Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
HUMNA JABAA avatar

HUMNA JABAA

Learn ✓
Do✓
Teach✓
@Humna_Jabaa

Kaayyookeef jabina🥰
YouTube keenya #Subscribe godhaa
👇👇
https://www.youtube.com/@MaalMallisaa-mx2kn
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
Размяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаJun 10, 2023
Дадана ў TGlist
Aug 15, 2024
Прыкрепленая група

Рэкорды

08.04.202523:59
31.7KПадпісчыкаў
28.03.202515:11
1300Індэкс цытавання
14.04.202522:11
1.5KАхоп 1 паста
15.04.202502:34
1.5KАхоп рэкламнага паста
08.03.202504:25
8.66%ER
14.04.202521:43
4.62%ERR

Папулярныя публікацыі HUMNA JABAA

10.04.202517:42
Warri like naa goochaa turtan comment jalatti 1 naa barreessaa.
Galatoomaa💥💫🌟
19.04.202506:55
Giveaway🎉🎉
22.04.202518:02
⚡️ Nama cimaa ta'i jechuun hin kufin jechuu miti; kuftee ka'uu danda'uu qabda. Gammadaa ta'i jechuun hunda qabaadhu jechuu miti; waan qabdutti gammadi jechuu dha malee. Diina kee jaaladhu jechuun diinni gaarii dha jechuu miti; jibba caalaa jaalalli hunda caala jechuu dha malee.

Dhiifama godhi jechuun hin miidhamne jechuu miti; Garaa keessatti haaloo kaawwachuun rakkina biraa waan qabuuf malee. Hojii jaaladhu jechuun hojiin ati amma hojjataa jirtu gaarii dha jechuu miti; Boru akka hojiin gaariin si eeggatu hojii har’a hojjataa jirtu jaaladhu jechuu dha malee. Callisi jechuun hin dubbatin jechuu miti; kan biraas dhaggeeffachuuf gurra kenni jechuu dha malee. Abbaa garaa hin ta'in jechuun hin nyaatin jechuu miti; Haqa nama biraa hin nyaatin jechuu dha malee. Hin dallanin jechuun ati miira hin qabdu jechuu miti; dallansuu kee irraa dafii deebi'i jechuudha malee.
@Humna_Jabaa
@Humna_Jabaa
15.04.202511:36
Yeroo umuriin kee dabalaa deemu obsa horachaa deemta, namoota waliin falmuu fi mormuu dhiisuu eegalta, wantoota gatii hin qabneef  dhiphachuu nii dhiista. sammuun kee waan bilchaatuf namni maal abbaasaa fida jechuu nii dhiista (nama tuffachuu nii dhiista), nama gaddisiisuu fi nama muufachiisurraa of qusatta.
qarshii, qabeenya fi aangoo caalaa gatiin namaa qaalii akka ta'e nii hubatta. Wantoonni namoonni irratti waliin falmanii fi walitti bu'an si ajaa'iba. Wanta gatii hin qabneef dubbachuu fi dubachuun kee iddoo itti sin fayyadnetti callisuun akka gatii guddaa qabu nii hubatta. Irra Caalaa immoo kan nama gammachiisu, jechoota uumaa keeti fi ajaja uumaa keetii hubachuufis ta'ee hojiirra oolchuf hin rakkattu. Kana jechuun filannoon kee inni tokkoffaa uumaa kee akka ta'e nii hubatta.

@Humna_Jabaa
14.04.202517:24
Nama jalqaba kee laalee si tuffate osoo hin taane, nama kaayyoo kee laalee si hubateef bakka kannif.🫰
@Humna_Jabaa
09.04.202519:02
Ammaaf sadarkaa 6ffaa irra jirra warreen haftan like godhaa na moosisaa, saa'atii muraasatu hafee,yoo isin like gootan 1ffaa bahuu waan dandeenyuuf like gochuun tokkummaa keessan natti agarsiisaa.✅

Link isaa tuqaa seenaa👇
https://t.me/Giveaways_Place/25?comment=360
08.04.202519:07
ENYUTU INJIFATA?

1.ARSENAL ✅
2. RIYAAL MADRID
Kan keessan kamidha?
Tilmaama keessan barreessame
15.04.202517:50
Matama Gaandi
@Humna_Jabaa
• “Amantiin kee yaada kee ta’a.
• Yaadni kee dubbii kee ta'a.
• Dubbiin kee gocha kee ta'a.
• Gochi kee amala kee ta'a.
• Amalli kee gatii kee ta'a.
• Duudhaaleen kee hiree kee ta'u.
• Fuuldurri kee waan har’a hojjettu irratti hundaa’a.”
@Humna_Jabaa
@Humna_Jabaa
02.04.202509:09
Namni kamuu waan uumamaan kennameef ni qaba. Addunyaa jijjiiramaa keessa waan jirruuf waan dabalataan argannuu fi kan dhabnuuf kan dagannus jiraachuu mala.
@Humna_Jabaakoo28
17.04.202519:23
Jireenya mi’aawaa jiraachuuf
qabsoo hadhaawaa dabarsuun dirqama!
@Humna_Jabaa
23.03.202517:54
"Guddinni kee namoota jijjiirama kee hin barbaanneef sodaa dha."

  -Post Malonin
  ━━━━━━━━━━━
@Humna_Jabaakoo28
08.04.202511:12
Jireenya gammachuu jiraachuu yoo barbaadde,kaayyoo keetti malee nama ykn waan biraatti hin hidhatin.

━━━━━━━━━━━
@Humna_Jabaakoo28
10.04.202518:49
React, like keessan channel kana irratti itti haa fufuu bayyeen isin jaalladhaa,isin kabajaa💯
Channel keenya share godhaa
Deemsi gara duraatti✍️
👇👇👇
https://t.me/HUMNA_JABAAKOO28
07.04.202513:04
Gammachuu isaaniif jecha isaan dhiisuunis, Jaalala gosa biraati :)

━━━━━━━━━━━
@Humna_Jabaakoo28
08.04.202520:18
Aarii irraa fagaadhu, si qofa dhukkubsa waan ta'eef. 

━━━━━━━━━━━
@Humna_Jabaakoo28
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.