Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖 avatar

𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖

OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
РазмяшчэннеЕфіопія
МоваІншая
Дата стварэння каналаSep 16, 2023
Дадана ў TGlist
Mar 25, 2025
Прыкрепленая група

Рэкорды

18.04.202523:59
19.3KПадпісчыкаў
10.03.202523:59
0Індэкс цытавання
25.03.202523:59
1.4KАхоп 1 паста
25.03.202523:59
1.4KАхоп рэкламнага паста
26.03.202520:14
25.14%ER
25.03.202523:59
7.61%ERR

Развіццё

Падпісчыкаў
Індэкс цытавання
Ахоп 1 паста
Ахоп рэкламнага паста
ER
ERR
MAR '25MAR '25MAR '25APR '25APR '25APR '25

Папулярныя публікацыі 𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖

18.04.202516:55
Telegram'n Namoota Baayyee Adaba Jala Galee React Kennaa Hin Jiru Qabee Gadhiisa Jira Jedhan😔

Kankoos Akkas Ta'e Kunoo🥹

Kankeessan Isiniif Hojjechaa Jiraaree Mee React Godhaa Ilaalaa😁
24.03.202518:06
dhiirri durba argite faana wil wil
godhattu guyyaama tokko kinbil jettaa qoyii😡

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
24.03.202519:37
Durbi tokko block si gootee un block si goonaan fuudhi si jaallatti🙄🤝



Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
24.03.202516:52
Yoo fuune jaartiitu nu gubdi

Yoo dhiifne shunkurtiitu nu gubdi

Akkam taanu😢😢

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
23.03.202514:25
Jaartiin koo ilma naaf godhatte jedhee post goonaan

Gurbaan waardiyaa keenyaa dursee like godhee😭😭😭
26.03.202517:21
Fuudhikoo Sanbata Isa Dhufaa Jiru Kanaadha Jedhanii Mana Biraa Hoo'isanii Sirbaa Jiru🥹

Garuu Animmoo Ammayyuu Naman Fuudhu Hin Argatinan Jira Akkam Godhugaa😁


Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
24.03.202514:44
Maal kun🤷‍♂

👳‍♀🗣Boonaa funyaan Kee maaltu akkasitti guddisee?

🥸🗣Ijoollummaa kootti baay'een furrii baafadhan Ture.

👳‍♀🗣Ayii Ijoollummaa kootti baay'ee fincaa'uun qaban Ture.

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
18.04.202505:45
Ayyaana kana ilaalchisuun give away xinnoo isiiniif qopheessineera post kana jalatti qoosaa barbaaddan barreessaa kan like guddaa argate dilbata galgala saatii 2 irratti kardii abbaa 100 badhaafama.

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share
➬ @qoosaa_oromoo
Old Trafford hin cufama hardha😂😂

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share
➬ @qoosaa_oromoo
23.03.202517:23
Hiriyaan koo tokkoo bayyee dheerachuu isaarran kan kahe nyaanni inni nyaatu hamma garaacha isaa gahutti hin shaaggata😂

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Waancaa champions League bara kana eenyutu nyaata jettuu🥶
23.03.202515:47
Sooressii galiidhaan malee baasiidhaan nan caalu😭😂

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
23.03.202516:54
Si dhukkuba Ati Nagaa Miti Naan Hin Jedhinaa Malee....😁

🥹Ijakoon Yoon Dunuunfadhe Hoomaa Waan Tokkoyyuu Hin Argu. Garuu Warri Kaan Dunuunfatanii Waan Barbaadan Argu😁

Malee Nagaadhaka Ati Inni Amma Dunuunfattee Yaalii Geggeessaa Jirtu😁

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo
23.03.202515:54
Adaraa waaqaaa natti himaa maaloo warri kubbaa hin ilaallee sambataaf dilbata maal gootanii dabarsituu😭😭😭


Torbeema tokkoof mukaaf baala adda baasuun dadhabeem

Sh
are➬ @qoosaa_oromoo
Sh
are➬ @qoosaa_oromoo
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.