14.02.202511:49
ALLAAH EESSA JIRAA?
KUTAA 3FFAA
My Channel Join: @Rafiiqul_Islaam
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ قَالَ: قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: ((لَمَّا قَضَى اللَّهُ الْخَلْقَ كَتَبَ فِي كِتَابِهِ، فَهْوَ عِنْدَهُ فَوْقَ الْعَرْشِ إِنَّ رَحْمَتِي غَلَبَتْ غَضَبِي)). رواه البخاري.)
Abii Hureyraa irraa odeeffamee (R.D.A) nijedhe: Ergamaan Rabbii (S.A.W) jedhan. (Rabbiin uumaa yeroo geessetti kitaaba isaa keessatti barreesse. Kitaabni isa bira Arshiin gubbaa jira. Tolli (Rahmanni) tiyya dallansuu tiyya hinjifatte jechuu.) Hadiisa kan gabaase (Imaamu Bukhaarii).
Hadiisa kana irratti akkuma ifu Ergamaan Rabbii (S.A.W) kitaabni Rabbiin bira Arshiin gubbaa jiraatuu nuuf ibsan. Rabbiin Arshi gubbaa akka jiru kana irraa hubanna.
عَنْ عَبْدِ اللَّهِ بْنِ عَمْرِو بْنِ الْعَاصِ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَآلِهِ وَسَلَّمَ قَالَ: «الرَّاحِمُونَ يَرْحَمُهُمُ الرَّحْمَنُ، ارْحَمُوا مَنْ فِي الْأَرْضِ يَرْحَمْكُمْ مَنْ فِي السَّمَاءِ» رواه الترمذي
Abdillaah Bin Amri Bin Al-Aas irraa odeeffamee (R.D.A) Ergamaan Rabbii (S.A.W) jedhan: Tola ooltotaaf (Rahmaan) tola oola. Nama dachii keessaatiif tola oolaa (Rahmata godhaa) Namni Samii keessa jiru (Rahmata) tola isiniif oolaa, jedhan. Hadiisa kan gabaase ( At-Tirmuzii).
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ أَنَّ النَّبِيَّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَآلِهِ وَسَلَّمَ قَالَ: «وَالَّذِي نَفْسِي بِيَدِهِ مَا مِنْ رَجُلٍ يَدْعُو امْرَأَتَهُ إِلَى فِرَاشِهِ فَتَأْبَى عَلَيْهِ إِلَّا كَانَ الَّذِي فِي السَّمَاءِ سَاخِطًا عَلَيْهَا حَتَّى يَرْضَى عنها: رواه مسلم.)
Abii Hureyraa irraa odeeffamee (R.D.A) nijedhe: Nabiyyiin (S.A.W) jedhan. Isaa lubbuun tiyya harka isaa jirtuun kakadhe! Gurbaa tokko irraa waa hin taane kan intala isaa gara Firaasha (siree) isaatitti yaamee isheen isa diddu, hamma inni ishee irraa jaalatutti Isaan (Rabbiin) samii keessa jiru ishetti dallanuu irraa. Jedhan. Hadiisa kan gabaase (Imaamu Muslim).
Hadiisa kana irraa wanni nuuf galu keessaa! 1ffaa Jaartiin yeroo jaarsi fedhiidhaaf ishee yaame dhaquu akka qabduudha. Yoo rakkoo beekamaa qabaatte malee. fakkeenyaaf” Soomni dirqamaa irra jiraatuu fi laguu ji'aa qabaachuu akkasuma wantoota kana fakkaatan.
Yoo kun irra jiraate, dilii hin qabdu. 2ffaan wanni irraa nuuf galu, Rabbiin akka Samii keessa jirutu nuuf ifa. Samii keessa jira jechuun immoo Arshiin ala jira jechuudhaa miti. Jecha Afaan Arabaa keessatti Samii jechuun cufa waan nama gubbaa jiruuti.
عَنْ مُعَاوِيَةَ بْنِ الْحَكَمِ السُّلَمِيِّ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ "قَالَ: لَطَمْتُ جَارِيَةً لِي فَأَخْبَرتُ رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ فَعَظَّمَ ذَلِكَ عَلَيَّ، قَلَتْ يَا رَسُولَ اللَّهِ أَفَلَا أَعْتِقُهَا؟ قَالَ: «بَلَى ائْتِنِي بِهَا»، قَالَ: فَجِئْتُ بِهَا رَسُولَ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ فَقَالَ لَهَا: «أَيْنَ اللَّهُ»؟ قَالَتْ: فِي السَّمَاءِ قَالَ: «فَمَنْ أَنَا»؟ قَالَتْ: أَنْتَ رَسُولُ اللَّهِ، قَالَ: «اعْتِقْهَا فَإِنَّهَا مُؤْمِنَةٌ». رواه مسلم.
Mu'aawiyaa Bin Al-Hakam As-Sulamiyyii irraa odeeffamee (R.D.A) nijedhe: Gabrittii tiyya takka kabalee! Ergamaa Rabbiititti (S.A.W) odeesse. Isa sana (kabaluu) narratti guddise. Yaa Ergamaa Rabbii ishee haa bilisoomsuu jedheen? Eeyyee ishee natti fidi jedhe. Ishee ergamaa Rabbiitittiin dhufe. Ishee dhaan jedhe. (Allaah) eessa jira? Samii keessa jira jetteen, Ani hoo eenyu jedheen? Ati ergamaa Rabbiiti jetteen" ishee bilisoomsi isheen Mu'umina jedheen. Hadiisa kan gabaase (Imaamu Muslim).
Hadiisa kana irraas wanni nuuf galu Ergamaan Rabbii (S.A.W) micayyoo tana Rabbi eessa jira jennaan? Samii gubbaa jira jetteen. Osoo isheen kan dogongortu tahee! Silaa yeroma san lakki micayyoo dogongortee jirta jedhaniin. Garuu isheen Rabbiin Samii gubbaa jira jennaan" akka ishee Mu’umina taate ragaa bahaniif.( Hadiisa heddutu akka Rabbiin Arshi gubbaa jiru nuuf dubbata.
Kutàa 1ffaa 👇👇👇👇
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/865
Kutaa 2ffaa 👇👇👇👇
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/873
Kutaa 3ffaa 👇👇👇👇
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1425
09.02.202520:23
Amala dhala namaa
بِسْمِ الله الرَّحْمٰنِ الرَّحِيمِ الحمد لله الصلاة والسلام على رسول الله ﷺ أما بعد:
فهذا بعض أوصاف الإنسان من كتاب الله عزوجل
Allah/Rabbi amala dhala namaa qur'aana keessatti waan caqase keessaa muraasni akka armaan gadiiti.
👈 قال الله تعالى
﴿إِنَّ الإِنسانَ خُلِقَ هَلوعًا﴾ [المعارج]
“Dhugumatti, namni obsa dhabeessa ta'ee uumame”
👈 وقال الله تعالى
﴿ وَخُلِقَ الإِنسانُ ضَعيفًا﴾ [النساء: ٢٨]
“Imi namaa dadhabaa ta’ee uumame”
👈 وقال الله تعالى
﴿وَحَمَلَهَا الإِنسانُ إِنَّهُ كانَ ظَلومًا جَهولًا﴾ [الأحزاب: ٧٢]
“Namni immoo ishee baadhate Dhugumatti, inni akkaan of miidhaa, wallaalaa ta’ee jira”
👈 وقال الله تعالى
﴿ إِنَّ الإِنسانَ لَظَلومٌ كَفّارٌ﴾ [إبراهيم: ٣٤]
“Dhugumatti, namoonni daran miidhaa hojjataa daran kafaraadha”
👈 وقال الله تعالى
﴿ِ وَكانَ الإِنسانُ عَجولًا﴾ [الإسراء: ١١]
“Ilmi namaa jarjaraa ta’eera”
👈 وقال الله تعالى
﴿ إِنَّ الإِنسانَ لَكَفورٌ مُبينٌ﴾ [الزخرف: ١٥]
“Dhugumatti, namni kafaraa ifa bahaadha”
👈 وقال الله تعالى
﴿ وَكانَ الإِنسانُ كَفورًا﴾ [الإسراء: ٦٧]
“Namnis akkaan kafaraa ta’eera”
👈 وقال الله تعالى
﴿ِ وَكانَ الإِنسانُ قَتورًا﴾ [الإسراء: ١٠٠]
“Ilmi namaa akkaan don’a ta’eera”
👈 وقال الله تعالى
﴿إِنَّ الإِنسانَ لِرَبِّهِ لَكَنودٌ﴾ [العاديات: ٦]
“Dhugumatti, namni (hedduun) Gooftaa isaa mormaadha”
👈 وقال الله تعالى
﴿إِنَّ الإِنسانَ لَفي خُسرٍ﴾ [العصر: ٢]
“Dhugumatti, namni hunduu hoongoo keessa jira”
👈 وقال الله تعالى
﴿ إِنَّ الإِنسانَ لَيَطغى﴾ [العلق: ٦]
“Dhugumatti, namni daangaa dabra”
👈 وقال الله تعالى
﴿لَقَد خَلَقنَا الإِنسانَ في كَبَدٍ﴾ [البلد: ٤]
“Dhugumatti, Nuti nama cinqii keessatti uumne”
👈 وقال الله تعالى
﴿لَقَد خَلَقنَا الإِنسانَ في أَحسَنِ تَقويمٍ﴾ [التين: ٤]
“Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne”
👈 وقال الله تعالى
﴿خَلَقَ الإِنسانَ مِن نُطفَةٍ فَإِذا هُوَ خَصيمٌ مُبينٌ﴾ [النحل: ٤]
“Bishaan xiqqoo irraa nama uume Yoma san inni (Aakiraa sobsiisuun) mormaa ifa bahaadha”
✍ 🛰 @ifaislaamaa
https://t.me/DAARU_SALAAM/917

31.01.202512:33
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐮 𝐃𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐓𝐚𝐰𝐡𝐢𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐓𝐨𝐫𝐛𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐒𝐚𝐝𝐢'𝐢𝐢𝐟 𝐖𝐨𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐚𝐧𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐊𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐓𝐮𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐓𝐚𝐡𝐮 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐔𝐬𝐭𝐚𝐚𝐳 𝐢𝐢𝐟 𝐌𝐢𝐣𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐚𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐉𝐞𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝𝐚 𝐂𝐢𝐭𝐮𝐮 𝐓𝐮𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐈𝐧𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐢 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚.
1, 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖 𝑀𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝑁𝑢 𝑈𝑢𝑚𝑒𝑒?
2, 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖𝑛 𝐺𝑎𝑏𝑏𝑎𝑟𝑢𝑢𝑛 𝐵𝑒𝑒𝑘𝑢𝑚𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑀𝑎𝑙𝑒𝑒 𝑁𝑖 𝑇𝑎ℎ𝑎𝑎?
3, 𝑄𝑎𝑎𝑚𝑎𝑎𝑛 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑓 𝑆𝑖𝑖𝑓 𝑀𝑖𝑗𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝐷ℎ𝑎𝑏𝑢𝑢 𝐷𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑎𝑎 𝐺𝑎𝑎𝑓𝑎 𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝐴𝑘𝑘𝑎𝑎𝑡𝑎𝑎 𝑀𝑖𝑗𝑒𝑒𝑠𝑠𝑒𝑒 𝐼𝑑𝑑𝑜𝑜 𝐽𝑖𝑟𝑡𝑎𝑛 𝑇𝑎𝑎'𝑎𝑎 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎 𝐽𝑒𝑛𝑛𝑎𝑎𝑛 𝑀𝑎𝑎𝑓 𝐻𝑖𝑛 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑛𝑛𝑒𝑒?
4, 𝐵𝑎𝑟 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖𝑛 𝐵𝑖𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑈𝑧𝑟𝑖𝑖 𝐻𝑖𝑚𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐻𝑎𝑓𝑢𝑢𝑛 𝑁𝑖 𝐽𝑖𝑟𝑎𝑎?
5, 𝑌𝑒𝑟𝑜𝑜 𝐴𝑚𝑚𝑎𝑎 𝐾𝑎𝑛 𝑄𝑖𝑟𝑎𝑎𝑡𝑖𝑖 𝐼𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑁𝑎𝑚𝑎 𝐷ℎ𝑜𝑟𝑔𝑢 𝐵𝑎𝑟𝑛𝑜𝑜𝑡𝑎 𝐼𝑑𝑖𝑙𝑒𝑒 𝐹𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖𝑛 𝐵𝑖𝑟𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑈𝑧𝑟𝑖𝑖 𝑆𝑖𝑖𝑓 𝑇𝑎'𝑎𝑎?
6, 𝐵𝑎𝑟𝑛𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝐼𝑑𝑖𝑙𝑒𝑒 𝐴ℎ𝑘𝑖𝑟𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎𝑓 𝑀𝑜𝑜 𝐷𝑢𝑛𝑖𝑦𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎𝑎𝑓 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑎𝑚𝑎𝑎?
7, 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝐺𝑎𝑎𝑟𝑖𝑖𝑑ℎ𝑎𝑎 𝐾𝑎𝑎𝑦𝑦𝑜𝑜 𝑈𝑢𝑚𝑎𝑚𝑛𝑒𝑒𝑓 𝐷𝑎𝑔𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑀𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓𝑖𝑖?
8, 𝑌𝑜𝑜 𝑁𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝐴𝑠 𝐽𝑖𝑟𝑡𝑎𝑛 𝐻𝑢𝑛𝑑𝑖 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐽𝑖𝑟𝑡𝑎𝑛 𝑇𝑎𝑎𝑡𝑎𝑛 𝐾𝑜𝑡𝑡𝑎𝑎 𝑁𝑢 𝐵𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑠𝑎𝑎?
9, 𝑌𝑜𝑜 𝐻𝑖𝑛 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑛𝑛𝑒 𝐼𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑀𝑎𝑎𝑓 𝐻𝑖𝑛 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑡𝑎𝑛𝑢𝑢?
10, 𝑀𝑒𝑒 𝐴𝑚𝑚𝑎 𝑂𝑛𝑙𝑖𝑛𝑒 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑓 𝑀𝑎𝑎𝑙𝑡𝑢 𝑁𝑢 𝐷ℎ𝑜𝑟𝑔𝑎𝑎?
11, 𝑁𝑢𝑡𝑖 𝐻𝑜'𝑎 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑇𝑒𝑒𝑛𝑦𝑒𝑒 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑓 𝑀𝑎𝑎𝑓 𝐷𝑎𝑑ℎ𝑎𝑏𝑛𝑒𝑒?
12, 𝑀𝑒𝑒 𝑆ℎ𝑒𝑒𝑘𝑜𝑙𝑒𝑒 𝑁𝑎𝑎𝑛𝑛𝑜𝑜 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑛 𝐽𝑖𝑟𝑎𝑛 𝐴𝑘𝑘𝑎𝑎𝑡𝑎𝑎 𝐼𝑠𝑎𝑎𝑛 𝐼𝑡𝑡𝑖 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑎𝑛 𝑁𝑖 𝐵𝑒𝑒𝑘𝑡𝑎𝑎? 𝐴𝑘𝑘𝑎 𝐾𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎𝑡𝑡𝑖 𝑁𝑦𝑎𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐷ℎ𝑢𝑔𝑎𝑛𝑖𝑖 𝑄𝑎𝑟𝑎'𝑎𝑛𝑖𝑚𝑜𝑜? 𝐴𝑔𝑎𝑏𝑢𝑢 𝑇𝑎'𝑎𝑛𝑖𝑖 𝐵𝑒𝑒𝑙𝑎𝑎𝑛 𝑅𝑎𝑘𝑘𝑎𝑐ℎ𝑎𝑎 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖𝑖?
13, 𝑁𝑢𝑡𝑖 𝑀𝑎𝑎𝑙𝑖𝑖𝑓 𝐻𝑎𝑎𝑙𝑎 𝑀𝑖𝑗𝑎𝑎'𝑎𝑎 𝐾𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎 𝑇𝑒𝑒𝑛𝑦𝑒𝑒 𝐵𝑎𝑟𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝐾𝑜𝑜𝑟𝑟𝑎𝑎?
14, 𝐺𝑎𝑎𝑓𝑎 𝐹𝑢𝑢𝑙𝑎 𝑅𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖 𝐷𝑒𝑒𝑚𝑛𝑒 𝑀𝑎𝑎𝑙 𝐽𝑒𝑛𝑛𝑒𝑒 𝐻𝑎𝑎 𝐷𝑒𝑒𝑏𝑖𝑠𝑛𝑢𝑢?
15, 𝑄𝑎𝑟𝑎'𝑢𝑢𝑡𝑢 𝑁𝑢𝑛 𝐵𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑐ℎ𝑖𝑠𝑢𝑚𝑜𝑜 𝑄𝑎𝑟𝑎'𝑎𝑎𝑑ℎ𝑢𝑚𝑎 𝐾𝑎𝑛𝑎𝑡𝑢 𝐷ℎ𝑎𝑙𝑎𝑡𝑒𝑒?
𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕 𝙺𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝙳𝚎𝚎𝚐𝚐𝚊𝚛𝚜𝚊 𝙺𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚗 𝙽𝚞 𝙱𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚌𝚑𝚒𝚜𝚊𝚊 𝙸𝚗𝚗𝚒𝚜 𝙷𝚊𝚊 𝚃𝚊𝚑𝚞𝚞 𝙼𝚊𝚕𝚎𝚎, 𝙶𝚊𝚛𝚐𝚊𝚊𝚛𝚜𝚊 𝙼𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚚𝚊𝚊 𝙸𝚜𝚒𝚗𝚒𝚛𝚛𝚊 𝙷𝚒𝚗 𝙷𝚊𝚊𝚓𝚘𝚖𝚗𝚞𝚞 𝙸𝚗𝚗𝚒𝚜 𝙺𝚊𝚗 𝙽𝚞𝚝𝚒 𝙹𝚊𝚋𝚎𝚎𝚜𝚜𝚒𝚗𝚎𝚎 𝙸𝚜𝚒𝚗𝚒𝚝𝚝𝚒 𝙷𝚒𝚖𝚊𝚗𝚗𝚞 𝐉𝐨𝐢𝐧, 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞, 𝐋𝐢𝐤𝐞 𝙸𝚛𝚛𝚊 𝙲𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊𝚗 𝙸𝚖𝚖𝚘𝚘 𝙻𝚒𝚔𝚎 𝙽𝚞 𝙱𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚌𝚑𝚒𝚜𝚊𝚊 𝙻𝚒𝚔𝚎𝚗 𝙺𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚗 𝙶𝚊𝚛𝚊 𝙵𝚞𝚞𝚕𝚍𝚞𝚛𝚊𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚂𝚊𝚐𝚊𝚗𝚝𝚊𝚊 𝚆𝚘𝚕-𝙳𝚘𝚛𝚐𝚘𝚖𝚖𝚒𝚒𝚏 𝙽𝚞 𝙶𝚊𝚛𝚐𝚊𝚊𝚛𝚊𝚊.
𝙸𝚛𝚛𝚊 𝙲𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊 𝚆𝚊𝚗𝚗𝚒 𝙽𝚞𝚝𝚒 𝙸𝚜𝚒𝚗𝚒𝚛𝚛𝚊 𝙱𝚊𝚛𝚋𝚊𝚊𝚍𝚗𝚞 𝚁𝙴𝙰𝙲𝚃 𝙰𝚔𝚔𝚊 𝙽𝚞𝚞𝚏 𝙶𝚘𝚘𝚝𝚊𝚗𝚞𝚞
❤ ⎙ ⌲ 🔔
𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕 𝒔𝒂𝒗𝒆 𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆 𝒖𝒏𝒎𝒖𝒕𝒆 𝒄𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍
https://t.me/DAARU_SALAAM/827

𝐀𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐎𝐟𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐃𝐞𝐞𝐛𝐢𝐟𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.

30.01.202508:37
Darsii Tafsiira Suuraa Jaasiyat Aayata 22 - 32
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
27.01.202509:34
26.01.202504:50
عمدة الأحكام من كلام خير الأنام
باب الأذان
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
باب الأذان
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
12.02.202507:49
Ustaaz Abu Aasiyaa
باب تفسير التوحيد وشهادة أن لا إله إلا الله
Kutaa 6ffaa
https://t.me/DAARU_SALAAM/920
PDF isaa 👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/598
06.02.202512:14
رياض الصالحن
باب في بيان كثرة طرق الخير
Ustaaz Rabii Naziif
@Markaza_Ibnu_Abbaas
Kitaaba pdf isaa argachuuf 👇👇
https://t.me/Markaza_Ibnu_Abbaas/1362?single
باب في بيان كثرة طرق الخير
Ustaaz Rabii Naziif
@Markaza_Ibnu_Abbaas
Kitaaba pdf isaa argachuuf 👇👇
https://t.me/Markaza_Ibnu_Abbaas/1362?single

30.01.202511:22
#Oduu_Ammee
#Allahuakbar
Yeroo baay'ee addabaabaayii irratti Qur'aana gubuun kan beekamu namni amantaa hin qabneefi baqataa ta'ee biyya Siwiidiin jiraatu #Salwan_Momika osoo kara Tiktok Live irra jiruu dhu*kaasa itti banameen aj*jeefame.
© Amar Temam
#SpiderMedia

29.01.202521:11
Affeerraa Quraanaa
Suuraa Xuur
Halkan Gaarii
@DAARU_SALAAM
26.01.202514:02
Ustaaz Abu Aasiyaa
کتاب التوحید
باب الدعاء إلى شهادة إن لا إله إلا الله
Kutaa 6 ffaa
@DAARU_SALAAM
Kitaaba Argachuuf (PDF) 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/598
کتاب التوحید
باب الدعاء إلى شهادة إن لا إله إلا الله
Kutaa 6 ffaa
@DAARU_SALAAM
Kitaaba Argachuuf (PDF) 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/598
25.01.202509:18
بلوغ المرام
- باب دعوى الدم والقسامة
- باب قتال اهل الغي
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
- باب دعوى الدم والقسامة
- باب قتال اهل الغي
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
11.02.202518:45
𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑯𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒖 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝑰𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂𝒂
Namni hundi gaafa dhalatu Islaamummaa irratti akka dhalatu sagantaa keenya yeroo darbee irratti kaaseen ture. Mee amma immoo ragaan walbira qabnee haa ilaallu. Islaamummaan kan namni hundi isii irratti dhalatuudha. Kana ilaalchisee Rabbiin Qur'aana keessatti akkana jedhe:
(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa). Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu (kan Rabbiin irratti nama uumetu) amantii qajeelaadha. Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu. (Qur'aana 30:30).
Keeyyata Qur'aanaa kana keessatti "Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa)" jedhee itti aansee immoo "Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu amantii qajeelaadha"jedhe. Kana jechuun Uumaan Rabbiin irratti nu uume amantii dha. Amantiin sunillee Islaamummaadha. Kana immoo Nabi Muhammad Hadiisa keessatti akka armaan gadii kanatti ibsanii jiru. Ergamaan Rabbii Muhammad akkana jedhan: "Dhalataan hunduu Islaamummaa irratti dhalata. Haadhaa fi abbaa isaatu isa Yahuudomsu, yookiin Kiristaanomsu, yookiin warra ibidda gabbaru (akkasumas warra uumaa biraa gabbaru)taasisu." (Bukaarii 4775).
Fakkeenya gaarii barsiisa kanaaf ta'uu kan danda'u Kiristaanonni ijoollee isaani kanuma maatii Kiristaanaa irraa dhalatan Kiristinnaa kaasu. Yoo osoo Kiristinnaa hin kaafamin du'e akka Waan Islaamummaa irratti du'eetti beekama. Yeroo tokko Haadha sababaa baasii guyyaan Imoo isii Kiristaanummaa kaastu baastu dhabeef "ilmoon koo Islaamummaa irratti hafe" jettuu gadditu argeen ture.
Cuuphaan dhimma biraatiif jedhamee dubbatamus ilmoon dhalatu Islaama ta'uun Kiristaanota baay'ee biratti beekamaadha. Inumaa akka namni wahii naaf himetti daa'imni osoo Kiristaanummaa hin kaafamin du'e/te carraa mooraa Bataskaanaa keessatti awwaalamuu hin argatu/ttu.
Kanaaf Obboleewwan Keenya amantii Kiristaanaa hordoftan, gama amantii irratti dhalattanii Islaamummaa akka dhuftan isin affeerra. Amantii Rabbiin irratti isin uume, amantii Abrahaam, amantii Yaqoob, amantii Muusee, amantii Yesuus kottaa qabadha.Islaamummaa fudhachuun Raajota hundatti amanuudha. Karaa sirrii ta'een Yesuusitti amanuudha malee Yesuus ganuu akka hin taane qalbeefadha.
Namoonni dhugaa amantii kanaa argaa itti amanuu diddan adabbii jabaan gosa adda addaatu isin eeggata. San keessaa tokko gaafa biyya lafaa irraa deemtan bishaan ho'aa yeroo isin dhuguuf ofitti qabdan fuula keessan akka Feestaaliitti walitti marutu isin eeggata.
Rabbiin akkas jedhe:
Dhugaan Gooftaa keessan irraayi, Namni fedhe haa amanu; namni fedhes haa kafaru Dhugumatti, Nuti miidhaa hojjattootaaf(Kaafirootaaf)ibidda dallaan ishee isaanitti marse qopheessinee jirra. Yoo birmachiifatanis bishaan akka rajaa (siicoo) danfeetti fuula quncisutu isaaniif kennama. Dhugaatichis akkaan fokkate! Al-Kahf 18:29
https://t.me/DAARU_SALAAM/919
04.02.202510:14
رياض الصالحن
باب في بيان كثرة طرق الخير
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Kitaaba pdf isaa argachuuf 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/529
باب في بيان كثرة طرق الخير
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Kitaaba pdf isaa argachuuf 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/529
30.01.202510:20
رياض الصالحين
باب الحث على الازدياد من الخير في أواخر العمر
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Kitaaba pdfn argachuuf 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/529
باب الحث على الازدياد من الخير في أواخر العمر
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Kitaaba pdfn argachuuf 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/529
Удалено24.01.202512:58
27.01.202517:23
Saatiin Darsii Gahee Jiraa Seenaa
https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=d6d167db9192befead
https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=d6d167db9192befead
26.01.202509:08
بلوغ المرام
باب قتال اهل البغي
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
باب قتال اهل البغي
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
25.01.202508:36
تفسيرسورة الدخان
Ustaaz Rabìi Naziif
@DAARU_SALAAM
Ustaaz Rabìi Naziif
@DAARU_SALAAM
10.02.202506:42
🚫 Areeda/Hareeda Haaduu
★★★★★★★★★★★★★
Allaahu AzzaWajal Akkas Jedha:-
[ قَالَ يَبْنَؤُمَّ لَا تَأْخُذْ بِلِحْيَتِى وَلَا بِرَأْسِىٓۖ ]
(Haaruunis) “Yaa ilma harmee kiyyaa! areeda kiyyas ta’ee mataa kiyya hin qabin" Jedhe)
قال العلامة الشنقيطي عند تفسير هذه الآية (( فهي دليل قرآني على إعفاء اللحية وعدم حلقها)
Imaamu Ashinqiixii Aayaa Kana yeroo fasaran akkas jedhan:-
[ Aayaa kana keessatti areeda guddisuufi haaduu dhiisuuf kun ragaa Qur'aanaati ]
(أضواء البيان ( 4/ 506))
Imaamul Bukhaariif Muslimni akka gabaasanitti Abdillah Ibnu Umar Radiyallahu Anhu Irraa odeeffamee Ergamaan Rabii ﷺ akkas jedhan:-
«خالفوا المشركين، أحفوا الشوارب، وأوفوا اللحى».
«Mushriktoota faalleessaa rifeensa funyaaniin gadi jirtu , gabaabsaa areeda gad dhiisaa»
Zayd Ibnu Arqam Radiyallahu Anhu Ergamaan Rabii ﷺ akkas jedhan:-
«من لم يأخذ من شاربه فليس مِنَّا»، أخرجه الترمذي.
«Namni rifeensa funyaaniin gadi jirtu hin gabaabsiin nurra miti»
🔘 Areeda haaduun durbootaan wal fakkaachuu dha kun immoo mataan isaa haraama dha.
Ergamaan Rabii ﷺ akkas jedhan:-
«لعن اللهُ المتشبهين من الرجال بالنساء»، أخرجه البخاري من حديث ابن عباس رضي الله عنه
« Dhiiri dubartootaan fakkaatu Allahuun Rahmata Isaarraa haa fageessu»
🔘 Dabalataanis areeda haaduun warra kaafirtootaan wal fakkaachuu dha.
«من تشبه بقوم فهو منهم»
«Namni ummata tokko fakkaate namtichi isaan irraayyi »
في كتب السير:
🔸كان رسول الله ﷺ عظيم اللحية،
🔹وأبو بكر كثير اللحية،
🔸وعمر كثير اللحية،
🔹وعثمان كبير اللحية،
🔸وعلي عريض اللحية
Kitaabota seenaa keessatti
🔸Ergamaan Rabbii ﷺ areedni isaanii guddaadha.
🔹Abuu Bakr areedni isaa baay'eedha.
🔹Umar areedni isaa baay'eedha.
🔸Usmaan areedni isaa guddaadha.
🔹Aliyyi areedni isaa baldhaa dha
قال الإمام ابن حزم رحمة الله تعالى:-
"اتفق العلماء على أن قص الشارب وإعفاء اللحية فرض" (مراتب الإجماع)
"Rifeensa funyaaniin gadi jirtu gabaabsuuniifi, areeda guddisuun Fardii(Dirqama) akka ta'e Ulamaayiin Waliigalaniiru"
⚠️ Kanaafuu yaa nama areeda ofirraa haadduu!! akkamu agarte kana areeda ofirraa haaduun, bubuqqisuuf gaggabaabsuun haraama dha hin eeyyamamu kunis ragaa Qur'aanaan, Hadiisaaniifi waliigaltee Ulaamaa Islaamaatiini. Kanaaf Rabbii kee sodaadhu areeda kee guddisi, ganamaaf galgala hin haadiin.
✍ Abu Asiyah Abdallah
https://t.me/DAARU_SALAAM/918

02.02.202504:47
Waa Shan Osoo Wanni Shan Sitti Hin Dhufne Saammadhu
• Ibni Abbaas Irraa Odeeffamee Rabbiin isaa fii abbaa isaatiis irraa haa jaalatuu, Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Waa Shan Osoo Wanni Shan sitti hin dhufne dura saammadhu jechuun Gurbaa tokko gorsan ja’e. Hadiisa Kana Haakim Gabaasee Imaamu Albaaniin Sahiiha Ja’een.
Wantoonni Shanan Saammaadhaa Rasuulli Nuun Ja’e…
1: Dardarummaa Tee Osoo Dullumti sitti Hin Dhufne
2: Fayyaa Tee Osoo dhukkubni sitti Hin Dhufne
3: Qabeenya kee Osoo miskiinummaan sitti hin Dhufne
4: Yeroo Tee Osoo Mashghuulummaan Sitti Hin Dhufne
5: Jiruu Tee Osoo Duuti sitti hin Dhufne
• Yaa obboleeyyan kiyya wantoota Shaban Rasuulli Keenya Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Nuuf Dhaaman kana keessa hikmaa guddootu jira. Takka takkatti yoo irraa dubbanne janne himnee fixuun hedduu ulfaata.
• Dargaggummaa teenya, Fayyaa teenya, Qabeenya keenya, yeroo teenya akkasumaas Jiruu teenya Osoo harkaa qabnuu sirritti tiiffannee hujii irra haa oolchinuu.
• Gaafa dhabne sheenawuun faaydaa Nuuf hin qabnu osuma harkaa qabnu sirritti kunuunfannee hunda isiituu aakhiraan haa dalagannu.
• Rabbiin Warra wantoota asii olitti dubbanne kana hunda sirnaan itti fayyadamee bu’aa irraa buufatu Nu Haa Taasisuu.
• Barreeffama kana dubbisaa, yoo isinitti tole nama fayyada jattanii yaaddan obboleeyyan keessaniif Share godhuun Raabsaa.
Waan Dubbistaniif Galatoomaa: Jazaakumullaahu Kheeyran
𝒀𝒐𝒐 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝑻𝒐𝒍𝒆 👍 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒂𝒂
By: Ibsaa Dhugaa
https://t.me/ibsaadhuga
https://t.me/DAARU_SALAAM/849
30.01.202509:02
بلوغ المرام
كتاب الحدود
باب حد الزاني
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
كتاب الحدود
باب حد الزاني
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Удалено24.01.202512:58
27.01.202517:22
Kitaabni Eegalamee Jiraa Seenaa
https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=36b46b9c179e77e943
https://t.me/DAARU_SALAAM?livestream=36b46b9c179e77e943
26.01.202508:32
تفير سورة الدخان
Aayata 18 - 39
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Qur'aana (PDF) Argachuuf 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/762
Aayata 18 - 39
Ustaaz Rabii Naziif
@DAARU_SALAAM
Qur'aana (PDF) Argachuuf 👇👇
https://t.me/DAARU_SALAAM/762
25.01.202508:12
Показано 1 - 24 из 126
Войдите, чтобы разблокировать больше функциональности.