Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
DAMBALII BEEKUMSAA💡 avatar

DAMBALII BEEKUMSAA💡

✨♦️ Chaanaalii kana irratti maaltu argama🤔?
🎴 Seenaale barsiisoo
🎴 Dhugaalee ajaa'ibsiiso
🎴 taateewwan nama kofalchiisan fi kkf..
👉 yaada kamiifu 💥 @F_S2025 💥 asiin na dubbisaa
Buy ads: https://telega.io/c/Dambalii_beekumsaa
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
РазмяшчэннеЕфіопія
МоваІншая
Дата стварэння каналаКвіт 27, 2024
Дадана ў TGlist
Серп 24, 2024
Прыкрепленая група

Папулярныя публікацыі DAMBALII BEEKUMSAA💡

15.04.202516:41
Nama sirrii ta'uu yoo barbaadde betting taphachuu dhaabii ‼️

Isaan birrii keetin hanga Dubain deemanii mana bitachuutti gahaniiru....ati akkuma dhiyee bari'een tikeetti kuti.... 🤦‍♂

Yaada kootti kan walii galu qofti 👍
KANA BEEKTUU❓

Yeroo waraana addunyaa 2ffaa ademsifama tureetti sareen kan maqaan isaa "Juliana" jedhamu boombii dho'uuf jedhu irratti fincaa'uun akka hin dhoone waan godheef,badhaasa "Blue Cross Medal" jedhamu badhaafamee ture
.

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Ajab!! 🙄

✔️ Oduun kun akkas jedha....Bara 1987 biyya nezerlanditti baratootni qormaata bahiinsaa bayoolojii fudhatanii turan irra deebiin akka qoraman taasifamuufi...sababni isaas, qormaati kun yeroo kennametti haala g/garaan waan hatameefidha...kunis kan bira gahaame waggaa 38 booda...

✅ Egaa yeroo sanatti qormaata kana kan fudhatan martuu irra deebiin akka qoramaniif waamamaniiru...kan kanaan ala dipiloomaan isaanii guutuu akka hin taane gabaafameera...!!

Waggaa 38 booda irra deebiin qoramaa osoo isiniin jedhanii maal jettuu....??

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Пераслаў з:
DAMBALII ISPOORTII avatar
DAMBALII ISPOORTII
18.04.202518:13
Gaaffii har'af qabanne xumurreerra 🙌

5 keessa hamma argattan reaction dhaan agarsiisaa👇
0.😭
1.😁
2.👍
3.👏
4.😍
5.❤

Waan nu waliin turtaniif galanni keenya guddaadha 🙏🙏

Halkan gaarii❤✨

⚡️Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Harka fuune akkam jirtu maatiin chaanala keenya marti...🙌

✅ Chaanala keenya kana irratti odeeffannoo sport wal-irraa hin cinne 24/7 isin biraan gahuuf gareen chaanala keenya qophii isaa xumuree isin biraan baha jiraa...

Tajaajilawwan nuti laatnu keessa muraasni...👇

Odeessa haarawaa:
👉 premier league England
👉 Laligaa Ispeen
👉 Bundisliigaa Jarmanii
👉 SeriA Italy
👉 Liigii Faranasaayi 1
👉 Tapha kallattiin
👉 Oduu jijjiiraa fi kkf
➡️Ispoortii Afaan keenyaan haa hordofnuu....

[Chaanala keenya kana kan adda godhu taphoota eegamoo torbanii tamsaasa kallatti sagaleen dabarsuu eegalu keenyadhaa....]

Nu waliin ta'un lafa waliin gaha.....❤️🙏
2Qorontos 5:14 "Tokko hundumaaf du'ee..."


✔️ Hordoftoonni amantaa kiristaana marti baga guyyaa yaadannoo fannifamu goofta keenya iyesuus kiristoosin nagaan geessan...🙏

Ayyaana gaarii!!..❤️❤️

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
25.03.202504:06
Mo Salah|| 🗣

Biyyumti Itiyoopiyaa jedhamtu jiraachu isheeyyuu guyyaa sadan arfan tokko duran baree!! 😢

Bishaan Abbaayiin abbuuqe guddatee... 🤩


(Via: Waltengus Zesheger)

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
💪Namichi lammii Awustiraaliyaa JARRAD YOUNG atileeti akka lakkoofsa Awrooppaatti June 19, 2020 sa'aatii 1 keessatti push-up 2919 hojjechuun riikardii addunyaa cabsuu danda'eedha....

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Biyyoota keessatti umrii itti shamarran durbummaa isaanii dhaban giddu galeessaan:

🇮🇸Aayislaandi: 15.6
🇩🇰Deenmaark: 16.1
🇸🇪Siwiidin: 16.2
🇳🇴Noorweey: 16.5
🇧🇷Biraazil: 17.4
🇩🇪Jarman: 17.6
🇹🇷Turkii: 17.8
🇺🇸Ameerikaa: 18
🇨🇦Kaanaadaa: 18.1
🇬🇧UK: 18.3
🇷🇺Raashiya: 18.7
🇲🇽Meksikoo: 18.7
🇯🇵Jaappaan: 19.4
🇨🇳Chaayinaa: 22.1
🇮🇳Hindii: 22.9
🇲🇾Maaleeziyaa: 23

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
✅Deeggartootni Astonvilaa Baasii PSG irraa gommaa hikuun badaniiru.😁

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
15.04.202508:12
Ethiopian baay'ina harroota qabduun biyyoota addunyaa kana irra jiran dursaa jirtii!!
-------------------------------------------
( Ethio Press )

✅ Akka Gabaasa bara 2025'n baheetti, addunyaa kana irra harroota gara miiliyoonaa 50 ta'an... kan jiran yoo ta'u, Kanneen keessaas biyya keenya itiyoopiyaa keessa harree gara milyoona 10 ta'an akka jiran ibsameera... baay'inni kun Bara darbe waliin yoo walbira qabamee ilaalamus, baay’inni isaanii dachaa 3 kan ta'u dabalee jira. Biyyi addunyaa kana irraa harree xiqqoo qabdu suriname yoo ta'u harree 7 qofa qabdi.... Ameerikaan ammoo harroota 52,000 qabdii....

1ffaa Itoophiyaa miiliyoona 10.6
2ffaa Suudaan Kaabaa miiliyoona 7.6
3ffaa Paakistaan miiliyoona 5.8
4ffaa Chaad miiliyoona 4.6
5ffaa Meksikoo miiliyoona 3.3

10 million donkeys........🤦‍♂


⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
#Kunis jiraa....... 🤦‍♂

Humni poolisii Awustiraaliyaa jalqabaa, yakkamtoota amala gaarii qaban 12n ijaarame.🤩

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
✅Namni kun ofii fi gaala isaa diyaamendii fi warqeen faayuuf Doolaara miiliyoona 500 baasee.

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Wangoon "Fennec" gosa wangoo addunyaa irratti isa xiqqaa yoo taatu biyya Aljeeriyaa qofaatti argamtii.

⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
Gareen Chaanali Dambalii Beekumsaa chaanala qoosaa isiniif banee jira join gochuun maatii ta'a!! 👇👇

⭐️ https://t.me/Dambalii_Kolfaa/51
⭐️ https://t.me/Dambalii_Kolfaa/51
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.