Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
KOLFAA BULLE🤣 avatar

KOLFAA BULLE🤣

Channel kuni kolfaafi qoosaaf kan banameedha
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваны
Надзейнасць
Не надзейны
Размяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаNov 08, 2024
Дадана ў TGlist
Mar 13, 2025
Прыкрепленая група

Рэкорды

22.04.202523:59
593Падпісчыкаў
28.02.202515:07
1050Індэкс цытавання
04.04.202523:59
418Ахоп 1 паста
05.04.202523:59
332Ахоп рэкламнага паста
06.04.202523:59
17.65%ER
04.04.202523:59
83.94%ERR

Папулярныя публікацыі KOLFAA BULLE🤣

Hundi ilmaan islaamaa

Baga iida geessan kan waan hundaa isiniif haa ta'u

Iid al fixrii 1446

Iid mubaarak isiniin Jenna hordoftoota channel KOLFAA BULLE
19.04.202507:18
Mucaa Yunivarsitii Baratu Tokko seexanni seenee. Yeroo kana fuudhani sheeka bira geessan sheektichiniis akkana jedheen

Sheekticha: Yoom seente Mucicha kana keessa jedheenii uleen rukute.

Seexana: Otuu inni M.Barnoota sadarkaa 1ffaa baratuu.

Sheekticha: Amma keessaa baata moo hin baatu?

Seexanni kun maal jadhee deebiseef seete
..
..
Ijoollummaa isaarraa jalqabee Wajjiin Barachaa iddoo kana gaheen osoon isa waliin hin Eebbifaminiin bahaa.... jedheen.
🤣🤣
01.04.202516:51
Fammasuu barbaaddaa?
Dafii ammuma du'i Oromoon qabritti follow si gooti!😕
17.04.202511:04
Lakkoofsii bilbilaa kee inni dhumaa lamaan umurii keeti osoo jedhanii hammam jiraattuu🙃

An waggaa 12🤪

Share➬ @kolfaa_bulle
Share➬ @kolfaa_bulle
Qaama Saala Dhiiraa muree harkatti baata.

Ammaka kiw jechuun😳

𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗱𝗵𝘂𝗴𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗸𝘂𝗻 𝗾𝗼𝗼𝘀𝗮𝗮 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗶𝗻

Intalasaa osoo gudeedaa jiruu qabee irraa mure😳😳😳😳
04.04.202514:18
Baay'ee dhugaafi amansiisaadha sa'aatii 48f kan turuudha jabaadhaa carraan gaarii
01.04.202510:40
Ilmi namaa gaafa gad-jettuuf si tuffata🙄
Garuu, Rabbiin gaafa ati jilbeenfattuufii🧎‍➡️ ol si qaba🤍


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ   ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
31.03.202510:11
Namoonni channel keesaan guddifachuu Barbaaddan!

Subscribe 200 irraa kaasee hanga subscribe 1k (1000) kan Jirtan isiniif ni guddisna !

Maarree isiniis ariitiin gara inbox 📥@MABRIINAA koottaa.

Hub:-

Channel afaan oromoo qofa ta'uu qaba. Daddafaa keessaan na dubbisaa 📥
04.04.202504:28
👆👆👆👆
Kophaa mana ooluun akkam
namatti tolaa?
.
.
ammayyuu firiijii lukaan dhiiteen cufe.


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ      ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Jamaayika keessatti namtichi tokko lootarii injifate maatiin isaa fi hiriyyooni isaa maallaqa akka hin gaafanne gochuuf haguuggii fuula uffate lootaricha fudhate.😁

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ   ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
14.04.202518:35
Shmrn qalloo dhiira qofa mitii qilleensiyyuu fuuchuu barbaada😊
02.04.202514:13
Warqe godheefi durbumma hin qabdu taanan
Ajjeesuf mirga guutun qaba😁
05.04.202511:05
Si dhukkuba naan hin jedhinaa malee................


Ija koo yeroon dunuunfadhe homaa hin argu!!
18.04.202516:34
China 🇨🇳irra amma na dawwalamee
.
.
.
post kee hordaafaa jira nan jedhan
😟🙄
03.04.202518:54
Haati Mana koo Ulfa Ji'a 6 garaa qabdi kanaaf "Bilbila Dubartiitu natti tolaa jira" jette na dararaa jirti, mee Dubartoonni altakka Bilbila keessan as naf dadarbaa Maloo Maloo.
😂😁😂😁😂

👉comment here
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.