Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Лёха в Short’ах Long’ует
Лёха в Short’ах Long’ует
BARRUU BEEKTOTAA avatar
BARRUU BEEKTOTAA
BARRUU BEEKTOTAA avatar
BARRUU BEEKTOTAA
अवधि
दृश्य की संख्या

उद्धरण

पोस्ट
रिपोस्ट छिपाएं
24.02.202511:23
Wanti si jalaa bade hundi waan fooyya'aa ta'een bakka buufama!

Please Reaction
👍
हटा दिया गया24.02.202523:12
23.02.202517:25
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
20.02.202515:50
▶️Jireenya keessatti seera salphaa 3:

🔻1. jaalalli gocha barbaada.

🔻2. imaanaan ragaa barbaada.

🔻3. dhiifamni jijjiirama barbaada.


Please Reaction👍
16.02.202519:16
✅Guyyoota jireenya kee keessatti hunda caalan argachuuf guyyoota badaa tokko tokko keessa darbuu qabda.

Reaction please👍
16.02.202519:12
✔️Yeroo tokko tokko.. waan sirrii ta'e baruuf dogoggora ta'uu qabda .

Reaction please👍
10.02.202518:31
Oolmaan keessan akkami? Mee EMOJI dhaan ibsaa...
24.02.202511:23
Kan darbeef hin boo'in, badeera.

Waa'ee egeree hin dhiphatin, hin geenye. Yeroo ammaa keessa jiraadhuu bareechi.

Please Reaction
👍
हटा दिया गया23.02.202517:58
23.02.202516:18
Tapha liverpool fi Manchester city tamsaasa kallattii sagaleen hordofuuf chaanalota armaan gadii join godhaa!! 👇👇
20.02.202515:49
▶️Araada qarshii hin qabaatin. Barachuuf hojjedhu. qarshiif hin hojjatin. Beekumsaaf hojjedhu.

Please Reaction👍
16.02.202519:15
✔️Mee Namni harki Keessan Isin Dhukkubu harka baasaa.

✔️ Garuu Harki Keessan Isin dhukkuba waan ta'eef miiluma baasaa.😂

📊Guys Harki Keessan Nagaadha Yoo ta'e maaltu React gochuu isin dhowwa😕 react godhaa homtuu isinirraa hin hir'atu please 👍
16.02.202519:12
✔️Yeroo barbaaddetti haaraa jalqabuu dandeessa. Jireenyi darbuu yeroo qofa waan ta'eef akka barbaaddetti darbuun gahee keessani.


Reaction please👍
10.02.202518:31
✅Maqaa koo beekta malee
✔️Seenaa kootii miti.

✅Seeqa koo beekta malee
✔️Dhukkubbii kootii miti.

✅Murama koo malee
✔️Madaa koo hin argitu.

✅Hidhii koo dubbista malee
✔️Sammuu kootii miti

KANAAFUU TASGABBAA'I!!
24.02.202511:23
▶️Guyyaa guyyaan waan dandeessu hunda gochuu itti fufi yoo namni sitti boonu hin jirre ofiin booni.

Please Reaction
👍
21.02.202517:18
🟣Rakkootti kolfuu yoo hin baranne Gaafa dulloomtu waan itti kolfitu hin qabaattu.


Please Reaction👍
20.02.202515:49
▶️Yeroo tokko tokko namoota irraa abdii kutachuu qabda.

▶️Ati dhimma isaanii waan hin qabneef osoo hin taane, isaan dhimma kee hin qabneef....


Please Reaction👍
16.02.202519:14
✔️waanuma amma keessa jirtu hundaafuu, abdii akka hin kutanne abdiin qaba.

Reaction please👍
16.02.202519:11
Gatii amanamummaa yoo hin beekne miidhaa gantummaan geessisu yoomiyyuu hin hubattu.
10.02.202518:31
✔️Namoonni nama yeroo kennuu barbaadaniif yeroo ni kennu. Namoonni namoota haasa'uu barbaadaniif ergaa barreeffamaa erguun deebii kennu. Nama hojiin natti baay'ate jedhe gonkumaa hin amanin. Osoo si barbaadee silaa yeroo siif hin dhabu ".
हटा दिया गया24.02.202523:12
23.02.202517:35
Tapha liverpool fi Manchester city tamsaasa kallattii sagaleen hordofuuf chaanalota armaan gadii join godhaa!! 👇👇
21.02.202517:18
⭕" Jireenyi imala malee iddoo ga'umsaatii miti. "


Please Reaction👍
हटा दिया गया22.02.202520:38
17.02.202519:36
🆕beeksisa #sponsor dha wan isin fayyadu hin qabu sababa tahef react godhaa
16.02.202519:13
✔️Jireenyi iskiriiptii waliin hin dhuftu. Akkaataa si kolfisiisuun jiraadhu. Shakkii fi komii keessatti qisaasa'uuf baay'ee gabaabaa dha. Waan siif kenname hunda caalaa fayyadami. Gowwummaan haa jiraatu. Ijoollummaan haa jiraatu. Al tokko qofa jiraatta. Dursa ofii kenni. Gammachuu filadhu.

Reaction please👍
16.02.202517:37
▪️Akkaataa ofitti amanamummaa itti horatan:

• Waan duraan galmaan geesse ilaali.
• Wantoota irratti ga’umsa qabdu yaadi.
• Ofii keetii ol haasa’i.
• Galmoota tokko tokko kaa’i.
• Hojii itti bohartu argadhu.
10.02.202518:31
✅Imalli kee hammam kophaa ta'us

✅lammata namoota summii qaban gara jireenya keetti deebiftee hin affeeriin.
दिखाया गया 1 - 24 का 36
अधिक कार्यक्षमता अनलॉक करने के लिए लॉगिन करें।