Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Oro liverpool avatar
Oro liverpool
Oro liverpool avatar
Oro liverpool
✅ Chaanala keenya kana irratti odeeffannoo sport wal-irraa hin cinne 24/7 isin biraan gahuuf gareen chaanala keenya qophii isaa xumuree Hojii eegalleerra....

[Chaanala keenya kana kan adda godhu taphoota eegamoo torbanii tamsaasa kallatti sagaleen dabarsuu eegalu keenyadhaa....]

Join now!! 👇👇
Can't wait
20.04.202504:06
Mat. 28
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵........., "Isin Yesusin isa fannifamee ture akka barbaaddan anuu beeka. Hin sodaatinaa!
⁶ Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!

✞✞Baga guyyaa yaadannoo gooftaa keenyaa yesuus kiristoosii bara 2017 nagaan geessaan.✞✞

            ✞✞Ayyaana gaarii✞✞❤
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
              ✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
              ✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
                              ✞✞✞
✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞
16.04.202518:54
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂

Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
13.04.202517:10
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
Addatti dhiira akkasii Liverpool keessaa qabaachuun gootummaadha yeroo takka #vandick jabaa qabnu nuuf Haa jiraatu

We have amazing 👏 😍 #captain
Пераслаў з:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
20.04.202512:49
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
🚨Conor Bradley n taphataa cimaa waggaa garee biyyaalessaa Northernireland jedhamuun badhaafamee jira.

✅️ Badhaasichas wiirtuu Leenjii AXA keessatti kan inni harkaan gahate

Congratulations ❤️ 🎊 👏
20.04.202503:01
"Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keeyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame" Isa. 53 : 5

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi Baga guyyaa Yaadannoo Fannoo Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!

https://t.me/oro_liverpool21
https://t.me/oro_liverpool21
16.04.202518:35
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵
Tapha Newcastle fi M.United taasisaa jiran tamsaasa kallatti sagaleen hordofuuf chaanalota armaan gadii join godhaa!! 👇👇
13.04.202515:18
Yeroo takka lamaan kana nuuf jiraadhaa jedhaan

Like 👍
Today's venue 📍
Пераслаў з:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
20.04.202506:07
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!! 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2684
Пераслаў з:
DAMBALII KOLFAA avatar
DAMBALII KOLFAA
18.04.202515:46
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa 😊

https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2673

⚡Join @Dambalii_Kolfaa🔔
16.04.202512:47
🙏Gaaffii har'af qabanne xumurreerra

➩ 4 keessa hamma argattan reaction dhaan agarsiisaa👇
0.😭
1.😁
2.👍
3.👏
4.❤

⚜Waan nu waliin turtaniif galanni keenya guddaadha


🔉Guyyaa gaarii qabaadhaa.


⚡️share
@oro_liverpool21 🔔
Andy Robertson erga own goal godhee goolii nutti galcheen booda baay'ee kan naheedha

Deeggartoota Liverpool fi taphattoota akkasumaas leenjisaa keenya illee rifachiiseera

Kana hundumaa virgil vandick goolii galchuun gammachuutti jijjiireera.

Liverpool forever ❤️ ♥️ 😍
Liverpool Waancaa Premierlegue milkeeffachuuf qabxii 2 qofa barbaada
DEGGERTOONNI CHELSEA HUNDI KEESSAN BAGA GAMMADDAN

CHANNEL CHELSEA QABANNEE ISINII DHIFNEE JIRRAA. MAARREE ISINIMMOO BAKKA "JOIN" JEDHU TUQUUN ITTI DABALAMA ODUULEE CHELSEA IRRAA BARADHAA

CHANNEL KANA KEESSATTI ODEEFFANNOOWWAN CHELSEAN WAL QABATAN KANNEEN AKKA

🔷☞🔹JIJJIIRRA TAPHATTOOTA CHELSEA
🔷☞🔹SEENAA TAPHATTOOTA CHELSEA
🔷☞🔹TAPHA KALLATTIIDHAAN
🔷☞🔹FI KANNEEN KANA FAKKAATAN

💙💙💙💙CHELSEA💙💙💙💙
Пераслаў з:
ABDII OROMOO avatar
ABDII OROMOO
20.04.202504:48
Ayyaana kanaan guyyaa kolfaaf bohaartii qabaachuu barbaaddu taanaan ammuma channel gadii join godhaa guyyaa gaariis dabarsaa.

Share now ➩
@baacoo_daboo
Share now ➩
@baacoo_daboo
Varjil Vaandaayik waliigaltee hanga bara 2027 Liivarpuul keessa isa tursiisu mallatteessee jira.
🔞 viidiyoo sukaneessaa kana kanneen umuriin keessan 18 gadi tahe akka hin ilaalle!! 🔞
13.04.202515:23
Chaanaalii kana keessatti :-


☞︎| Farafannaa Haaraa Fi Kan duraa
☞| Sirbootaa Haaraa Fi Kan duraa
☞| Seenaawwaam gootootaa oromoo
☞| Suuraawwan gootootaa oromoo
☞| Jechoota , Mamaksaa ... Gargaraa ni argattuu


REACT GOCHUUN NU JAJABESSAA

Join Chanal 👇👇

https://t.me/Oro_Art12

https://t.me/Oro_Art12
WALIIN AARTII KEENYAA HAA GUDDIFNU
13.04.202514:56
Xumurameeraaaa 🔥❤️❤️‍🔥🥰🎊
Паказана 1 - 24 з 88
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.