Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Ibn Abbas Academy avatar
Ibn Abbas Academy
Ibn Abbas Academy avatar
Ibn Abbas Academy
24.04.202504:52
20.04.202513:37
. Barumsi Dippiloomaa Tafsiira Qur'aanaa waggaa lama, semisteera afuritti xumurama.
. Barumsichi baay'inaan Tafsiira irratti xiyyeeffata.
. Yeroon isaa Subhii booda 12:00-1:00, Ishaa booda sa'aa 3:00-4:00. Garuu Lughaa qofatu guyyaa lama 2:30-4:30 ta'a Inshaa Allaah.
19.04.202507:28
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Beeksisa Galmee Dippiloomaa Tafsiira Qur'aanaa Barattoota Haaraaf
****
Ibn Abbaas Akkaadiimiin online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa semisteera tokkoof barsiisee xumureera. Walii galatti barnootichis waggaa lamatti xumurama.

Ammas Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin marsaa Lammaffaaf barsiisuuf galmee eegalee jira.
Barumsi kan jalqabu yoo Rabbiin jedhe gaafa Shawwaal 23  ta'a. Galmeenis hanga gaafa sanaatti itti fufa.

Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti:
****
1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu,
2. Aqiidaa,
3. Usuul Attafsiir,
4. Fiqhii,
5. Hadiisa,
6. Tarbiyaa,
7. Siiraa fi
8. Lughaa hammata.

Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a.

Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman:
**
.
Qur’aanaa Ilaalchaan qara’anii xumuruu,
. Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu,
. Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu,
. Sagantaa barnootaa irratti argamuu danda’uu.

Wantoota galmeef barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii galmee birrii 500 fi kan baatii tokkoo birrii 1,000 kafaluu.

Liinkii Unka Galmee (IAA) barattoota marsaa 2ffaa

https://forms.gle/UoEhFHPBxnNy8CsF8

Lakkoofsa baankii armaan gadii irratti galchaatii receipt ergaa.
*  1000638101827  * CBE Fuad Muhamed

Receipt teleg. lak. +251913819109, 0952418212 ergaa.
17.04.202504:24

16.04.202504:35
تمكن من تحرير ملفات PDF وتوقيعها ومشاركتها أثناء التنقل. اعمد إلى تنزيل تطبيق Acrobat Reader: https://adobeacrobat.app.link/Mhhs4GmNsxb
15.04.202504:25
21.04.202502:48
Tafsiira Suurat Alkahf aayata 17 irraa jalqabee:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=c619d17bfafc01b788
20.04.202511:05
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Beeksisa Galmee Dippiloomaa Tafsiira Qur'aanaa Barattoota Haaraaf
****
Ibn Abbaas Akkaadiimiin online irratti sagantaa barumsa Dippiloomaa Tafsiiraa semisteera tokkoof barsiisee xumureera. Walii galatti barnootichis waggaa lamatti xumurama.

Ammas Dippiloomaa Tafsiira Qur'aana Kabajamaa online Afaan Oromootiin marsaa Lammaffaaf barsiisuuf galmee eegalee jira.
Barumsi kan jalqabu yoo Rabbiin jedhe gaafa Shawwaal 23  ta'a. Galmeenis hanga gaafa sanaatti itti fufa.

Gosoonni barnootaa barataman kanneen armaan gadiiti:
****
1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu,
2. Aqiidaa,
3. Usuul Attafsiir,
4. Fiqhii,
5. Hadiisa,
6. Tarbiyaa,
7. Siiraa fi
8. Lughaa hammata.

Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kan kennamu ta'a.

Ulaagaalee barattoota irraa barbaadaman:
**
.
Qur’aanaa Ilaalchaan qara’anii xumuruu,
. Afaan Oromoo sirriitti barreessuufi dubbisuu,
. Qorumsa yeroo isaa eeganii qoramuu,
. Sagantaa barnootaa irratti argamuu danda’uu.

Wantoota galmeef barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii galmee birrii 500 fi kan baatii tokkoo birrii 1,000 kafaluu.

Liinkii Unka Galmee (IAA) barattoota marsaa 2ffaa

https://forms.gle/UoEhFHPBxnNy8CsF8

Lakkoofsa baankii armaan gadii irratti galchaatii receipt ergaa.
*  1000638101827  * CBE Fuad Muhamed

Receipt teleg. lak. +251913819109, 0952418212 ergaa.
18.04.202504:24
17.04.202504:24
16.04.202504:19
15.04.202502:53
20.04.202514:25
Liinkii armaan gadiitiin darsii Tafsiiraa arhachuu dandeessu:
https://t.me/IAAtefsir
20.04.202502:55
Tafsiira Suurat Alkah Darsii 1ffaa hordofaa:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=aa5ad1b72cf24c493c
18.04.202504:23
0952418212
Gali Abasambi
Dhimma galmeetiif isa dubbisaa
17.04.202502:56
Usuul Attafsiir Darsii 10ffaa seenaa hordofaa:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=3c1721f2da3c2cc504
16.04.202504:16
15.04.202502:53
Usuul Attafsiir Darsii 8ffaa seenaa hordofaa:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=5bf5c305ab23684e36
20.04.202513:47
19.04.202508:54
As wr wb
*:**
Guyyaa borii/Dilbata irraa kaafnee hanga darsii idilee jalqabnutti Tafsiira Suurat Alkahf kan qaraanu ta'a Inshaa Allaah.
Salaata Subhii booda sa'aa 12:00 irratti jalqabna Inshaa Allaah.
18.04.202502:54
Usuul Attafsiir Darsii 11ffaa isa dhumaa kana hordofaa:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=4858a0af816a4a0f9c
16.04.202504:35
Nuskaa Addaatiin
From: Zulala husen(IAA)✅
16.04.202502:57
Usuul Attafsiir Darsii 9ffaa hordofaa:
https://t.me/markazibnabbas?livestream=58fa3e866674992337
08.04.202504:21
Usuul Attafsiir, Ibn Useymiin
Darsii 1ffaa
Паказана 1 - 24 з 32
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.