28.04.202511:22
🧠Saayikoloojiin maal jedha:
1. Daqiiqaa 15 kolfuufi sa'atii 2f raafuun walqixa.
2. Afaan keenyi afaan haadhaa (Mother tongue) jedhama. Sababni isaa abbaan carraa dubbachuu hin arganne!
Yaada dabalataaf JOIN godhaa
1. Daqiiqaa 15 kolfuufi sa'atii 2f raafuun walqixa.
2. Afaan keenyi afaan haadhaa (Mother tongue) jedhama. Sababni isaa abbaan carraa dubbachuu hin arganne!
Yaada dabalataaf JOIN godhaa

27.04.202512:28
Neymar waa'ee Saalaa 🗣
"Barri kun salahf baay'ee gaarii dha, taphataan badhaasa Baaloon D'Ordhaaf isa caalu waan jiru natti hin fakkaatu" ney 🙏❤️
"Barri kun salahf baay'ee gaarii dha, taphataan badhaasa Baaloon D'Ordhaaf isa caalu waan jiru natti hin fakkaatu" ney 🙏❤️

26.04.202514:40
📊 Taphattoota gurguddoo jaarraa 21ffaa keessaa Liivarpuuliif taphatan 20 🇪🇬 keessaa Mo Saalaah sadarkaa tokkoffaa irratti argama.
23.04.202522:40
#Faayidaalee Biqiltuu Hargiisaa.
===============°==========
Biqiltuun Hargiisaa faayidaalee guddaa dhala namaatiif qaba mee isaan keessaa muraasa haa tarreessinuu.
1.Madaa Qaama namaa irratti argamu kamuu dafee fayyisa.
2.wantoota Qaama namaatti bayan Qaamarraa ni Qulqulleessa.
3.Sirna ittisa Qaamaa sirritti jabeessa.
4.Qaamni Akka dhibee dandamatu gargaara.
5.ija dhukkubduuf sirritti gargaara.
6.Qaama hooksisu ni fayyisa.
7.Mataa dhukkubuuf dawaadha.
8.Gurraa dhukkubuuf mala'uuf faayidaa guddaa qaba.
9. Rifeensa ciccituuf dawaadha.
10.Rifeensa biqiluu dide ni biqilcha.
11.Rakkoo Garaachaa hundaaf nifayyada.
12.Rakkoo mari'imaaniitiif ni fayyada.
13.Raammoolee Garaa keessaa hundaa ni balleessa.
14. Dugda nama dhukkubuuf ni fayyadda.
15.Qorra Qaama keessaa sirritti baasa.
16.Summiilee gara garaa Qaama keessaa ni baasa.
17.Dhukkuba tiruu nifayyisa Akkasumas tiruun hojii ishee Akka sirritti hojjattuf nigargaara.
18.Goggoginna Garaa ni sirreesa.
19.Folii Afaaniitiif Rakkoo ilkaanii ni gargaara.
20.Sukkaara Qaama keessaa gadi buusa.
21.Dadhabina onneetiif sirritti Gargaara.
22.Lafeen Akka jabaattu Taasisa.
23. Balfi hin barbaachifne Qaama keessaa Akka bayu nugargaara.
24.dhiiga sirritti Qulqulleessa.
25. Rakkina kaleetiif Dawaa fakkeenya hin qabne.
26.Rakkoolee fincaaniin walqabatan fayyisuu keessatti faaayidaa ol'aanaa Qaba.
27.Dhukkuba hadhooftuu baasuu keessatti faayidaa guddaa qaba.
28.Nama Asmii qabu sirritt gargaara.
29.Dhukkuba kintaarotiitiif Dawaa guddaadha.
30.Dhullaa dhaaf dawaadha.
31.Dawaa dhukkuba dhiiraati.
32.dhukkuba Coobxoo sirritti fayyisa.
33.dhukkuba dhiibbaa dhiigaa nisirreessa...
Faayidaaleen isaa kana malees baay'eedha.
Dhukkuboota Qaaman alatti argaman hundaaf iddoo dhukkubbiin sitti dhagahamu irratti dibda jechuudha.
✓ Dhukkuboota Qaama keessaa hundaaf garaatti dhugama.
Join godhaa

23.04.202514:00
#kana_beektuu??
Addunyaa Irratti Biyyoota Gonkumaaf Sanyiin Bofaa kamiiyyuu keessa hin jirre👇👇👇
👉Arkitic
👉Greenland
👉Ayirlaand fi
👉Ayislaand Tahuu beektuu
Addunyaa Irratti Biyyoota Gonkumaaf Sanyiin Bofaa kamiiyyuu keessa hin jirre👇👇👇
👉Arkitic
👉Greenland
👉Ayirlaand fi
👉Ayislaand Tahuu beektuu

21.04.202520:26
Kana beektuu ❓
Nama malee hoosistuu kan kolfu hantuuta qofa🐀.
Nama malee hoosistuu kan kolfu hantuuta qofa🐀.

27.04.202517:23
Kana beektu laata
🙏Damma/Daymii kiloogiraamin tokko yoo nyaanne akka nyaata fi dhugaati meeqa bakka bu'uu bektuu laata??
Dammi/Daymii kiloogiraamin tokko:-
✍️.Foon kiloo 2
✍️.Killee 10
✍️.Muuzi/muuza Kiloo 8
✍️.Burtukaana kiloo 3
Waan kana hundaa yeroo tokkotti argachu dandenna
Damma tahii
✍😉

26.04.202523:26
🇵🇹 Cristiano Ronaldo stats in EPL:
🏟️ 236 Games
⚽ 103 Goals
🎯 39 Assists
🇪🇬 Mohamed Salah stats in EPL:
🏟️ 295 Games
⚽ 184 Goals
🎯 87 Assists
Mohamed Salah numbers are crazy. 🤯
Join
@Beekkumsa_walii_galaa
🏟️ 236 Games
⚽ 103 Goals
🎯 39 Assists
🇪🇬 Mohamed Salah stats in EPL:
🏟️ 295 Games
⚽ 184 Goals
🎯 87 Assists
Mohamed Salah numbers are crazy. 🤯
Join
@Beekkumsa_walii_galaa
25.04.202520:08
🗣Kana Beektuu??
🎙Addunyaa Kana Irraa Haati Ilmaan Baayyee Deesse Biyya Ruusiyaa Keessatti Yoo Ta'u Ilmaan 69 Deesse😱.
🎙Addunyaa Kana Irraa Haati Ilmaan Baayyee Deesse Biyya Ruusiyaa Keessatti Yoo Ta'u Ilmaan 69 Deesse😱.

23.04.202522:37
23.04.202513:13
@beekkumsa_walii_galaa
Dhageessanii❓️🦻
Dubartiin👩🦱 yeroo duraatiif badhaasa noobelii fudhatte
Maariyaa Kiyuuri jedhamti!
Join
@beekkumsa_walii_galaa
Dhageessanii❓️🦻
Dubartiin👩🦱 yeroo duraatiif badhaasa noobelii fudhatte
Maariyaa Kiyuuri jedhamti!
Join
@beekkumsa_walii_galaa
21.04.202518:37
Ronaaldiinihoo: Dirree kubbaarratti 'Magic' hojjetuun taphataa addunyaan yaadattu
Maqaan isaa guutuun Roonaaldoo de Assis Moreira kan jedhamu Roonaaldiinihoon taphataa kubbaa miilaa beekamaa Biraazil akkaataa tapha ajaa'ibaa fi gammachiisaa ta'een beekamudha. Ronaaldoo lammii Biraazil beekamaa kan biraa irraa adda isa gochuuf jecha maqaa ijoollee "Ronaaldinho" jedhamuun kan moggaafame yoo ta'u, dandeettii addaa, kalaqa, fi dirree irratti argamuun isaa bashannansiisaa ta'een deeggartoota addunyaa maraa ajaa'ibsiiseera. Namoonni goolii ykn waancaa qofaaf osoo hin taane, yeroowwan hin dagatamne ogummaa fi kaarizimaa isaatiin uumeen isa yaadatu.
Sadaasa 21, 1980 Biraazil magaalaa Poortoo Alegretti kan dhalate Roonaaldiinihoon maatii kubbaa miilaa jaallatu keessatti guddate. Abbaan isaa duraan taphataa fi hojjetaa buufata doonii kan ture siʼa taʼu, boodarra haati isaa narsii taate. Obboleessi isaa angafaa Roobartoo Asiisis taphataa kubbaa miilaa piroofeeshinaalaa ture. Roonaaldiinhoon maatii isaa keessattuu abbaan isaa du'aan boqote jireenya fi kubbaa miilaa keessatti isa qajeelchuu isaaniif galata galcha, salphaa fi amanamummaa cimsee dubbata.
Garee waancaa addunyaa bara 2010 Biraazil keessaa hafes, gara kubbaa miilaa biyya keessaa Biraaziltti deebi’ee bara 2011 Flamengo, boodarra ammoo bara 2012 Atlético Mineirotti makamee foormii isaa deebisee jiraachise. Gahumsi isaas waancaa addunyaa bara 2014 dura gara garee biyyaalessaatti akka deebi'u illee isa dandeessiseera.
Dhaalli Roonaaldiinihoo akka mallattoo kubbaa miilaa akka aartii fi ibsa gammachuutti jiraata.

27.04.202515:15
KANA BEEKTU LAATA!
Gamophobia jechuun sodaa gaa’elaa godhachu jechuudha. Namoonni foobiyaa kana qaban yeroo baay’ee gaa’ela godhachuu yeroo yaadan yaaddoon ykn sodaan cimaan itti dhaga’ama. Sodaan kun wantoota adda addaa irraa kan maddu ta’uu danda’a, kanneen akka miidhaan darbee, hariiroo gammachuu hin qabne arguu, ykn of danda’uu dhabuu sodaa.
26.04.202523:21
🔴Premier League teams with the most goals this season ✅⤵️
1. Liverpool - 75
2. Man City - 66
3. Newcastle - 62
4. Arsenal - 61
5. Tottenham - 61
6. CHELSEA - 58
Teams with the highest average of big chances (Expected Goals - xG)
1. Liverpool - 72.2
2. CHELSEA - 61.3
3. Man City - 60.9
4. Bournemouth - 59.0
5. Newcastle - 55.4
6. Tottenham - 54.3
Teams with fewest goals conceded this season:
1. Arsenal - 27
2. Liverpool - 31
3. Nottingham - 39
4. CHELSEA - 40
5. Everton - 40
6. Bournemouth - 40
Teams that have rarely allowed their opponents to have lowest average chance creation despite those chances not being converted (xGA):
1. Arsenal - 27.2
2. Liverpool - 28.5
3. Fulham - 39.0
4. Everton - 41.4
5. Bournemouth - 42.0
6. Nottingham - 42.1
7. Newcastle - 42.3
8. CHELSEA - 42.8
Football ⚽️ 🥅 🏟 🏈 ⚽️

25.04.202519:39
Muuzaan 🍌 lama sochii qaamaa daqiiqaa 90f humna gahaa kenna.
@beekkumsa_walii_galaa 🧠
@beekkumsa_walii_galaa 🧠
23.04.202522:14
Namni gatii ofii isaa hin beekne, gatii namoonni isaaf kennaniin gatii isaa ibsata.
Have a good night ✋
Join @beekkumsa_walii_galaa
Have a good night ✋
Join @beekkumsa_walii_galaa
22.04.202510:46
@beekkumsa_walii_galaa
Ajaa'iba 😿
Khan Baba jedhama. Lammii paakistaaniiti. Dargaggeessa ganna 24 yoo tahu, nama furdaa addunyaa kanaati. 440kg'dha ulfaatinni isaa!

27.04.202513:04
KANA BEEKTU LAATA❓️!
Bishaan ashaagmeen fuula dhiqachuun bu'aa hedduu akka qabu beektu moo?
Keessattuu shamarraniif bareeda
Bishaan ashaagmeen fuula dhiqachuun bu'aa hedduu akka qabu beektu moo?
Keessattuu shamarraniif bareeda
26.04.202522:35
🧠Saayikoloojiin maal Jedha
🤯Gaafa haxxiffattu ykn quufatu, sekoondiif nii duuta.
🤯Gaafa haxxiffattu ykn quufatu, sekoondiif nii duuta.
24.04.202518:16
@beekkumsa_walii_galaa
✅️Liivarpuul Pirimiyer liigii injifachuu isaa yoo mirkaneesse Paawundii miiliyoona 177M ni argata.
Join
@beekkumsa_walii_galaa
✅️Liivarpuul Pirimiyer liigii injifachuu isaa yoo mirkaneesse Paawundii miiliyoona 177M ni argata.
Join
@beekkumsa_walii_galaa
23.04.202521:14
🚨 𝗢𝗙𝗙𝗜𝗖𝗜𝗔𝗟: Liivarpuul dhuma torbee kana Tootinaam yoo injifate ykn qixa bahe Piriimiyerliigii Ingiliiz ni injifata. 🔜🏆
22.04.202507:20
liigota Awurooppaa gurguddaa shanan keessatti bara kana taphattoonni hirmaannaa goolii 50+ qaban lama qofa:
#Mosalah 🇪🇬
Games= 47
Goals= 32
Assists= 23
Goals involvement = 55
#Raphinha 🇧🇷
Games = 48
Goals = 30
Assists = 23
Goals involvement= 53
🇪🇬 Mohamed Salah 🤝 Raphinha 🇧🇷
#Mosalah 🇪🇬
Games= 47
Goals= 32
Assists= 23
Goals involvement = 55
#Raphinha 🇧🇷
Games = 48
Goals = 30
Assists = 23
Goals involvement= 53
🇪🇬 Mohamed Salah 🤝 Raphinha 🇧🇷
21.04.202512:08
@beekkumsa_walii_galaa
💥Beekumsa Walii Galaa
💥Mallattoo walqixaa(=) namni yeroo duraatiif argate eenyu jedhama?
DEEBII:-Robert Recorde
Join
@beekkumsa_walii_galaa
💥Beekumsa Walii Galaa
Gaaffii
💥Mallattoo walqixaa(=) namni yeroo duraatiif argate eenyu jedhama?
DEEBII:-Robert Recorde
Join
@beekkumsa_walii_galaa
Паказана 1 - 24 з 55
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.