Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Мир сегодня с "Юрий Подоляка"
Труха⚡️Україна
Труха⚡️Україна
Николаевский Ванёк
Николаевский Ванёк
Seenaa Jaalalaa ❤️ avatar
Seenaa Jaalalaa ❤️
Seenaa Jaalalaa ❤️ avatar
Seenaa Jaalalaa ❤️
07.05.202519:51
Wanni salphaan nama hin maraachitu

Muummichi Ministeeraa guyyaa tokko Mana yaalaa dhukkubsattoota sammuu (Amaanu'eel) daawwachuuf dheqee, osuma deddeemuu maraataa tokko arge. Itti siqee "maali rakkoon tee tan akka maraattu si goote?" Je'ee gaafate.

Maraataaniis deebisuufii jalqabe "yaa gooftaa kiyya balaa kana hunda ka natti buuse, namittii abaaramtuu takka fuudhuu kiyya. Rabbi na kaasetin dubartii intala bareedduu qabdu takka fuudhe. Intala bareedduu saniif abbaa biddeenaatin tahe jechuudha.

Guyyaa tokko Abbaan kiyya akkuma na laaluuf dhufeen, intala san jaalatee fuudhe.

Kanaafuu intaltin abbaa biddeenaa tahuuf, haadha biddeenaa naa taate jechuudha.

Xiggo booda haati manaa tiyya ilma dhiiraa naaf deesse. Ilmi kiyya kun haadha biddeenaa tiyyaaf obboleessa waan taheef, abbaa kiyyaaf immoo soddaa tahe, sababni isaa abbaan kiyya intalan ani abbaa biddeenaa tahuuf fuudhe waan taheef.

Akkuman siif himetti gaafa Abbaan kiyya intalan ani Abbaa biddeenaa tahuuf fuudhu san, ishiin jalqaba haadha biddeenaa naaf taate. Boodarra immoo ilmi kiyya obboleessa haadha biddeenaa waan taheef, Eessuma naaf tahe.

Haati manaa tiyya immoo harmee haadha biddeenaa tiyyaa waan taateef, Akkoo tiyya taate jechuudha.

Haadha biddeenaa tiyyaaf, Abbaa biddeenaa tahuu kiyya hin irraanfatin. Jaartii tiyyaaf immoo ilma intalaa tahuu kiyyaas quba qabaadhu.

Kana hunda caalaa garuu kan na ajaa'ibe, akkoo biddeenaa tiyya fuudhuu, jaartii tiyyaaf ilma intala ishii tahuu fi jaarsa ishii tahuu qofa osoo hin taane, ofuma kiyyaafuu Akaakoo tahuu kiyya.

Wanni maraachee gara Amanu'eel na fides kanuma" je'een.

#lookoojalaala
#seenaajalaala
#Hordofaa
06.05.202514:02

05.05.202518:40
Sammuun keenya kuni
Waan ol kaayyan baataa
Kan kee guute jedhee
Si dideeraa laataa?
Maaliif hin dubbistu
Beekumsa Argattaa?
Ammuma Hordofi
Irraa waa hubattaa.
👇👇👇
29.04.202515:10
👉 2017
👉 2018
👉 2019
👉 2020
👉 2021
👉 2022

Telegram Group Bara Asii Oliii Keessa bantanii Qabdan Yoo Jiraate ni bitna. Keessan nu dubbisa. Miseensa 0 Yoo Qabaate iyyuu Ni ta'a.

👉 @AsKottu
Reposted from:
N
᯾ new ᯾ ²
07.05.202519:36
𝗛𝗼𝗿𝗱𝗼𝗳𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗰𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶 𝘁𝗲𝗹𝗲𝗴𝗿𝗮𝗺 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗴𝗮 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱𝗱𝗮𝗻!

𝗖𝗵𝗮𝗮𝗻𝗮𝗮𝗹𝗼𝘁𝗮 𝘁𝗲𝗹𝗲𝗴𝗿𝗮𝗺 𝗸𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗯𝗮𝗮𝘆𝘆𝗲𝗲 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗮𝗮 𝘁𝘂𝗿𝗿𝗲.
𝗕𝗲𝗲𝗸𝘀𝗶𝘀𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗸𝗮𝗻𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮.
Hiika kiristiyaanummaa beektamoo❓

Jireenya kiristiyaanumaa maal akka tahe beekta❓

Deebii isaa kan armaan gadiirraa argatta❕❕✨
06.05.202512:05
*Waaniin si qabuufiin yeroo mara mataa ol qabadha.

"Dubartiin gaariin ta akkaanaaf akkanaati, namni ishee akkasii argate badhaafame" jedhanii yeroo dubbatan si yaadadheen seeqa.
○Yeroo takka takka haadha koo taateeti na gorsita, yeroo takka takka jaalallee taateeti na taphachiista. Yeroo takka takka ogeettii taateeti na dhageeffattee yaada koo narraa furta, kanaafiin ati lama hin dhalattu siin jadha.

Siin jaaladha timiree tiyya🥰

#seenaajalaala
#lookoojalaala
#like
#share
#join
05.05.202511:06
Namni tokko jaalalaa sobaa siif qabachu isaa wantooni mulisaan gurguddo 5 jiraa......see more

See more
See more.....@Danbalii_jaalala

Wantoota kana argachuuf......see more......@Danbalii_jaalala
Reposted from:
LOOKOO JALAALA avatar
LOOKOO JALAALA
Tilmaamaa badhaafamaa! (Krd 300,200 & 100)
Morkiin Chaampiyoon Liigii Awurooppaa walakkaa xummuraa har'a galgala dirree 🏟 Emirates tti; Arsenal 🆚 PSG giddutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo olaanaan eeggamaa jira. Maarree nutis kanuma sababeeffachuun namoota tilmaama sirrii dursanii argatan 3 wal duraa duubaan kaardii abbaa 300,200 & 100 akkuma kanaan duraa badhaasuuf qopheessineerra.
Ulaagaan channel kana join gochuu qofa #lookoojalaala #join, #like & #share akkasumas hiriyyoota kessan affeeruu qabduu
Shamaran oromoo
06.05.202518:42
Kitaabota pdf'n

📚📚📚📚📚📚📚
kitaabota gara garaa akka fedhii keessaniitti argachuu barbaddumoo❓❓
Reposted from:
LOOKOO JALAALA avatar
LOOKOO JALAALA
06.05.202512:03
Obsi hiriyyee🥰

Gargar nu fageessuuf
Kiyyoo diratanii
Addas nu balleessuuf
Summii hidhatanii😭

Obsi kaamettiikoo
Obsi qaalii namaa
Guyyaan kun ni tara
Darbees seeneffamaa👨‍❤️‍👨

Badii nutti hawwu
Diinonni halaalaa
Nuti gonkan badnu
Waadaan keenyan caalaa💍

Akka na jaalattu
Shakkii takkan qabu
Abdiis sirraan kutu
Gaaf tokkos sin dhabu

Akkan si jaaladhu
Akkitti siif ibsuu
Cimminni gidiraa
Si'irraa nan siqsuu

Nuti waliif tokko
Nu waliif uumamnee
Kennaa namaa mitiim
Rabbirraa muudamnee

Ammas didee cimu
Rakkoof summiin baraa
Wanti hunduun tara
Hin aarin adaraa🫶

SIN JAALADHA💘💘💘💘💘💘💘
Reposted from:
N
᯾ new ᯾ ²
05.05.202506:36
➺Namonnii Channelii Kessaan wave Keenyatti dabalachuun Akka isiniif guddatu barbaaddan 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.

➺ Above  ➣  1K+ subscribers
➪Hordoftoota kuma tokkoo ol kan qabdan Haala Ajaa'ibaa fi Jaallatamaan Isiniif Guddisa.
📲👉 @MN_SMN

Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @MN_SMN
29.04.202511:44
⭐️ USA_To_USA wire Accounts Available
⭐️ INTERNATIONAL wire Accounts Available
⭐️ cashier check 
🇺🇸USA cash/Gold pickup
🇨🇦CAD cash/Gold pickup
🇯🇵Japan cash/Gold pickup
━━━━━━━━━
💵Cash Pickup 10k+💵
💵Gold Pickup 10oz+💵
💸Money Order Pickup💸
⭐️Works with all Zip:(00-09/10-19/20-29/30-39/40-49/50-59/60-69/70-79/80-89/90-99)
━━━━━━━━━
💲Cash Package Cash 2k+💲
🔴I can receive cash packages from any country🔴
🔘A package address for each country is available🔘
☄️☄️☄️Payment within 30 minutes after receipt of Cash order
☄️☄️☄️Oayment can be made via USDT
>>>>
Contact Now → @USACASH888
❇️𝙾𝚗𝚕𝚒𝚗𝚎 seentanii yeroo keessan balleessaa jirtuu? maallaqa hoo argachuu ni feetuu? akkas taanan maal eegduree, 🔗liinkii kanaa gadi jiru cuqaasuun hiriyoota keessan telegram Haffeera
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+2QOa2QWEMn05MTRk
07.05.202517:13
Wantooni jaalalaa dhugaa boreessaan gurgudoon 4 jiraa.......see more

See more
See more.......@Text_Jaalala

Wantoota kana argachuuf......... see more.......@Danbalii_jaalala
Reposted from:
N
᯾ new ᯾ ²
06.05.202516:50
🌍BREAKING NEWS ⭕️

Oduu Amma Nu Gaheen Barattoonni sadarkaa 2ffaa hundi guyyaa itti Aanu irraa eegalee...more

Odeefannoo guutuu Argachuuf More Jechuun Dubbisaa
06.05.202510:15
😱Badhasa Package Internet 10GB Namoota 5 Durse join Godhef Qopheesine jirra dafa Abba carra ta'a Iddo Add jedhu tuqun
29.04.202517:41
Wolaloowwan addaa
Dubbistee bohaaruu
Amma ni barbaaddaa?
Dafii Join godhii
Ammuma maal eegdaa
⟱⟱⟱⟱
💊@wiirtuuwolaloo
💊@wiirtuuwolaloo
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍    ❤   🗨️       ♂️
ˡⁱᵏᵉ  ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
29.04.202511:41
𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗫𝗶𝗶𝗻𝘅𝗮𝗹𝗹𝗶𝗶

𝗕𝗲𝗲𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗺𝗼𝗼 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝘂?
27.04.202518:14
Barattoonni kutaa 9-12 jirtan
Qofti chaanaalii kanaa Gadii
Hordofaa.
⟱ ⟱ ⟱
Shown 1 - 24 of 900
Log in to unlock more functionality.