Пераслаў з:
DAMBALII KOLFAA

20.04.202512:49
Guutuu isaa join gochuun dubbisaa!!😂👇👇
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719
https://t.me/Dambalii_beekumsaa/2719

02.03.202519:44
Ramaddii FA kaappii nuusaa xumuraa baheera
Maan siitiin Dirreen alaa Baarnimaawuuz waliin kan taphatu ta'a
fulhaam dirree isaa irraatti palace wajjin kan morkatu ta'a
Maan siitiin Dirreen alaa Baarnimaawuuz waliin kan taphatu ta'a
fulhaam dirree isaa irraatti palace wajjin kan morkatu ta'a
09.02.202505:58
‘The Miracle of Istanbul
..Raajii Istaambuul Yeroo Liivarpuul tapha kubbaa miilaa keessatti duubaa ka'anii injifachuu Ajaa'ibaa itti milkeesse..
By. HOPE 🎧
📌Caamsaa 25, 2005 Liivarpuul fi A.C.Miilaan tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Istaadiyeemii Olompikii Ataatuurkitti irratti taphatan, istaadiyeemii tapha tapha xumuraa Maanchistar Siitii fi Intar Miilaan gidduuttti taasifame wagga 2 dura keessummeesse jechuu dha..
📌Taphni waggoota 20 dura gaggeefame sun seenaa tapha kubbaa miilaa keessatti kan yaadatamuu fi beekamaa ta’e keessaa tokko ta’ee galmee seenaa irratti galma'ee jira ammallee deeggartoonni Liivarpuul "Raajii Istaanbul " jechuun waamu..
📌Boqonnaa dura goolii daqiiqaa jalqabaa irratti Paaloo Maaldinii fi kubbaa Hernaan Kireespoo galcheen 3 fi 0n dursaa kan ture AC Miilaan yeroo gareewwan lamaan gara kutaa uffannaatti deebi’an harka tokkoon waancaa kana qabattee ture..
📌Ta'uus wanti boqonnaa booda tapha kana irratti ta’e garuu tapha xumuraa Shaampiyoonsi Liigii bara 2005 jaalattoonni kubbaa miilaa waan hedduun akka yaadatan onnee deeggartoota waa kaa'ee darbee jira..
“Deeggaraan kubbaa miilaa kamiyyuu tapha kana yaadachuuf deeggaraa Liivarpuul ykn Miilaan ta’uun isa hin barbaachisu, tapha sana ni yaadha jechuun taphataa sarara ittisaa Liivarpuul duraanii Saamii Hiypiyaan bara 2020 CNN hime ''Boqonnaa booda kilaba Xaaliyaanii waliin 3 fi 0n durfamnee duubaa kaanee injifachuun keenya waan nama ajaa'ibu ture..
📌Taateewwan halkan sanaa caalaatti kan nama dinqisiisan, duubaa kaa'ee iniifachuu warra diimaatii.
Kaapteeniin Liivarpuul Isteeveen Jeeraard goolii jalqabaa Liivarpuuliif erga galche fi goolii wal qixxeessituu 3 fi 3 xaabii alonzoo galche gidduu daqiiqaa torba qofatu ture
📌Taphni kun 3 fi 3 waan xumurameef rukuttaa adda baaftuu kennameen Liverpool iniifachuun seenaa ajaa'ibaa galmeessee waancaa gurra lamaa fuudhuun gara magaala liverpool deebi'e...
Dhaluu kana seenaa ajaa'ibaa durii wal yaadachiisa jirra itti fufa...nu hordofaa❤❤

08.02.202519:06
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.

01.02.202505:47
🚨 Alvaro Morata gara Galatasaray tti
Here we go
(Madda: Fabrizio Romano)
Here we go
(Madda: Fabrizio Romano)

15.04.202513:30
Jijirraan taphatoota Kilaboota Eegale Jira jijirraa Kilabii Keeti Kilabii deggartu Tuquun Ilaalu dandessa!👇

09.02.202512:22
Guyyaa Guutuu kolfuu ni barbaddaa marree chanala kolfa qofa irraa argataan kanattii dabalamaa
𝗡𝗨 𝗪𝗔𝗟𝗜𝗜𝗡 𝗦𝗘𝗘𝗤𝗔𝗔 𝗙𝗔𝗬𝗬𝗨𝗠𝗠𝗔𝗔 𝗞𝗘𝗦𝗦𝗔𝗔𝗡 𝗘𝗘𝗚𝗔𝗔
𝗡𝗨 𝗪𝗔𝗟𝗜𝗜𝗡 𝗦𝗘𝗘𝗤𝗔𝗔 𝗙𝗔𝗬𝗬𝗨𝗠𝗠𝗔𝗔 𝗞𝗘𝗦𝗦𝗔𝗔𝗡 𝗘𝗘𝗚𝗔𝗔

09.02.202505:58

08.02.202506:35
Peep Gaardiyoolaan waa'ee injifannoo Arsenaal Siitii irratti injifate 🎙 akkana jedhe
"Inni dagatameera... Tarii Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa irratti Arsenaal waliin wal argina ta'a! Yoo achitti wal hin argine bara kana hariiroon keenya xumurameera."
Bara dhufu isaan injifachuuf ni yaalla, bara kana yeroo lama wal arginee isaan injifachuu akka hin dandeenye yaadachuun barbaachisaa miti waan ta'eef kana qofa."

02.04.202505:08
✅Taphoota kalessa taphataman
Piriimer Liigii Inglaand
Arsenaal 2-1 Fulhaam
Wolviis 1-0 Westhaam
Notinghaam 1-0 Maan Yunaayitid
Ispeen Kooppa Del Reey
Riyaal Maadriid 4-4 R/Soosidaad
Agg (5-4)
Kooppa Ixaaliyaa
Impoolii 0-3 Boolonyaa
Jarman DFB pookaal
Armeeniyaa Bileefild 2-1 Baayer Leeverkusen

09.02.202512:21
Grealish bara kana Efe Kapu irratti carraa baay'ee kan uume yoo ta'u, kubbaawwan hedduu mijeessee kenneera.

09.02.202503:36
Taphotaa kalessaa taphataman
🏴English FA Cup
Leyton Orient 1-2 Manchester City
Everton 0-2 Bournemouth
Berngham 2-3 Newcastle
Brighton 2-1 Chelsea
🇪🇹Ethiopian Premier League
Ethiopian ☕ 1-0 Mechal
Hadiya Hosanna 1-0 St. George
🇪🇸La Liga Spain
Celta Vigo 3-2 Real Betis
Athletic Bilbao 3-0 Girona
Las Palmas 1-2 Villarreal
Real Madrid 1-1 Atletico Madrid
🇩🇪Bundesliga Germany
Dortmund 1-2 Stuttgart
Freiburg 1-0 Heidenaim
Hoffenaeum 0-4 Union Berlin
Mainz 0-0 Augsburg
Wolfsburg 0-0 Bayer Leverkusen
Monchegladbach 1-1 Frankfurt
🇮🇹Italian Serie A
Verona 0-5 Atalanta
Empoli 0-2 AC Milan
Torino 1-1 Genoa
🇫🇷Ligue 1 France
Nice 2-0 Lens
Lille 1-2 Le Havier
St. Etienne 0-2 Rennes
🏴English FA Cup
Leyton Orient 1-2 Manchester City
Everton 0-2 Bournemouth
Berngham 2-3 Newcastle
Brighton 2-1 Chelsea
🇪🇹Ethiopian Premier League
Ethiopian ☕ 1-0 Mechal
Hadiya Hosanna 1-0 St. George
🇪🇸La Liga Spain
Celta Vigo 3-2 Real Betis
Athletic Bilbao 3-0 Girona
Las Palmas 1-2 Villarreal
Real Madrid 1-1 Atletico Madrid
🇩🇪Bundesliga Germany
Dortmund 1-2 Stuttgart
Freiburg 1-0 Heidenaim
Hoffenaeum 0-4 Union Berlin
Mainz 0-0 Augsburg
Wolfsburg 0-0 Bayer Leverkusen
Monchegladbach 1-1 Frankfurt
🇮🇹Italian Serie A
Verona 0-5 Atalanta
Empoli 0-2 AC Milan
Torino 1-1 Genoa
🇫🇷Ligue 1 France
Nice 2-0 Lens
Lille 1-2 Le Havier
St. Etienne 0-2 Rennes

08.02.202506:30
Taphattoonni keenya akka Alejandro Garnacho akka ta'an barbaanna. Garnacho baayyee barbaachisaa waan ta'eef tapha jijjiireera. Baay'ee itti gammadneerra."
Leenjisaan Man Yunaayitid Ruuben Amoorim 🎙
Leenjisaan Man Yunaayitid Ruuben Amoorim 🎙

19.03.202512:05
Atileetikoo Maadriid ganna dhufu Nuuneeziin mallatteessisuuf Liivarpuuliif Miliyoona 30-40 dhiyeessuuf itti yaadaa jiru.(JacobsBen)

09.02.202512:16
Taphattoonni Riyaal Maadriid tapha marsaa 2ffaa irratti kaardii keelloo yoo argan tapha Itihaadiin adabaman lola eegaa Riyaal Maadriid Maan Siitii irraa bahuu irratti:-
Juud Beeliinghaam, Lukaa Moodirik
Chuameni jedhamtu
Andrik jedhamuun beekama
Juud Beeliinghaam, Lukaa Moodirik
Chuameni jedhamtu
Andrik jedhamuun beekama

08.02.202520:29
📌 Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii keenyaa Hundaaf...
🔔 Akka imaammata (policy) telegram haaraa ba'etti, miseensonni chaanaalii kana UNMUTE gootan akka waan chaanaalii kana keessa hin jirreetti ilaalama. kanaafu, MUTE gochuun nu hordofaa.
🔔 Waan nuti maxxansinu yoo ilaalaa jirtu ta'ellee yoo chaanaalii kana MUTE gootani jirtu ta'e akka ilaaltanitti hin lakkaa'amu.
Akkuma suuraa irratti mul'atuutti..
🔔 MUTE jedha yoo ta'e hin tuqinaa!!
⚠️ UNMUTE irra jira yoo ta'e yeroo 1 tuquun MUTE tti deebisaa.

08.02.202504:47
Taphoota har'aa waancaa FA Ingilaandi irratti!
09:15 || Leyton Orient fi Maanchistar Siitii waliin taasisan
12:00tti || Evertan fi Bournemouth waliin taasisan
02:45 || Beringham Niwukaastil irraa
05:00tti || Biraayitan fi Cheelsii
09:15 || Leyton Orient fi Maanchistar Siitii waliin taasisan
12:00tti || Evertan fi Bournemouth waliin taasisan
02:45 || Beringham Niwukaastil irraa
05:00tti || Biraayitan fi Cheelsii
Паказана 1 - 17 з 17
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.