Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
@MALKAA_MILKII 💜 avatar

@MALKAA_MILKII 💜

https://t.me/Milkii_11
Chaanaalii kana keessaan:- 👇Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!
#JOIN
#Share @MALKAA_MILKIII
Yaada keessaniif 👉
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
Размяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаСерп 14, 2023
Дадана ў TGlist
Бер 22, 2025
Прыкрепленая група

Статыстыка Тэлеграм-канала @MALKAA_MILKII 💜

Падпісчыкаў

12 561

24 гадз.
14
0.1%Тыдзень
159
1.3%Месяц
204
1.7%

Індэкс цытавання

25

Згадкі1Рэпостаў на каналах0Згадкі на каналах1

Сярэдняе ахоп 1 паста

89

12 гадз.90%24 гадз.89
884.9%
48 гадз.9
28.6%

Узаемадзеянне (ER)

44.44%

Рэпостаў1Каментары0Рэакцыі4

Узаемадзеянне па ахопу (ERR)

0.07%

24 гадз.0%Тыдзень
0.1%
Месяц
0.11%

Ахоп 1 рэкламнага паста

89

1 гадз.4955.06%1 – 4 гадз.3438.2%4 - 24 гадз.5966.29%
Падключыце нашага бота да канала і даведайцеся пол аўдыторыі гэтага канала.
Усяго пастоў за 24 гадзіны
1
Дынаміка
3

Апошнія публікацыі ў групе "@MALKAA_MILKII 💜"

⭐ Harroonni Sadii Utuu Waliin Haasawaa Jirani Harrichi Inni Tokko "huuuuuhiiiihaaaa" Jedheen,Har'ee Inni 2ffaa immoo "haaahiiiiiihaa" Jedhee Deebiseef

Harrichi Inni 3ffaa Immoo Kunoo Hanga Ammaa Taa'ee Barreeffama Kana Dubbisaa Jira😁😁

💥 @MALKAA_MILKIII
🔞🔞ከ18 አመት በታች ለሆናቹ አይመከርም 🔞🔞

🔞🔞ኧረ ጉድ የሀበሻ ቅሌት video ለማግኘት ከስር በመንካት Request ይላኩ ወይኔ ሀበሻ 🔞🔞

https://t.me/+OXQpLfequPk2ZGM0
https://t.me/+933VIyP3VVk5ZmE0
https://t.me/+E5vtWwxctxtiNTNk
https://t.me/+pr98VABUUCg3NGE0
HADIISA AJAA'IBAA KANA ITTI DHIHADHA.
~~~~
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula { Sallallaahu alleeyhii wassallam } gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuulii { S.A.W } akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha SIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne ( kan diliin isaa waa xiqqoo ) Akka hangaasuutti, hanga libsuu
ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul { S.A.W } xarafa siraax dhaabbateeti
Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa
rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis { S.A.W } maaltu siboochisa
ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul { S.A.W } akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin
yaadatu! Kanaaf addunyaarratti kheeyrii
haa carraaqannuu..

@MALKAA_MILKIII
Пераслаў з:
N
*****ny
🛜 ለ 𝗗𝗔𝗧𝗔 ብር እየከፈላቹ ነው ምትጠቀሙት? 🇪🇹
        አዎ እንዳትሉኝ ብቻ 😁

📌ለ ᗪᗩTᗩ ᑭᗩᑕKᗴᘜᗴ  መግዛት ቀረ እኮ 😎

🪼 ይሄ 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 ሰውን ሁሉ ነፃ internet እያስጠቀመ ነው  ቶሎ 𝗝𝗼𝗶𝗻 ብላቹ ሙሉ አሰራሩን ማየት ትችላላቹ😊
Пераслаў з:
KEBEKI TUBE avatar
KEBEKI TUBE
Channel megizat mitfelegu kawone inbox
@Mr_wave07
✅ BEEKSISA 👀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒄𝒊𝒄𝒄𝒊𝒎𝒐𝒐 𝒇𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒂𝒅𝒅𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂.
👇🏻Isaanis:-
Пераслаў з:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION avatar
RAFIQUL ISLAM PROMOTION
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮?
What channels do you want?
ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ?

Namoonni Channel Keessan Keessa Irratti Admin naaf kennitannii keessa Hin Jirre Keessaan Na Qunnamaa.

Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Пераслаў з:
Crypto money maker avatar
Crypto money maker
DSTV ቤት መሄድ ቀረረረረረ

የፈለጉትን ጨዋታ በ LIVE STREAM የሚያሳይ ቻናል ተከፈተ 👇

https://t.me/addlist/Qk3Td-DjYQlhMmQ0

Add your channel @jowaver
እስከ 100 $ Usdt የምታገኙበት ምርጥጥ Online ስራ
ለመጀመር Start በሉ
Пераслаў з:
N
*****ny
የምስራች አሁን online ላላችሁ ብቻ ጥያቄ ና መልስ ልንጀምር ነው

1⃣ ለወጣ 500 ብር ካርድ
2⃣ ለወጣ  250 ብር ካርድ
3⃣ ለወጣ  100 ብር ካርድ

👉 ዝግጁ ከሆናችሁ ጀምር የሚለውን ይጫኑ
Пераслаў з:
N
*****ny
🛜 ለ 𝗗𝗔𝗧𝗔 ብር እየከፈላቹ ነው ምትጠቀሙት? 🇪🇹
        አዎ እንዳትሉኝ ብቻ 😁

📌ለ ᗪᗩTᗩ ᑭᗩᑕKᗴᘜᗴ  መግዛት ቀረ እኮ 😎

🪼 ይሄ 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 ሰውን ሁሉ ነፃ internet እያስጠቀመ ነው  ቶሎ 𝗝𝗼𝗶𝗻 ብላቹ ሙሉ አሰራሩን ማየት ትችላላቹ😊
"HIV-n na qabe; gara manattin deebi'aa jira!"

"Namichi lammii Itoophiyaa biyya alaa jiraatu tokkotu haadha isaaf bilbilee, "Harmee HIV-n qaba kanaaf gara manaatti deebi'aan jira." jedhe

Haatisaas akka gara manaatti hin deebine isa kadhatte. Gurbaanis "maaliif akkas jette?" jedhee ishee gaafate.

Haati sunis "Yoo mana dhufte haati manaankee dhibee kanaan sirraa qabamtee obboleessa keetti dabarsiti. Obboleessi kee immoo hojjettuu mana keenyaatti dabarsa. Hojjettuun mana keenyaa immoo Abbaa keetti dabarsiti. Abbaan kees natti dabarsa. Animmoo konkolaachisaa keenyattin dabarsa. Konkolaachisaan keenya immoo obboleettii keetti dabarsa. Obboleetti keetti immoo yoo darbe, jiraattota gandaa kenyaa guutuutti darba.

Kanaaf kophaakee du'i malee nun nufudhattee hin du'iin" jette harmeen gurbaa!
Wal fudhannee du'uurra kopha kophaa haa duunu jechumaafi!😁

Wayyooo kan siif gale ni jiraaaa

Mee 🙈🙈😁😁👏👏👍👍😂😂😜😜 ⭐⭐⭐

💥 @MALKAA_MILKIII

Рэкорды

20.04.202523:59
12.6KПадпісчыкаў
02.04.202523:59
400Індэкс цытавання
20.04.202512:50
89Ахоп 1 паста
20.04.202512:50
89Ахоп рэкламнага паста
19.04.202514:11
44.44%ER
19.04.202523:59
0.55%ERR

Развіццё

Падпісчыкаў
Індэкс цытавання
Ахоп 1 паста
Ахоп рэкламнага паста
ER
ERR
БЕР '25БЕР '25БЕР '25БЕР '25БЕР '25КВІТ '25КВІТ '25КВІТ '25

Папулярныя публікацыі @MALKAA_MILKII 💜

17.04.202511:40
✅ BEEKSISA 👀
𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒄𝒊𝒄𝒄𝒊𝒎𝒐𝒐 𝒇𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒂𝒅𝒅𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒂.
👇🏻Isaanis:-
12.04.202511:33
"HIV-n na qabe; gara manattin deebi'aa jira!"

"Namichi lammii Itoophiyaa biyya alaa jiraatu tokkotu haadha isaaf bilbilee, "Harmee HIV-n qaba kanaaf gara manaatti deebi'aan jira." jedhe

Haatisaas akka gara manaatti hin deebine isa kadhatte. Gurbaanis "maaliif akkas jette?" jedhee ishee gaafate.

Haati sunis "Yoo mana dhufte haati manaankee dhibee kanaan sirraa qabamtee obboleessa keetti dabarsiti. Obboleessi kee immoo hojjettuu mana keenyaatti dabarsa. Hojjettuun mana keenyaa immoo Abbaa keetti dabarsiti. Abbaan kees natti dabarsa. Animmoo konkolaachisaa keenyattin dabarsa. Konkolaachisaan keenya immoo obboleettii keetti dabarsa. Obboleetti keetti immoo yoo darbe, jiraattota gandaa kenyaa guutuutti darba.

Kanaaf kophaakee du'i malee nun nufudhattee hin du'iin" jette harmeen gurbaa!
Wal fudhannee du'uurra kopha kophaa haa duunu jechumaafi!😁

Wayyooo kan siif gale ni jiraaaa

Mee 🙈🙈😁😁👏👏👍👍😂😂😜😜 ⭐⭐⭐

💥 @MALKAA_MILKIII
18.04.202519:52
HADIISA AJAA'IBAA KANA ITTI DHIHADHA.
~~~~
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula { Sallallaahu alleeyhii wassallam } gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuulii { S.A.W } akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha SIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne ( kan diliin isaa waa xiqqoo ) Akka hangaasuutti, hanga libsuu
ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul { S.A.W } xarafa siraax dhaabbateeti
Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa
rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis { S.A.W } maaltu siboochisa
ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul { S.A.W } akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin
yaadatu! Kanaaf addunyaarratti kheeyrii
haa carraaqannuu..

@MALKAA_MILKIII
27.03.202511:08
Yoo namaaf daangaa darbitee hedduu dhiphatte, yoo yaada namni alaa sii kennurra dhaabbattee murtii fudhatte,yoo jiruu tee nama biraa wajji waldirgomsiistee jiraachuu jalqabdeefi yoo namni hundi natti duulaa jira jettee ufitti murteessitee nama shakkuu jalqabde,bakki ati irraa kaatee geettu tokkollee hinjiruu gadi dhaabbadhu.

Eeee
Namni hundi dhimma ufiitiif raatahaa jiraa beeki, namni hundi dhimma ufiitiif si barbaadaa hubadhu namni hundi uf dursa malee si quba hinqabuu gadi taa'i.

ila.
Bilbila waggaa tokkoof sii bilbilame keessaa,nama meeqatu hujii sii arge jedhee sitti bilbile laali,nama meeqatu qarshii sii kenna jedhee sitti bilbile argi, nama meeqatu bilbilaan du'aa'ii sii godhe taajjabi, nama meeqatu karaa irra hinjirtuu taa'i jedhee si gorse xiinxalli,nama meeqatu hamiifi komii namaa sirraa dhoorge mee taajjabi,meeqatu manatti sitti dhufee si gorfate laali,nama meeqatu gurra kee sii tikse daawwadhu,nama namooma qabu qubaan lakkooftee argattaa,ka gorsaafi qorsa sii tahu xinnoodhaa cal jedhii hujii keetitti lixii kurraaza namaa dhiisii ol bahii aduu ufiifi namaafis iftu tahi.

Yaaaa
Namni jiruu kee sii jiraatu tokkollee hinjiruu beeki, waan ati irra jirturratti yaadni kennama malee,ufii yaada gaariifi hujii gaarii burqisiisee kan itti si affeeru hinjiruu dhiisi,ufumaa uf affeeltee nyaata ormaa tahuu irraa uf qusadhu.

Obbolaa
Namni gariin,kanuma namni dhalachuu isaatuu hin beeknetu namni maal naan jedha jedhee murtii sirrii hin taane fudhatee fiigaa taajjabi,gabaa isa bittu tokkollee osoo hin qabaatin,ufumaa gabaa uf taasisaa oolaa xiinxalli,dubbii qofaan akka waan hujiin dhiphateetti uf cinqee yeroon itti dhiphataa oolaa hubadhu.

Jaaloo
Ka bakka kee bu'u'ka akka kee tahu heddutu jiraa. ana malee lafti dukkana jechuu dhiisii,ifaa jireenyaa mataa keetiitiif duungoo naannoo kee sii ibsu qabsiifadhu.

Hey
Baatiin Ramadaanaa dhuftu tuni,kan karoora kee itti bocattu,kan kaayyoo kee itti murteeffattu,kan galma bira gahuuf deemtu itti murteeffattu,kan ijjannoo kee waggaa murtii irra geettu akka siif taatu torbee kana keessa itti qophaawii eeggadhu

Yooooo
Waggaa dhufu,barnootni kee,qabeenyi kee,jaalalli kee,ilmaan kee,maatiin keetiifi hubannaafi bilchini kee dhibbantaa hangamiin akka guddachuu qaban murteessi,murtii qofa osoo hin taane,humnaafi ga'uumsa kee wajji sakatta'ii hujitti galuu yaali.

Santu Seera!
Baatii Ramadaanaa ta Barakaa qabdu Rabbi nuu haa taasisu.

Ustaz Sufian Ousman ✍️

Join 👇
@MALKAA_MILKIII
22.03.202509:56
“Jireenya milkaa'aa jiraachuuf qajeeltoowwan jireenyaa sirnaan hojiirra oolchuun barbaachisaadha!”......jedhu hayyoonni.

1) Inni jalqabaa of simachuu /self acceptance / seenaafi muuxxannoo gaarii qofa osoo hin taane seenaafi mudannoo jireenyaa gaarii hin taanellee simachuun barbaachisaadha.

2)  kaayyoo jireenyaaf jiraachuu dha/ Living for life purpose/ jedhu hayyoonni.

3) Dorgommii hin taaneerraa fagaachuun /Avoiding competition/ barbaachisaa ta'uu hayyoonni ni gorsu.

4) Ilaalchaafi yaada qajeelaa/ positive thinking/ qabaachuudha. Yeroo hunda hamaa yookiin jallina yaadda yoo ta'e gammachuu argachuu hin dandeessu.

5) Yeroo hunda barachuuf eeyyamamoo / Being Willing to learn /  Yeroo hunda dubbisuu, gaafachuu, hubachuun sirraa eegama.

6) Qaroominaan fuula duratti imaluu / walking with Wisdom/ Qaroominni /wisdom/ beekumsarraa adda ta’uu hubadhu. Akkamitti akka jiraattu, akkamiin rakkoo akka furtu, hojii milkaa'aa akkamitti hojjechuu akka dandeessu si barsiisa.

7) Dandeettii yookiin beekumsa addaa / Being intelligent / qabaachuunis gaariidha. Dandeettii miira ofii to'achuu /emotional intelligent/ qabaachuun barbaachisaadha.

8) Beekmsa saayinsawaa, amantaafi aadaa qabaachuu dandeessa, miirakee hin to'attu taanaan beekumsa qabaachuunkee gatii hin qabu jedhu beektoonni.

9) Miira ofii to'achuun murteessaadha jedhu hayyoonni.

10) Haala salphaan namatti qabamuufi  aaruun /Taking no offence easily / barbaachisaa miti jedhu hayyoonni.

11) Jireenya galateeffannaa qabu / Leading life with gratitude / jiraachuunis murteessaadha.
Fayyaafi nageenya qabaannaan isaatti gammaddi, waan of harkaa qabdutti, ooltee buluukeetti galateeffadhu. 

12) Jireenyakee keessatti waan gaarii /Going for the best/ barbaadi jedhu hayyoonni. Waaqa yoo kadhatu waanuma xiqqaa hin kadhatiin. Isa guddaa eenyuuf dhiista? Addunyaan kun waa hedduu of keessaa qabdi, fageessii yaadi, mul'ata fagoo, karoora hiixataa qabaadhu.

13) Jireenyakee keessatti yeroo eeggadhu /Understand the timing / jedhu hayyoonni. Dursuunis, boodatti hafuunis gaarii miti. Yeroodhumsaatti waa raawwachuun gaariidha.

14) Waan jijjiiruu yookiin sirreessuu hin dandeenye tokko ittiin hin falmiin, amanii fudhu/ accept what you can't change/ jedhu hayyoonni. Namoonni tokko tokko waan jijjiiruufi sirreessuu hin dandeenyeen waggaa dheeraa of dhiphisaa, gaddaa jiraatu.

15) Iddoo itti loltu filadhu / Chose your wars/ jedhu hayyoonni. Jireenyakee keessatti, bakka hojiitti yookiin hawaasa waliin jiraattu keessatti yeroo hunda waldhabaa, walwaraanaa jiraachuu hin qabdu.

16) Dhiifama godhi, haaloo hin qabatiin/ Forgiving all and avoiding vengeance/jedhu hayyoonni. Haaloo qabdee jiraatta, dhiifama hin gootu taanaan carraa dhibeewwan garaa garaatiin qabamuu babal'ifataa akka jirtu hin dagatiin

17) Jireenyi qormaataan waan guutamteef qormaata addaa addaa dandamadhu/ perserve in suffering /jiraadhu, gammachuufi boqonnaa qulqulluu/pure joy and rest/ filadhu.

18) Miidhagina keessoof/ Value inner beauty / gatii olaanaa kenni, namoonni miidhagina keessoof osoo hin taane miidhagina alaa mul'atuuf maallaqa hedduu akka dhangalaasan hin dagatiin. Miidhaginni dhugaan keessoo namaa jira. Miidhaginni kunis naamusa gaarii qabaachuudha jedhu hayyoonni.

19) Nama hin tuffatiin, ofis hin tuuliin, amalaafi naamuusa gaarii qabaadhu, / being humble and not despising others/.

20) Jireenyakee hunda naamusaan hooggani. Kennuufi fudhachuu/ Giving and receiving / bari, wanti si biratti gatii hin qabne isa kaaniin akkanni gammachiisu hubadhu.

21) Keessookee dhaggeeffadhu, Follow your heart/ Nama kabajni maluuf kabaja kenni, /Give due honor /angafakee, maatiikee, dursaakeefi nama hunda kabaji, yeroo hunda waaqakee kadhu/ pray seriously / akka amantaakeetiitti yeroo hunda kadhadhu.

22) seenaa gaarii hojjedhu,/ Make history leave legacy / biyya keetiif, maatii keetiif, dhaloota itti aanuuf seenaa hojjechuu yoo dadhabdellee dhalakeetiif seenaa gaarii kaa'i jedhu hayyoonni.  Via Orooliyaanaa Margaa

💬 @MALKAA_MILKIII 💭
19.04.202521:03
⭐ Harroonni Sadii Utuu Waliin Haasawaa Jirani Harrichi Inni Tokko "huuuuuhiiiihaaaa" Jedheen,Har'ee Inni 2ffaa immoo "haaahiiiiiihaa" Jedhee Deebiseef

Harrichi Inni 3ffaa Immoo Kunoo Hanga Ammaa Taa'ee Barreeffama Kana Dubbisaa Jira😁😁

💥 @MALKAA_MILKIII
23.03.202523:06
Buchee koo
Si malee daqiiqaan tokko
Sekoondii 60 natti ta'am.🥹

@MALKAA_MILKIII
22.03.202519:51
Jireenyi gabaabduu dha waan taateef jireenya nama kan biraa jiraachuudhaan of hin qisaasessin!
DANDEETTII kee faana dorgomi!🧠

Join us @MALKAA_MILKIII
🔞🔞ከ18 አመት በታች ለሆናቹ አይመከርም 🔞🔞

🔞🔞ኧረ ጉድ የሀበሻ ቅሌት video ለማግኘት ከስር በመንካት Request ይላኩ ወይኔ ሀበሻ 🔞🔞

https://t.me/+OXQpLfequPk2ZGM0
https://t.me/+933VIyP3VVk5ZmE0
https://t.me/+E5vtWwxctxtiNTNk
https://t.me/+pr98VABUUCg3NGE0
Пераслаў з:
N
*****ny
18.04.202518:39
🛜 ለ 𝗗𝗔𝗧𝗔 ብር እየከፈላቹ ነው ምትጠቀሙት? 🇪🇹
        አዎ እንዳትሉኝ ብቻ 😁

📌ለ ᗪᗩTᗩ ᑭᗩᑕKᗴᘜᗴ  መግዛት ቀረ እኮ 😎

🪼 ይሄ 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 ሰውን ሁሉ ነፃ internet እያስጠቀመ ነው  ቶሎ 𝗝𝗼𝗶𝗻 ብላቹ ሙሉ አሰራሩን ማየት ትችላላቹ😊
Пераслаў з:
KEBEKI TUBE avatar
KEBEKI TUBE
17.04.202513:12
Channel megizat mitfelegu kawone inbox
@Mr_wave07
Пераслаў з:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION avatar
RAFIQUL ISLAM PROMOTION
16.04.202510:59
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮?
What channels do you want?
ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ?

Namoonni Channel Keessan Keessa Irratti Admin naaf kennitannii keessa Hin Jirre Keessaan Na Qunnamaa.

Free Waver: @Rafiqul_Islaam
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.