Reposted from:
ᴏʀᴏ ʙᴀʀᴄᴇʟᴏɴᴀ ғᴀɴsⁿᶠˡ

23.04.202513:06
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!! 😊👇👇
https://t.me/Dambalii_ispoortii/2751
https://t.me/Dambalii_ispoortii/2751
21.04.202502:12
Link Khana Tuqaa Bi'iznillaah Waan Isin Gammachiisu Ta'uu Mala 😊🧑🦯
https://t.me/+eMgasY802eFhMTU0
https://t.me/+eMgasY802eFhMTU0
https://t.me/+eMgasY802eFhMTU0
https://t.me/+eMgasY802eFhMTU0
Reposted from:
DAMBALII KOLFAA

20.04.202506:07
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!! 😊
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2684
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2684
19.04.202519:48
Abdallaah ibnu haaris (رضي الله عنه) akkana jedhe:"Nama tokko kan Rasuula Rabbii caalaa seeqqatu argee hin beeku".
ﷺ
@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
ﷺ
@Nabel_Moha
@Nabel_Moha
14.04.202518:15
#Assalaamu_Aleykum
Assalaamu Aleykum
Yaa Rasuula Rabbii
Nageya Naaf Qabdaa
Jaallatamaa Qalbii
Lakkii Hin Daganne
Akka Duutee Jirtuu
Nageyaaf Rahmanni
Sirratti Haa Buutuu
Biyyatee Dhufuudhaaf
Ani Humnaan Dhabee
Sirraa Fagaadheetiin
Yaadaan Qalbii Cabee
Biytitoo Fagoodhaa
Afrikaadhaan Jiraa
Biyya Bilaal irraahiin
Salaamtaa Siif Hiraa
Lubbuuntoo Takkittiin
Siif Jettee Haa Duutuu
Haadhaa Fii Abbaankoo
Fidaa Siif Haa Baatuu
Hedduun SI Jaaladha
Lubbuutoo Caalchisee
Hiikkaa Jaalalaatuu
Siituu Na Barsiisee
Ergamaa Rabbii ﷺ 🤎
10.04.202519:30
" እንዴት ልብ አስቻለው
አንጀትስ ደነደነ
ወንድም ያለአመሉ
በወንድሙ ጨከነ
ምነው መላሽ ጠፋ
አኼራን አስታዋሽ
ወንድም ከአይን ሲርቅ
ሲነጠል ሲሸሽ ! "
አላህ ( ሱ.ወ ) ዘላለማዊ ቤቱን ያሳምርለት !
አንጀትስ ደነደነ
ወንድም ያለአመሉ
በወንድሙ ጨከነ
ምነው መላሽ ጠፋ
አኼራን አስታዋሽ
ወንድም ከአይን ሲርቅ
ሲነጠል ሲሸሽ ! "
አላህ ( ሱ.ወ ) ዘላለማዊ ቤቱን ያሳምርለት !
Reposted from:request Faster
RF
23.04.202512:56
🔥እለታዊ 2 GB በ5 ብር እና ወርሀዊ Unlimited በ 50 ብር ማግኘት ይፈልጋሉ❓
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
እንግዲያውስ እንዳያመልጥዎ ይህ App ሰዎችን ነፃ ዳታ እያስጠቀመ ይገኛል አፑን እና አጠቃቀምሙን ለማግኘት
የሚለውን ይጫኑ👇✌️
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
እንግዲያውስ እንዳያመልጥዎ ይህ App ሰዎችን ነፃ ዳታ እያስጠቀመ ይገኛል አፑን እና አጠቃቀምሙን ለማግኘት
Free Internet📶📶📶📶📶 ✌️
የሚለውን ይጫኑ👇✌️
Reposted from:
DAMBALII KOLFAA

20.04.202512:49
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
Reposted from:
ABDII OROMOO

20.04.202504:48
Ayyaana kanaan guyyaa kolfaaf bohaartii qabaachuu barbaaddu taanaan ammuma channel gadii join godhaa guyyaa gaariis dabarsaa.
Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
Share now ➩ @baacoo_daboo
19.04.202519:04
#Yaa_Rahmaan
Irra Namaa Dabruuf
SI Qofaa Jarjaraa
Nama SI Balleeyseef
SI Qofaa Sattaraa
😊🍂🤎

11.04.202512:26
የሰው ልጅ ረሺ ነውና እኛም ሙሀመድ ሰኢድን ነበር ብለን መርሳታችን አይቀርም :: አራት ልጆቹ ግን የማይረሱት ሁኖ ያጎድላቸዋል:: አሁን ያለንበት ሀዘን ስሜት ሳይተንፍስ ማንንም ሳንጠብቅ አሻራችንን አሁን እናሳርፍ
የአካውንት ስም:- ነጃት አብዱልመናም ጡሃ (ሚስቱ)
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ:- 1000458278297
ሼር ፖስት በማድረግ በዋትስአፕም በቴሌግራም ግሩፕም ለሰዎች በመላክም በዚህ ኸይራ ስራ አሻራችንን እናሳርፍ
የአካውንት ስም:- ነጃት አብዱልመናም ጡሃ (ሚስቱ)
የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ:- 1000458278297
ሼር ፖስት በማድረግ በዋትስአፕም በቴሌግራም ግሩፕም ለሰዎች በመላክም በዚህ ኸይራ ስራ አሻራችንን እናሳርፍ
10.04.202517:26
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun
Munashid Muhaammad Sa'id gama fuula Rabbii adeeme.
Nashiidawwan baay'ee bebbeekkamoo akka :- "በፊዳከ 1"፣ "በስጦታዬ"፣ "በዓሰላሙ ዓለይክ" fi "አፈር እየጫሩ" waloodhaan akkasumas kanneen dhuunfaasaatti hojjateen hawaasa muslimaa biratti jaallatamummaa guddaa kan argate dargaggoon lafaa dhufaan munashid Muhaammad Sa'id dhibee tasaa isa mudateen mana yaalaatti erga yaalamaa turee booda galgala kana gama fuula Rabbii adeemeera.
Munashid Muhaammad baatii Ramadaanaa darbe kana keessa umraa gochuuf gara Sa'uudii erga imalee deebi'ee booda dhibee kanaan qabame.
Rabbiin munashid Muhaammad Sa'idiif rahmata haa godhu, maatii, firoottaniifi jaalalleewwan isaatiif ammoo obsa haa kennu.

EYOB TECH ️️️🥇

20.04.202503:55
“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera!”
— Mat. 28:6
Baga ayyaana yadannoo du'aa ka'u gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe.🎉🎉
📱@Eyob_Tech
— Mat. 28:6
Baga ayyaana yadannoo du'aa ka'u gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe.🎉🎉
📱@Eyob_Tech

17.04.202511:59
😲 Don't miss this opportunity 😲
For those who want to take a hacking course, don't miss this opportunity🌬🌟
🫧The course is online so don't worry too much.
It's only for winter, so get in as soon as possible
✅ Get all courses through this channel 👇👇
➕ Add to us channel @PYSCHO_19

11.04.202510:41
Oduu gammachiisaa
Diraamaa miidhagaa afaan oromoo daawwattoota hedduu horatan kana Beettuu?
Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
Diraamaa miidhagaa afaan oromoo daawwattoota hedduu horatan kana Beettuu?
Diraamaa Hirkoo fi Abshaaloo hordoftoota baayyee horatanii jiru. Maarree telegram kanneen irraa Argachuu ni dandeessu.
10.04.202513:27
#Anuma_if_godhe
Ani naman miidhu
Nu miite naan ja'u
Ani soban beekhu
Nu sobde naan ja'u
Hagaan nam khabaju
Silaan khabajame
Hagaan nam jaaladhu
Silaan jaalatame
Hagaan namaaf yaadu
Silaa naaf yaadame
Hagaan namaaf obsu
Silaa naaf obsame
Arra keessi kiyya
Arra keessi kiyya
Hin deemu miidhame
Khabajaa eegeetiin
Tuffii badhaafame
Dhiisi humaa mitii
Anumaa if godhee
Duriin
Lubbu abbaa qabdu
Too caalchise jaaladhee
@Nabel_Moha ✍
@Nabel_Moha ✍
Reposted from:᯾ new ᯾ ²
N
22.04.202513:29
𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗔𝗺𝗺𝗮 𝗡𝘂 𝗚𝗮𝗵𝗲𝗲𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗮𝘁𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 12𝖿𝖿𝖺𝖺 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗚aaf...𝗺𝗼𝗿𝗲
19.04.202520:55
Namni Haajaa Qabdu
Harkakee Ol Qabii 🤲
Rabbiin Siif Haa Laatu
Bu'aa Khee Dadhabbii
Halkan Kophaa Baatee
Rabbiiikhee Khadhatta
Rakkoon Sitti Jabaatee
Gamasaatti Waywaatta
Eega Lubbuu Teetii
Tokko Siin Hubanne
Abshir Rabbiin Jiraa
Isaatuu Sin Gannee
Wanti Ati Dhabdees
Marti Siif Haa Dhuftu
Haajaatee Siif Guutee
Hundi Siif Haa Taatu
Harkakee Ol Qabii 🤲
Rabbiin Siif Haa Laatu
Bu'aa Khee Dadhabbii
Halkan Kophaa Baatee
Rabbiiikhee Khadhatta
Rakkoon Sitti Jabaatee
Gamasaatti Waywaatta
Eega Lubbuu Teetii
Tokko Siin Hubanne
Abshir Rabbiin Jiraa
Isaatuu Sin Gannee
Wanti Ati Dhabdees
Marti Siif Haa Dhuftu
Haajaatee Siif Guutee
Hundi Siif Haa Taatu
15.04.202518:32
#Nama_Moo..!
Osoo Qaamaan Wajji Jirtuu
Fedhii Isaa Osoo Guuttuu
Isaaf Jettee Osoo Duutuu
Rakkoo Isaa Osoo Furtuu
Duubaa Deemee Si Hammeeysa
Waan Hin Qabneen Si Xureeysaa
Hamtuu Qofaan Si Odeeysaa
Boolla Qotee Siis Balleeysaa
Shira Ilmaan Namaa
Yaa Rabbi Ni Gartaa
Osoon Lubbuun Jiru
Yoom Na Baraartaa..?
Nama Khooti Osoon Je'uu
Akkan Taane Osoon Ta'uu
Lubbuu Tiyya Isaaf Khennee
Anaas Miidha Anaas Ganee
Jiruu Gaarii Osoon Qabuu
Wanta Hedduu Osoon Dhabuu
Namaaf Je'ee Qalbii Cabuu..?
11.04.202510:03
Gazzaa 🩸🥹
Yaa ardii qulqulluu
Lafa qulqullootaa
Lafa bara baraan
Haati dheessu goota
Qiblaa muslimoota
Turte tan jalqaba
Amma waayee keeti
Eenyu quba qaba
Irra waliif galee
Zaalimni addunyaa
Dhumaatii isaanii
Dhaga'u
bare gurri keenyaa
Gubbaa itti roobsan
Boombif misaa'ela
Doctara fixanii
Diigan mana yaalaa
Humna ifaaf bishaan
Network enterneta
Akka seenneef godhan
Ammaas midhaan nyaata
Kan lafarra taankii
Samiirraan duroonii
Barbaachan kan hafu
Fixan rasaasanii.....
#Kutaan_2ffaan_itti_fuufa
@Nabel_Moha ✍
@Nabel_Moha ✍
09.04.202521:21
Wanti si barbaadu si hin argatu
Wanta barbaaddu hin argattu
Addunyaa rakkattuu!
Wanta barbaaddu hin argattu
Addunyaa rakkattuu!
Daakaniif Hin Marqatan
Yaadaniif Hin Argatan !!
Shown 1 - 24 of 312
Log in to unlock more functionality.