Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
𝐔𝐓𝐔𝐁𝐀𝐀_𝐉𝐈𝐑𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀𝐀 avatar
𝐔𝐓𝐔𝐁𝐀𝐀_𝐉𝐈𝐑𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀𝐀
𝐔𝐓𝐔𝐁𝐀𝐀_𝐉𝐈𝐑𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀𝐀 avatar
𝐔𝐓𝐔𝐁𝐀𝐀_𝐉𝐈𝐑𝐄𝐄𝐍𝐘𝐀𝐀
30.04.202511:04
[Beekaan Jecha isaa Gochaan Walsimsiisa —


Badii Obboleeyyan isaa Dhoksaa fi Gaarii Isaa Yaada].

Hayyuun saayinsii Islaamaa bal’aan, ʿAbd al-Raḥmān ibn Nāṣir al-Saʿdī (رحمه الله) akkana jedhan:

“وَبِالْجُمْلَةِ، فَالْوَاجِبُ عَلَى أَهْلِ الْعِلْمِ وَغَيْرِهِمُ السَّعْيُ فِي مَعْرِفَةِ الْحَقِّ، ) وَالِاجْتِهَادُ فِي تَنْفِيذِهِ وَالْعَمَلِ بِهِ، وَالتَّعَاوُنُ عَلَى ذٰلِكَ.


“Gabaabumatti, namoota beekumsaa(beekaa) fi namoota biroo irrattis dirqamni jiru, dhugaa barbaaduu keessatti carraaquu, isa argatan hojiirra oolchuuf carraaqqii gochuu, waan barbaadan sana irratti hojjechuu fi isa irratti tumsuun dirqama.

وَأَنْ يُحِبَّ أَحَدُهُمْ لِأَخِيهِ مَا يُحِبُّ لِنَفْسِهِ، سَوَاءٌ وَافَقَهُ أَوْ خَالَفَهُ، فَكَمَا أَنَّهُ إِذَا وَقَعَ مِنْهُ خَطَأٌ وَزَلَلٌ لَمْ يُحِبَّ اطِّلَاعَ أَحَدٍ عَلَيْهِ، بَلْ يَحْرِصُ عَلَى سَتْرِ نَفْسِهِ؛ فَكَذٰلِكَ يَنْبَغِي أَنْ يُنَزِّلَ أَخَاهُ مِنْهُ بِهٰذِهِ الْمَنْزِلَةِ.

Akkasumas namni tokko obboleessa isaaf waan ofii isaatiif jaallatu jaallachuu qaba, hiriyaan isaa waan sanatti kan walii galuus ta’ee,walii hin galles. Akkuma namni tokko dogoggora yeroo raawwatu, namni tokkollee akka isa saaxilu hin barbaanne, waan godhu yeroo dhabe,dogoggora ofii sana dhoksuuf carraaqqii guddaa gocha.
—akkasumatti obboleessa isaas haala isaan wal fakkaatuun ilaaluu qaba.

وَأَنْ يَحْمِلَ مَا يَصْدُرُ مِنْهُ عَلَى أَحْسَنِ الْمَحَامِلِ، فَإِنَّ الْجَزَاءَ مِنْ جِنْسِ الْعَمَلِ، فَمَنْ كَانَ مَعَ إِخْوَانِهِ هٰكَذَا ‌‌‌‌‌‌‏ سَتَرَ اللَّهُ عَلَيْهِ بِأَسْبَابٍ يَعْلَمُهَا وَأَسْبَابٍ لَا يَعْلَمُهَا، سَتْرًا لَا يَحْصُلُ لِمَنْ لَمْ يَكُنْ بِهٰذِهِ الْمَثَابَةِ، فَكَمَا تَدِينُ تُدَانُ، جَزَاءً وِفَاقًا.”

Waan isa irraa dhufu immoo haala gaarii ta’een hiikuu qaba. Sababni isaas, mindaan keetii gosa hojii kee sanaa wajjin tokko waan ta’eef. Namni obboloota isaa wajjin haala kanaa amala qabaate, Rabbiin karaa inni beekuu fi karaa inni hin beekneen badii isaa irraa dhoksa, Akkuma isin nama irratti murteessitaniin, isinittis faradama/murteeffama—galanni kun badhaasa sirrii dha.”
📚– Al-Majmūʿ li Ibnu Saadi, 26/77

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
🌴𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐰𝐚𝐚𝐧 #4 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢, 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 13 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐭𝐢!🌱🌱🌱🌱

1. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚
2. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚
3. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚𝐭𝐢
4. 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐥𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢.

🌴𝐓𝐚𝐤𝐤𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 13 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐭𝐢.🌷🌷🌷

1. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐠𝐨𝐫𝐬𝐢𝐭𝐮 𝐚𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
2. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐨𝐨𝐜𝐡𝐮 𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
3. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐫𝐢𝐟𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
4. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐮𝐦𝐬𝐢𝐭𝐮 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
5. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐜𝐡𝐢𝐭𝐮 𝐢𝐟𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢.
6. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐮𝐭𝐮𝐛𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
7. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐨𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
8. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐭𝐮 𝐢𝐥𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
9. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐟𝐭𝐮 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
10. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐪𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐃𝐨𝐤𝐭𝐨𝐫𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
11. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐫𝐚𝐟𝐭𝐮 𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
12. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐈𝐥𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮 𝐠𝐨𝐬𝐚 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢
13. 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐢𝐣𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐬𝐢 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐝𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢.

𝐎𝐝𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐧𝐤 𝐚𝐬𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮🌱🌱🌱🌱🌱



#𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮_𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢_𝐊𝐚𝐛𝐚𝐣𝐢𝐢!❤


🌴 @Caayaadiinaalislaam
27.04.202516:06
Gufuuwwan, Rakkoon, Qormaatni, Kun tokkolleenuu, seenaan kee xumurame jechuu mitii beekhi. Boqonnaawwan dabalataa si eegaa jiru. Waan dhufutu caalaa waan darbee gaarii ta’a jedhii yaada gaarii qabaadhu.

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
27.04.202516:05
قال الإمام أحمد بن حنبل رحمه الله
Imaamu Ahmad ibnu Hanbal Rabbiin rahmata isaaf haa godhuu akkana jedhe:

‎كيف يتبيّن لرّجُل ما عليه من خطأ؛ إذا
Namni dogoggora irra jiru tokko mee akkamitti hubata yoo

لم يجِد مُنكِرًا؟!
nama isarratti mormu hin arganne?

الآداب الشرعية (٢٢٩/١)

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US

════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99
JOIN:
@dhugaadhuma99
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
24.04.202517:52
Jibbii fi inaaffaan nama tokko keessatti yeroo walitti dhufan, ofii isaatiif waan gaarii hojjechuu caalaa, nama miidhuun isaaf jaallatama ta’a; hojii isaatti gammadee akka waan nama miidhaa jiruutti gowwoomfama.Garuu dhugaa jiru Nama biraa osoo hin taane,ofii isaa miidhaa jira.

إذا اجتمع في الإنسان الحقد مع الحسد أصبحت الإساءة لغيره أحب إليه من الإحسان لنفسه، يستمتع بذلك ويتوهّم أنه يسيء إلى الناس وهو يسيء إلى نفسه.

JOIN US:-@dhugaadhuma99

https://t.me/dhugaadhuma99
24.04.202517:50
Ibnu al-Jawzi Rabbi rahmata isaaf haa godhu akkana jedhe:

Addunyaan kun qormaataaf waan uumamteef, namni ogeessi garuu obsaaf of qopheessuu qaba.

[ (393/1)].قال ابن الجوزي رحمه الله :

" الدنيا وضعت للبلاء فينبغي للعاقل، أن يوطن نفسه على الصبر " .

[ صيد الخاطر ( ٣٩٣ / ١) ]
JOIN US:-
@dhugaadhuma99
30.04.202511:04
“ولا شك أن طريق طلب العلم صعبٌ ومرٌّ، ولكنه عظيم العاقبة، ولذلك يحتاج إلى صبر شديد وعظيم...”

"Shakkii tokko malee daandii beekumsa barbaaduudhaa,Garuu karaan isaa baay'ee rakkisaa fi hadhaa'aadha,ta'us garuu bu'aan isaa baay'ee guddaadha. Kanaaf obsaa fi cimina guddaa barbaada." 🪶

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
28.04.202518:32
Amala badaa, ilaalcha dogoggoraa, hadhaa’ummaa, dhukkuboota onnee kan akka haaloo ba’uu & jibbaa ofirraa baasuuf yoo rakkachaa jirta ta’e bro hin dhiphatin. Kun hundi Halkan tokkotti hin ta’u waan ta’eef. Carraaqqii dammaqina keetii fi gargaarsa guddaa immoo Rabbii isa hundumaa danda'u irraa argachuu si barbaachisa. Carraaqqii kee Irratti hojjechuu itti fufi. Fedhii Rabbii ol Aanaa ta’ee malee wanti ta'u hin jiruu.

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
27.04.202516:06
BAAY'EE OFII KEE IRRATTI XIYYEEFFADHU!:

Namni Badii nama biraa dhiisee badii lubbuu ofii irratti xiyyeeffate qaama isaa fi onnee isaatiif tasgabbii guddisa malee gonkumaa hin miidhamu, sababni isaas namni tokko yeroo hunda hanqina amala ofii isaa irratti mul’atu obboleessa isaa irraa waan badii sanaan wal fakkaatu yeroo argu dhimma itti hin qabu.

Ilaame:
badii obboleessa keetiitti dhimmamuun Qalbiin kee akka gogu godha; qaamni fi Qalbiin namoota akkasii dadhabee yeroo badii isaarraa gaafatan badii isaaniif sababa dhiyeessu.

Namoota keessaa inni dadhabaan,warra badii isaanii irraa kan ka’e nama qeequ dha, akkasumas namni isa caalaa laafaa ta’e immoo nama badii ofii isaatii qabuun ummata nagaa qeequudha. Kan ummata qeequ immoo galata isaa ummatumaan qeeqama.

Kitaaba:
Ibsa Dhugaa
Fuula 66, 67 irratti.

JOIN US:-@dhugaadhuma99
27.04.202516:02
قال الشافعي رحمه الله: من أحبّ أن يفتح الله قلبه ويرزقه العلم،
Ash-Shafi’i رحمه الله akkana jedhe, “Namni Rabbiin qalbii isaa banee beekumsa isaaf kennu fedhe,

فعليه بالخلوة،
kophummaa barbaaduu qaba, .

وقلة الأكل،
xiqqoo nyaachuu, .

وترك مخالطة السفهاء وبعضِ أهل العلم الذين ليس معهم إنصاف ولا أدب.
gowwootaa fi namoota beekumsa qaban tokko tokko kan haqummaa fi amala/naamunsa hin qabne waliin walitti makamuu irraa of qusachuu.”

[مناقب الشافعي للبيهقي (2/١٧)]

JOIN US:-
@dhugaadhuma99
24.04.202517:51
Namni waan ofii fi Rabbii isaa jidduu jiru sirreesse, Rabbiinis waan isaa fi namoota biroo jidduu jiru isaaf sirreessa. Ergamaan Rabbii (Saw)صلى الله عليه وسلم akkana jedhe, “isa lubbuun Muḥammad harka isaa keessa jirtuunin kakadhaa, namoonni lama [Rabbiif jecha] wal hin jaallatanii booda adda hin bahani, sababa cubbuu(dilii) isaan keessaa bamni tokko hojjateen yoo taate malee.

من أصلح الذي بينه وبين الله أصلح الله الذي بينه وبين الناس، قال صلى الله عليه وسلم (والذي نفس محمد بيده ما تواد اثنان ففُرِّق بينهما إلا بذنب يحدثه أحدهما)

JOIN US:-@dhugaadhuma99
24.04.202517:49
Warri dhugaa irraa duubatti deebi’an irra caalaan isaanii jalqabuma irratti dhugaan keessa isaanii hin turre, garuu gaaf tokko waan fedhii isaanii wajjin kan wal simu qofa waan ta’eef hordofaa turan; achiin booda garuu yeroo fedhiin isaanii gara waan biraatti jijjiiramu dhugaa dhiisanii deeman.

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨


➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
30.04.202511:03
Cubbuun summii onneeti — summii meeqatu warra isaan fudhatan ajjeese, osoo xiqqaa ta’ee illee. Kanaaf namni cubbuu hojjete gara qalbii qulqulleessuutti(Tawubaatti)deebi’uu qaba, inni qoricha isa fayyisuu fi qoricha gahaa waan ta’eef. Karaa isaatiin summiin ni ari’ama,onneenis dhukkuba isaa irraa ni fayya.

الذُّنوب سمُّ القلوب، وربَّ سمٍّ قتل صاحبه ولو كان قليلًا، فمن أذنب فعليه بالتَّوبة فإنَّها التِّرياق الشافي، والدَّاء الكافي، بها تندفع السُّموم، وتُشفى القلوب من عللها.

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨


➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
28.04.202518:32
Karaa qajeelaa irra turuuf akka ati rakkachaa jirtu Rabbiin inni waa Hundumaa danda'u hin beeku jettee hin yaadin.Rabbiin Carraaqqii kee ni arga. Carraaqqii keetiifis si badhaasa. Tarkaanfii kee hunda keessatti Inni si waliin jira.

#Abshiir my bro.
React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨


➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
27.04.202516:06
النَّضرُ بن شُميل يقول:

Nadhar ibn Shumayl akkana jedhe, .

يجد المرء لذَّة العلم حتى يجوع وينسى جوعه

“Namni hanga beela’utti gammachuu beekumsaa hin argatu,yeroo gammachuu beekumsaa argate sana garuu beela isaa. I dagata .”

[تعظيم العلم شيخ صالح العصيمي]

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
24.04.202519:41
🌺🌺🌺𝑸𝑶𝑶𝑺𝑨𝑨🌺🌺🌺


🙍‍♂🌹🌹𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝒎𝒂𝒏𝒂𝒂🌹🌹.                                           𝑭𝒊 🤦
‍♀🌹🌹𝑯𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝒎𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒕𝒖𝒓𝒂𝒏🌴🌴

↩️𝑱𝒂𝒂𝒓𝒔𝒊 𝒉𝒂𝒍𝒌𝒂𝒏 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒌𝒂'𝒆𝒆 𝒍𝒆𝒆𝒚𝒍𝒊𝒊 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒓𝒂𝒇𝒂. 𝑱𝒂𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒓𝒓𝒊𝒃𝒂 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒕𝒕𝒊. 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒏𝒊 𝒌𝒂𝒂𝒔𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒏𝒊 𝒅𝒊𝒅𝒅𝒊!!!!!!!!!

↩️𝑾𝒂𝒍𝒖𝒎𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒓𝒓𝒊𝒃𝒂 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒕𝒊
𝑱𝒆𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂!!!!
𝑰𝒏𝒏𝒊 𝒔𝒊𝒍𝒂𝒂 𝒋𝒂𝒂𝒓𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒋𝒋𝒊𝒊𝒏 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒕𝒆𝒆 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒕𝒂.

↔️𝑮𝒂𝒂𝒇 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐 𝒎𝒂𝒍𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒘𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒅𝒆𝒆𝒎𝒆𝒆 𝒘𝒖𝒅𝒖'𝒂 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒆𝒆 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒍𝒆𝒆𝒚𝒍𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒆. 𝑰𝒔𝒉𝒊𝒊𝒏𝒊𝒔 𝒂𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒅𝒖𝒓𝒂 𝒈𝒐𝒐𝒕𝒖𝒖 𝒉𝒊𝒓𝒓𝒊𝒃𝒂 𝒊𝒔𝒉𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊𝒕𝒆.

♈️𝑯𝒂𝒂𝒍𝒂 𝒏𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒉𝒖𝒃𝒂𝒕𝒆 𝒏𝒂𝒎𝒊𝒄𝒉𝒊 𝒅𝒂𝒇𝒆𝒆 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒙𝒖𝒎𝒖𝒓𝒂𝒕𝒆𝒆  𝒅𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊 𝒐𝒔𝒖𝒎𝒂 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒂𝒕𝒖𝒖 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝒙𝒖𝒎𝒖𝒓𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒙𝒊𝒒𝒒𝒐𝒐 𝒔𝒂𝒈𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒐𝒍 𝒌𝒂𝒂𝒔𝒆𝒆👇👇

🙏🙏🙏𝒀𝒂𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒐𝒐 𝒉𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝒎𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒏 𝒍𝒆𝒆𝒚𝒍𝒊𝒊 𝒏𝒂 𝒘𝒂𝒋𝒋𝒊𝒊𝒏 𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒕𝒖 𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒊 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒄𝒉𝒖𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒆!
𝑵𝒊𝒊𝒕𝒊𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏𝒊𝒔 𝒕𝒂𝒔𝒂 𝒉𝒊𝒓𝒓𝒊𝒃𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒕𝒂𝒏𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒆𝒆
𝑰𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒅𝒆= 𝒅𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒓𝒈𝒂𝒓 𝒌𝒖𝒕𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒂𝒒𝒆𝒆 𝒚𝒐𝒐 𝒎𝒂𝒂𝒍 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒆 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂𝒕𝒖.
.
👩‍🎤𝑰𝑺𝑰𝑰
➡️🙏🙏𝑫𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊𝒏 𝒔𝒂'𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒌𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒒𝒆𝒆𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒕𝒖 𝒏𝒊 𝒅𝒂𝒈𝒂𝒕𝒕𝒆𝒆?

👨‍⚕𝑰𝑺𝑨
➡️𝑳𝒂𝒌𝒌𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒈𝒂𝒏𝒏𝒆 𝒔𝒊𝒓𝒓𝒊𝒕𝒕𝒂𝒏 𝒃𝒆𝒆𝒌𝒂!

🙋𝑰𝑺𝑰𝑰
➡️𝑴𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆💜 𝑩𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒂𝒂 𝒌𝒐𝒐
𝑵𝒂𝒂𝒇 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒊𝒊 𝒅𝒖𝒓𝒂 𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒒𝒂𝒋𝒆𝒆𝒍𝒄𝒉𝒊𝒊𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒖𝒖𝒓𝒔𝒖𝒖???????

🙋‍♂𝑰𝑺𝑨

➡️𝑺𝒊𝒓𝒓𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂. 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒆𝒅𝒂 𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒒𝒂𝒋𝒆𝒆𝒍𝒄𝒉𝒊 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒅𝒉𝒆𝒆𝒏 𝒕𝒖𝒓𝒆. 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒋𝒋𝒊𝒊𝒓𝒂𝒎𝒏𝒆, 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒂𝒏 𝒏𝒂𝒂𝒇 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒅𝒉𝒆!!

💁𝑰𝑺𝑰𝑰

▶️𝑳𝒂𝒌𝒌𝒊 𝒊𝒏𝒏𝒊 𝒆𝒅𝒂 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒕𝒕𝒆𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒒𝒆𝒆𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒆𝒆 𝒋𝒊𝒓𝒂. 𝑨𝒓𝒓𝒂 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒖𝒖 𝒘𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒂𝒏𝒂𝒏 𝒚𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒐𝒐𝒍𝒆. 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝒍𝒆𝒆𝒚𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒕𝒐𝒌𝒌𝒐𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒏𝒂 𝒉𝒊𝒏 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒊𝒏𝒆 𝒘𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒆𝒆𝒏 𝒕𝒖𝒓𝒆. 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒕𝒂𝒔𝒂 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒏 𝒓𝒂𝒇𝒆𝒆 𝒙𝒖𝒓𝒊𝒊𝒏 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒖𝒇𝒆𝒆𝒇𝒊𝒊𝒏 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒂'𝒊𝒏𝒊.  𝒀𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂𝒏 𝒔𝒊 𝒉𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂. 𝑫𝒖'𝒂𝒂'𝒊𝒊𝒘𝒘𝒂𝒏 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒂𝒏𝒈𝒂 𝒂𝒎𝒎𝒂𝒂 𝒈𝒐𝒐𝒕𝒆 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒂 𝒂𝒂𝒎𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒄𝒉𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒖𝒓𝒆. 𝑮𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒂𝒕𝒊 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂𝒓𝒓𝒂 𝒌𝒂 𝒏𝒂 𝒊𝒚𝒚𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒖 𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒂𝒃𝒂𝒍𝒕𝒆!!!

🙋‍♂𝑰𝑺𝑨

▶️𝑻𝒐𝒍𝒆 𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒌𝒂 𝒔𝒊 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒏 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒂𝒂𝒎𝒊𝒊𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒊 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆...... 𝑨𝒌𝒌𝒂 𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏 𝒖𝒎𝒓𝒊𝒊 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏 𝒊𝒃𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒉𝒆𝒆𝒓𝒆𝒔𝒔𝒖 𝒌𝒂𝒅𝒉𝒂𝒕𝒂𝒏𝒊𝒊 𝒓𝒂𝒇𝒂𝒏!!

⏭⏮𝑱𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒖𝒎𝒂𝒚𝒚𝒖𝒖 𝒒𝒐𝒐𝒔𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒎𝒖𝒖𝒇 𝒎𝒊𝒕𝒊 𝒒𝒂𝒍𝒃𝒊𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒏 𝒉𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒂 𝒌𝒂𝒏𝒂 𝒊𝒔𝒊𝒏 𝒃𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝒈𝒂𝒉𝒂𝒄𝒉𝒊𝒖𝒇𝒂𝒏𝒊!!
𝑲𝒖𝒏𝒊 𝒒𝒐𝒐𝒔𝒂𝒂 𝒎𝒊𝒕𝒊 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂 𝒈𝒖𝒅𝒅𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂 𝒘𝒂𝒂𝒏 𝒕𝒂'𝒆𝒆𝒇.
𝑳𝒂𝒌𝒌𝒊 𝒌𝒐𝒍𝒇𝒖𝒖𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒂 𝒚𝒐𝒐 𝒋𝒆𝒕𝒕𝒆 𝒙𝒊𝒒𝒒𝒆𝒆𝒔𝒔𝒊𝒊 𝒔𝒆𝒆𝒒𝒂𝒅𝒉𝒖

https://t.me/islammummaan
24.04.202517:51
Hidhamuun saree ibidda jahannam seenuuf sababa yoo ta’e, akkasums hidhaa ishee irraa hiikuun jannata seenuuf sababa ta’a. Kun dhimma bineensaa irrattiidha, mee adabbiin nama haqa malee nama hidhuu, fi mindaan nama sana hiikuu akkam ta'a?

إذا كان حبس الهرة سبباً لدخول النار فإن إخراجها من حبسها سبب لدخول الجنة، هذا في حيوان، فكيف بعقوبة حابس الإنسان ظلماً وثواب من أفرج عنه.

JOIN US:-
@dhugaadhuma99
24.04.202517:49
Gammachuun quufa waliin dhufa. Namni qalbii isaa gara aakhiraatti bobbaase, Rabbiin xiqqoodhaan isa gammachiisa; garuu namni Qalbii isaa gara jireenya addunyaa kanaatti bobbaase, garuu harki isaa hammam yoo guutameyyuu qalbiin isaa hiyyeessa.

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
30.04.202511:02
قال العَلَّامَةُ الشَّيْخُ مُحَمَّدُ بن سَعِيد رَسْلَان -حفظه الله تعالى: ‎:
Sheek Muhammad Saiid Raslan (Rabbiin isa haa eeguu) akkana jedhan

:

“الإسْلَامُ هُوَ الدِّينُ الذِي رَضِيهُ اللَّهُ لِخَلْقِهِ فِي أَرْضِهِ، أَكْمَلَهُ اللَّهُ، وَلَا يَقْبَلُ مِنْ أَحَدٍ دِينًا سِوَاهُ،


“Islaamummaan amantii Rabbiin Nama dachii Isaa irratti uumame hundaaf filateedha, Rabbiin islaamummaa waa hundaan guute,Rabbiin amantii biraa nama kamirraayyuu hin qeebalu.”

وَهُوَ دَعْوَةُ التَّوحِيدِ وَحَقِيقَتُهُ؛ لِكَيْ يُعْبَدَ اللَّهُ وَحْدَهُ، وَيُكْفَرَ بِكُلِّ مَا يُعْبَدُ مِنْ دُونِهِ،


“Islaamummaan,waamicha tokkichummaa fi dhugaa isaati, Rabbiin qofti akka gabbaramu, akkasumas ibaadaa Rabbii malee kan biraa hundi akka didamuudha.”

وَهُوَ حَقِيقَةُ لَا إِلٰهَ إِلَّا اللَّهُ، الَّتِي لِأَجْلِهَا خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ، وَالْجَنَّةَ وَالنَّارَ، وَأَنْزَلَ الْكُتُبَ، وَأَرْسَلَ الرُّسُلَ،


“Islaamummaan labsii ‘Rabbiin malee Rabbiin gabbaramuu malu kan biraa hin jiru jechuuti,’ Rabbii isa samii fi dachii, Jannataa fi Jahannam uume,isa Kitaabota buuse,isa Ergamtoota erge”


وَلِأَجْلِهَا نُصِبَتْ سُوقُ الجِهَادِ، وَاسْتَعَرَتْ نِيرَانُ الْحَرْبِ بَيْنَ جُندِ الرَّحْمَنِ وَجُندِ الشَّيْطَانِ،


“Islaamummaaf jecha gabaan jihaadaa hundeeffame, ibiddi waraanaa loltoota Rabbiitii fi loltoota sheyxaana gidduutti boba’e(qabsiifame),” .


وَلِأَجْلِهَا يُقِيمُ اللَّهُ تَعَالَى السَّاعَةَ، وَتُنصَبُ الْمَوَازِينُ، وَتَتَطَايَرُ الصُّحُفُ؛


“Islaamummaaf jecha, Rabbiin Qiyaamaa ni dhaaba, miizaanni ni kaa’ama, kitaabni ni hirama;”


فَآخِذٌ بِيَمِينِهِ مِنْ أَمَامِهِ، وَآخِذٌ بِشِمَالِهِ مِنْ وَرَاءِ ظَهْرِهِ.”


“gareen kaan galmee isaanii harka mirgaa, kaan immoo galmee isaanii dugda isaanii duubaan ni fudhatu.”

دعَائِمُ مِنهَاجِ النُّبُوَّةِ (٩)
Da’a’imu Minhaj al-Nubuwwah, 10

React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨

➥JOIN &🔗🔂US
════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
JOIN: @dhugaadhuma99 ☜
╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
Қайта жіберілді:
Turullee Dhugatu Mo'ata avatar
Turullee Dhugatu Mo'ata
27.04.202516:20
#Namoonni dhibba Shanii ol (500 ol) Islaamummaa fudhatan.
Kibba Itiyoophiyaa, Godina Daasinechi Ganda #Bufbuf keessatti guyyaa 15/08/2017 (23/04/2025) namoonni #dhibba_Shanii_ol (500 ol) Islaamummaa fudhatan.

Namni Miseensa dhaabbataa Yoona-Yaanaa ta'uun ergaa Rabbiitii fi ergamaa isaa Addunyaan gahuu barbaaddan (#miseensummaan #irra_xinnaan waan woggaa #birrii_365 irraa eegaluun) hirmaachuu dandeessu. 👇
Laakkofsa akkaawontii:-
Baankii Hijraa
1008113240001
Baankii Raammis
1010000061101
Baankii Daldalaa
1000668868723
#Yona_Yana Unity Development charity Organization.
Odeefannoo dabalataatiif laakkofsa bilbilaa:-
0913514314
0977717071

Cufa nama yaada kana dubbisee sagalee tana #dhageeffatee akkasuma saahiba isaatiif #sheer_taasisee Rabbiin qubsuma isaa Firdoosiin haa taasisuu.

Liinkii garee Telegram Yoona-Yaanaa 👇👇👇
https://t.me/+Qz_FvuM7ZOdmOTVk
27.04.202516:06
قال الامام ابن سيرين - رحمه الله - .
Imaamu Ibnu Siiriin Rabbiin rahmata haa godhu akkana jedhe:

لو يعلم الذي يتكلم ان كلامه يكتب عليه
Osoo namni yeroo dubbatu, dubbiin isaa irratti barreeffamaa akka jirtu beekee,

لقل كلامه
Xiqqoo dubbata ture

طبقات ابن سعد (147/7)
React
33          33          33
👏          👍         ❤#𝐀𝐫𝐚𝐧𝐠𝐢𝐫𝐨𝐨𝐧𝐧𝐨
➥JOIN &🔗🔂US

════════ ❃ ═════════
╔═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╗

JOIN:
@dhugaadhuma99
JOIN:
@dhugaadhuma99

╚═══❖•ೋ° °ೋ•❖═══╝
24.04.202517:52
Beekaan dubbachuu isaa caalaa yaada. Kana malees, akkuma dubbiin kee dabaluu fi yaadni kee hir’atu sanitti, sammuun kees ni hir’ata. Sammuun sanyii baay'ee(firii) yaaduudhaan guddatuudha malee,Sanyii(firii) baay'ee dubbachuudhaan guddatuu miti.

تفكير العاقل أكثر من كلامه، وينقص عقله بمقدار زيادة كلامه ونقصان تفكيره، فالعقل بِذرة تنمو بكثرة التفكير لا بكثرة الكلام.
Join us and share 👇👇👇
https://t.me/dhugaadhuma99
24.04.202517:51
#𝐃𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚_𝐁𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮_𝐓𝐚𝐧_𝐝𝐮𝐛𝐢𝐢𝐬𝐢𝐢_𝐬𝐢_𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚

===========================

☆. 𝐖𝐚𝐚 𝐚𝐟𝐮𝐫 (4) : 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐤𝐡𝐞𝐞𝐲𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐢𝐧!!

☆. 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐟 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐢𝐧, 𝐲𝐨𝐨 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐢𝐟𝐭𝐞 𝐢𝐝𝐚'𝐚𝐦𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚.
𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 (𝐒𝐀𝐖) 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐚'𝐚.
‏"ولئن شكرتم لأزيدنكم"
"𝐘𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐤𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚 𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐠𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢𝐭𝐚𝐧 𝐭𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐝𝐚'𝐚."

☆. 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚.
𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 (𝐒𝐀) 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐚'𝐚:
‏"فاذكروني أذكركم"
"𝐍𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐚𝐧𝐢𝐢𝐬 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚."

☆. 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢 𝐤𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐪𝐞𝐞𝐛𝐚𝐥𝐭𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚.
𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 (𝐒𝐀) 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐚'𝐚:
" أدعوني أستجب لكم"
"𝐍𝐚 𝐤𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐚 𝐤𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢𝐧 𝐪𝐞𝐞𝐛𝐚𝐥𝐚𝐚."

☆. 𝐈𝐬𝐭𝐢𝐤𝐟𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐢𝐬𝐢𝐧 𝐧𝐚𝐠𝐚𝐚𝐲𝐚 𝐛𝐚𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚.
𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 (𝐒𝐀) 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐚'𝐚.
"وما كان الله معذبهم وهم يستغفرون"

"𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐦𝐮'𝐮𝐦𝐢𝐧𝐚𝐚 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐭𝐢𝐤𝐟𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐤𝐡𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚𝐤𝐡𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞

👇👇👇👇👇
https://t.me/Caayaadiinaalislaam
24.04.202517:47
Akkuma riyā’ (showing off) nama tokkoof gocha ibaadaa inni ummata duratti(Mul'isee) raawwatu irratti sodaatamu, of dinqisiifachuun immoo gocha ibaadaa isaa dhuunfaatti raawwatu irratti sodaatama, sababiin isaas ibaadaan dhuunfaa isaa kun kan warra kaanii caalaa akka gaariitti ilaaluu isaa irraa kan ka’e, kan namoota biroo tuffachuu waan danda’uuf, kanaanis of balleessuu danda’a waan ta’eef.

كما يُخشى على الإنسان من الرياء في عبادة العلانية، يخشى عليه من عجب النفس بعبادة السر، فقد يحتقر غيره فيظن أن س خير من سر غيره فيهلك.

https://t.me/dhugaadhuma99
Көрсетілген 1 - 24 арасынан 315
Көбірек мүмкіндіктерді ашу үшін кіріңіз.