NUR MEDIA
☆ISLAAMUMMAA guddisuun dirqama keenya❗️
☆ISLAAMUMMAA guddisuuf sagaleenu barbaachisa
☆Sagalee keenya dhageessisuuf channeli nubarbachia.
☆ISLAAMUMMAA ol Haa qabnu!!
t.me/nurmedia17
☆ISLAAMUMMAA guddisuuf sagaleenu barbaachisa
☆Sagalee keenya dhageessisuuf channeli nubarbachia.
☆ISLAAMUMMAA ol Haa qabnu!!
t.me/nurmedia17
Рэйтынг TGlist
0
0
ТыпПублічны
Вертыфікацыя
Не вертыфікаваныНадзейнасць
Не надзейныРазмяшчэнне
МоваІншая
Дата стварэння каналаКвіт 25, 2024
Дадана ў TGlist
Квіт 26, 2025Прыкрепленая група
Апошнія публікацыі ў групе "NUR MEDIA"
Пераслаў з:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

13.05.202519:59
اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ
☆. 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺ 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐢𝐥𝐦𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐣𝐚𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐢𝐬𝐮 𝐟𝐢 𝐉𝐚𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐦 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐢𝐬𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐞,
☆. 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺ 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐪𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐬𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐚𝐫𝐫𝐚𝐛𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐟 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚 𝐡𝐚𝐫𝐚𝐚𝐦 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐨𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐞 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚𝐭𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐨𝐟 𝐪𝐚𝐛𝐞 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧
🌹 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐦𝐦𝐚𝐬𝐚🌹
☆. 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 ﷺ 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧,
☆. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐦𝐮'𝐮𝐦𝐢𝐧𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐲𝐨𝐨 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐞 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐚
𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐮 𝐲𝐤𝐧 𝐡𝐚𝐚 𝐜𝐚𝐥'𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧.
𝐘𝐚𝐚 𝐨𝐛𝐛𝐚𝐥𝐞𝐲𝐲𝐚𝐧 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐫𝐚𝐚
☆. 𝐊𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐜𝐡𝐢𝐧𝐪𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐪𝐢𝐲𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧
𝐧𝐚𝐣𝐚𝐚 𝐬𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐮 𝐀𝐦𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐥𝐥𝐚𝐡𝐚𝐚
#𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟_𝐐𝐨𝐨𝐝𝐚
#𝐖𝐚𝐥𝐢_𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐥𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢, 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐤𝐡𝐞𝐞𝐲𝐫𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 𝐛𝐮𝐥𝐥𝐚
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Gingilchaadhugaa
➪ @sabry_islamic_media
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Пераслаў з:
Islamic

13.05.202518:16
ኢስላማዊ ጥያቄና መልስ ውድድር መወዳደር ለምትፈልጉ Join በማለት ብቻ መወዳደር ትችላላችሁ !!!
🤩ወላሂ የእውነት ማስታወቂያ ነው🤩
Islamic wave ::::::::::: @sudii20
🤩ወላሂ የእውነት ማስታወቂያ ነው🤩
Islamic wave ::::::::::: @sudii20

Пераслаў з:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION

13.05.202503:22
ODUU GAMMACHIISAA!!
Afaan Oromootiin Barnoota Teknooloojii Barachuu Ni Barbaadduu❓
Afaan Keenyaan Barnoota Technology Barachuu Namni Barbaaddan Join Gochuudhaan Nu Hordofaa.
Barnoota Isin Argattan Kanneen Gaditti Argamaniidhaa. 👇👇
Ads, Tech info, Thumbnail Design, Banner Design, Poster Design, Business Card, Social Media Post Design, Video Editing
𝐀𝐝𝐬:👇👇👇
1, 👉https://t.me/+VJ2oaFt_QEg3OGI0
2, 👉https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
Пераслаў з:
Islamic

12.05.202518:31
ኢስላማዊ ጥያቄና መልስ ውድድር መወዳደር ለምትፈልጉ Join በማለት ብቻ መወዳደር ትችላላችሁ !!!
🤩ወላሂ የእውነት ማስታወቂያ ነው🤩
Islamic wave ::::::::::: @sudii20
🤩ወላሂ የእውነት ማስታወቂያ ነው🤩
Islamic wave ::::::::::: @sudii20

Пераслаў з:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

12.05.202518:26
#𝗭𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗮 𝗵𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗻𝗶 𝗳𝗲𝗲𝘁𝗮𝗮
#𝗢𝗯𝗯𝗼𝗹𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶_𝗔𝗮𝗸𝗶𝗿𝗮 🌸🌸
#𝗢𝗯𝗯𝗼𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮_𝗔𝗮𝗸𝗶𝗿𝗮🌸🌸
♻️🥀𝗗𝗮𝗿𝗴𝗮𝗴𝗴𝗼𝗼 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼𝘁𝘂 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 ﷺ 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂 𝗵𝗮𝘆𝘆𝗮𝗺𝗮 𝗴𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝗲. 𝗗𝗮𝗿𝗴𝗮𝗴𝗴𝗼𝗼𝗻 𝗸𝘂𝗻 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝘁𝘁𝗶ﷺ 𝗼𝗹 𝘀𝗲𝗲𝗻𝗲𝗲 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲𝗲𝗻! Yaa 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶ﷺ 𝗮𝗻𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗵𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗲𝗲𝗱𝘂 𝗱𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗶𝗹𝗹𝗲𝗲𝗻 𝗵𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻 𝗻𝗮 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳𝘂𝘂 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂 𝗻𝗮𝗮𝗳 𝗵𝗮𝘆𝘆𝗮𝗺𝗮 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲𝗲 𝗴𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝗲.
🥀♻️𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗼𝗯𝘀𝗮 𝗵𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻 𝗾𝗮𝗯𝘂 𝗻𝗮𝗺𝗮 𝗵𝗮𝗮𝗹𝗹𝗶 𝗶𝘀𝗮𝗻𝗶𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗵𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗲𝗲𝗱𝗮𝘁𝗶 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝘁𝗮𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗮𝗮𝗿𝗿𝗲 𝗶𝘀𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗵𝗶𝗻 𝗮𝗮𝗿𝘀𝗶𝗻𝗲. 𝗔𝗸𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗻
🌲 𝗔𝘁𝗶 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝘁𝗲𝗲𝘁𝗶𝘁𝘁𝗶 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂 𝗻𝗶 𝗳𝗲𝗲𝘁𝗮𝗮? 𝗝𝗲𝗱𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗻 𝗜𝗻𝗻𝗶𝗹𝗹𝗲 𝗹𝗮𝗸𝗸𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗳𝗲𝗱𝗵𝘂 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲𝗲𝗻
🌲 𝗔𝗺𝗺𝗮𝘀 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗢𝗯𝗯𝗼𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝘁𝗲𝗲𝘁𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗱𝗮𝗹𝗮𝗴𝘂 𝗻𝗶 𝗳𝗲𝗲𝘁𝗮𝗮? 𝗝𝗲𝗱𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗻 𝗜𝗻𝗻𝗶𝘀 𝗹𝗮𝗸𝗸𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗳𝗲𝗱𝗵𝘂 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲𝗲𝗻
𝗔𝗺𝗺𝗮𝘀 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗷𝗮𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝘁𝗲𝗲𝘁𝗶𝘁𝘁𝗶 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂
𝗻𝗶 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮? 𝗝𝗲𝗱𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗻
🌲 𝗜𝗻𝗻𝗶𝘀 𝗹𝗮𝗸𝗸𝗶 𝘆𝗮𝗮 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 ﷺ 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗱𝗵𝘂 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲𝗲𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗮𝗸𝗸𝘂𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗳𝗲𝗱𝗵𝗮𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗶.
🌲𝗡𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗮𝘁𝗶 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗼𝗷𝗷𝗮𝘁𝘁𝘂 𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮, 𝗢𝗯𝗯𝗼𝗹𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶, 𝗷𝗮𝗮𝗿𝘁𝗶𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗶. 𝗝𝗲𝗱𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗻 𝗜𝗻𝗻𝗶𝘀 𝘆𝗮𝗮 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶ﷺ 𝗮𝗺𝗺𝗮 𝗯𝗼𝗼𝗱𝗮 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗸𝗮𝗷𝗶𝗶𝗹𝘂𝘂 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲𝗲𝗻
🥀♻️𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮𝗻 ﷺ 𝗱𝘂'𝗮𝗮'𝗶𝗶 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗜𝗻𝗻𝗶𝘀 𝗮𝗸𝗸𝗶 𝗷𝗲𝗱𝗵𝗲 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗱𝘂𝗿𝗮 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗦.𝗔.𝗪 𝗼𝗹 𝘀𝗲𝗲𝗻𝘂 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗸𝗶𝘆𝘆𝗮 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂𝘂 𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝘁𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂 𝗮𝗺𝗺𝗮 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗮𝗰𝗵𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗴𝗮𝗱 𝗯𝗮𝗵𝘂 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗸𝗶𝘆𝘆𝗮 𝘇𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝘂𝘂 𝗷𝗶𝗯𝗯𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂 𝗷𝗮𝗱𝗵𝗲.
🌲 𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮 𝘀𝗮𝗺𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗱𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶 𝗮𝗱𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗳𝗮𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗭𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗥𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗻𝘂 𝗵𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂.
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Gingilchaadhugaa
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Пераслаў з:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION

12.05.202517:30
𝐇𝐨𝐰 𝐎𝐥𝐝 𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮?
𝐔𝐦𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚𝐚?
Free Prom. @Rafiqul_Islaam
𝐔𝐦𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐞𝐞 𝐌𝐞𝐞𝐪𝐚𝐚?
Free Prom. @Rafiqul_Islaam
Пераслаў з:
RAFIQUL ISLAM PROMOTION

12.05.202510:07
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam
12.05.202504:37
➪ 𝐀𝐟𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐆𝐚𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐧𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮𝐟𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐥𝐞𝐞𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐀𝐚𝐤𝐢𝐫𝐚
💋💋💋💋💋💋💋💋💋
➪ 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢, 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐤𝐡𝐞𝐞𝐲𝐫𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 𝐎𝐨𝐥𝐚𝐚
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Caayaadiinaalislaam
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
💋💋💋💋💋💋💋💋💋
➪ 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢, 𝐡𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐚𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐤𝐡𝐞𝐞𝐲𝐫𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 𝐎𝐨𝐥𝐚𝐚
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Caayaadiinaalislaam
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
Пераслаў з:
𝐂𝐀𝐀𝐘𝐀𝐀 𝐃𝐈𝐈𝐍𝐀𝐀𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇵🇸

11.05.202518:27
➪Hanga har'aatti Kiristaanonni Yesus Kiristos maal akka ta'e hubachuu hin dandeenye.
➪Al-tokko tokko matuma isaatu Waaqayyo dha jedhu, al-tokko tokko immoo ilma Waaqayyooti jedhu, al tokko tokko immoo amala namummaa fi waaqummaa qaba jedhu. Kam keessaa haa qabannu kaa ?...
➪Dubbii baabaa Keenya Sheikh Amin Ibro tii dhiifne...
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Caayaadiinaalislaam
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
➪Al-tokko tokko matuma isaatu Waaqayyo dha jedhu, al-tokko tokko immoo ilma Waaqayyooti jedhu, al tokko tokko immoo amala namummaa fi waaqummaa qaba jedhu. Kam keessaa haa qabannu kaa ?...
➪Dubbii baabaa Keenya Sheikh Amin Ibro tii dhiifne...
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
➪ @Caayaadiinaalislaam
➪ @Caayaadiinaalislaam
༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆༆
👍 ❤ 🗨️ ♂️
ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ

11.05.202517:40
Seenaa Nabi IISAA [A.S]
KUTAA 4️⃣ffaa
Dhugaan Yommuu Ifa bahu
✍️Iisaan "Ani gabricha Rabbiiti" jedhee labsuun makluuqa (uumamaa) akka ta’e agarsiisa. Gooftaan wanta hundaa kan bulchuudha. Wantoonni Isaa gad jiran hundi gabroota Isaati. Iisaan akkuma namni kamu nyaata nyaatu ni nyaata, ni dhuga, ni rafa. Amala gooftummaa homaatu hin qabu. Rabbiin hin dhalanne, ilmoos hin qabu, hin nyaatu, hin dhugu, hin rafu, yeroo hundaa jiraatadha, waan hundaa irratti danda’aadha.
Iisaan (aleyh salaam) immoo kan dhalateedha, ni dhuga, ni rafa, amaloota namaa biroo ni qaba. Kanaafuu, Iisaan nama waan ta'eef Gooftaa gabbaramu ykn waaqefatamu ta’uu hin danda’u. Inni Nabiyyi fi Ergamaa Rabbii gara ilmaan Israa’il ergameedha.
“kan isaan isa keessatti shakkaniidha” kana jechuun dhugaan ifaa, "Iisaan gabricha Rabbii fi Ergamaa Isaa" ta’ee osoo jiruu waa’ee isaa ilaalchise ni shakku, wal mormu.
Ammas warroota Iisaan ilma Gooftaati jedhan akkana jechuun deebii itti deebisa: “Rabbiif ilma taasifachuun hin malu. Inni qulqullaa’e.” Kana jechuun Rabbiif gonkumaa ilmi hin maluuf. Sababni isaas, Rabbiin Dureessa, Faarfamaa fi Mootiidha. Namni dadhabaa fi kan du’uu waan ta’eef nama isa gargaaru barbaada. Kanaaf ilma argachuu fedha. Rabbiin immoo dadhabinnaa fi du’a irraa qulqulluu kan ta’eedha. Kanaafuu, ilma maal irraa godhaa? Rabbiin hanqinna kana hundarraa qulqullaa’e. Wanta tokko argamsiisu yoo fedhe, “Ta’i” jechuuni qofa, wanti sunis yoosu ta’a. Kanaafuu, Iisaa abbaa malee uumuun akkamitti itti ulfaataa? Kanaafi, Iisaan gabricha fi uumamaa akka ta’ee itti aansun akkana jechuun beeksisa:
“[Iisaanis], “Dhugumatti Rabbiin Gooftaa kiyyaa fi Gooftaa keessani. Kanaafuu Isa qofa gabbaraa. Santu karaa qajeelaadha.” Jedhe.” (Suuratu Mariyam 19:36)
Kana jechuun kan nu uumee, suuraa keenya tolche, nu kunuunsu, nu too’atu fi dhimma keenya hunda harka qabu Rabbiidha. Kanaafuu, Isa qofa gabbaraa. Isa qofaaf gadi jedhaa, kadhaa. Kuni karaa qajeelaa Isatti nama geessudha. Rabbiin qofa gabbaruun hojii qalbii, hojii qaamaa fi arrabaa waan of keessaa qabuuf karaa qajeeladha. Namni Rabbiin qofa yoo gabbare karaa jallataa hunda irraa ni eeggama, adabbi cimaa jalaa nagaha baha.
Qur’aana keessatti, “Isaannan amananii, iimaana isaanii zulmiin walitti hin makin isaaniif tasgabbiitu jira. Isaanis qajeelfamoodha.” (Suuraa Al-An’aam, Ayah 82)
Kana jechuun namoonni dhugaan Rabbitti amananii fi wantoota biraa Rabbiin waliin hin gabbarre (hin waaqefanne), isaaniif tasgabbitu jira. Gara karaa qajeelatti kan qajeelfamaniidha. Jireenya tana keessatti zulmiin (miidhaan) guddaan namni tokko hojjatu, shirkiidha. Shirkii jechuun wanta tokko Rabbitti qindeessudha.
Kanaafuu, namoonni Iisaan gooftaadha, ilma gooftaati jedhan zulmii (miidhaa) guddaa hojjataa jiru. Miidhaa kana irraa yoo deebi'anii Rabbi qofaaf harka kennan, tasgabbii fi qajeelinna argatu. Ta'uu baannan dhimmichi gaabbi fi adabbii guddaa namatti fida.
Kutaa 5️⃣ffaan itti fufa...........
Dubbisaa Irraa baradhaa
Nama jaallattanuuf sher godhaa👇👇👇
Join👇👇👇

11.05.202514:26
۞- Ijaa fii gurri e-mail ittiin ergaaleen hedduun gara qalbii seenaniidha. Qalbiin kee nagaya,qulqulluu fii fayyaa siif tahuu irratti bololi. Kanaaf ijaa fii gurra kee akka isaan ergaa hunda gara qalbii ergan hin hayyaminiif. Wantoota summii ta'an kanneen qulqullinaa iimaana keetii booreeysanii fii xureeysan isii seenuu irraa eeggadhu.»ღ
t.me/nurmedia17
t.me/nurmedia17
Рэкорды
13.05.202509:38
365Падпісчыкаў01.04.202512:37
200Індэкс цытавання25.04.202516:15
50Ахоп 1 паста26.03.202516:15
51Ахоп рэкламнага паста30.04.202512:37
50.00%ER26.04.202516:15
24.75%ERRРазвіццё
Падпісчыкаў
Індэкс цытавання
Ахоп 1 паста
Ахоп рэкламнага паста
ER
ERR
Увайдзіце, каб разблакаваць больш функцый.