Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
QAROO ACADEMY avatar

QAROO ACADEMY

Barsiisuufi barachuu dubbisuufi dhageeffadhu aadaa haa godhannuu!!
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
Размяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаOct 22, 2023
Дадана ў TGlist
Dec 24, 2024
Прыкрепленая група

Рэкорды

17.04.202523:59
6.6KПадпісчыкаў
29.11.202423:59
0Індэкс цытавання
06.04.202513:55
313Ахоп 1 паста
06.12.202423:59
45Ахоп рэкламнага паста
21.02.202503:28
12.50%ER
06.04.202513:55
5.01%ERR

Папулярныя публікацыі QAROO ACADEMY

Haati lubbuu namaaf kennitu Hospitaalatti da'uuf qarshii gaafatamuu hin qabdu

jedhe Pirizdaantii Burkina Faso
#IbrahimTraore

Burkinaa Faasootti har'a irraa Eegalee Hospitaalonni Mootummaa hundi Dubartoonni Dahaaf gaafa dhufan Bilisaan akka tajaajilaman murtaa'eera. "Ani Dubartii irraan dhaladhe,
Haadholiin tokko dachee kana irratti lubbuu fiduuf kaffaltiin itti kaffalamuu arguu hin barbaadu."

Harmeen kiyya yeroo Ana deessu hiyyeettii waan turteef sababa kaffaltii dhabuutiin hanga lubbuu dhabuutti geessee turte,Akka Uumaatiin hafte,Silaa har'a Pirezidaantii biyya kanaa hin ta'un ture. Kanaafuu haati lubbuu namaaf kennitu hospitaalaaf kaffaluu hin qabdu. Biyyoonni Afriikaan muraasni booda kana pirizdaantota qalbii qaban argachaa dhufaa jiru,

Tarkaankiifiin kun biyya keenyarraas nii eegama!.🥰
Yeroo ogeessi miidiyaa isii waraabuuf gara isiitti siqu waan beela'e seetee daabboo nyaataa turte ofii dhiiftee hoodhu jettee itti hiixatte 😭

Kun daa'ima Gaz*💔*zaati 🇵🇸

Yaa Shaam diinonni kee gamoo dhedheerop qabu, masaraa badhaadhes qabu kan nama diina namoomaatiin bulan. Ati garuu nama namaaf qorichaa, kan onnee bal'aa, rahmata godhaa, jaalalaan mara bo'un badhaateetta.


Free palestine 🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸
Пераслаў з:
Crypto forex💰💰 avatar
Crypto forex💰💰
💎 የዛሬውን ተጠባቂ ጨዋታ ለመመልከት ከታች ያለውን ሊንክ ይጫኑ live

👉  https://t.me/addlist/Qk3Td-DjYQlhMmQ0

Add yours  @jowaver
24.03.202522:18
Kaayyoon Kee Ol'aanaan Maali?
Kayon Ke Ini Ol'anan Jalal Rabi Olta'a Argachu Ta'u Qaba.
•Kaayyoon Kee Ol'aanaan Jaalala Rabbii Olta'aa Argachuu Yoo Ta'e, Namni
Waan Si Jibbeef Hin Gadditu, Si Jaalateef Hin Boontu. Sababani Isaas Ati
Kayyoo Mataa Keeti Qabda(Jaalala Rabbii)
•Jireenya Keessatti Yommuu Namni Nu Jibbu Ykn Arrabsuu Hangam
Keessi Keenya Akka Jeeqamu Fi Boora'u Hundi Keenya Ni Beekna. "Sila Ani
MaalBalleesseeNamoonniNaJibbuu?SilaWaanBadaaIsaanitti
Hojjadhee?" Jechuun Of Gaafanna.
•Hanga Feete Waan Gaarii Hojjadhu, Ammas Kan Si Jibban Ta'anii
Argachuu Dandeessa.
•Furmaanni Kanaa: "Kaayyoon Kee Guddaan Rabbiin Gammachisuu Yoo
Ta'e Ergasii Haala Bareedan Hojii Gaarii Yoo Hojjatte, Jibbaa Fi Dubbii
Namootaatiif Gonkumaa Dantaa Hin Kennin."Kuni Wanta Tasgabbii
Namaaf Kennuudha.
•Jaalala Namootaa Argachuuf Yoo Carraaqte, Har'a Yoo Sitti Gammadan
Boru Sitti Mufatu.
Ilma Nama Hala Iti Fufan Gonkuma Gamachisu Hin Dandesu.
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.