Israa’ 17:12)

(وَلَقَدْ خَلَقْنَا فَوْقَكُمْ سَبْعَ طَرَائِقَ وَمَا كُنَّا عَنِ الْخَلْقِ غَافِلِينَ)
[سورة المؤمنون 17]
“Ammas dhugumatti , Nuti Gubbaa Keessanitti samii torba uumnee jirra. Nuyi Uumuu irraa kan Dagannu hin taane.”(Mu’uminuun 23:17)

B.”Khalaqnaa” Uumne.

(وَلَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنْسَانَ وَنَعْلَمُ مَا تُوَسْوِسُ بِهِ نَفْسُهُ ۖ وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنْ حَبْلِ الْوَرِيدِ)
[سورة ق 16]
“Nuti Dhugumatti Nama Uumneerra. Waan Lubbuun Isaa ityi Hasaastus ni beekna. Nuti (Beekumsa Keenyaan) hidda dhiigaa (hamaa ) irra isatti dhihoo dha.”(Qaaf 50:16)

(وَمِنْ كُلِّ شَيْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ)
[سورة الذاريات 49]
“Akka isin Gorfamtaniif waan hunda irraa Qindiiwwan uumne”(Zaariyaat 51:49)

C.”A’axeeynaa” kennine.

( إِنَّا أَعْطَيْنَاكَ الْكَوْثَرَ)
[سورة الكوثر 1]
“Nuti dhugumatti, tola guddaa siif kennineerra.”(Kawsar 108:1)

(هَٰذَا عَطَاؤُنَا فَامْنُنْ أَوْ أَمْسِكْ بِغَيْرِ حِسَابٍ)
[سوع؊ ؾ 39]
“Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhoorgadhu!”(Saad 38:39)

D.”Fa’alnaa” hojjanne.

(وَسَكَنْتُمْ فِي مَسَاكِنِ الَّذِينَ ظَلَمُوا أَنْفُسَهُمْ وَتَبَيَّنَ لَكُمْ كَيْفَ فَعَلْنَا بِهِمْ وَضَرَبْنَا لَكُمُ الْأَمْثَالَ)
[سورة إبراهيم 45]
“Manneen warra lubbuu ofii miidhanii keessaas hin jiraannee? Akkamitti akka isaanitti hojjennes ifa isiniif ta’eera. fakkeenya hedduus isiniif gooneerra”(jedhamaan).”(Ibraahim 14:45)

E.”Anzalnaa” Buufne.

(وَظَلَّلْنَا عَلَيْكُمُ الْغَمَامَ وَأَنْزَلْنَا عَلَيْكُمُ الْمَنَّ وَالسَّلْوَىٰ)
[سورة البقرة 57]
“Duumeessa isin irratti gaaddiddeessine. Mannii fi Salwiis isin irratti buufne.”(Al Baqraah 2:57)

(فَبَدَّلَ الَّذِينَ ظَلَمُوا قَوْلًا غَيْرَ الَّذِي قِيلَ لَهُمْ فَأَنْزَلْنَا عَلَى الَّذِينَ ظَلَمُوا رِجْزًا مِنَ السَّمَاءِ بِمَا كَانُوا يَفْسُقُونَ)
[سورة البقرة 59]
“Warri miidhaa hojjatan (jecha isaaniin jedhame) jecha isa isaaniin hin jedhaminitti jijjiiran. waan isaan fincilaa turaniif jecha warra miidhaa hojjetan irratti adaba samii irraa ta’e buufne.”(Al Baqaraah 2:59)

(يَا أَيُّهَا النَّاسُ قَدْ جَاءَكُمْ بُرْهَانٌ مِنْ رَبِّكُمْ وَأَنْزَلْنَا إِلَيْكُمْ نُورًا مُبِينًا)
[سورة النساء 174]
“Yaa Namaa! Dhugumatti ragaan Gooftaa keessan irraa ta’e isinitti dhufeera. Ifaa mul’ataa taasifnees gama keessanitti buufnee jirra.”(Nisaa’ 4:174)

F.”An’amnaa” Qanansiifne.
Duuti balbala namni hundi seenuudha. maal qaba silaan gandaan ergaan balbalicha seenee keessa qubadhu san beekee!. yoo waan Rabbi jaalachiisaa ture dalagaa turte gandi erga balbala saniin seentee qubattu jannata. yoo waan Rabbi jaalachiisu dalaguurraa boodatti harkifataa turte immoo ibidda.
المَوتُ بابٌ وَكُلُّ الناسِ داخِلُهُ
فَلَيتَ شِعرِيَ بَعدَ البابِ ما الدارُ

الدارُ جَنَّةُ خُلدٍ إِن عَمِلتَ بِما
يُرضي الإِلَهَ وَإِن قَصَّرتَ فَالنارُ

Yaa Rabbi TOWHIDAA fii SUNNAA irratti sabaata nuuf kenni, kheeyrii,araarama,nurraa jaalachuu keetii fii jannata keetiin nuuf goolabi!".
https://t.me/Latah1T
06.05.202518:33
┌─────────────────
|
|🕌ብዙ ሙስሊም ወንድም እና እህቶች
     የሚገኙባቸውን ቻናል ልጠቁማችሁ 🙌
🗯ስለ ቻናሎቹ ከጠየቃችሁኝ👇

🧬ኢስላማዊ አስተምህሮት 📝
🧬አጫጭር ሀዲሶች📚
🧬ቁርዓን 📖
🧬ቁርዓኖችን ያጣቀሰ መልዕክት 📜
🧬የንፅፅር ቻነሎችን 🔎
🧬ኢስላማዊ ታሪኮች📕
🧬ጥያቄ እና መልሶች ❔
🧬የተለያዩ መረጃዎች🚨

📌ሁሉንም ለማግኘት
#OPEN ⤵⤵👇
|
────────────────
ቻነል ለመሳደግ
@Selluhi
06.05.202517:13
ተንቀዥቅዠው ወደ ህይወት የገቡ ሴቶች ፀፀት!!


......የህይወቴ ኬላ..!!

የትዳርን ጣዕም ሲሰብኩ ሰምቼ፡
ወዙን ላጣጥመው በድንገት ገብቼ፡
እርቃኔን ተመለስኩ ያለኝን ሰጥቼ፡

የኔ አልበቃ ብሎ ከሰው ተበድሬ፡
ዋና እንደምትችል ሴት ገባሁ ተንደርድሬ፡
ግን አላወቅኩትም ጥልቀቱ አሰመጠኝ፡
ውሀው ተቀይሮ ጨው ሆኖ አቀለጠኝ፡
ልጅነቴን በልቶ ለበሽታ ሰጠኝ፡

በውሸታም ፍቅር አሽጎ እያኖረኝ፡
እኔ ስከንፍለት ሳላስብ ቀበረኝ፡
ስጠግን ጎጇችን ክፍተት እንዳይኖራት፡
እኔ እየለኮስኩኝ ያጠፋውን መብራት፡
በኔ ላይ አፍርሶ በሱ ልክ ሰራት፡

በስደት ስሟቅቅ ከማዳም ኩሽና፡
አለቀ ተስፋዬ ወደቀ ቁንጅና፡
ተናነቀኝ እንባ ተተካ በእርጅና፡

....ገረመኝ....

የጋራ ጎጇችን የሱ ናት ተብሎ፡
አሶሰነ በግፍ ቀብድ ተቀብሎ፡
በቅቤ ምላሱ የኔን ልብ አቃጥሎ፡
ከመኖሪያ ቤቴ ጣለኝ አንጠልጥሎ፡

በሙሀባ ሔጀ ከነሙሉ ክብሬ፡
ጎድዬ ተመለስኩ መጣሁ ተሰብሬ፡
ደፋር ማንነቴ ከበራፉ ወድቆ፡
መለሰኝ ባዶየን ውብ ማንነቴ አልቆ፡

ውስጤ ተረብሾ ነፍሴ ተሸብሮ፡
ምላሴ ተሳስሮ ልቤ ተደናብሮ፡
ፕላኔን ሰርዠ እቅዴ ተቀብሮ፡

ሁሉንም ሰጥቼው ነፍሴ ሲቀር ወጣሁ፡
በድጋሜ ስደት ተመልሸ መጣሁ፡
እስኪ እንረጋጋ ክፉ ነው ችኮላ፡
ጋዝ አለው በውስጡ እንደ ኮካኮላ፡
ስውር ነው መንገዱ እሾህ አሜኬላ፡
ይህ ነው ፈተናዬ  የህይወቴ ኬላ፡

...እህቶች ተማሩበት አትንቀዥቀዡ..!!

....በኑረዲን አል-ዓረብ...

🧳
የነብያት ፋና የአለም ብርሃን የጀነት ስንቅ
🛖
📲 አጠቃላይ ፕሮግራሞቻችን በሶሻል ሚዲያ ለመከታተል:-

🗞️ በ Telegram~Channel ⤵️
📎 🌴
የቴሌግራም ቻናል
ጀይን👇👇👇
https://t.me/teaching_of_all_prophets
https://t.me/teaching_of_all_prophets
06.05.202514:34
ተዓለው ኢላ ቢናኢ በይቲሏህ!

☪ አሰላም አለይኩም ወራህመቱላሂ
ወበረካትሁ ያጀማዓ የወሎ ዩንቨርስቲ ኮምቦልቻ ካምፓስ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ የሚንቀሳቀስበትን የአቡ ሀኒፋ መስጅድ የማደስ እና የጎደሉትን ነገሮች የማሟላት እንቅስቃሴ ጀምሯል። እስካሁን ባለው ሂደትም ወንዶች የሚሰግዱበትን ክፍል በተቻለ መልኩ ወለሉን ሊሾ የማድረግ፣ ግማሽ የሚሆነውንም ጣራ ኮርኒስ የማሰራትና ሴቶች የሚሰግዱበትን ክፍል  ዙሪያ ደግሞ ወሀ ልክ የማሰር ተግባራትን ሲያከናውን ቆይቷል። በአሁን ሰዓት ለመስጂዱ መሠራት ያለበቸው ስራዎች :- 1).ሊሾ
2).ኮርኒስ
3).የውሀ ታንከር
4).ምንጣፍ እና ሌሎችም የሚቀሩ ስራዎች አሉ። ስለሆነም እነዚህን ስራዎች ለመጨረስ እርሶም የበኩሎን እርዳታ እንዲያደርጉ በአላህ ስም እንጠይቃለን ።

ከላች የተያያዘው የመስጅዱ አሁናዊ ገፅታ ነው።

ውድና የተከበራችሁ እህትና ወንድሞች ለመልካም ስራ በር ከፋች መሆን በራሱ ሌላ ተጨማሪ ምንዳ ያስገኛል።

የአሏህ መልክተኛ (صلى الله عليه وَسَلَّمَ) እንዲህ ብለዋል:-

قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ .
[ من بنَى مسجدًا بنَى اللهُ له بيتًا في الجنَّةِ.]
የአሏህ መልክተኛ (صلى الله عليه وسلم) እንዲህ ብለዋል:-
[ መስጂድ የገነባ ሰው አላህ ለሱ ጀነት ውስጥ ቤት ይገነባለታል።]
ቲርሚዚ ዘግበውታል።
በሌላ ሀዲስ

قَالَ رَسُولُ اللهِ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ :
{ مَنْ دَلَّ عَلَى خَيْرٍ فَلَهُ مِثْلُ أَجْرِ فَاعِلِهِ }.     
‌የአሏህ መልክተኛ(صلى الله عليه وسلم) እንዲህ ብለዋል:–
[ (ሌሎችን) ወደ መልካም ነገር ያመላከተ ሰው የተገበረውን ሰው አምሳያ ምንዳ ይኖረዋል። ]ሙስሊም ዘግበውታል።

ገቢ ለማድረግ በወሎ ዩንቨርስቲ ኮምቦልቻ ካምፓስ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ ስም የተከፈቱ የባንክ አካውንቶች
          
🔷የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ
    1000 6110 322 97

🔷 ሂጅራ ባንክ 
    1005 3222 60001

አቡ-ሀኒፋ መስጅድ ብለው ገቢ ማድረግ ይችላሉ🕌

⚠️ከነዚህ ሁለት የባንክ አካውንቶች ውጪ በወሎ ዩንቨርስቲ ኮምቦልቻ ካምፓስ ሙስሊም ተማሪዎች ጀመዓ ስም የተከፈተ አካውንት የለም⚠️

የመስጂድ እድሳት ገቢ ማሰባሰቢያ ቪዲዮ እና ፅሁፉን ለሌሎች ኸይር ፈላጊ ሙስሊም ወንድሞችና እህቶች ሼር በማደረግ ኢስላማዊ ግዴታችንን እንወጣ ዘንድ በአላህ ስም እንጠይቃለን ባረከሏህ ፊኩም አጅመዒን።
Reposted from:
GINGILCHAA DHUGAA avatar
GINGILCHAA DHUGAA
07.05.202501:33
Khadiris:-“Mucaan Kaafira. Maatiin isaa immoo Mu’umintoota yoo guddate Maatii isaa akka gara Kufriitti hin dirqisiifne #Sodaanneeti.” jedheen. Gaafiin keenya Khadir ” #Sodaanne ” Yoo jedhu meeqa ta’uu isaati??. Muussaa wajjiin ta’eeti akka hin jenne muusaan isa mormaa jira malee deeggaraa hin jiru.

√Macaafa Qulqulluu irrattis:-
Wangeela Yohannisi Boq.20:Lakk.1-2 irratti akkana jedha:-
“Guyyaa jalqaba torbaniitti, [gaafa sanbata guddaa,] utuu dukkanaa’utti jiruu obboroodhaan, Maariyaam isheen Magdalaa gara awwaalichaa dhuftee, dhagichi awwaalucha ittiin cufanii turan, awwaalicha irraa akka fuudhame argite. Isheen fiigaa gara simoon Phexrosii fi gara bartuu isa kaan, isa Yesuus jaallatee dhuftee, “Goofticha Awwaala keessaa fudhataniiru, eessa akka isa kaa’anis hin #Beeknu!” jettee isaanitti himte.”
→Maariyaam “Hin Beeknu” yoo jettu meeqa ta’uu isheeti??. Dubartiiwwan biroo wajjiin waan jirtuufi akka hin jenne, macaafni immoo; “Dhuftee….,Argite….,Fiigaa…,Dhuftee…,Himte…” jedha.

Wangeela Maatewos 2:19-20 irratti immoo:-

“Yeroo Herodis Du’etti garuu ergamaan gooftaa tokko biyya Gibxiitti Abjuutti yooseefitti Mul’atee, #Warri Lubbuu muchichaa barbaadan #Du’aniiruutii , ka’i, mucichaa fii haadha isaa fudhadhuutii biyya Israa’el dhaqi! ittiin jedhe.”
→Kan Du’e Nama tokko inniis mooticha “Herodis” Ta’ee osoo jiruu Macaafni Qulqulluun maalif ” #Du’aniiru ” jedha?? Herodis Meeqa waan ta’eef??

Kanaafuu karaalee Afuran kanaan Gooftaan Keenya Allaah’n “Nuti” jedhee dubbachuun isaa “inni tokko Oli” yaada jedhu gonkumaa kan hin ibsine ta’uu waan hubanne natti fakkaata.

√Afaan Ingiliffaa keessattillee Nama tokko waamuufis ta’ee nama baay’ee waamuuf jechi nuti itti fayyadamnu “YOU” Kan jedhuu dha.Sila waamicha keenya keessatti nama tokko waamuu fi nama tokkoo Ol waamuu keenya Maaliin Adda beekna ? yoo jenne. deebiin gabaabaan akkuma fedhii nama nama waamuu barbaadeetiini kan jedhuu dha.
Eegaa Gooftaan Keenya Allah “Nuti إِنَّآ ” Yoo jedhu maal jechuu barbaadeeti yoo jennu akkuma inni nuuf hime:-

( قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ * اللَّهُ الصَّمَدُ * لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ * وَلَمْ يَكُنْ لَهُ كُفُوًا أَحَدٌ)
[سورة الإخلاص 1 – 4]
“(Yaa Muhammad s.a.w) Jedhi: “Inni Allah dha; tokkicha. Allah’n Of danda’aa Hirkoo waa hundaati. Hin dhalle, Hin Dhalannes. Hiriyyaan tokkoos isaaf hin.taane.”(Ikhlaas 112:1-4)

==========XUMURA=========
Macaafa Qulqulluu Keessattiis Taanaan Iyyesuus(a.s) kan barsiise tokkichummaa Waaqaati malee Sillaasee(sadan waaqa tokko) miti.
“Barsiisoota Seeraa keessaa tokko yeroo isaan waliin Morkatan dhaga’ee, Yesus deebii gaarii akka deebiseef yommuu arge gara isaatti dhi’aatee, “Abboomiin inni hundumaa irra caalu isa kami?” jedhee, gaafii isa gaafate. Yesuus deebisee, “Inni Hundumaa irra caalu, ‘Dhaga’i, yaa Israa’el! Gooftichi Waaqayyoo #Keenya #kophaa isaa #Gooftaa dha.Atis Waaqayyoo kee goofticha garaa kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaanis jaallachuutu siif ta’a’!” (Maarqoosi 12:28-30)

“Si Waaqayyoo isa #Tokkicha isa #Dhugaa ,Yesus Kiristos isa Ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraati”(Yohaannisi 17:3)

“Gurguddoota Yahuudaa keessaa tokko, “Yaa Barsiisaa Gaarii, jireenya bara baraatti galuudhaaf maal godhu?” jedhee isa gaafate. Yesus immoo Deebiseefii, “Maalif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa #Tokkicha malee, namni gaariin tokkollee hin jiru.”(Luqaasi 18:18-19)
<strike>~~~~~~</strike>
(وَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا)
[سورة الإسراء 81]
” “Dhugaan dhufe; Sobni Dhabame. Sobni dhabamaa ta’eera.” jedhi” (Suuraa Israa’i 17:81)

Waliif qooda jzk 🙏 #sher_sher.....
https://t.me/Gingilchaadhugaa
06.05.202519:53
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎🌸🌸


☆. 𝗶𝗹𝗺𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗛𝗮𝗮𝗹𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗜𝘀𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗤𝗼𝗼𝗱𝗮𝗺𝗮
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗞𝗮𝗻 𝗕𝗶𝘆𝘆𝗮 𝗝𝗶𝗿𝘂
2: 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗞𝗮𝗻 𝗕𝗶𝘆𝘆𝗮𝗮𝗳 𝗝𝗶𝗿𝘂
3: 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗞𝗮𝗻 𝗕𝗶𝘆𝘆𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗿𝘂

• 𝗡𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗟𝗮𝗳𝗲𝗲 𝗤𝗼𝗾𝗼𝗿𝘂 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗙𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮

1: 𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗜𝗷𝗮 𝗯𝗮𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗙𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮
2: 𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗔𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗕𝗮𝗻𝘂 𝗪𝗮𝗿𝗮𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗙𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮
3: 𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗚𝗼𝗿𝗼𝗿𝘂 𝗗𝗮𝗮’𝗶𝗺𝗮 𝗙𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮

• 𝗡𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗞𝗶𝗷𝗶𝗯𝘂 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶𝗳 𝗠𝘂𝗱𝗱𝗮𝗺𝗮

1: 𝗗𝗵𝗮𝗴𝗮𝘆𝘂𝘂𝗳 𝗠𝘂𝗱𝗱𝗮𝗺𝗮
2: 𝗛𝗶𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗠𝘂𝗱𝗱𝗮𝗺𝗮
3: 𝗕𝗼𝗼𝗱𝗮 𝗔𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗡𝗮 𝗗𝗵𝗼𝗼𝘆𝘀𝗮𝗮𝗳 𝗠𝘂𝗱𝗱𝗮𝗺𝗮

• 𝗚𝗼𝗼𝘄𝘄𝗮𝗮𝗻 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮


1: 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝗶𝗶𝗻 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂
2: 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗚𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝗶𝗻 𝗛𝗶𝗺𝘂𝘂
3: 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝘂𝗾𝗶𝗻 𝗔𝗮𝗿𝘂𝘂

•  𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶𝗻 𝗞𝗮𝗯𝗮𝗷𝘂

1: 𝗘𝗿𝗯𝗲𝗲 𝗥𝗶𝗳𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗛𝗶𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗻𝗲
2: 𝗟𝗮𝗳𝗲𝗲 𝗙𝗼𝗼𝗻 𝗛𝗶𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗻𝗲
3: 𝗙𝗼𝗼𝗻 𝗟𝗮𝗳𝗲𝗲 𝗛𝗶𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗻𝗲

• 𝗘𝗿𝗯𝗲𝗲 𝗥𝗶𝗳𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗻𝗲 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 : 𝗙𝘂𝘂𝗹𝗮 𝗜𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗦𝗶𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗝𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮

• 𝗟𝗮𝗳𝗲𝗲 𝗙𝗼𝗼𝗻 𝗛𝗶𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗻𝗲 𝗝𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 : 𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮𝗻 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗪𝗮𝗷𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝗼𝗹𝗳𝘂𝘂 𝗝𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮.

• 𝗙𝗼𝗼𝗻 𝗟𝗮𝗳𝗲𝗲 𝗛𝗶𝗻 𝗤𝗮𝗯𝗻𝗲 𝗝𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 : 𝗔𝗿𝗿𝗮𝗯𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗛𝗮𝗮𝘀𝗮𝘄𝘂𝘂 𝗝𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮.

• 𝗗𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗪𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶𝗻 𝗛𝗼𝗿𝗮𝘁𝘂


1: 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮𝗮𝗻
2: 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗢𝗯𝘀𝗮𝗮𝗻
3: 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗗𝗵𝗼𝗼𝗸𝘀𝗮𝗮𝗻

𝗬𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶 𝗪𝗮𝗮𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗦𝗮’𝗮𝗮𝗳 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗼𝗹𝗹𝗲 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗮 𝗡𝘂𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗶.


#𝐀𝐦𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐧

☆. 𝗪𝗮𝗮𝗻 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝘀𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗚𝗮𝗹𝗮𝘁𝗼𝗼𝗺𝗮𝗮 : 𝗝𝗮𝘇𝗮𝗮𝗸𝘂𝗺𝘂𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵𝘂 𝗞𝗲𝗲𝘆𝗿𝗮𝗻

𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝗻 𝗻𝘂 𝗵𝗼𝗿𝗱𝗼𝗼𝗳𝗮.


👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
( إهدنا الصراط المستقيم )

🗣️ Rabbiin dhugaa ufii jaalatu irratti akka isin tikfatu, Rabbiin kadhadhaa..!
Jallataa meeqatu osoo diinii keessaa luqqa’ee jiruu, akka waan diinii keessa jiraataa jiruutti uf yaadee, jiraachaa jira..!

Join 🫵
https://t.me/Latah1T
06.05.202514:21
‏﴿وَمَنْ أَحْيَاهَا فَكَأَنَّمَا أَحْيَا النَّاسَ جَمِيعًا﴾



Namni lubbuu baraare immoo - akka waan guutummaatti dhala namaa oolcheetti.
Shown 1 - 24 of 449
Log in to unlock more functionality.