23.04.202516:23
✍️ Waa’ee kankee akka ilmi namaa hin haasofneef afaan qabuu hin dandeessu, garuu akka haasaan isaanii dhiibbaa sirratti hin gaggeessine uf gochuu ni dandeessa..!
Furtuun sammuu keetii isaan harka osoo hin taane, si harka jira..!!
👇
https://t.me/tafak_or
Furtuun sammuu keetii isaan harka osoo hin taane, si harka jira..!!
👇
https://t.me/tafak_or

23.04.202504:31
Barreeffama na dinqe 👇
✍️ Osoo jireenya kee guutuu, akka yeroo Ramadaanaa sanatti jiraattee…silaa Aakiraan guyyaa Iidaa siif taati..!!
Ramadaana keessa wanti keessi keenya boqonnaa argateef maali beektuu ? Kaayyoo uumamneef qofa jiraataa turre.
Share👇

22.04.202506:40
☆Bismillahi Arrahman Arrahiim
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على رسول الله ﷺ♡
🪵Duuti......
🍂Duuti tawbaa kee si hin eeydu... eee haga ati tawbattuu jettee waan si eeydu hin qabdu.... garuu....
🍂Ati tabadhu du'a eegi. !
🌸ooltii gaarii
share👇
Https://t.me/tafak_or
21.04.202503:17
Bismillahi Arrahman Arrahiim🥰
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على اشرف المرسلين خليلنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين ✨
🪵Yoo loqodni afaanichaa sinitti ulftaate....dhiifama....
💡Waa xiqqollee taatu maatii rasuula keenyaa Saallaallahu Aleyhi wasellam ni barattan jedhee yaada....
GLTM!
👌Yoo sitti tole nama biraatiifis..share👇👇👇
@tafak_or
20.04.202516:17
✨Bismillahi Arrahman Arrahiim
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على رسول الله صلى الله عليه وسلم ✨
مشآءالله عليكم 😇
🍂Yaalii gaafii qur'aanni makluuqa moo miti jedhurratti yaaliin keessan bareeda.☝️
🍂Ibsi isaa gabaabinaan kana fakkaata.....
🍂Dhugaadha rabbiin uumaa waa hundaati aayanni ati fiddees bareeda garuu... mee aayata...
وأوتيت من كل شيء ولها عرش عظيم...
Jettu tun akkami?!
👌Waa hundaa kennemte jechuu osoon taane,waan mootumaaf nama barbaachisu irraa haga takka kennamte jechuudha.malee nabi suleymanuu isii caalaa kenname.
🍂Kaanaafuu rabbiin waan uumamaa ta'e maruma uume qur'aanni immoo uumamaa miti...#Ragaan kiyyas.....👇
✨ سورة التوبة ٦:آية
✨سورة بقرة ٧٥: آية
✨سورة الزمر ٥٢:آية
✨سورة الكهف ١١٠:آية.......
👌Ayatoonni kunniinii fi kkf qur'aanni #kalaama rabbii tahuu nuuf ibsan..kanaafuu... Qur'aanni #KALAAMULLAH
🍂Ani ka jedhu gaafa nuti aayata kana hunda qur'aanni kalaama Rabbii tahuu irraa barannu Ati hin #rafte moo hin #hafte kan amma na mormituuf😂😁 jettee ifirraa deebisata warra karaa kanaan deeman
Share👇
https://t.me/tafak_or
19.04.202511:15
Bismillahi Arrahman Arrahiim
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على اشرف المرسلين سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
🍂Salaanni manjafiqada nama rabbitti amaneeti....
Namni makiinaa fudhatee imaltuu bahu tokko yoo waraqaa hayyamaa hin qabaatin....keellaa bahu hin danda'u..
🍂Keellaa #aakiraa taruufis salaata qabaatuun barbaachisaadha.
🍂Beeki....!
♡ Salaanni hirre si jalaa facaate walitti qabdee sii fiddi.
♡salaanni raahaa fi gammachuu jiruu duniyaati.
♡salaanni fayyaa tee sii tiisiti.
♡salaanni gara rabbiitti gabricha dhiheessiti.
♡Salaanni waan jalqaba guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamnu.
♡Salaanni darajaa ol nama fuuti.
♡Salaanni qulqulleessituu qaamaa qalbiiti.
♡Salaanni ibsituu fuulaati.
♡salaanni nama dhoorgiti shiraa fi sharrii namatti yaaduu... hamtuu fi waan fofokkattuu dalagurraa.
♡salaanni Utubaa islaamummaati( ﷴﷺ)
🍂Gaaf tokko ergamaan rabbii salawaatu rabbii wa salaamuhuu aleyhi akkana jedhanii sahaabaa gaafatan:-
"mee naaf himaa osoo lagni bishaanii mana keessan dura yaa'ee guyyatti yeroo shan irraa dhiqattanii, xuriin namarratti ni hafaa? ! Jedhaniin....
"hin hafu" jedhan sahaabonni
ergamaan rabbiitis kuni fkn salaata shananiiti jedhaniin
🍂Akkuma yoo bishaan mana kee jala yaa'u guyyarraa shan dhiqattee xurii sirratti hin hafne... salaata shanan ati salaattuun ma'asiyaan tee dhiqamti jedha rasuulli rabbii ﷺ
🍂salaanni ma'siyaa kee siif dhiiyxi....
♡Namni salaata hin qabne fuulli isaa gurraacha'ee qalbiin isaa ajoofti.
♡Rizqii isaatu harkaa baraaxaya.
♡tasgabbii dhaba., jiruu gammachuu hin jiraatu
share👇👇

Salaanni teenna kana hunda nuuf tahaa jirtii garuu.....?!
share👇👇
https://t.me/tafak_or
23.04.202514:54
🫵Hey.....?!
🍀Warri si faarsan si hin dagin.......
🍀 warri si xiqqeessan sin miidhin....
🍃If beekii jiraadhu malee namarra if hin soqin....
🍃Rabbi wajji hidhata qabaadhu malee jechoota namaatiif gurra hin kennin.....
🍀Hojjadhu malee qeebalamte jettee if hin amanin..
🍀Sheyxaana jalaa miliquuf yaali malee na jallise jettee ifirratti hin moosisin...
🍃Hojii kamuu yaalii dadhabi malee yaaluu hin dadhabin.....
🍃Share👇👇

22.04.202518:03
Istigfaara godhaa..!
Nuti bar janaa’izuma yeroodhaaf as gubbaa jiraataa jiruudha..!
Nuti bar janaa’izuma yeroodhaaf as gubbaa jiraataa jiruudha..!
21.04.202513:11
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
الحمدلله رب العالمين
ثم الصلاة والسلام على رسول الله ﷺ
🌺Balbala waa hundi jiran dhuftee dhodhoytee......waan yartuu fi xixiqqoo hin gaafatin!
🌸Ee isa yoo namaa kenne homaa irraa hin hir'anne....isa yoo si dhooggate homaa isaa hin dabalamne san dura teettee waan xixiqqoo hin gaafatin🤲
Share🍂

21.04.202503:14

20.04.202515:35
Yaa Allaah😢
18.04.202517:12
♥️Ergamaan Rabbii saallaallahu Aleyhi wasellam takkaa harka isaatiin nama dhahee hin beeku
Durba,kaadima.eenuullee dhahee hin beeku yoo jihaada keessti taate male......
😢Anaa fi sihi hoo harka namarratti ol fuudhuu kana eessaa finne?
Mee daa'ima meeqa tumte dubartoota meeqa dhoyte..muslima meeqa wajji wal loltanii wal tumtan...?!
🍂Akkana hin turre haalli mohammed salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi
🍂 Gaafii......!
Osoo namni tokko si miidhee maal goota nama san....waan fedhe haa tahu garuu miidhaa sirraan gahe akkam goota?!
Share✔️

23.04.202506:14
22.04.202516:22
🪄Seequun sunnaadha.....😇
✍Gaaf tokko ustaazni tajwiida ijoollee qaraasisa ture....akkana jedheen.....
👳♂ Ustz:- ijoollee koo akka makaarijni isin jalaa hin banne yeroma haasooytan kamuu jechuma jettan kamuu...tajwiidaan haasawaa jedheen.
👳🏾♀👳🏻Ijoollee tole ustz.jedhanii fudhatan.
✍🏾Gaaf tokko galgala ibidda qabsiifatanii🔥Qara'uuf qophaawan osomaa akkanatti jiranii amaamaan ustazaa ibidda keessa bu'e caafiin isaa...
👳🏻Darsaan sheeeeekkkkkkkaaaa ammmmaaammmmaaaan weyta inni makaarijaan jedhu amaamaan gubatee dhume🙄🤣🤣😁😂

21.04.202510:32
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
الحمدلله رب العالمين
ثم الصلاة والسلام على رسول الله ﷺ
🫶Jaalala jara sanii moo.....?!
✍🏾Gaaf tokko ergamaan rabbii salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi abii ayyuubal-ansaarii bira qubatan.
✍🏾Gaafni kun gaafa rasuulli saallaallahu Aleyhi wasellam hijraaf gara madiinaa godaanan ture.sana booda Abii ayyuub tajaaajilaa rasuulaa tahee isa tajaajila...gaaf tokko nyaata qullubbii(shunkurtii adii)🧄wajjiin hojjataniii rasuulaaf kennan...rasuullis nyaata osoo hin nyaatin akkuma dhufetti deebiseef.....
✍🏾Abuu ayyuub rifatee maali?yaa ergamaa rabbii maaliif nyaatuu dhabde jedhee gaafate? Rasuullis salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi akkana jedhaniin "ani nyaata qullubbii qabu hin jaaladhus hin nyaadhus sabaabaan isaa ani malaa'ikoota wajjiin haasawa waan taheef malaa'ikoonni hafuura qullubii hin jaalatan jedheen"
🤌🏽Abii ayyuub_alansariin akkana jedhe....Anillee kana booda qullubbii hin nyaadhu ati waan hin nyaanneef jedhee rasuulatti fakkaate.....amala rasuulaa fudhate.....eega guyyaa saniitii takkaa qullubbii nyaadhee hin beeku jedha.
💐Saallaallahu Aleyhi wasellam
Share👇
https://t.me/tafak_or

21.04.202503:14
20.04.202507:12
بسم الله الرحمٰن الرحيم 🦋
ثم الصلاة مع سلام دائم على الرسول القرشي الخاتم🌹
🍂Mee haa jennuutii....ani muslima haa jennu....isinis muslima.....
✍🏾Ani akkanatti amana qur'aanni makluuqa.jedha.....
Daliilli/ragaan kiyya qur'anrraa....
"الله خالق كل شيء ".
(السورة الزمر ٦٢آية)
👌🏾Rabbiin uumaa waa humdaati kanaafuu qur'aanallee rabbiitu uume....
Kanaafuu qur'aanni #uumamaadha{makluuqa}
👌🏾Isin hoo maal jettu moo....na faalleessitu moo na deeggartu?....!
#tafak_or
18.04.202516:36
بسم الله الرحمٰن الرحيم ✨
الحمدلله رب العالمين والصلاه والسلام على اشرف المرسلين سيدنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
Mee har'a gaafiii tana yaalaa namni deemsa isaa/isii keessatti ergamaa Rabbii salawaatu rabbii wa salaamuhuu Aleyhi ❤️fakkaatu eenyu?!....👇🏾
Comment
@tafak_or
23.04.202506:13
🌹بسم اَللَّهِ اَلرَّحْمٰنِ اَلرَّحِيمْ
اَلْحَمْدُلِلَّهِ رَبٌِ العاَلَمِين ثم الصلاة والسلام على اشرف المرسلين خليلنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
✍🏾#KEYRIMAAFI.....
🌸Ibnul jawz Rahimuhullaah seenaa asiin gadii tana kitaaba isaanii keessatti barreessan.....
🍂Gaafa tokko motummaa tokkotu ture firaafiree osoo nyaatuu akka tasaa harka isaa albeedhaan mure if miidhe...dhiigni isarraa dhangala'e...sana booda ministera tokko qaba ture ministerichi kun yeroo heddu wanni rabbi fedhe keyrimaafi jechuu tana heddumeessa ture.ammallee gaafa motummaa isaa harki miidhame #keyrimaafi jedheen..
🤴Harki kiyya miidhamee osoo agartu #keyrimaafi jettaa😡?!.. jedhee aangoo isaatirraas akka bahu mana hidhaa keessattis akka darbamu ajaje😢...sana booda mana hidhaa geessuuf weyta qabaniin ammallee #keyrimaafi jedhee deeme.
🤴Gaaf tokko mutummaan kun gadi adamsaadhaaf gadi bahee...osoo deemuu karaan jalaa badee deemsa itttuma fufe deebi'uu dadhabee karaa hedduu deeme, osoo deemuu warra ibidda gabbaran(majuusatti)dhufe.jarri kun akkana jedhanii walii galan ture jalqaba nama nutti dhufee gabbaramaa keennaaf gorraana jedhanii walii galan...booda ,ootummicha qabanii gorra'uuf yemmuu jedhan quba isaa kan murame arganii...Aaah kuni rabbii keennaf hin tahu qaama guutuu miti jedhanii dhiisaniin....booda mootummaan kun gammadee jechi ministerri jedheen dhugaa tahuu hubatee gara mana hidhaa deemee akkana jedheen...
🤴Ministeera koo dhugaa jette harki kiyya muramuun keyrimaafi akkanatti du'a na oolchite jedhee waan isa mudate himeef....
🤴Garuu ati gaafa mana hidhaa si geessuuf deeman #keyrimaafi jettee mee maal keyrii qaba hidhamuun kee jedheen...?!!
👳♂Minesteeris...motummaa koo osoo hidhamuu baadhee si wajji deemee harka kee muramuu yoo argan ana kan qaama guutuu qabu qabanii na gorra'u ture jedheen.....
🫶HUNDUU KEYRUMAAFI...ABSHIR
Share

22.04.202516:18
✍️ Karaan kankee kan dadhabbii fi ulfaatinni isaa keessa deemuu si dhoorke kun, guyyaa tokko milkaahinnaan si jalaa dhumatee…
Milkaa’inna laaluu, dadhabbii fi imimmaan kankee kana hunda si dagachiisu gonfachuu hedda.
Guyyaa sana dadhabbinnaa fi ulfaatinna isaa osoo hin taane, cichoominnaa fi jajjabeenya kee qofa yaadatta..!!

21.04.202508:54
Dargaggummaan siif maali
👇👇
Deebii dargaggoonni islaamaa kennan
https://vm.tiktok.com/ZNdYP6nTd
👇👇
Deebii dargaggoonni islaamaa kennan
https://vm.tiktok.com/ZNdYP6nTd
20.04.202519:43
✍️ Yeroon takka qofti gahaa miti, yaalii kankee itti fufuu qabda, wantoonni gurguddoon yaalii takkaan hin dhufan..!!
@tafak_or
@tafak_or
19.04.202518:58
☆☆﷽☆☆
♡الحَمْدُ ِلله رب العالمین ثم الصلاة باالسلام تلتقی علی الرسول القرشی الختم♡
♤Ikwaanii fillaah.....
♤Yoom deemna, sa'aa kam deemna, dammaqaa moo rafaa taanee deemna,Biyya keessatti moo biyyaa baanee deemnaa, rabbi jaalachiisnee moo dallansiisnee deemna.... 😢Wlh eennullee hin beeku... akkatti duniyaa tanarraa godaanuuf deemu.
♤Garuu addunyaa tana gadi dhiifnee deemuun akka hin oollee ni beekne tolfannee, faayamnee, rabbi jaalachiisnee deemuuf qophaa'utu nu dhibe malee😢
♤Bar silaa qophoo ammuma yeroo rafuu deemnu tanarraa eegallaa osoo yaada akkanaa sammuu keessaa qabaannee... garuu #manaama/@Abjuu goonee bira tarre malee amrii aakiraa tana.
♤Bar silaa azkaara hirriba duraa jennee... yoo hirribni nu hin dhufin... zikrii gaggaarii osoo jennu hirribni nuun deema ture... garuu nuti mobile kenna #keellaa boruu jajjaba san nu jalaa awwaalee daganne malee amriiwwan aakiraa.
♧Lakki ani itti hojjataa jira dalagaa isinillee jechutti hin jiru.... 👇
♧"Maaliif akkana taane, ni bannaa, boru salphannaa, koottaa haa sirreeffannuu jechutti jira. "
Yaa rabbi keessa keennas gubbaa keennas sodaa teetiin nu faayi🤲
@Aamiin🥹
#Azkaara_hirribaduraa🫵😳🔔
share👇👇👇
https://t.me/tafak_or
18.04.202503:11
▫️▫️
The Morning and Evening Adhkār..
🖊️Written by:
His Eminence Shaykh/
Muhammad ibn Salih Al-'Uthaymin.
May Allah forgive him, his parents, and all Muslims.
أذكار الصباح والمساء: مقال مترجم للغة الإنجليزية يحتوي على الأذكار التي تُقال صباحًا ومساءً، وينبغي على كل مسلمٍ أن يتحصَّن بها يومه وليلته من كل شر، وهو بذلك يُطيع ربه ويستنُّ بسنة نبيه محمد - صلى الله عليه وسلم -.
Azkaara ganamaa fi galgalaa, kan sheek Saalih Al-Useymiin (Rahimahullaah) nuuf qooheessaniidha.

Shown 1 - 24 of 91
Log in to unlock more functionality.