Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Boqonnaa Sammuu💻🕋📡💿 avatar

Boqonnaa Sammuu💻🕋📡💿

Channel kenyaa irratti.
☞︎︎︎Odeeffannoo woqtawaa
☞︎︎︎Jechamoota
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota
Gorsa JIREENYA irraa argachu dandeessuu.
Yaada nuu kennuuf
@Ibni_dawud_bot

@laailaah_illallah_bot
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
Размяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаNov 08, 2023
Дадана ў TGlist
Oct 27, 2024
Прыкрепленая група

Рэкорды

23.04.202523:59
13.9KПадпісчыкаў
07.04.202523:59
50Індэкс цытавання
20.04.202504:03
157Ахоп 1 паста
20.04.202504:03
157Ахоп рэкламнага паста
07.03.202509:06
8.57%ER
20.04.202504:03
1.14%ERR

Развіццё

Падпісчыкаў
Індэкс цытавання
Ахоп 1 паста
Ахоп рэкламнага паста
ER
ERR
MAR '25APR '25

Папулярныя публікацыі Boqonnaa Sammuu💻🕋📡💿

07.04.202505:39
Qottoo kee qaradhu!

Namicha muka muruuf hojiif qacarame tokkotu, akka qacarameen hojii guyyaa guutuutti muka muruun kaffaltiin isaa immoo baay'ina muka muruun ta'uusaa hojjechiisaa isaa waliin walif galuun guyyaa jalqabaa muka gudguddaa kudhan (10) muree kaffaltii isaas fudhatee gammadaa manatti gale. Guyyaa lammaffaa muka saddeet (8), muruun, guyyaa sadaffaatti, muka shan (5)guyyaa afuraffaffaatti muka afur (4) guyyaa shanaffaatti muka sadii (3) guyyaa ja'affaatti muka lama (qofa) muruun hedduu ofitti aaree, abdiisaa kutatee guyyaa ja'affaatti hojii isaa dhiisuuf murteessee nama isa qacaretti hima.

Namicha muka muru:- "Hojii kana borii kaasee
dhaabeera."

Hojjechiisaa:- "Maaliif dhaabda? Maal taate?"

Namicha muka muru:- "Humnan muka muruuf baasu kan guyyaa jalqabaa caalaa jabeessaa adeemus, lakkoobsi muka ani guyyaatti muruu hedduu gadi bu'aaf hir'ataa dhufe.

Hojjechiisaa:- "Yeroo muka murtee xumurtee galtutti qottoo kee qartee beektaa?

Namicha muka muru:- "Lakki"

Hojjechiisaa:- "Qottoo doomaan muruuf yaalaa maaf nama komattaree? Rakkoon kee isa ta'uu mala jedhaan"

Namicha Muka Muru:- " Tole" jedhee gaafa qottoo qarachuun muru muka hedduu mure jedhama.

Mee Seenaa kana irraa maal barattu??

@boqonna_sammuu
22.04.202518:01
"Jaalalli dhugaa haala hin eegne keessatti mul’ata. Yeroo rakkinaa fi gammachuu wal bira dhaabbachuun, jireenya bareedduu ijaaruu danda’a. Namni si jaalatu yeroo hunda si bira ni jiraata!"
@Boqonna_sammuu qaabadhaa
Пераслаў з:
FI
Fafirruu ilallaah
13.04.202515:31
🔥📚📚📚📚❕❕❕ Dhugaawwan Psychology tokko tokko :

1. Jaalalaan qabamuun dhiibbaa niwurooloojikaalaa kan kookeenii wajjin wal fakkaatu qaba.

2. Sammuun diddaa akka dhukkubbii qaamaatti ilaala.

3. Dubartiin tokko iccitii dhoksuu kan dandeessu giddu galeessaan sa'aatii 47 fi daqiiqaa 15 dha.

4. Namoonni gorsa gaarii kennan yeroo baay’ee warra rakkoo baay’ee qabanidha.

5. Dubartoonni %99 jaalallee bifa ol aanaa, qaama gaarii, fi maatii sooressa qabu argachuu barbaadu, garuu shamarran irra caalaan isaanii dureeyyii fi bareedduu ta uu dhabuun isaanii nama gaddisiisa.

6.Nama jaallatte harka wal fuudhuun ykn hammachuun dhukkubbii qaamaa, akkasumas dhiphinaafi sodaa namarraa hir'isuu danda'a.

7. Namoonni yeroo qaamni isaanii dadhabe caalaatti amanamoodha. Kanaafidha namoonni halkan yeroo haasa'an waan isaanii himachuuf kan yaalan.

8. Wantoota sodaattu hojjechuun gammachuu siif kenna.

9. Sammuun kee yeroo dadhabdu caalaatti waa uuma.

10. Hiriyyummaan yeroo umrii waggaa 16 hanga 28tti uumamu walitti hidhamiinsa cimaa fi waaraa uumamuun isaa carraa guddaa qaba.

━━━━━━━━━━━
https://t.me/Fafirruu_ilallaah
22.04.202519:21
Dhukkubbiin gosa adda addaattu jira kan yeroo onneen kee boossu ijji kee hin boonne.

━━━━━━━━━━━
@boqonna_sammuu
20.04.202519:56
Saayikooloojiin amala namaa bakka gurguddaa sadiitti qoodee kaa'a!

1. #Passive_person

Namni kun yeroo hundaa
moo'amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf
ta'u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha. Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha.

2. #Aggressive_person ⛤⛤⛤⛤⛤

Namni akkasii immoo Kan Koo malee jechuu baay'isa, yaada nama biraa hin qooddatu, ni dheekkama, lafuma fayyaa si dhaanuu, ooduu, barbaada ija diimeffatee.

Namni kun ija jabinaan dorgooma hin qabu. Ana malee, of tuula, ana malee namni hin jiru jedha, sin kabaju, qoma dhiibee deema dhimma kee hin qabu. ★★★Hiriyaa akkasii sirraa haa qabu malee guyyaa adii qullaa si hambisa.⛤⛤⛤hanga ati sagalee qabdu qofa si kabajaa ★★Irraa isin haa baraaruu!!!!!!!

3. #Assertive_person !

Nama sammuu banaa qabu (open minded person), yaada nama biraa
giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf ta'u adda baasee keessaa
gadi fageessee fudhata, yaada isa ijaaruuf isa diigu beeka. Namni akkasii kun yaada namoota biroo fudhachuuf sammuunsaa
qophaa'aadha. Ilaalcha madaalawaa qaba, siin hin mormu, erga yaada kee hubatee si amansiisuuf ragaadhaan deeggaree yaadasaa dhiyeeffata.
Yeroo hunda ilaalcha qajeelaa qaba, nama hundaaf gaarii yaada, ilaalcha naannummaa, gandummaa, sanyummaa fi lagummaa of keessaa hin qabu, haasa'aan isaa ogummaan kan guutameedha. Fageessee yaada, fageessee tarkaanfata, hamma dubbatuun ol hojjeta, odeessuurra
hojiidhaan agarsiisuu filata. Namni sirriin isa kana.


By piroofeeseer Miratu Shanqoo

#Dhaamsa_Hayyuu

"Namaa Dinqisifadhu "professor miratuu shanqoo🙏
20.04.202519:45
👉Seenaa ajaa'ibaa tana itti dhihaadhaa dubbisaa!!.👇❤️‍🩹🫂
-------------------------------------------------------------------
⛂oowfi Ibn maalik ergamaa rabbiittiﷺdhufee Ni jedheen yaa ergamaa rabbii mucaan kiyya ""maalik"" isin waliin deemee ture lola ykn jihaada ((karaa rabbii irratti qabsaahuuf)) garuu hin deebinee maaltu isa mudate laata jedheen??
Jeeshiin/waraanni/ muslimootaa deebihee dhufee jira maalik《r a 》garuu hin deebine Mee maal goona je'ee ergamaa rabbiitti himatte:-

Ergamaan rabbiiﷺ akkana jedheen yaa oowfi atii fii haatti manaa tee jecha laa ""Howla walaa quwwata illaa billaah"" jechuu heddummeessa jedheen Nabiin

⛂Oowfi achumaan gara haadhaa manaa isaa deeme~= akkana jetteen haadhi mana isaa ergamaan rabbiiﷺ maal siif laatan fuurmaata yaa oowfi jennaana.. dhaamsa anaafi ati jechuu qabnu naaf dhaaman jedheen innis =--Laa howla walaa quwwata illaa billaah je'een""

⛂waan jette ilaalaa dubartiin mu'uminaa tan obsa qabdu tan qaamaaf qalbiin islaamummaa qabatte rabbiif rasuulatti amantee hidhatte dhugaa siin, jedhee jetten ergamaan rabbiiﷺ

⛂ taa'anii jecha 👉Laa howla walaa quwwata illaa billaa""
Jechuudhaan rabbii zakkaruu eegalan:- halkan keeysaa hulaan dhahame owfin ka'ee bane kan dhufee hulaa dhahe mucaa isaanii maaliki maalik sunuu haala addaatiin dhufe qabeenyaa waliin dhufe re'ee loon oofee""

⛂Abbaan ni gaafate maal akka isa mudate?? akkana jedhee deebiseef maalik abbaa isaatiif aduwwiin /diina/ nu qabee nu booji'ee

⛂saansalata sibiilaatiin harkaa fii miila nu hidhanii yeroo halkan fagaate hadiida ofirraa hiikun hin taanee oson ani hin beekin anarraa hiikkate harkaaf miila kiyya keessaa baafadhee dhufe kunis qabeenya mushrikotaati jedheen


⛂Ni gaafate abbaan yaa ilma kiyya nuhiifii aduwwii gidduu karaan dheerataadha akkamitti halkan takkaan murtee dhufte jedheen

⛂Wallaahi yaa abbaa yeroon saansalata keessaa bahu achumaan akka waan maleeykaan na baatee nafideetii jedheenAbbaa isattin..yaa obbolleyyanAkkiira mee dubbii tanna ga
20.04.202509:25
Kufaatiin mataa isaatiin waan hamaa miti, garuu irraa barachuu dhabuun sababa hin qabu.

—Alison Levine ━━━━━━━━━━━
@boqonna_sammuu
Пераслаў з:
Ibn Abbas Academy avatar
Ibn Abbas Academy
20.04.202503:47
Tafsiira Suurat Alkah Darsii 1ffaa hordofaa:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=aa5ad1b72cf24c493c
19.04.202520:49
16.04.202514:39
Umar ibnu Abdulaziiz Gaaftokko abbaa kiyya
Manaamaaniin argge isaa Akhaakhilttiilee keeyssa dhaabbatu
Akkasittiin gaafii takka gaafadhe
Yaa abbaa dalagaa ati amma dura daleeydde keeyssaa
Tan irra caalttu tam gartte ?
Abbaan isaa istighfaara ja een

Rabbiin is tighfaara godhuu nuuf haalaaffisu

‏[شرح البخاري لابن بطال٧٨/١٠].
✍️M.A
16.04.202514:37
Karaa keessa dabartetti qoree hin facaasin maaltu beeka miila qullaa kessaa deebi.uu dandeessa. 

————————

@boqonna_sammuu
Пераслаў з:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION avatar
RAFIQUL ISLAM PROMOTION
16.04.202510:59
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮?
What channels do you want?
ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ?

Namoonni Channel Keessan Keessa Irratti Admin naaf kennitannii keessa Hin Jirre Keessaan Na Qunnamaa.

Free Waver: @Rafiqul_Islaam
15.04.202517:59
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

Ads: 👇👇👇👇
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.