Reposted from:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

04.05.202518:51
𝗔𝘀𝘀𝗮𝗹𝗮𝗮𝗺𝘂 𝗔𝗹𝗮𝘆𝗸𝘂𝗺 𝗪𝗮𝗿𝗮𝗵𝗺𝗮𝘁𝘂𝗹𝗹𝗮𝗵𝗶 𝗪𝗮𝗯𝗮𝗿𝗮𝗸𝗮𝗮𝘁𝘂𝘂.
#𝐎𝐃𝐔𝐔_𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚!
#𝗦𝗵𝗲𝗶𝗸𝗵_𝗔𝗯𝗱𝘂𝘂𝗹𝗵𝗮𝗮𝗸𝗶𝗶𝗺_𝗦𝗵𝗲𝗶𝗸𝗵_𝗠𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱_𝗕𝗮𝘀𝗵𝗶𝗶𝗿
☆. 𝗔𝗮𝗹𝗶𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗚𝗼𝗱𝗶𝗶𝗻𝗮 𝗔𝗿𝘀𝗶𝗶 𝗠𝗮𝗴𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗔𝘀𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗻𝗶𝗶𝗱𝗵𝗮 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗜𝘀𝗮𝗮𝗻𝗶𝘁𝗶 𝗳𝗶 𝘃𝗶𝗱𝗲𝗼 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝗻𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗟𝗶𝗻𝗸 𝗸𝗮𝗻 𝗷𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮
👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
🦋@Caayaadiinaalislaam🦋
🦋@Caayaadiinaalislaam🦋
🦋@Caayaadiinaalislaam🦋
#𝐎𝐃𝐔𝐔_𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚!
☆. 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗦𝗵𝗲𝗶𝗸𝗵 𝗞𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮
#𝗦𝗵𝗲𝗶𝗸𝗵_𝗔𝗯𝗱𝘂𝘂𝗹𝗵𝗮𝗮𝗸𝗶𝗶𝗺_𝗦𝗵𝗲𝗶𝗸𝗵_𝗠𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱_𝗕𝗮𝘀𝗵𝗶𝗶𝗿
☆. 𝗔𝗮𝗹𝗶𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗚𝗼𝗱𝗶𝗶𝗻𝗮 𝗔𝗿𝘀𝗶𝗶 𝗠𝗮𝗴𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗔𝘀𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗻𝗶𝗶𝗱𝗵𝗮 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗜𝘀𝗮𝗮𝗻𝗶𝘁𝗶 𝗳𝗶 𝘃𝗶𝗱𝗲𝗼 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝗻𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗟𝗶𝗻𝗸 𝗸𝗮𝗻 𝗷𝗼𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮 𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮
👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
✦ 𝗩𝗶𝗱𝗲𝗼 𝗔𝗷𝗮𝗮'𝗶𝗯𝗮𝗮𝘁𝗶✦
🦋@Caayaadiinaalislaam🦋
🦋@Caayaadiinaalislaam🦋
🦋@Caayaadiinaalislaam🦋
03.05.202522:24
ʿAbdullāh ibn ʿUmar رضي الله عنه Mujāhidiin akkana jedhe :
قال عبد الله بن عمر رضي الله عنه لمجاهد : يا مجاهد، إذا أصبحت فلا تحدث نفسك بالمساء، وإذا أمسيت فلا تحدث نفسك بالصباح، وخذ من حياتك كبل مماتك، ومن صحتك قبل سقمك، فإنك لا تدري ما اسمك غدا
Yaa Mujāhid ganama yeroo hirribaa kaatu, galgalaaf hin yaadda’in, galgala yoo geessu, ganamaaf hin yaadda’in. Sababni isaa Boru maqaan kee maal akka ta'u waan hin beekneef, du'a kee dura jireenya keetti, dhukkuba kee dura immoo fayyaa keetti fayyadami.
تنبيه الغافلين (565) .
React
33 33 33
👏 👍 ❤
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99

➥JOIN &SHARE: US 👇👇👇👇👇
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99
01.05.202516:04
2⃣6⃣Kadhannaan(Du'aa'iin) Rabbiif gad of qabuu hin qabnee fi ijji imimmaan hin qabne mallattoo hanqina Iimaanaati — kanaafuu hanqina kana ofirraa baasi.
2⃣7⃣Nama akka hin miine, namarraa of eeggannoo guddaa godhi.
2⃣8⃣ (Orijinaalaan darb)nama bareedaa ta'ii darbi .
2⃣9⃣Jaalalli kee inni dhugaa Rabbii fi Ergamaa Isaa (SAW) qofaaf ta’uu qaba; garuu uumamaaf gara laafina fi amala gaarii agarsiisi.
3⃣0⃣ Warra si boodaa si hamataniif dhiifama godhi — hojii gaarii isaanii siif kennaa jiru waan ta’eef.
3⃣1⃣Ibidda Jahannam yaadadhu,sababni isaas Namni Jahannam yaadatu cubbuu irraa fagaachuun itti salphata waan ta’eef.
3⃣2⃣ Akkuma halkan tokko baraan hin turre sanatti, duumessi gaddaa fi yaaddoo keetiis ni qulqullaa’a, rakkinnis gara salphaatti ni jijjiirama INSHAA'ALLAAH.
3⃣3⃣Falmii bu’aa hin qabne dhaabi — wantoota gurguddoon ati galmaan ga’uu qabdutu jira waan ta’eef.
3⃣4⃣Kadhannaa(du'aa'ii) naamunsaa fi tasgabbiidhaan kaladhadhu.
3⃣5⃣ Yeroo hunda Qur’aana bakka siif qaqqabammutti qabadhu — aayata tokko qara’uun kee illee waan addunyaa kanarra jiru hunda caalaa siif gaariidha waan ta’eef.
3⃣6⃣Bareedinni jireenyaa amantii dhugaa keessa jira — osoo amantiin hin jiraannee namni du’e maaliif deebi’uu barbaada? Du'a booda Faayidaa sadaqaa ni argu waan ta'eef yeroo xiqqoodhaaf addunyaabirratti deebi'anii sadaqachuu hawwu. Kanaafuu mee ati amma osoo lubbuun jirtuu sadaqaa kenni — Rabbiin Guyyaa Qiyaamaa guyyaa aduun baay’ee ho'itu sana Gaaddisa sadaqaa isaa jala si kaa'aa.
✍AbdulRahiim Muhammad Ahmad
👏Waan obsaan dubbiftanii xumurtaniif galatoomaa.👏
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
30.04.202518:49
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐚𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮. 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐢𝐫𝐪𝐚𝐧𝐚 𝐍𝐮𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟 𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐭𝐚𝐧 𝐈𝐬𝐢𝐧 𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺَ 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧:
"𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚"
𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐆𝐎𝐂𝐇𝐔𝐔𝐍 𝐍𝐔 𝐇𝐎𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀
☞︎︎︎ 𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 ☜︎
𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮
===================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐫𝐚🥰
☪️☪️☪️🕌🕌🕌☪️☪️☪️
𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐃𝐢𝐫𝐪𝐚𝐧𝐚 𝐍𝐮𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟 𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐭𝐚𝐧 𝐈𝐬𝐢𝐧 𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺَ 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧:
"𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚"
𝐉𝐎𝐈𝐍 𝐆𝐎𝐂𝐇𝐔𝐔𝐍 𝐍𝐔 𝐇𝐎𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀
☞︎︎︎ 𝐣𝐨𝐢𝐧 & 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 ☜︎
𝐆𝐨𝐝𝐡𝐮𝐧 𝗡𝘂 𝗝𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮
===================
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
30.04.202511:02
قال العَلَّامَةُ الشَّيْخُ مُحَمَّدُ بن سَعِيد رَسْلَان -حفظه الله تعالى: :
:
“Islaamummaan amantii Rabbiin Nama dachii Isaa irratti uumame hundaaf filateedha, Rabbiin islaamummaa waa hundaan guute,Rabbiin amantii biraa nama kamirraayyuu hin qeebalu.”
“Islaamummaan,waamicha tokkichummaa fi dhugaa isaati, Rabbiin qofti akka gabbaramu, akkasumas ibaadaa Rabbii malee kan biraa hundi akka didamuudha.”
“Islaamummaan labsii ‘Rabbiin malee Rabbiin gabbaramuu malu kan biraa hin jiru jechuuti,’ Rabbii isa samii fi dachii, Jannataa fi Jahannam uume,isa Kitaabota buuse,isa Ergamtoota erge”
“Islaamummaaf jecha gabaan jihaadaa hundeeffame, ibiddi waraanaa loltoota Rabbiitii fi loltoota sheyxaana gidduutti boba’e(qabsiifame),” .
“Islaamummaaf jecha, Rabbiin Qiyaamaa ni dhaaba, miizaanni ni kaa’ama, kitaabni ni hirama;”
“gareen kaan galmee isaanii harka mirgaa, kaan immoo galmee isaanii dugda isaanii duubaan ni fudhatu.”
دعَائِمُ مِنهَاجِ النُّبُوَّةِ (٩)
Da’a’imu Minhaj al-Nubuwwah, 10
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
Sheek Muhammad Saiid Raslan (Rabbiin isa haa eeguu) akkana jedhan
:
“الإسْلَامُ هُوَ الدِّينُ الذِي رَضِيهُ اللَّهُ لِخَلْقِهِ فِي أَرْضِهِ، أَكْمَلَهُ اللَّهُ، وَلَا يَقْبَلُ مِنْ أَحَدٍ دِينًا سِوَاهُ،
“Islaamummaan amantii Rabbiin Nama dachii Isaa irratti uumame hundaaf filateedha, Rabbiin islaamummaa waa hundaan guute,Rabbiin amantii biraa nama kamirraayyuu hin qeebalu.”
وَهُوَ دَعْوَةُ التَّوحِيدِ وَحَقِيقَتُهُ؛ لِكَيْ يُعْبَدَ اللَّهُ وَحْدَهُ، وَيُكْفَرَ بِكُلِّ مَا يُعْبَدُ مِنْ دُونِهِ،
“Islaamummaan,waamicha tokkichummaa fi dhugaa isaati, Rabbiin qofti akka gabbaramu, akkasumas ibaadaa Rabbii malee kan biraa hundi akka didamuudha.”
وَهُوَ حَقِيقَةُ لَا إِلٰهَ إِلَّا اللَّهُ، الَّتِي لِأَجْلِهَا خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ، وَالْجَنَّةَ وَالنَّارَ، وَأَنْزَلَ الْكُتُبَ، وَأَرْسَلَ الرُّسُلَ،
“Islaamummaan labsii ‘Rabbiin malee Rabbiin gabbaramuu malu kan biraa hin jiru jechuuti,’ Rabbii isa samii fi dachii, Jannataa fi Jahannam uume,isa Kitaabota buuse,isa Ergamtoota erge”
وَلِأَجْلِهَا نُصِبَتْ سُوقُ الجِهَادِ، وَاسْتَعَرَتْ نِيرَانُ الْحَرْبِ بَيْنَ جُندِ الرَّحْمَنِ وَجُندِ الشَّيْطَانِ،
“Islaamummaaf jecha gabaan jihaadaa hundeeffame, ibiddi waraanaa loltoota Rabbiitii fi loltoota sheyxaana gidduutti boba’e(qabsiifame),” .
وَلِأَجْلِهَا يُقِيمُ اللَّهُ تَعَالَى السَّاعَةَ، وَتُنصَبُ الْمَوَازِينُ، وَتَتَطَايَرُ الصُّحُفُ؛
“Islaamummaaf jecha, Rabbiin Qiyaamaa ni dhaaba, miizaanni ni kaa’ama, kitaabni ni hirama;”
فَآخِذٌ بِيَمِينِهِ مِنْ أَمَامِهِ، وَآخِذٌ بِشِمَالِهِ مِنْ وَرَاءِ ظَهْرِهِ.”
“gareen kaan galmee isaanii harka mirgaa, kaan immoo galmee isaanii dugda isaanii duubaan ni fudhatu.”
دعَائِمُ مِنهَاجِ النُّبُوَّةِ (٩)
Da’a’imu Minhaj al-Nubuwwah, 10
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
Reposted from:
Turullee Dhugatu Mo'ata

27.04.202516:20
#Namoonni dhibba Shanii ol (500 ol) Islaamummaa fudhatan.
Kibba Itiyoophiyaa, Godina Daasinechi Ganda #Bufbuf keessatti guyyaa 15/08/2017 (23/04/2025) namoonni #dhibba_Shanii_ol (500 ol) Islaamummaa fudhatan.
Namni Miseensa dhaabbataa Yoona-Yaanaa ta'uun ergaa Rabbiitii fi ergamaa isaa Addunyaan gahuu barbaaddan (#miseensummaan #irra_xinnaan waan woggaa #birrii_365 irraa eegaluun) hirmaachuu dandeessu. 👇
Laakkofsa akkaawontii:-
Baankii Hijraa
1008113240001
Baankii Raammis
1010000061101
Baankii Daldalaa
1000668868723
#Yona_Yana Unity Development charity Organization.
Odeefannoo dabalataatiif laakkofsa bilbilaa:-
0913514314
0977717071
Cufa nama yaada kana dubbisee sagalee tana #dhageeffatee akkasuma saahiba isaatiif #sheer_taasisee Rabbiin qubsuma isaa Firdoosiin haa taasisuu.
Liinkii garee Telegram Yoona-Yaanaa 👇👇👇
https://t.me/+Qz_FvuM7ZOdmOTVk

04.05.202512:49
𝑨𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉 𝒚𝒐𝒐 𝒕𝒐𝒍𝒕𝒖𝒖 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒆...🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
قال الإمام ابن الجوزي رحمه الله- :
( إذا أراد الله بعبده خيرًا يسر لسانه للصلاة على محمد ﷺ )
«𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊 𝒈𝒂𝒓𝒃𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇 𝒚𝒐𝒐 𝒕𝒐𝒍𝒕𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒆 𝒂𝒓𝒂𝒃𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒊𝒏𝒏𝒊 𝑴𝒖𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅 ﷺ 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑺𝒂𝒍𝒂𝒘𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒃𝒖𝒖𝒔𝒖 𝒍𝒂𝒂𝒇𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇»
📚 "بستان الواعظين" ( ١/٣٠٠)
▪️قال الإمام ابن القيّم رحمه الله :
(لَو صلّي العبد على النبي ﷺ بِعَدَد أنفاسه لم يكن موفّيا لِحقِّه)
“𝑶𝒔𝒐𝒐 𝒈𝒂𝒃𝒓𝒊𝒄𝒉𝒊 𝒉𝒂𝒈𝒂 𝒉𝒂𝒇𝒖𝒖𝒓𝒂 𝒃𝒂𝒂𝒇𝒂𝒕𝒖𝒖𝒏, 𝒏𝒂𝒃𝒊𝒚𝒚𝒊𝒊 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒘𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒃𝒖𝒖𝒔𝒆𝒆 𝒉𝒂𝒒𝒂 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒖”
📚 جلاء الأفهام : (344)
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
03.05.202517:30
#𝑵𝒂𝒃𝒊𝒊_𝑴𝒖𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅ﷺ 𝑬𝒆𝒏𝒚𝒖 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏? - 𝑾𝒂𝒍 𝒉𝒂𝒂 𝒀𝒂𝒂𝒅𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒇𝒏𝒖𝒖 𝑫𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒕𝒖 𝒎𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒃𝒂𝒉𝒊𝒏،،،،،،🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸
1. 𝑴𝒖𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅
2. 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍𝒍𝒂𝒉
3. 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒍 𝑴𝒖𝒙𝒙𝒂𝒍𝒊𝒃
4. 𝑯𝒂𝒂𝒔𝒉𝒊𝒎
5. 𝑨𝒃𝒅𝒖 𝑴𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇
6. 𝑸𝒖𝒔𝒂𝒚
7. 𝑲𝒊𝒍𝒂𝒂𝒍𝒊𝒃
8. 𝑴𝒖𝒓𝒓𝒂𝒂𝒉
9. 𝑲𝒂'𝒂𝒃
10. 𝑳𝒖'𝒂𝒚
11. 𝑮𝒉𝒂𝒍𝒊𝒃
12. 𝑭𝒊𝒉𝒊𝒓
13. 𝑴𝒂𝒂𝒍𝒊𝒌
14. 𝑵𝒂𝒂𝒅𝒊𝒓
15. 𝑲𝒊𝒏𝒂𝒂𝒏
16. 𝑲𝒉𝒖𝒛𝒆𝒚𝒎𝒂𝒂
17. 𝑴𝒖𝒅𝒓𝒊𝒌𝒂𝒂𝒉
18. 𝑰𝒍𝒊𝒚𝒂𝒂𝒔
19. 𝑴𝒖𝒅𝒂𝒓
20. 𝑵𝒊𝒛𝒂𝒂𝒓
21. 𝑴𝒂'𝒂𝒅
22. 𝑨𝒅𝒏𝒂𝒂𝒏
23. 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒇𝒖𝒇𝒂...
☆. 𝑯𝒂𝒂𝒕𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊ﷺ 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒘𝒂𝒉𝒉𝒂𝒂𝒃 𝒊𝒃𝒏𝒖 𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒎𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒊𝒃𝒏𝒖 𝒛𝒂𝒉𝒓𝒂𝒉
☆. 𝑯𝒐𝒋𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊ﷺ𝒌𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒕𝒊𝒌𝒔𝒆𝒆 🐪🐐
𝑺𝒂𝒏 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝒏𝒊 𝒅𝒂𝒍𝒅𝒂𝒍𝒖 𝑵𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂𝒅𝒆𝒆 𝒕𝒖𝒓𝒂𝒏 𝑫𝒉𝒖𝒎𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 خاتم الانبياء والمرسلين 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒕𝒖𝒎𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒕𝒂'𝒂𝒏 𝑵𝒂𝒃𝒊𝒚𝒚𝒊𝒊 𝒅𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎 𝒔𝒂𝒚𝒚𝒊𝒅𝒂 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂𝒇𝒊𝒊 𝒌𝒂𝒏 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂𝒂ﷺ
☆. #𝑵𝒂𝒃𝒊𝒊_𝑴𝒖𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅ﷺ 𝒛𝒂𝒎𝒂𝒏𝒂🦣 𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒎𝒖 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒏. 𝑨𝒌𝒌𝒂 𝒍𝒂𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒇𝒔𝒂 𝑨𝒘𝒓𝒐𝒐𝒑𝒑𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂 570 𝒕𝒕𝒊. 𝑩𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒊'𝒖𝒍 𝒂𝒘𝒘𝒂𝒍 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒘𝒊𝒙𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒏. 𝑩𝒂𝒌𝒌𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒏 𝑴𝒂𝒌𝒌𝒂 𝑨𝒍 𝒎𝒖𝒌𝒂𝒓𝒓𝒂𝒎𝒂 𝒂𝒄𝒉𝒖𝒎𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒕𝒂𝒏 𝒉𝒂𝒏𝒈𝒂 𝒖𝒎𝒓𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 53 𝒈𝒂𝒉𝒖𝒕𝒕𝒊
☆. 𝑺𝒂𝒏 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂ﷺ𝒏𝒊 𝒈𝒐𝒅𝒂𝒂𝒂𝒏 𝒉𝒊𝒋𝒓𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝒎𝒂𝒅𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒂𝒏𝒈𝒂 𝒖𝒎𝒓𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 63 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 𝑴𝒂𝒅𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂
💦𝑯𝒂𝒂𝒕𝒊 𝒎𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 امهات المؤمنين رضي الله عنهما
1. 𝑲𝒂𝒅𝒊𝒊𝒋𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒌𝒖𝒘𝒆𝒆𝒚𝒍𝒊𝒅
2. 𝑺𝒐𝒘𝒅𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒛𝒂𝒎'𝒂𝒂
3. 𝑨𝒂𝒚𝒊𝒔𝒉𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝑨𝒃𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒌𝒓𝒊𝒊
4. 𝑯𝒂𝒇𝒔𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒖𝒎𝒂𝒓 𝒊𝒃𝒏𝒖 𝒌𝒉𝒂𝒙𝒙𝒂𝒂𝒃
5. 𝑼𝒎𝒎𝒖 𝒔𝒂𝒍𝒎𝒂𝒂
6. 𝑱𝒖𝒘𝒆𝒓𝒊𝒚𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒉𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔
7. 𝑼𝒎𝒎𝒖 𝒉𝒂𝒃𝒊𝒊𝒃𝒂𝒂
8. 𝒁𝒆𝒚𝒏𝒂𝒃 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒋𝒂𝒉𝒔𝒉𝒊𝒊
9. 𝑺𝒂𝒇𝒚𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒉𝒚𝒂𝒂
10. 𝒁𝒆𝒚𝒏𝒂𝒃 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝑲𝒖𝒛𝒆𝒆𝒚𝒎𝒂𝒂
11. 𝑴𝒆𝒚𝒎𝒖𝒖𝒏𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒏𝒕 𝒉𝒂𝒂𝒓𝒊𝒔
12. 𝑴𝒂𝒂𝒓𝒊𝒚𝒂 𝒂𝒍 𝒒𝒂𝒃𝒙𝒊𝒚𝒚𝒊𝒊
💦𝑰𝒍𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒓𝒂𝒂 الابناء الذكور
1. 𝑸𝒂𝒂𝒔𝒊𝒎
2. 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒉
3. 𝑰𝒃𝒓𝒂𝒂𝒉𝒊𝒎
💦𝑲𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒃𝒂𝒓𝒂𝒂💦
1. 𝒁𝒆𝒚𝒏𝒂𝒃𝒂
2. 𝑹𝒖𝒒𝒊𝒚𝒚𝒂𝒂
3. 𝑼𝒎𝒎𝒖 𝒌𝒖𝒍𝒔𝒖𝒎
4. 𝑭𝒂𝒂𝒙𝒊𝒎𝒂𝒂
☆. 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖'𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊𝒕𝒊𝒔 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒊𝒊'𝒖𝒍 𝒂𝒘𝒘𝒂𝒍 12 𝒉𝒊𝒋𝒓𝒂𝒂 11𝒕𝒂'𝒆
☆.𝑺𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒃𝒊𝒚𝒚𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒘𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒖𝒖𝒔𝒂𝒂ﷺ
🥰🥰 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒅𝒉𝒖 🥰🥰
☆.#𝑽𝒊𝒅𝒆𝒐_𝑺𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂_𝑵𝒂𝒃𝒊_𝑴𝒖𝒉𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒏 𝑳𝒊𝒏𝒌 𝒌𝒂𝒏 𝒋𝒐𝒊𝒏 𝒈𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒄𝒉𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒖𝒇𝒊𝒌𝒖𝒎
👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
01.05.202515:59
1⃣5⃣Warra(maatii) keetiif iddoo guddaa kenni — akka godhii Rabbii(ni'imaa)olaanaatti isaan ilaali. Gammachuun maatii keetii kan isaan sirraa gammadan,gara gammachuu Rabbiitti si geessa waan ta’eef.
1⃣6⃣ Uffanni kee inni dulloomaan hiyyeessaaf akka haaraa tii beekhi.
1⃣7⃣ Jireenyi garmalee gabaabaa dha — hin aarin, haaloo jireenyaa garaatti qabatin, hariiroo obbolummaa hin miidhin.
1⃣8⃣Deeggarsa isa Humna qabeessaa fi Dhiyeessaa waa hundaa Rabbiin qabda, kanaaf Isatti abdadhuu gammadi.
1⃣9⃣Cubbuun kee baay'atee Rabbiin du'aa'ii kee qeebaluu irraa akka hin uggurre eeggadhu.
2⃣0⃣ Rakkoo, dadhabbii, fi itti gaafatamummaa keessatti, salaanni (salaah) deeggaraa kee tii — itti hirkadhuu.
2⃣1⃣Shakkii irraa fagaadhu, nama biraatiif jajjabina fidi. Yeroo sana atilleen jajjabina keessa jiraatta waan ta’eef.
2⃣2⃣ Yaaddoo fi gaddi hundinuu Gooftaa kee irraa fagaachuuf Sababa siif hin ta'u— kanaafuu ati fageenya sana dhabamsiisi.
2⃣3⃣Kadhannaa Rabbii keetii(Du'aa'ii)irratti cimi. — awwaalaa fi Aahkira kee keessattis inni si waliin deema waan ta’eef.
2⃣4⃣Dugda duubaa(hamii) hin dhaggeeffatin ammas irra deebi'een siin jedhaa hin dhaggeeffatin. Namoonni biroos akkuma kee akka hin hojjenne dhorki.
2⃣5⃣Hirriiba kee dura suuraa Al-Mulk qara’uun mala fayyinaa siif ta’a.
To be continued....
https://t.me/dhugaadhuma99
30.04.202511:04
[Beekaan Jecha isaa Gochaan Walsimsiisa —
Badii Obboleeyyan isaa Dhoksaa fi Gaarii Isaa Yaada].
Hayyuun saayinsii Islaamaa bal’aan, ʿAbd al-Raḥmān ibn Nāṣir al-Saʿdī (رحمه الله) akkana jedhan:
“وَبِالْجُمْلَةِ، فَالْوَاجِبُ عَلَى أَهْلِ الْعِلْمِ وَغَيْرِهِمُ السَّعْيُ فِي مَعْرِفَةِ الْحَقِّ، ) وَالِاجْتِهَادُ فِي تَنْفِيذِهِ وَالْعَمَلِ بِهِ، وَالتَّعَاوُنُ عَلَى ذٰلِكَ.
“Gabaabumatti, namoota beekumsaa(beekaa) fi namoota biroo irrattis dirqamni jiru, dhugaa barbaaduu keessatti carraaquu, isa argatan hojiirra oolchuuf carraaqqii gochuu, waan barbaadan sana irratti hojjechuu fi isa irratti tumsuun dirqama.
وَأَنْ يُحِبَّ أَحَدُهُمْ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ، سَوَاءٌ وَافَقَهُ أَوْ خَالَفَهُ، فَكَمَا أَنَّهُ إِذَا وَقَعَ مِنْهُ خَطَأٌ وَزَلَلٌ لَمْ يُحِبَّ اطِّلَاعَ أَحَدٍ عَلَيْهِ، بَلْ يَحْرِصُ عَلَى سَتْرِ نَفْسِهِ؛ فَكَذٰلِكَ يَنْبَغِي أَنْ يُنَزِّلَ أَخَاهُ مِنْهُ بِهٰذِهِ الْمَنْزِلَةِ.
Akkasumas namni tokko obboleessa isaaf waan ofii isaatiif jaallatu jaallachuu qaba, hiriyaan isaa waan sanatti kan walii galuus ta’ee,walii hin galles. Akkuma namni tokko dogoggora yeroo raawwatu, namni tokkollee akka isa saaxilu hin barbaanne, waan godhu yeroo dhabe,dogoggora ofii sana dhoksuuf carraaqqii guddaa gocha.
—akkasumatti obboleessa isaas haala isaan wal fakkaatuun ilaaluu qaba.
وَأَنْ يَحْمِلَ مَا يَصْدُرُ مِنْهُ عَلَى أَحْسَنِ الْمَحَامِلِ، فَإِنَّ الْجَزَاءَ مِنْ جِنْسِ الْعَمَلِ، فَمَنْ كَانَ مَعَ إِخْوَانِهِ هٰكَذَا سَتَرَ اللَّهُ عَلَيْهِ بِأَسْبَابٍ يَعْلَمُهَا وَأَسْبَابٍ لَا يَعْلَمُهَا، سَتْرًا لَا يَحْصُلُ لِمَنْ لَمْ يَكُنْ بِهٰذِهِ الْمَثَابَةِ، فَكَمَا تَدِينُ تُدَانُ، جَزَاءً وِفَاقًا.”
Waan isa irraa dhufu immoo haala gaarii ta’een hiikuu qaba. Sababni isaas, mindaan keetii gosa hojii kee sanaa wajjin tokko waan ta’eef. Namni obboloota isaa wajjin haala kanaa amala qabaate, Rabbiin karaa inni beekuu fi karaa inni hin beekneen badii isaa irraa dhoksa, Akkuma isin nama irratti murteessitaniin, isinittis faradama/murteeffama—galanni kun badhaasa sirrii dha.”
📚– Al-Majmūʿ li Ibnu Saadi, 26/77
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
Reposted from:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

28.04.202519:47
🌴𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐰𝐚𝐚𝐧 #4 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢, 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 13 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐭𝐢!🌱🌱🌱🌱
1. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚
2. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚
3. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚𝐭𝐢
4. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢.
🌴𝐓𝐚𝐤𝐤𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 13 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐭𝐢.🌷🌷🌷
1. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐠𝐨𝐫𝐬𝐢𝐭𝐮 𝐚𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
2. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐨𝐨𝐜𝐡𝐮 𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
3. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐫𝐢𝐟𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
4. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐮𝐦𝐬𝐢𝐭𝐮 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
5. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐜𝐡𝐢𝐭𝐮 𝐢𝐟𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢.
6. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐮𝐭𝐮𝐛𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
7. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐨𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
8. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐮 𝐢𝐥𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
9. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐟𝐭𝐮 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
10. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐪𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐃𝐨𝐤𝐭𝐨𝐫𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
11. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐫𝐚𝐟𝐭𝐮 𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
12. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐈𝐥𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐠𝐨𝐬𝐚 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢
13. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐢𝐣𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐝𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢.
𝐎𝐝𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐧𝐤 𝐚𝐬𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮🌱🌱🌱🌱🌱
#𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮_𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢_𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐢𝐢!❤
🌴 @Caayaadiinaalislaam
27.04.202516:06
Gufuuwwan, Rakkoon, Qormaatni, Kun tokkolleenuu, seenaan kee xumurame jechuu mitii beekhi. Boqonnaawwan dabalataa si eegaa jiru. Waan dhufutu caalaa waan darbee gaarii ta’a jedhii yaada gaarii qabaadhu.
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
Reposted from:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

03.05.202523:19
☆. 𝗗𝘂'𝗮𝗮'𝗶𝗶 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶 𝗻𝘂𝗳 𝗵𝗮𝗮 𝗤𝗲𝗲𝗯𝗮𝗹𝘂 !!
# 𝗔𝗺𝗶𝗶𝗶𝗶𝗻 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗮 🤲
☆. 𝐁𝐢𝐬𝐦𝐢𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐀𝐫𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐚𝐧𝐢 𝐀𝐫𝐫𝐚𝐡𝐢𝐢𝐦
𝐀𝐥𝐡𝐚𝐦𝐝𝐮𝐥𝐢𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐥 𝐀𝐚𝐥𝐚𝐦𝐢𝐢𝐧
𝐖𝐚𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐖𝐚𝐬𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐢𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢
[𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐀𝐥𝐞𝐞𝐲𝐡𝐢 𝐖𝐚𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦]
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝑲𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝑫𝒊𝒍𝒊𝒊 𝒕𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒂𝒓𝒂𝒂𝒓𝒂𝒎𝒊
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊 𝒅𝒂𝒍𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒏𝒖𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒒𝒆𝒆𝒃𝒂𝒍𝒊
☆𝒀𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊 𝒂𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒊𝒓𝒖𝒖 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝑵𝒖 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒄𝒉𝒊𝒔𝒊
☆𝑨𝒂𝒌𝒉𝒊𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒋𝒂𝒏𝒏𝒂𝒕𝒖𝒍 𝑭𝒊𝒓𝒅𝒐𝒐𝒘𝒔𝒊𝒊𝒏 𝒏𝒖 𝒒𝒂𝒏𝒂𝒏𝒊𝒊𝒔𝒊
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒏𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒂 𝒃𝒂𝒅𝒆 𝑵𝒖𝒖𝒇 𝑴𝒖𝒍𝒍𝒊𝒔𝒊
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒏𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒈𝒂𝒂𝒕𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒅𝒉𝒊𝒉𝒆𝒆𝒚𝒔𝒊
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊 𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒆𝒆𝒕𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒖’𝒖 𝒏𝒖 𝒕𝒂𝒂𝒔𝒊𝒔𝒊.
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊 𝑹𝒊𝒛𝒒𝒊𝒊 𝒏𝒖𝒕𝒕𝒊 𝒃𝒂𝒍𝒍𝒊𝒔𝒊
☆𝑲𝒉𝒆𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒍𝒂𝒈𝒖𝒖 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒍𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒔𝒊𝒊
☆𝑺𝒉𝒂𝒎𝒂𝒓𝒓𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒇 𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒊
☆𝑫𝒉𝒖𝒌𝒌𝒖𝒃𝒔𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑲𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒊𝒔𝒊
☆𝑲𝒂𝒏 𝒏𝒖𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑨𝒂𝒌𝒉𝒊𝒓𝒂𝒎𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂𝒂𝒇 𝑹𝒂𝒉𝒂𝒂𝒎𝒂𝒕𝒂 𝑵𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒊
☆𝑯𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒂𝒃𝒃𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒕𝒐𝒍𝒊
𝑰𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒕𝒆𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝑵𝒖𝒖𝒇 𝑳𝒂𝒂𝒇𝒇𝒊𝒔𝒊.
☆𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒔𝒊 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒒𝒆𝒆𝒃𝒂𝒍𝒊
☆𝑻𝒂𝒏 𝒏𝒖𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒆 𝒂𝒕𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒊.
# 𝐀𝐦𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐦𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐧 𝐘𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐘𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐡.
🌲 @Caayaadiinaalislaam
🌲 @Caayaadiinaalislaam
🌲 @Caayaadiinaalislaam
02.05.202504:53
♥️𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒆𝒚𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒂𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒂𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖♥︎
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
𝑲𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝑱𝒖𝒎'𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒉𝒆𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒆.
☆. 𝑸𝒂𝒂𝒎𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒒𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
☆. 𝑸𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒒𝒐𝒓𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
☆. 𝑺𝒉𝒊𝒕𝒕𝒐𝒐(𝑼𝒓𝒈𝒐𝒐𝒇𝒕𝒖𝒖) 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒎𝒖𝒖👉𝒅𝒉𝒊𝒊𝒓𝒂 𝒒𝒐𝒇𝒂𝒂𝒇
☆. 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝒎𝒂𝒔𝒋𝒊𝒊𝒅𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒖𝒖
☆. 𝑺𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂 𝑨𝒍𝒌𝒉𝒂𝒉𝒂𝒇 𝒒𝒂𝒓𝒂'𝒖𝒖
☆. 𝑬𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊(𝑺 𝑨 𝑾) 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒘𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
☆. 𝑼𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒃𝒂𝒃𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒂𝒂 𝒖𝒇𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
☆. 𝑫𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
☆. 𝑺𝒂𝒅𝒂𝒒𝒂𝒂(𝑲𝒆𝒏𝒏𝒂𝒂) 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
🌹𝑾𝒂𝒍𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒉𝒆𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒂𝒎𝒐𝒐(𝒔𝒉𝒂𝒓𝒓𝒊𝒊) 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒈𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒋𝒖𝒎'𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒏𝒖𝒖!!!!!!!!!
🌹𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒋𝒖𝒎'𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒖𝒎𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒇 𝒏𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒉𝒂𝒂 𝒃𝒖𝒖𝒔𝒖 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒂𝒕𝒐𝒐 𝑫𝒖𝒂𝒂𝒊𝒊 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂!!!
صلی الله علیه وسلم
😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
♥︎🍇𝑱𝑼𝑴'𝑨𝑨 𝑴𝑰𝑳𝑲𝑨𝑨'𝑰𝑵𝑨𝑨🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
𝑲𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒄𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒃𝒂𝒋𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝑱𝒖𝒎'𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒌𝒉𝒆𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒆.
𝑺𝒖𝒏𝒏𝒂𝒂𝒘𝒘𝒂𝒏 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒋𝒖𝒎'𝒂𝒂🌹
☆. 𝑸𝒂𝒂𝒎𝒂 𝒅𝒉𝒊𝒒𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
☆. 𝑸𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒒𝒐𝒓𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
☆. 𝑺𝒉𝒊𝒕𝒕𝒐𝒐(𝑼𝒓𝒈𝒐𝒐𝒇𝒕𝒖𝒖) 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒎𝒖𝒖👉𝒅𝒉𝒊𝒊𝒓𝒂 𝒒𝒐𝒇𝒂𝒂𝒇
☆. 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝒎𝒂𝒔𝒋𝒊𝒊𝒅𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒖𝒖
☆. 𝑺𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂 𝑨𝒍𝒌𝒉𝒂𝒉𝒂𝒇 𝒒𝒂𝒓𝒂'𝒖𝒖
☆. 𝑬𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊(𝑺 𝑨 𝑾) 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒘𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
☆. 𝑼𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒃𝒂𝒃𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒂𝒂 𝒖𝒇𝒇𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖
☆. 𝑫𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
☆. 𝑺𝒂𝒅𝒂𝒒𝒂𝒂(𝑲𝒆𝒏𝒏𝒂𝒂) 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖
🌹𝑾𝒂𝒍𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒌𝒉𝒆𝒆𝒚𝒓𝒊𝒊 𝒉𝒆𝒅𝒅𝒖𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖 𝒘𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒉𝒂𝒎𝒐𝒐(𝒔𝒉𝒂𝒓𝒓𝒊𝒊) 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒂𝒈𝒂𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖𝒏 𝒋𝒖𝒎'𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒏𝒖𝒖!!!!!!!!!
🌹𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒋𝒖𝒎'𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒖𝒎𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒇 𝒏𝒂𝒈𝒂𝒂 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒉𝒂𝒂 𝒃𝒖𝒖𝒔𝒖 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒂𝒕𝒐𝒐 𝑫𝒖𝒂𝒂𝒊𝒊 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂!!!
♥️𝑵𝒂𝒈𝒂𝒂♥️𝑷𝒆𝒂𝒄𝒆♥️𝑺𝒂𝒍𝒂𝒎♥️
صلی الله علیه وسلم
😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
01.05.202515:10
#UTUBAA_JIREENYAA
Dhaamsa bu'aa guddaa fi gaarii of keessaa qabdu kana dubbisaa Hiriyoota keessaniif share godhaa!
#Gorsa jireenyaa bareedaa jireenya badhaadhaa fi eebbifamaa ta’eef:
1⃣ Guyyaa kee Salaata Fajrii booda, kadhannaa(adhkar), fi Rabbiin irratti hirkachuun(tawakkul ‘ala Allah) jalqabi.
2⃣ Badii irraa araarama wal irraa hin cinne barbaaduu kee itti fufaa —yoo akkas goote cubbuun kee araarama argata, rizqiin kees ni dabala, In shaa Allah.
3⃣Kadhannaa (du'aa'ii) kadhachuu gonkumaa hin dhiisin; Sababni isaas du'aa'iin furtuu milkaa'inaati.
4⃣ Jechi arraba keetiin dubbatamu hundi galmaa’aa (barreeffamaa) akka jiru yaadadhu.
5⃣Balaa(musiibaa) cimaa keessattillee funyoo abdii keetii (لا إله إلا الله)gonkumaa hin gadhiisin.
6⃣Bareedinni qubaa keetii Rabbiin qululleessuu(tasbeeh) fi Rabbiif ulfina kennuu keessa jira.
7⃣ yaadaa fi gaddaa keessatti yeroo hunda La ilaha illallah(لا إله إلا الله) jechuu kee itti fufi.
8⃣Gammachuun kee Rabbiif jecha hiyyeessaa fi rakkataa irratti baasii gochuu keessa jira.
9⃣Sujuudni (sajdah) tokkichi Rabbiif jecha gad of qabuu fi qalbii qulqulluun hojjetame, warqee dachii guutuu irra siif wayya waan ta’eef, gatii itti kenni.
🔟Dubbachuu kee dura dhiibbaa jechoonni kee qabaachuu danda’an dura yaadi — yeroo tokko tokko, jechi tokko diigaa waa hundaa ta’uu danda’a waan ta’eef.
1⃣1⃣Abaarsa worra cunqurfamee irraa of eeggadhu.
1⃣2⃣Gaazexaa ykn barruulee adda addaa dubbisuu kee dura mee xiqqoo keeyyata Qur’aanaa tokko tokko qara’i.
1⃣3⃣Of haaromsuu mataa keetii irratti xiyyeeffadhu — manni kee daandii kee hordofa waan ta’eef.
1⃣4⃣Lubbuun kee badii irratti si affeerti; ati garuu irraa qolachuuf, lubbuu kee sana hojii gaarii irratti bobbaasi.
To be continued:
JOIN US AND SHARE 👇👇👇
https://t.me/dhugaadhuma99
30.04.202511:04
“ولا شك أن طريق طلب العلم صعبٌ ومرٌّ، ولكنه عظيم العاقبة، ولذلك يحتاج إلى صبر شديد وعظيم...”
"Shakkii tokko malee daandii beekumsa barbaaduudhaa,Garuu karaan isaa baay'ee rakkisaa fi hadhaa'aadha,ta'us garuu bu'aan isaa baay'ee guddaadha. Kanaaf obsaa fi cimina guddaa barbaada." 🪶
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
"Shakkii tokko malee daandii beekumsa barbaaduudhaa,Garuu karaan isaa baay'ee rakkisaa fi hadhaa'aadha,ta'us garuu bu'aan isaa baay'ee guddaadha. Kanaaf obsaa fi cimina guddaa barbaada." 🪶
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
28.04.202518:32
Amala badaa, ilaalcha dogoggoraa, hadhaa’ummaa, dhukkuboota onnee kan akka haaloo ba’uu & jibbaa ofirraa baasuuf yoo rakkachaa jirta ta’e bro hin dhiphatin. Kun hundi Halkan tokkotti hin ta’u waan ta’eef. Carraaqqii dammaqina keetii fi gargaarsa guddaa immoo Rabbii isa hundumaa danda'u irraa argachuu si barbaachisa. Carraaqqii kee Irratti hojjechuu itti fufi. Fedhii Rabbii ol Aanaa ta’ee malee wanti ta'u hin jiruu.
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
27.04.202516:06
BAAY'EE OFII KEE IRRATTI XIYYEEFFADHU!:
Namni Badii nama biraa dhiisee badii lubbuu ofii irratti xiyyeeffate qaama isaa fi onnee isaatiif tasgabbii guddisa malee gonkumaa hin miidhamu, sababni isaas namni tokko yeroo hunda hanqina amala ofii isaa irratti mul’atu obboleessa isaa irraa waan badii sanaan wal fakkaatu yeroo argu dhimma itti hin qabu.
Ilaame:
badii obboleessa keetiitti dhimmamuun Qalbiin kee akka gogu godha; qaamni fi Qalbiin namoota akkasii dadhabee yeroo badii isaarraa gaafatan badii isaaniif sababa dhiyeessu.
Namoota keessaa inni dadhabaan,warra badii isaanii irraa kan ka’e nama qeequ dha, akkasumas namni isa caalaa laafaa ta’e immoo nama badii ofii isaatii qabuun ummata nagaa qeequudha. Kan ummata qeequ immoo galata isaa ummatumaan qeeqama.
Kitaaba:
Ibsa Dhugaa
Fuula 66, 67 irratti.

JOIN US:-@dhugaadhuma99
03.05.202522:29
Hubannoo 👈🏼
إن الحق ثقيل وهو مع ثقله مريء، وإن الباطل خفيف وهو مع خفته وبيء، وترك الخطيئة أي (أو قال: خيرٌ) من طلب التوبة، ورب شهوة ساعة أورث حزناً طويلا jedhu
"Dhugaan ulfaataadha, ulfaatina sanaa waliin immoo hadhaa'aadha. Sobni garuu salphaadha, salphaa ta'uu sanaa waliin immoo inni kan bakka tokkotti argamuudha... Badii tokko dhiisuun Tawubaa(dhiifama Rabbii) barbaaduu caalaa salphaadha, yeroodhaaf fedhii dogoggoraa irratti bobba'uunis gadda yeroo dheeraa dhaala."
• Hudayfaa ibnu Yamān (ر) .
📖 الزهد لابن المبارك (٨٥٠)
https://t.me/boost/Furtuu_Gammachuuti99
React
33 33 33
👏 👍 ❤
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99☜
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99 ☜

➥JOIN &SHARE:US 👇👇👇👇
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99☜
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99 ☜
JOIN: @Furtuu_Gammachuuti99 ☜
01.05.202520:35
𝑫𝑼𝑩𝑩𝑰𝑺𝑨𝑨 𝑰𝑹𝑹𝑨 𝑭𝑨𝒀𝒀𝑨𝑫𝑨𝑨𝑴𝑰𝑰
--------------------------------—----------------
♡𝑴𝒂𝒒𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 = #𝑴𝒖𝒉𝒂𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅 (ﷺ
♡𝑴𝒂𝒒𝒂𝒂 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 = 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
♡𝑴𝒂𝒒𝒂𝒂 𝑯𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 = 𝑨𝒎𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂
♡𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒍𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 = 12 𝑹𝒂𝒃𝒊 𝒂𝒍-𝒂𝒘𝒂𝒍
♡𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒅𝒖'𝒂𝒏 = 632, 11 𝒉𝒊𝒋𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂
♡𝑼𝒎𝒓𝒊𝒊𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 = 𝑾𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 63
♡𝑰𝒅𝒅𝒐𝒐𝒏 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒍𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 = 𝑴𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂
♡𝑰𝒅𝒅𝒐𝒐𝒏 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒖'𝒂𝒏 = 𝑴𝒂𝒅𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂
♡𝑻𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑴𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 = 𝑾𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 50
♡𝑻𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑴𝒂𝒅𝒊𝒊𝒏𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 = Wogga 13
♡𝑶𝒈𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 = 𝑫𝒖𝒓𝒂𝒂𝒏 𝑫𝒂𝒍𝒅𝒂𝒍𝒂𝒂
𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝑬𝒓𝒈𝒂𝒂𝒎𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊
(𝑵𝒂𝒃𝒊𝒚𝒚𝒊𝒊)
♦𝑻𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑫𝒂𝒍𝒅𝒂𝒍𝒂𝒂 =𝑾𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 26 (583-609)
♦𝑻𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 =𝑾𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 23 (609-632)
--------------------------------—------------------------------------
♥ #𝑯𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂_𝒎𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝑻𝒖𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊
1፦ 𝑲𝒉𝒂𝒅𝒊𝒊𝒋𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝒌𝒘𝒐𝒘𝒂𝒚𝒍𝒊𝒅 (595 - 619)
2፦ 𝑺𝒂𝒘𝒅𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝒁𝒂𝒎'𝒂𝒂 (619 - 632)
3፦ 𝑨'𝒊𝒔𝒉𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑨𝒃𝒖𝒃𝒂𝒌𝒊𝒓 (619 -632)
4፦ 𝑯𝒂𝒂𝒇𝒊𝒛𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑼𝒎𝒂𝒓 (624 - 632)
5፦ 𝒁𝒆𝒚𝒏𝒂𝒃 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑲𝒉𝒖𝒛𝒆𝒚𝒃𝒂 (625 - 627)
6፦ 𝑯𝒊𝒏𝒅𝒊𝒊 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑼𝒎𝒆𝒚𝒚𝒂𝒂 (625 - 632)
7፦ 𝒁𝒆𝒚𝒏𝒂𝒃 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑱𝒂𝒉𝒔𝒉 (627 - 632)
8፦ 𝑱𝒂𝒘𝒉𝒂𝒚𝒓𝒊𝒚𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑨𝒍𝒉𝒂𝒓𝒊𝒛 (628 - 632)
9፦ 𝑹𝒂𝒎𝒍𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑨𝒃𝒊𝒔𝒖𝒇𝒊𝒚𝒂𝒏 (628 - 632)
10፦ 𝑹𝒂𝒚𝒉𝒂𝒏𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝒁𝒂𝒚𝒊𝒅 (629 - 631)
11፦ 𝑺𝒂𝒇𝒊𝒚𝒚𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑯𝒖𝒚𝒂𝒚𝒚𝒊 (629 - 632)
12፦ 𝑴𝒆𝒚𝒎𝒖𝒏𝒂𝒂 𝑩𝒊𝒏𝒕 𝑨𝒍𝒉𝒂𝒓𝒊𝒛 (630 - 632)
13፦ 𝑴𝒂𝒓𝒊𝒚𝒚𝒂𝒂 𝑨𝒍-𝑸𝒊𝒃𝒙𝒊𝒚𝒚𝒂𝒂 (630 - 632)
𝑰𝒋𝒐𝒐𝒍𝒍𝒆𝒆𝒏 𝑰𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊፦
1፦ 𝑨𝒍-𝑸𝒂𝒂𝒔𝒊𝒎
2፦ 𝑨𝒃𝒅𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂
3፦ 𝑰𝒃𝒓𝒂𝒂𝒉𝒊𝒎
4፦ 𝒁𝒆𝒚𝒏𝒂𝒃
5፦ 𝑹𝒖𝒒𝒊𝒚𝒚𝒂𝒂
6፦ 𝑼𝒎𝒎𝒖 𝑲𝒖𝒍𝒔𝒖𝒖𝒎
. 7:- 𝒇𝒂𝒙𝒖𝒎𝒂
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
--------------------------------—----------------
𝑫𝒖𝒃𝒃𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝑭𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂 .

30.04.202521:09
#𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 10 𝒌𝒂𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒂𝒃𝒂𝒂𝒓𝒆 𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒇𝒂𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒆 𝒌𝒂𝒏 𝑵𝒂𝒃𝒊𝒊𝒏 { ﷺ} Salallahu 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊 𝒘𝒂𝒔𝒂𝒍𝒂𝒎 𝒏𝒖𝒖𝒇 𝒉𝒊𝒎𝒂𝒏 😭😭👇👇👀
↪𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒐𝒍 𝒕𝒂'𝒆 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒚𝒐𝒐 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒆 𝒋𝒊𝒃𝒓𝒊𝒊𝒍𝒊𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒎𝒂 𝒂𝒏𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒏𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒅𝒉𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆 𝒋𝒊𝒃𝒓𝒊𝒊𝒍{𝑨.𝑺} 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒔𝒂𝒏 𝒎𝒂𝒍𝒊𝒌𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒔𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒊 𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒃𝒆𝒆 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒂𝒃𝒂𝒍𝒖𝒖𝒏 𝒏𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒔 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒅𝒉𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒏, 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒆 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒔 𝒏𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒖❤
𝑵𝒂𝒎𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒚𝒐𝒐 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒃𝒃𝒆𝒆𝒔 𝒋𝒊𝒃𝒓𝒊𝒊𝒍(𝑨.𝑺) 𝒎𝒂𝒍𝒊𝒌𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒓𝒂𝒕𝒊 𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒂𝒃𝒆𝒆 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒕𝒖 𝒋𝒊𝒃𝒃𝒆𝒆 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒔 𝒋𝒊𝒃𝒃𝒂𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊𝒔 𝒏𝒊 𝒋𝒊𝒃𝒃𝒖😢
1. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒂𝒎𝒂 𝒊𝒔𝒉𝒆𝒆 𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒄𝒉𝒊𝒔𝒖𝒖𝒇 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒂 𝒒𝒂𝒂𝒎𝒂 𝒊𝒔𝒉𝒆𝒆 𝒕𝒖𝒎𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒕𝒂𝒏 𝒕𝒖𝒎𝒕𝒖𝒖 𝑭𝒌𝒏 𝑵𝒊𝒒𝒒𝒊𝒔𝒂𝒂𝒕 𝒊𝒔𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒏 𝒇𝒂'𝒂𝒂 (𝑾𝒂𝒓𝒓𝒂 𝒖𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏).😭😭👈
2. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒏𝒚𝒂𝒂𝒓𝒂 𝒉𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒕𝒂𝒏 𝒉𝒂𝒂𝒅𝒅𝒂𝒕𝒖𝒖.👈😭
3. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒖𝒎𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒖𝒖𝒇 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒂 𝒊𝒍𝒌𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒖𝒎𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒇𝒊 𝒕𝒂𝒏 𝒕𝒖𝒎𝒕𝒕𝒖.😭👈
4. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒓𝒊𝒇𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒇𝒊𝒅𝒅𝒆𝒆 𝒐𝒇𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒒𝒂𝒙𝒙𝒂𝒍𝒕𝒖 𝒇𝒊 𝒕𝒂𝒏 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒒𝒂𝒙𝒙𝒂𝒍𝒕𝒖《 𝑾𝒊𝒊𝒈𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒂𝒎𝒖 𝒔𝒂𝒏𝒊》.😭👈
5. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂𝒏 𝒎𝒂𝒏𝒂 𝒊𝒔𝒉𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒓𝒓𝒊𝒃𝒂𝒂𝒇 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝒔𝒊𝒓𝒆𝒆𝒕𝒊 𝒘𝒂𝒂𝒎𝒆 𝒅𝒊𝒅𝒖. 😭👈
6. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒊𝒊𝒓𝒂𝒕𝒊 𝒇𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖. 𝑺𝒖𝒓𝒓𝒆𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒘𝒐𝒋𝒊𝒊 𝒐𝒍𝒖𝒖 𝒇𝒂’𝒂𝒂 😭👈
7. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒓𝒊𝒊 𝒛𝒊𝒚𝒂𝒂𝒓𝒕𝒖.😭👈
8. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒚𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒏𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒅𝒖'𝒆𝒆 𝒔𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒔𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒃𝒐𝒐𝒄𝒉𝒊𝒊𝒇𝒕𝒖.😭👈
9. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒓𝒊𝒇𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂 𝒎𝒂𝒕𝒂𝒂 ishee 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒅𝒂𝒍𝒍𝒖𝒖 𝒈𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒊 𝒐𝒍 𝒅𝒉𝒂𝒂𝒃𝒅𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒊𝒕𝒖.😭👈
10. 𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊 𝒖𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒒𝒂𝒂𝒎𝒂 𝒊𝒔𝒉𝒊𝒊 𝒎𝒖𝒍'𝒊𝒔𝒖 𝒖𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒆 𝒖𝒎𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝒐𝒐𝒍𝒕𝒖.
𝑱𝒆𝒄𝒉𝒂𝒂 𝒌𝒐𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒎𝒊𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝑴𝒖𝒉𝒂𝒎𝒂𝒅 𝑺𝒂𝒍𝒂𝒍𝒍𝒂𝒉𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊 𝒘𝒂𝒔𝒂𝒍𝒂𝒎 𝒊𝒔𝒔𝒂𝒏𝒊𝒔 𝒐𝒇𝒇𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒖𝒅𝒉𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒖𝒃𝒂𝒕𝒂𝒂𝒏 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝑨𝒋𝒂𝒋𝒆𝒆 𝒒𝒐𝒇𝒂 𝒏𝒖𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒈𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒚𝒌𝒏 𝒏𝒖𝒖 𝒅𝒉𝒂𝒒𝒂𝒃𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖𝒕𝒊𝒊𝒔 𝑨𝒌𝒌𝒂𝒏𝒖𝒎𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂𝒂𝒇 𝒅𝒂𝒅𝒂𝒃𝒂𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒎𝒏𝒂𝒂! ! 😭👈
𝑾𝒐𝒏𝒕𝒂𝒕𝒂𝒂 10 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐𝒐 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒚𝒐𝒐 𝑨𝒓𝒈𝒂𝒎𝒏𝒆𝒆 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒃𝒊’𝒖𝒖𝒏 𝒌𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂 𝒅𝒊𝒓𝒒𝒂𝒎𝒂𝒂!
𝑹𝒊𝒚𝒂𝒂𝒅 𝑱𝒐𝒍𝒍𝒆𝒆 𝑱𝒂𝒏𝒏𝒂𝒕𝒂 ✍️
𝑴𝒆𝒆 𝒐𝒃𝒃𝒐𝒍𝒍𝒆𝒆𝒘𝒘𝒂𝒏 𝒊𝒔𝒔𝒊𝒍𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒅𝒂𝒘𝒊𝒕𝒊𝒕𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊𝒊 𝒐𝒇𝒇 𝒉𝒂𝒂 𝒍𝒂𝒍𝒖𝒖 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒏𝒖𝒖! 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊𝒊 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒚𝒐𝒐 𝒇𝒆𝒕𝒆𝒆 𝒔𝒉𝒆𝒓𝒆 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒊𝒊 𝒋𝒂𝒛𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒊𝒓𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒉𝒆𝒓𝒆𝒈𝒂𝒅𝒉𝒖𝒖 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒉𝒐𝒏𝒈𝒐𝒐𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒖𝒖! 😭😭😭👈
#𝑨𝑴𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑵

𝑫𝒖𝒃𝒂𝒓𝒕𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒂𝒃𝒂𝒂𝒓𝒆𝒆 𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒇𝒂𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒆 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒌𝒂𝒏𝒂🌸🌸

𝒀𝒂𝒂 𝒓𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒂 𝒌𝒆𝒆 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒏𝒖 𝒉𝒊𝒏 𝒇𝒂𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒊𝒏.
#𝑨𝑴𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑰𝑵
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
30.04.202511:03
Cubbuun summii onneeti — summii meeqatu warra isaan fudhatan ajjeese, osoo xiqqaa ta’ee illee. Kanaaf namni cubbuu hojjete gara qalbii qulqulleessuutti(Tawubaatti)deebi’uu qaba, inni qoricha isa fayyisuu fi qoricha gahaa waan ta’eef. Karaa isaatiin summiin ni ari’ama,onneenis dhukkuba isaa irraa ni fayya.
الذُّنوب سمُّ القلوب، وربَّ سمٍّ قتل صاحبه ولو كان قليلًا، فمن أذنب فعليه بالتَّوبة فإنَّها التِّرياق الشافي، والدَّاء الكافي، بها تندفع السُّموم، وتُشفى القلوب من عللها.
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
الذُّنوب سمُّ القلوب، وربَّ سمٍّ قتل صاحبه ولو كان قليلًا، فمن أذنب فعليه بالتَّوبة فإنَّها التِّرياق الشافي، والدَّاء الكافي، بها تندفع السُّموم، وتُشفى القلوب من عللها.
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
28.04.202518:32
Karaa qajeelaa irra turuuf akka ati rakkachaa jirtu Rabbiin inni waa Hundumaa danda'u hin beeku jettee hin yaadin.Rabbiin Carraaqqii kee ni arga. Carraaqqii keetiifis si badhaasa. Tarkaanfii kee hunda keessatti Inni si waliin jira.
#Abshiir my bro.
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
#Abshiir my bro.
React
33 33 33
👏 👍 ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
27.04.202516:06
النَّضرُ بن شُميل يقول:
Nadhar ibn Shumayl akkana jedhe, .
يجد المرء لذَّة العلم حتى يجوع وينسى جوعه
“Namni hanga beela’utti gammachuu beekumsaa hin argatu,yeroo gammachuu beekumsaa argate sana garuu beela isaa. I dagata .”
[تعظيم العلم شيخ صالح العصيمي]

Shown 1 - 24 of 328
Log in to unlock more functionality.