Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Qoosaa(kottaa kolfaa😁🤭) avatar

Qoosaa(kottaa kolfaa😁🤭)

Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
Размяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаСерп 26, 2024
Дадана ў TGlist
Бер 05, 2025
Прыкрепленая група

Апошнія публікацыі ў групе "Qoosaa(kottaa kolfaa😁🤭)"

“Inni immoo, "Naatanii hin dinqifatinaa! Isin Yesus nama Naazireet isa fannifamee ture barbaaddu; innoo ka'eera, as hin jiru ilaa, iddoo isaan isa ciibsanii turan iyyuu!”
— Mar. 16:6

Baga yaadanno Du'a ka'u goftaa kenyaa Yesus kiristoosin ngan sin ga'e 🙏

✍️Eyu
Jaalalli hidhaa waan hundaati jechuun akkas.mee comment fi like godhamee
LL
Telen immo Mal Tate kabajamo mamilaa kenyaa Nan jetem nama guddan itti fakkadheyi qoi😁😁
✍️Eyu
💝HBD Leewwii 1k nuuf jiraadhu
namoonni qoosaan Leewwii isinitti
tolu react fi comment mul'isaa






HBD Leewwii by HD
(namatti hin kolfiin siin ba,a Nan Jennan mansuurittan kolfe 😁

✍️ Eyu
Kiisii duwwaa deemuu hin wayyu jedheetan ,harka Koo kiisii keessa godheen deemaa oole.
🤣🤣🤣🤣
✍️Eyu
#Ganaama kana Maltu ka°e Class deema 🥲🐄Moo teacherichuma Manumati Waamu🤔
✍️Eyu
Parti 5 photo style
Istaayilii photo part 4.parti 5 itti haafuufu fi warrii itti boohaaraa jirtan comment fi like godha
Leewwii Leewwii
Isin Salphaatti Nu Ilaaltumoo Nuy Ijjoollee Biree Naggaatiim Warra Question Sheet Irraa Gaaffii Torbaatama Gaafatamee Answer Sheet Irrattimmoo Dhibba Gurraachessee Ba'u😁

😂Oromo Ispeeshaalonnikee Warri Ati Biyya Bulchu Jettee Abdachaa Jirtu Utuu Question Sheet Nuuf Hin Hiramin Xumurree Baa'aa Oolle Kunoo Har'a😁

Share➬ @josh12as
✍️Eyu
Istaaylii photo parti 3.comment &like
LL

Рэкорды

20.04.202523:59
470Падпісчыкаў
04.03.202523:59
0Індэкс цытавання
07.02.202523:06
324Ахоп 1 паста
15.04.202521:47
81Ахоп рэкламнага паста
10.03.202523:59
50.00%ER
07.02.202523:07
101.57%ERR

Развіццё

Падпісчыкаў
Індэкс цытавання
Ахоп 1 паста
Ахоп рэкламнага паста
ER
ERR
БЕР '25БЕР '25БЕР '25БЕР '25КВІТ '25КВІТ '25КВІТ '25

Папулярныя публікацыі Qoosaa(kottaa kolfaa😁🤭)

08.04.202522:36
Dhukkubsataa:

hello Akkam jirta doctor nagumaa ?


Doctor:
naga kootii maal isin gargaaru ?


Dhukkubsataa:
dhukkubsataa yaalaa sammu lakkofsaa jaha keessa jiru baheeramo jira ?


Doctor:
sammuun isaatti waan deebiyeef fayyudhaan baheeraa maalif barbaadde fira isaatii ati ?


Dhukkubsataa:
lakki innillee anuma bahuuf dhiisukoo mirkaneefachuufi malee💀
25.03.202502:59
Erga aduun lixxee
Lafti dukkanaa'ee
Ergan galmee cufee
Dachaasee olkaa'ee

Ergan taa'ee taa'ee
Si eegee dadhabee
Ergan mana kootti
Imala jalqabee

Fedhiif hawwii kankee
Erga dharraa baatee
Nan dhaabin karaarra
Gufuu natti taatee

Hamilee koo cabsitee
Na buustee mogolee
Nan waamin hin dhufu
Ofii koon wal_lolee

Eenyummaa kee dhugaa
Bareera garaa kee
Lammaffaa nan eegin
Hin darbu karaa kee 😭
✍️Eyu
Jaalalli hidhaa waan hundaati jechuun akkas.mee comment fi like godhamee
LL
15.04.202522:02
💝HBD Leewwii 1k nuuf jiraadhu
namoonni qoosaan Leewwii isinitti
tolu react fi comment mul'isaa






HBD Leewwii by HD
08.04.202519:49
Uff borii kaasee hanga wixataatti barumsii hin jiru👅👅👅👅👅👅👅🥳🥳🥳
01.04.202520:10
Bishaan guutee fi nama quufe dhaabbadhuu dabarsi😎😎
LL
09.04.202521:03
Science akka jedhuutti
Dhiirri aannan
Dhiirri dhadhaa dha
Dhiirri baaduu dha walumaa galatti dhiirri sa'aa dha.
Moo maal jeettii😂
LL
01.04.202519:49
Ituu amma obbo Biraanuun Naggaa gaaffii barbaaddan na gaafadhaa jedhe hunda keessan waamee ituu hin sobiin maal gaafattu?
Comment godhaa
Like hin dagatiina
By LL
08.04.202519:42
Hin dubbatinaa malee ijoolleen mana barumsaa keenyaa barnoota jaallachuusaanirraan kan ka'e ji'atti 3 dhufu isheeyyuu akka hintaanetti

LL
30.03.202509:55
Guys Eyasu duukaa chanaalii kana
dafqa dhiigaan makaa buusne
bannee erga subscriber dabalee na
gane 😡😤😭😭😭😭
08.04.202522:49
Nama si jaallatu caala
nama miira kee ilaale si hubatuttu
caala
Familys baga geessan

Ayyaana gaari🌟🌙🌙
“Inni immoo, "Naatanii hin dinqifatinaa! Isin Yesus nama Naazireet isa fannifamee ture barbaaddu; innoo ka'eera, as hin jiru ilaa, iddoo isaan isa ciibsanii turan iyyuu!”
— Mar. 16:6

Baga yaadanno Du'a ka'u goftaa kenyaa Yesus kiristoosin ngan sin ga'e 🙏

✍️Eyu
30.03.202519:24
Kana beektuu 🤔
Boanthrop dhukkuba sammu (mental disorder) yoo ta'uu innis namni kanaan qabame ANI HORII (saa'aa)dha jedhe of yaada 🤭
Waaqayyo kana irraa nama haa eguu.

✍️Eyu
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.