Қайта жіберілді:
عبد الناصر

30.04.202517:40
Dr. Sheikh Muusaa Su'aalaa "Murtiin du'aa" isaanirratti murteeffamtee akka turte quba qabduu ?!
Sheikh Muusaan dur Naannoo Soomaalee Orda iddoo ja'amutti qaraasisaa turan. Guyyaa tokko gara Magaalaa Jigjigaa imaluu barbaadan. Imala isaanii warri Bida'aa dhagayan. Yeroo sanitti Sheekhni hunda caalaa Toowhida barsiisuu turan. Shirkiirraa cimsanii hawaasa dhoorkaa turan.
Dalagaa isaanii kanatti Dargaan hedduu aaranii, "Sheikh Muusaan nama badaa dha. Nama Mootummaa fonqolchuu barbaadu" jachuun Mootummaaf himanii, akkasuma kara Magaalaa Jigjigaa deemaa jiraachuu isaanii Foolisiitti himan. Foolisoonni Konkolaataa gara Jigjigaa deemu mara dhaabsisuun, Sheikh Muusaa Su'aalaa barbaadaa turan.
Boodarra Konkolaataan Sheekhni keessa jiru dhufe. "Sheikh Muusaan as keessa nijiraa?" Jachuun gaafatan. Yeroo kana Sheekhni "Ee! Niin jira. Khunoo ana. Maaliif nabarbaaddan?!" Jachuun dubbatan. Ajiib!
Koottu ja'anii, qabanii Mana Hidhaa geeysan. Mana Hidhaa keessatti hedduu Azzabaa turan. Guyyaa garii Qarree (hallayyaa) guddoo irra geeysanii ti isaan tuman. Sheekhni yoo ol siqe ulee fi tumaa jira. Yoo gad siqe ammoo Hallayyaa jira.
Haala kanaan erga Azzaban booda "Rasaasni isatti qisaasa. Ableen qalamuu qaba" ja'anii, guyyaa itti sheekha akka Hoolaatti gorra'an (qalan) baallamatanii, guyyaan san akka isa ajjeesuuf deeman sheekhatti himan.
Maaltu Mudate ?!
Guyyaan keessatti Sheekha qalan yeroo gayu, gara iddoo Sheekhni itti hidhamee dhufanii, hulaa irraa banan. Sheekhni Rabbi kadhachaa gad-bahe. Yeroo gad-bahan, namni tokko isaan hin dubbisne. Nan agaran jachaa deemuu eegalan. Jarattiin dhamaate.
Eega Sheekhni fagaate booda dammaqanii, Sheekha barbaaduu eegalan. Sheekhni goda bineensi keessa galu seenanii, guyyaa lama osoo waa takka hin nyaatin achi turanii, boodarra nagayaan Magaalaa Jigigaa galan.
Akkanatti Hamtuu hunda duraa Rabbi isin haa baasu!
https://t.me/nassex48I

30.04.202515:09
Yeroo tokko tokko gammachuun kee madda kolfa keetii taʼus, yeroo tokko tokko garuu kolfi kee madda gammachuu keetii taʼuu dandaʼa
30.04.202514:02
Murtoo badaa kabajuu nan danda'a, .
garuu soba miti.
https://t.me/anas09m
garuu soba miti.
https://t.me/anas09m
30.04.202513:00
Jireenya nama kamiyyuu keessatti barbaachisummaa kee dirqiin hin godhin, yoo dhuguma barbaachisaa taate keessoo keetiin sitti dhagahama
Қайта жіберілді:
عبد الناصر

29.04.202520:55
💥Anas ibnu maalik #Ergamaan Rabbii ﷺ
Akkana jedhan jedhe "Rabbiin nama irraa
Jaalallee qaba". Isaan suni enyuu ? Yaa
#Ergamaa Rabbii ﷺ jennan? #Ergamaan
Rabbii ﷺ Akkana jedhan "Warra qur'aanaati,
Isaan jaalallee Rabbiiti filatamoo isaati."
Yaa Rabbii☝️qomaa tenyaa qur'aanan nuuf
Guuti jaalalleewwan khee nuu taasisii 🤲🤲

29.04.202520:13
"Namni Hojjate Bu'aa Ni Arka; Ka Rafees 🛌 Manaama (Abjuu) Ni Arka." #Khalaas
Қайта жіберілді:
عبد الناصر

30.04.202516:24
⃝ ADDUNYAA TANA IRRAA MAAL AKKAAN JAALATTA❓
◆◇◆◇◆◇◆◇◆◇◆◇◆◇◆◇◆◇◆◇◆
✪ Guyyaa tokko Ergamqan rabbii ⸽ ﷺ ⸽ Abuu bakri, Umar, Usmaan fi Aliyyi waliin taa'anii osoo haasawa jiranii Rasuuli │ ﷺ│ akkana je'an:-❤
★ #RASUUULI │ﷺ│. Addunyaa tana irraa waa sadihiin jaaladha
❶ → Waan urgaawu ykn shittoo ❤
❷ → Dubartii (tan halaal) ❤
❸ → Salaata ❤
✾ #ABUU_BAKRI... Yaa rasuula dhuga jettan, aniis waa sadihiin jaaladha.
① → Fuula rasuulaa s.a.w keessa ilaaluu❤
② → Qabeenya kiyya rasuulaaf arjoomuu❤
③ → Intalti tiyya rasuula heerumuu.❤
✶ #UMAR... Abuu bakri dhugaa keeti, anilleen waa sadihiin jaaladha.
❶→ Toltutti nama ajajuu❤
❷→ Hamtuu rraa nama dhoorkuu❤
❸→ Haala gaarii amala godhachuu.❤
◈ #USMAAN... Umar Dhugaa keeti, anilleen waa 3n jaaladha.
① → Nama beelawee jiru nyaachisuu❤
② → Nama uffata hin qabne uffisuu❤
③ → Quraana qara'uu.❤
✿ #ALIYYI... Usmaan dhugaa jatte, aniis wahuma 3n jaaladha.
❶→ Keessummaa guddisuu❤
❷→ Soomana baay'isuu❤
❸→ Jihaada heddummeeysu..❤
Kheeyrii guddoo tana SHARE godhi.

30.04.202515:03
🍃"13" Amaloota Jaartii Gaarii🍃
1 Bakka jirtu hundatti Rabbiin sodaati, waan hunda keessattis Sunnaa Nabiyyii hordofti.
2Waan abbaan manaa ishee ajaje hunda, hanga amantii ishee waliin wal hin faallessinetti ni ajajamti.
3Waan gaarii malee wanti biraa akka isheerraa hin dhufne, akka argitu, akka dhageesse, akka urgaa’u gochuuf yaalti.
4Mani fi qabeenyi, akkasumas
Maatii ishee ni eegdi.
5Nama inni hin barbaanne
Hin dhihaatin, hin dhihaatin.
6 Jaarsa ishii osoo hin beeksisin sooma sunnaa hin soomtu.
Mana keessaallee hin baatu.
7 Iccitii abbaa warraa ishee fi mana ishee
Kunuunsa gaarii argamti.
8 Abbaa manaa ishee hojii gaarii irratti jajjabeessi
Yeroo inni dadhabe ni gargaarti, yeroo inni dadhabe ni jajjabeessiti, .
Yeroo inni dagatu ni yaadatti.
⑨Isheen yeroo hunda waan haraama irraa fagaatu, halaala irraa akka fagaatu, wanta amantiin ishee fi maatii isheef hin hayyamne akka raawwatu yeroo hunda dhaamsa.
Akkasumas akka hin hojjenne akeekkachiisti.
1∅ Gammachuu fi gadda qooddatti:
Innis yaadaa fi yaaddoo keessa jira, garuu isheen hin kolfitu, yeroo inni boqochuu fi itti gammaduu barbaadu isheen banattee isa hin mufachiiftu.
11Waan isheef godhu hundumaa keessatti
Xiqqaa fi guddaan galateeffatti.
12 Mana ofii qabbaneessitee mana namaa hin ho'istu, mana namaas osoo diigdee mana namaa hin ijaartu!
13 Kuni hojii ishee guddaa ta'uu beektee hojii isheetiin boonti, ijoollee Rabbiin isheef kenne sirna Islaamaa keessatti guddifti! Yoo mucaa dhabdellee abdii osoo hin kutatin obsaan Rabbii ishee kadhatti.
Xumurameera.
▫Profile abbaa warraa gaarii yeroo dhiyootti
Nu eeggadhu Insha Allah.
"Rabbiin hunda keenya haqa haa godhu".

30.04.202514:01
"Namni Rabbii fi guyyaa Aakhiratti amane waan gaarii haa jedhu ykn ofirraa haa callisuu"
Jecha Nabiyyiiﷺ
Jecha Nabiyyiiﷺ
30.04.202512:55
Namoonni yeroo si barbaadan qofa yoo si yaadatan miira hamaa hin qabaatin.
Kabajni sitti dhagahama, ati akka shugguxii yeroo addunyaan isaanii dukkanaa'u sammuutti dhufuuti
Kabajni sitti dhagahama, ati akka shugguxii yeroo addunyaan isaanii dukkanaa'u sammuutti dhufuuti
Қайта жіберілді:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

29.04.202520:50
Gaaffi Fi Deebii Waaqayyoo 3 ni Jira jedhani mee haa fiddanii kaa 🤣🤣 mee kootta dhaggeefadha Waallaluuma Isaani🙉🙉🙉
🌷 @Caayaadiinaalislaam
🌷 @Caayaadiinaalislaam

29.04.202519:04

30.04.202515:21
Қайта жіберілді:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

30.04.202514:48
YESUUS NAMAA FI ERGAMAADHA✅️
Nuti akka keessan caluma jenne hin wocinu ragaa malees hin dubbannu qur'aana yoo isinitti himne hin fudhattan jennee waangeela keessan isiniif dhiheessine isas hin diddan mee maalitti amanturee?
Ergamaa waaqayyoo tahuu yesuu:👇
“Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha.”
— 1Xim. 2:5
HoE. 2 ²² "Isin yaa warra Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa, Waaqayyo harka Yesus nama Naazireet kanaan, hojii aangoo isaa, dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa kan isin beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin fudhatamaa isa godhe.
²³ Namni kun akka Waaqayyo dur murtoo godhetti, akka yaada isaattis dabarfamee kenname; isin immoo harka, warra seera Waaqayyoo hin eegneetiin, muka irratti fanniftanii isa ajjeeftan.
“Kanaaf Yesus, "Ilma namaa kana erga muka irratti ol fuutanii, eenyu akkan ta'e, ani isa abbaan na barsiise akkan dubbadhu malee, ofiin homaa akka ani in hojjennes in hubattu.”
— Yoh. 8:28
Yoh. 17
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.
⁴ Ani lafa irratti ulfina siif kenneera, hojii akka ani hojjedhuuf ati anaaf laattes raawwadheera.
As keessatti waaqayyo tokkicha beekuufii yesuus isa waaqayyo ergate beekuutu jireenya bara baraati jedha.
#Yesuustu ani nama jedha isinimmii yesuus waaqa jettu!
#Yesuus_Kiristoos ani ergamaa waaqayyooti jedha isinimmoo yesuus ergamaa miti waaqayyoodha jettu! isintu yeesuus caala waahee isaa bekamoo ajaa'ibaam.
Namni mataan isaa waa yaadu tarii waan geela kanatti amana yoo tahe yesuus osoo hin taane kan waaqeffamu isa yesuusiin erge tahuu hubata✅️
https://t.me/Caayaadiinaalislaam

30.04.202513:58
Namoota negaatiivii ta'an haquu, .
Kan darbe dagadhu, Dogoggora kee fudhadhuu Jireenya kee Deebi'ii Jalqabi

30.04.202512:46
الراحمون يرحمهم الرحمن
عن عائشة
قالت :
جاءتني مسكينة تحمل ابنتين لها، فأطعمتها ثلاث تمرات، فأعطت كل واحدة منهما تمرة، ورفعت إلى فيها تمرة لتأكلها، فاستطعمتها ابنتاها، فشقت التمرة التي كانت تريد أن تأكلها بينهما فأعجبني شأنها، فذكرت الذي صنعت الرسول الله ﷺ فقال: «إن الله قد أوجب لها بها الجنة، أو أعتقها بها من النار
صحيح مسلم

29.04.202520:46
#Haqa_Haadhaa - Xiyyeeffannoon Haa Dubbifnuu!!
1. Sagalee kee sagalee ishee irra ol kaaftee hin haasawiniin.
2. Mormii hin barbaachifne hin morminiin.
3.Osoo isheen dubbattee hin xumurin hin dubbatin.
4. Maqaa isheetiin ishee hin waamin.
5. Hirriiba ishee osoo hin xumuratin ishee hin dammaqsin.
6. Salaata hunda booda du'aa'iidhaan ishee yaadadhu.
7. Akkuma gabrichi Rabbii Rabbii isaatiif of gadi qabu sana atis golga of gadi qabiinsa kee gadi qabiif!
8. Osoo si waamtee hin xumurin dafii jalaa awwaadhu.
9. Manaa baatee alatti jalaa hin turin qalbiin ishee ni rifattiiti.
10. Yommuu ishee ilaaltu ija itti hin bobaasin.
11. Haasawa kan keetiin itti hin jabaatin.
12. Yommuu siin loltu ati garuu hin lolin.
13. Haasawa ishee hin tuffatin.
14. Yommuu dhiphatteenii argamtu mari'adhuun.
15. Yoo isiin rakkatte itti dhihaadhuu gargaari.
16. Yoo isiin dhukkubsatte ishee yaalachiisi.
17. Yoo daaromte daara ishee baasi.
18. Dhimma ishee hunda dhimma kooti jedhi.
19. Yaadaa fii karoora ishee galmaan gahiif.
20. Abaarsa ishee irraa of eeggadhu.
21. Ishee mufachiisuu irraa fagaadhu.
22. Waan isiidhaaf hin galle Suuta jedhii ishee hubachiisi.
23. Haasawaa haala isheen hubachuu. dandeessuun isheen haasawi.
24. Eebba ishee irratti wal dorgomi.
25. Kaayyoo kan kee hin dhoksiniin.
26. Osoo isheen hin teenye dursitee hin taa'in.
Haadhatee Rabbi umrii siif haa dheereysu
❤️Jaalalli dhugaa jaalala haadhaati.
Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif godhaa.

29.04.202518:10
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐚𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐚𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮.
#𝐎𝐃𝐔𝐔_𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚!
☆.𝐀𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐖𝐨𝐥 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐇𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐅𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬𝐮𝐦𝐚𝐬 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐏𝐡𝐞𝐞𝐧𝐱𝐞𝐞 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐅𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐋𝐢𝐯𝐞 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐢 𝐊𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚
☆.𝐇𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐧𝐮 𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐦𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐟𝐢𝐤𝐮𝐦
☆.𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚𝐟
👇👇👇👇👇👇
@alamudin_abe
#𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚..............
• 𝐇𝐚𝐫'𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐚𝐭𝐢 3:30 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧,𝐧𝐢 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐬𝐡𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡
✍.𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 .
𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟
✍𝐥𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐥𝐛𝐢𝐢𝐥𝐚𝐚:-
𝐏𝐡𝐨𝐧𝐞 📞 0928642666
📞0706407166
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
#𝐎𝐃𝐔𝐔_𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚!
☆.𝐀𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐖𝐨𝐥 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐇𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐅𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬𝐮𝐦𝐚𝐬 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐏𝐡𝐞𝐞𝐧𝐱𝐞𝐞 𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐅𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐋𝐢𝐯𝐞 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐢 𝐊𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚
☪ 𝐈𝐛𝐧𝐮 𝐀𝐝𝐢𝐧𝐚𝐧 𝐚𝐧𝐝 𝐏𝐚𝐮𝐥𝐨'𝐬 ✝
☆.𝐇𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐧𝐮 𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐦𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐟𝐢𝐤𝐮𝐦
☆.𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚𝐟
👇👇👇👇👇👇
@alamudin_abe
#𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚..............
• 𝐇𝐚𝐫'𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐠𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐬𝐚'𝐚𝐚𝐭𝐢 3:30 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧,𝐧𝐢 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐬𝐡𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡
✍.𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐥𝐚
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 .
𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢
𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟
✍𝐥𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐥𝐛𝐢𝐢𝐥𝐚𝐚:-
𝐏𝐡𝐨𝐧𝐞 📞 0928642666
📞0706407166
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
30.04.202515:19
«اللَّهُمَّ اجْعَلْ في قَلْبِي نُورًا، وفي بَصَرِي نُورًا، وفي سَمْعِي نُورًا، وعَنْ يَمِينِي نُورًا، وعَنْ يَسارِي نُورًا، وفَوْقِي نُورًا، وتَحْتي نُورًا، وأَمامِي نُورًا، وخَلْفِي نُورًا، واجْعَلْ لي نُورًا»
30.04.202514:17
Gafi fi debbii
1 Hintalli Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam)
tan lammaffarratti dhalattef eennuu?

30.04.202513:24
Jireenyi yeroo tokko qofa dhufa, kanaaf waan si gammachiisu hojjedhuutii namoota si kolfisan waliin ta'i
30.04.202512:38
إنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمنوا صَلُّوا عَ لَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ ﷺ....اللهم صل على سيدنا محمد النبي الأمي و على آله و صحبه و سلم عدد خلقك و رضا نفسك وزنة عرشك و مداد كلماتك
اللهم اغفر للمؤمنين والمؤمنات الأحياء منهم والأموات برحمتك يا أرحم الراحمين
https://t.me/anas09m
اللهم اغفر للمؤمنين والمؤمنات الأحياء منهم والأموات برحمتك يا أرحم الراحمين
https://t.me/anas09m
29.04.202520:28
«وإن أصابكَ عُسْرٌ فانتظرْ فرَجًا
فالعُسرُ باليُسرِ مَقرونٌ ومُتصِلُ».♡
فالعُسرُ باليُسرِ مَقرونٌ ومُتصِلُ».♡

29.04.202516:35
Көрсетілген 1 - 24 арасынан 343
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.