Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Malkaa Dhibayyuu avatar
Malkaa Dhibayyuu
Malkaa Dhibayyuu avatar
Malkaa Dhibayyuu
22.04.202521:38
Ethiopia 🇪🇹 Keessatti Kan Hiyyeessan "Kabajamoo" Jedhuu Ethio telecom Qofa!🤳

https://t.me/malkaadhibayyuu
21.04.202519:09
Oduu Biyya Alaa, Ebla 21, 2025! Finciltoonni Huusii Yaman haleellaa xiyyaara Ameerikaa naannoo Sanaatti raawwateen lubbuun namoota lama ajjeefamu himan. Haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan magaalaa guddoo Yaman fi naannoo ishee keessatti raawwateen yoo xiqqaate namoonni lama du’uu miidiyaaleen Huusii to’ataman Wiixata darbe gabaasan. Miidiyaan Huutii Iraan deeggaramu Al-Masirah Ministeera Fayyaa wabeeffachuun akka gabaasetti, haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan Sanaa fi naannawa ishee keessatti raawwateen namoonni lama du’uu fi 11 madaa’uu gabaaseera. Jalqaba torbee kanaa Huusii haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan buufata boba’aa Raas Isaa irratti ji’oota 15f tureen yoo xiqqaate namoonni 80 du’uu fi 150 madaa’uu ibsaniiru. Haleellaan Huusii daandii doonii Galaana Diimaa, kan yeroo idilee daldala addunyaa dhibbeentaa 12 fe’u irratti raawwatame, dhaabbileen hedduun fiixee kibba Afrikaa baasii guddaa baasuun akka fayyadaman dirqisiiseera jechuun Al Arabiyaan gabaaseera.
20.04.202517:32
Saroonii sooroba deema
Turtee qacam
Duula kalattii undanuu
Nii injiifaana💪💪
22.04.202520:07
https://t.me/malkaadhibayyuu
🌟 I just earned 10 HuluCoins on HuluPay!

Join now and get:
• Instant welcome bonus
• Digital services access
• Exclusive rewards

Premium users get 50 coins
Regular users get 25 coins

Don't miss out! 🚀
#Irbuu. Ofii keetii #Dhiigaafi lafee jaalleeniin kaakkattee #Raasasni .#WBO. Naan dhaabiin jettetu kunoo innis si qabeera. #gaantootaaf. Kanuumatu ega.
20.04.202517:27
Subscribe Goodhamee Namni Agartaan Hundii Kessanu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/@btolaamahammad-f2l?si=zTRO90VLY3AkZAKb
22.04.202520:00
Sammuun Duumeessa Gabrummaan Haguugamte Ba'aa Gabrummaa Baadhattee
Of Wallaaltee Ormaaf Hojjetti!
21.04.202518:32
Odeessa Gantuu

Gidaami ganda 02 keessatti waraanni RIB ijoollee niqqiluun fudhate galee 2 du'an adabdeetti
20.04.202517:05
Falma jabeessaa /New#Oromiyaa/Oromo music2025
https://youtube.com/watch?v=IBX9jvkO98Y&feature=shared
22.04.202517:57
"Abboonni Keenya,#Gabrummaa nu dhaalchisan!"warri nuun Jedhuun #Lakki Abboonni Keenya#Diddaa Alagaaf Jilbeeffachuu fi Qawwee nu dhaalchisan jedha itti nuuf hima!
20.04.202518:28
Gabrummaan hamtuun
Tan si hidhanii si ajjeesan osoo hin taane,
Tan eenyummaa kee of si wallaalchisanii si ukkaamsanii fii si dhamaasani!
Shown 1 - 11 of 11
Log in to unlock more functionality.